Solomon Adugna Fi Maatiisaa- |YAADANNOO | (official Music Video)

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 29 янв 2025

Комментарии •

  • @Solomonadugnaofficial
    @Solomonadugnaofficial  3 месяца назад +224

    Obbolaakoo yaada Qajeelaa Nuf hirtanif jaalala nutti agarsiistan hundumaaf eebbifamaa hafaa. Linki isaa hiriyoota keessanif nuuf qoodaa🙏
    Isin Jaalanna🥰

    • @tollaaniitaarikuuofficial5526
      @tollaaniitaarikuuofficial5526 3 месяца назад +13

      Dhuugaa erga gaafa gadhiifamee addaan hin kutinan dhaggeeffachaa jira, baay'ee addadha! Eebbifami❤❤❤❤❤❤

    • @darmidida
      @darmidida 3 месяца назад

    • @SinbooRaya
      @SinbooRaya 3 месяца назад

      Ebifamii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

    • @SarahBose-km4cn
      @SarahBose-km4cn 3 месяца назад +1

      Uuuuufffffeeee eeebbifamaa ❤❤❤❤

    • @SamuelGemechutube
      @SamuelGemechutube 3 месяца назад

      ❤❤❤❤❤❤

  • @GalmessaaOro
    @GalmessaaOro 2 дня назад +1

    Maatii ebbifamoo Eebbifamaa dachaa dachaa

  • @mesigezagni5608
    @mesigezagni5608 3 месяца назад +75

    Dhugaa dubbachuf tanan wanuma bakkakoo butee waqakoo naaf galaatefatu natti fakkate maalifyojette ani muslimaanture waqayyoon ergaan argaadhe takka hin salphane matin Koo kufuuf salphachukoo dhegaani garuu waqayyoo baayee nagargare kanaf anii immoo siin ebbisaa waqayyoo baraakee hundaa kan maatikees haa ebbisuu uffffffff

  • @genetdaniel
    @genetdaniel 3 месяца назад +48

    ሮማኝ አልችልም ግን የሁሉም መዝሙሮች በጣም ነው የሚሰማው በእውነት ስለሚውድች ነው ውንድሜ ታባርክ ፀጋ ይብዛልክ🎉❤

  • @barisoaleka7912
    @barisoaleka7912 Месяц назад +8

    Mee namni akka koo faarsaa Solomon Adunyaa kana yeroo heedduu irra deddeebitanii dhaggeeffattan like tuqaaf❤❤❤❤❤

  • @bireman4758
    @bireman4758 3 месяца назад +54

    ቋንቋውን ባላቅም tik tok ላይ ሰምቸው መጥቼ ብሰማው ብሰማው አልሰለች አለኝ ጌታ አብዝቶ ይባርክህ

    • @DiaCell-r8d
      @DiaCell-r8d 3 месяца назад +3

      በእውነት እኔም TikTok ላይ ሰምቼው ነው የመጣሁት ቋንቋውን ብዙም አላውቅም

  • @birtkanstore4268
    @birtkanstore4268 3 месяца назад +25

    Farfannnaan kuni fi haalan kessa darbee wal naati fakkaata akkataan ittii kessa darbe samuu koo oli ture sol ebbifamii ebifamii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Aniifayerraofficiltube1920
    @Aniifayerraofficiltube1920 7 дней назад

    Sol koo ebifamii waqayyoo SII Yaa ebbisuu namaa waqayyoo baraa kenyafii kesee atii namaa gudhadhaa nuf jiradhuu ❤❤❤❤❤

  • @fayerashuneofficialyoutube5311
    @fayerashuneofficialyoutube5311 3 месяца назад +40

    Homaa jechan ittiin gaarummaa waaqayyoo kana dubbadhee baasutu natti hir'ate anaanis! Solaa fi Maatiinsaa eebbaaf ayyaana safaramee hin dhumne keessa naaf jiraadhaa!!
    YAADANNOO YAADANNOO YAADANNOO
    YAADANNOO YAADANNOO. YAADANNOO
    🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏

  • @Abonesh835
    @Abonesh835 3 месяца назад +12

    Dhugaa waqayyoo farfannaa kan guyyaati yoo xiqate5 otto hin dhageftin hin oluu yoo xiqate🤦‍♂️🤲👈🙏🙏🤲

  • @MirruTefari
    @MirruTefari 3 месяца назад +17

    Maali farfannan akkanatti hafuraa qulquludhaan nama guutu uuuuuufffe iyesuskoo bagan si qabaadhe

    • @LeDe-xb3yo
      @LeDe-xb3yo 3 месяца назад

      😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😅😅😅😊

  • @ararsagizaw4815
    @ararsagizaw4815 3 месяца назад +17

    Akka kiyyaa Yeroo 100 ol warri dhaggeeffattan Eebbifami jedhaanii🔥
    Ulfadhuu Uumaakoo🙏

  • @RomanNegaBidera
    @RomanNegaBidera 3 месяца назад +31

    Guurii kee waan gaarii haa dhagayuu sol ,, eebbaaf ta,ii dhugaa ,, Waaqayyoo ayyanaa saa dachaan siif haa bayyisuu ,, egaan farasaa afaan Oromoo dhagayuu dhisee olee bulee ottuu tanee waggoottan lakkofisisee jiraa ,sababanis sirbaan addaa basuu hin dandenyee dhugaa dubbachuuf ,,, maaloo faarfaatonii kenyaa tasagab,aa ,hafuura farfaadhaa ,, yeroo tokkoo tokko wanumaa macafaa dubbisineef ,wanumaa walalaoon kenyaa manaa rukkuteef farasaa dhaa jeetanii gadii nuutii bahinaa ,✌

  • @FayyinaaAfuraanbarbadaa6480
    @FayyinaaAfuraanbarbadaa6480 3 месяца назад +11

    Uuuuuuuffffff Eebbifamaa faruu hedduu namati toluudha galata kee waaqayyoo sif haa fudhatu❤❤❤ani ordoftuu ortodoskiiti garuu nati tolee jira🎉

  • @Astertemesgen12
    @Astertemesgen12 3 месяца назад +16

    Waa'ee faarfannaa kanaf Hafuurri qulqulluu haa ulfaatu Eebbifamtanittu Sol Eebbifamaa hafa jiraadhaa❤️🙏

  • @SaraAjman-eo5of
    @SaraAjman-eo5of 7 дней назад

    Wowowow matii jalala ebifami dachaa hundi keessan 🎉congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉 biro koo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @eyob-b1h
    @eyob-b1h 3 месяца назад +17

    ❤❤ ብሰማው ብሰማው የማልጠግበው ዝማሬ የተባረከ ቤተሰብ ሰሎሞን ጌታ ዘመንክን ይባረክህ

  • @dammeeyoutube9513
    @dammeeyoutube9513 3 месяца назад +2

    Uuuuffffeeeeee Ammeeeeeen Farfannaa ergaa guddaa qabudha ebbifama matii jaalatamoo waaqayyoo isiin haa kabaju

  • @RayaDaba
    @RayaDaba 3 месяца назад +6

    Waaqayyo baga sin gargaare maatiikoo. Faaruu yoomillee irraa hin dabarre.ergaa addaa fi waanta dheebuu nama baasu hedduu of keessaa qaba. nuuf jiraadhaa eebbifamaa. Ayyaannisaa hammayyuu dachaa dachaa siniif haa baayyatu,!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @Hawwine
    @Hawwine 3 дня назад

    Waqqayyo saa ebisu ebifami sole qaxalle muca farfana boqonna namaf kennu dhugaa ebifami sloe jabba koo

  • @DastaDame
    @DastaDame 3 месяца назад +9

    Akkasitti kiristoosin faarsu carraa guddaadha eebbifamaa maatii gooftaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GaromaAbdeta
    @GaromaAbdeta 2 месяца назад +1

    Waaqayyon Qabaachu Koon waanta hamaa bayye darbeera Obbellessako waqayyoo si ha eebbisu barakee guutu Gammadi jiraadhu

  • @senalammii6772
    @senalammii6772 3 месяца назад +6

    Wow waaqayyoo sin haa ebbiisu akkam bareeddu.maatii waaqayyoon jireenya isaa irratti moosise.dhumni keessan haa bareedu.warra hanga dhumaatti dhabbate gonficha bara bara Fudhatu isiin haa godhu.maqaa yesusiin gufun biyyaa lafa maatii keessan hin argaatiin Dhumni keessan haa bareedu🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼

    • @DinqeeAyimaa
      @DinqeeAyimaa 3 месяца назад

      Wawooo waqaayyo barakee jirenyaa kee haa ebisuu ebifamii Solomon kanumaa calatii ayyaniisaa sif haa baya.atuu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AbebaDufera
    @AbebaDufera 3 месяца назад +1

    Rakoni hara kesa jiruu kana nadabarsee farfana kana farafadha lattaa waqakooo 😢😢

  • @Hababoniguse
    @Hababoniguse 3 месяца назад +7

    Wow sol jabaa namaa waaqayyoo baraaf jireenya kee dadabalee ha ebbisuu ebbifamii maqaa yesuusin 🙌🙌🙌💚🤍💚🤲🤲🤲

  • @etanafikadu8
    @etanafikadu8 3 месяца назад

    soolee faarfannaa keetti hedduu eebbifamneerra WAAQAYYO sihaa eebbisu.....Magaalaa seena qabeettii goree guyyaa 1 dhuftee akka nu tajaajiltu hawwii kooti

  • @WandeeMargaa12
    @WandeeMargaa12 3 месяца назад +6

    Mee Warri itti Gammaddan like godhaa

  • @BelayAjemaOfficial
    @BelayAjemaOfficial 3 месяца назад +1

    Barrikee haa eebbifamu Soolaa ,faaruu foolii Kirstoos namatti urgeessu nuuf gummachite.

  • @BURTKANGURMESA
    @BURTKANGURMESA 3 месяца назад +4

    Obbolessa koo Solomon farfaan kee bayee abdii namatti horaa waaqayyoo bichaadhaf mitti Kan hojjetan dhaalota bayee dhaf fakenyaf ta, aa jirtu 1 anaa waaqayyoo sin haa ebisuu ebbifamaa sin jaalan sin kabajna❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @tsahayshemels9068
    @tsahayshemels9068 3 месяца назад +1

    Waaqayyoo si Haa Eebbisuu Eebbifami akkattin si jaalladhu haadhoo koo Umurii dheeradhu

  • @rolandroland7057
    @rolandroland7057 3 месяца назад +5

    Uuufffeey matii ebbifamoo ebbifama ayyanni dachaa sinif haa baay'atu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @debeladiriba7327
    @debeladiriba7327 3 месяца назад +1

    Dhugaa dubbachuuf farfanna bayyee namatti toludha amma iyyuu darbii farfaadhuu soola keenya.
    siif maatii kees waaqayyoo haa eebbisuu

  • @technology_planet2024
    @technology_planet2024 3 месяца назад +3

    faarfannaa kana si'a 20 0l dhageeffadhe!
    sol eebbifami!

  • @MertinuFikadu
    @MertinuFikadu 20 дней назад

    Dhugaa dubbachuuf Akka keetii Lafa kanarrattii eebifammee Maatii Koo waliin Waaqayyoo Waaqessuu naa haa gahuu jechaa hin qabuu Waaqayyoo Maatii kan haa eebbisuu.

  • @gemechukejela6253
    @gemechukejela6253 3 месяца назад +5

    Bariifi jireenyi keessan haa eebbifamu!!

  • @tesfayenegera6405
    @tesfayenegera6405 3 месяца назад +1

    Waaqayyoo bara keessan haa eebbisuu. Faarfannaa ergaa guddaa qabu dha. Ammayyuu Yasuusiif Faarfadhaa

  • @goftilagudeta5363
    @goftilagudeta5363 3 месяца назад +5

    Eebbifamaa! Faarfannaa akkasii argachuun baay'ee namatti tola.

  • @TareMan-o7s
    @TareMan-o7s 3 месяца назад +1

    Isin qofa miti yaadatamuu keessaniif nutiyyuu ragaadha. barreessaan ergaa warra ibrootaa 12:1 irratti nuti dhuga baatota akka duumessaa lafa uwwisan naannoo keenyaa qabna jedha. baga mo'attanii bira darbitan bara sana bara du'aaf kaadhimamtan sana nayaadachiiftani. baga motan anis ragaadha ! Yesuus hin dhufaa ammas jabaadhaa !!!

  • @ejersatesfayeofficial2687
    @ejersatesfayeofficial2687 3 месяца назад +5

    My God ❤❤❤🎉🎉❤❤❤ uffooyi maalo faaruun akkana

  • @etenechdesta4966
    @etenechdesta4966 3 месяца назад +1

    Gooftan maccaa guddaa godhee si haa ebisuu nama dibaata maati ke wajjin ebifamaa ebifamaa ❤❤❤

  • @bedanebulitube9665
    @bedanebulitube9665 3 месяца назад +5

    Eebbifama hundi keessanu 🥰♥️

  • @yonasabraham1329
    @yonasabraham1329 3 месяца назад +1

    Sol Ebbifami!

  • @nigatnigat7809
    @nigatnigat7809 3 месяца назад +2

    Congratulations ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @Obsii365
    @Obsii365 3 месяца назад +1

    Uuuuuuffffeee Faarfannaa dhageftamee hin quufameen dha dhugaa Waaqayyoo dachaan isiin haa eebbisuu dabalee maatii Eebbifamoo ❤🥰🥰🥰

  • @gadisegadise4150
    @gadisegadise4150 3 месяца назад +5

    Ammen ebbifaamaa maatii waqqaayyoo ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📖📗📗📗

  • @FenetMatebe-ng6jv
    @FenetMatebe-ng6jv 2 месяца назад +1

    Wow ebbifamaa ❤❤❤ayyaanii waaqqayoo Isiin irraa hin ka'iin ittiniis ebibifamneerra

  • @asteer966
    @asteer966 3 месяца назад +4

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa matii waaqayoo

  • @gudinamerdasa201
    @gudinamerdasa201 3 месяца назад +1

    dhugaatti hin quufamuu dhugaa soleekoo ayyaana Eebbifamadha!

  • @EliasEliasBoja
    @EliasEliasBoja 3 месяца назад +4

    Eebbiffami sole ko

  • @ebisakejelaararso594
    @ebisakejelaararso594 3 месяца назад

    waaqayyoo guddaa si Eebbisuu sol . farfannaa gariidhaa

  • @gelen1722
    @gelen1722 3 месяца назад +12

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @AdimzMan
    @AdimzMan 2 месяца назад

    Uuuuuuuff bayyeen iti boqodhee foliin goftaa siraa dhabamin Eebbifamii sol ko jabadhuu

  • @ZerihuunKab
    @ZerihuunKab 3 месяца назад +13

    🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Haaromsaa
    @Haaromsaa 2 месяца назад

    Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu Sool. Ayyaanasaa siif haa baayyisu inni ammallee

  • @Maza-l8z
    @Maza-l8z 3 месяца назад +1

    uuffffff farfanaa laphee chabe fayisuu aja,iba dhuga sol ebifami mali jena silaa dhugadha hin nyatamu namni siqabu kufee hin hafu namani siqabuu❤❤❤❤

  • @GirmaGelana
    @GirmaGelana 3 месяца назад +2

    Dhoksaan nuu kennamtee Ija gaariin addunyaatti nuu mul'attee waldaa kiristiyanaa ija guchisaa jirta nuu jabaadhu ati bara faaruun kiristoosiif ta'u dhabame keessa kiristoosiif argamte guddaan si jaalladha kabajamaa nama waaqayyoo beekaa taanaan akkanatti karaa hundaa tottoluudha

  • @TizitaaBiraanuu
    @TizitaaBiraanuu 3 месяца назад +1

    Waqayyoo bara ke ha ebbisuu ebbifamii ebbifamii ayyanni ayyana irratti sif ha dabalamu hamma dhumatti dhabachuu

  • @ZerihunAbera-b6o
    @ZerihunAbera-b6o 3 месяца назад +1

    God keep all of your family it is very interesting keep up!!!!!

  • @tashegebeyehu1372
    @tashegebeyehu1372 2 месяца назад

    Eebbifami. Faarsaa laphee Dhaloota jijjiiruu danda'uudha.

  • @NegeroEba-qq1jk
    @NegeroEba-qq1jk 3 месяца назад +2

    Amazing song you are blessed I wish you a long life with your families.

  • @bonsahinkosa953
    @bonsahinkosa953 2 месяца назад +1

    Stay blessed!

  • @SaraSara-fw3yx
    @SaraSara-fw3yx 2 месяца назад +1

    Amen 🙏 Amen ebbifamii dachadachadhan uffffee galanii keet yesusii❤❤❤

  • @henockwelde
    @henockwelde 3 месяца назад +1

    Amen!
    My friend Bekele translated for me!
    You're blessed!

  • @Tareki-j1w
    @Tareki-j1w 3 месяца назад +1

    Ameeeeeen goftaani barafi jireenya kesaan haa ebisuu ebbifamaa dachaa🙏🙏

  • @daviddaraje
    @daviddaraje 3 месяца назад +1

    Eebbifami Soola

  • @Song-f7d
    @Song-f7d 2 месяца назад +1

    Maatii akkanatti eebbifaman waaqni nuuf haabaayisu

  • @ABDETAMEKESSA
    @ABDETAMEKESSA 3 месяца назад +2

    To tell the truth, I can't stop listening to this song, What a beautiful melody and message, may the lord bless you abundantly. Hin baduu namin siqabu ragaatu anaaaaaaaa..................

  • @TsehayFikadu
    @TsehayFikadu 3 месяца назад +1

    Waaqayyoof galanni haata'u baayyeman itti ebbifame maati jallatamoo gooftaan bara keessan haa ebbisu❤❤❤❤❤

  • @obeeanamela
    @obeeanamela 3 месяца назад +2

    Ameen ameen ayyanii waaqayyoo dacha dachan amayyu kana callati sinifi adabalamuu ebbifamaa matti jallala ❤❤❤

  • @TesfayneshAsrat
    @TesfayneshAsrat 3 месяца назад +1

    Baaye'e barreduu barrii kessan mana isaa kessatti sinif haabareddu

  • @boontuuyesus4508
    @boontuuyesus4508 3 месяца назад +1

    Farfannaa kana irra deebi'ee dhageeffadha Haaradhumaa natti ta'a Dhugaa Waaqayyoo Waaqarraa si haa ebbisuu obboleessa jaalatamaa nani Maatii kee Walini umurii dheeraa jiraadha Bara Ebbifamaa isinif haa kennuu Waaqayyoo 🥰🥰🙏🙏

  • @EmebetDegechesa
    @EmebetDegechesa 3 месяца назад +1

    Matii ebifamaa waqayoo isii haa hebisuu ebifamii Kan calatii waqayoo sii wajinii haa ta'u ebifamii jabadhuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍👍

  • @Waalaggaa
    @Waalaggaa 3 месяца назад +2

    Dachaa dachaa sifaadabalamuu Ayaani waaqayyoo maaqa yesusin darbii faarfadhuu Amaayyuu eebbifaami Eebbifaami nufi jiraadha maattii waaqayyoo eebbifaataà hundumtii keessaanu dhugaa 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @KalluMalum
    @KalluMalum 3 месяца назад

    Uuuuuuuf ebbifama wanuman jedhuu hin qabuu kun ergaa jirenyaa kotitii

  • @demekewarewakjira802
    @demekewarewakjira802 10 дней назад

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 waaqayyoon Si haa Eebbisuu

  • @lidiatube5018
    @lidiatube5018 3 месяца назад +1

    Sol woow ebbifamakoo uuuuufffeee maqaa yesusi ebbifamihafii koddekoo 🥰🥰🙏

  • @dankayi5182
    @dankayi5182 3 месяца назад +1

    Uuuuuff Matii koo olmaan waqayyoo adaa Bagaa waqayyoo kabajaa kanaan sin ga'ee❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @Oliyadzerihun2885
    @Oliyadzerihun2885 2 месяца назад

    what a blessed family! waaqayyo isin haa eebbisu baay'isee ammallee Sol

  • @tadesselejisa7809
    @tadesselejisa7809 3 месяца назад +1

    Haleeluyyaa, Waaqayyo bara keessan haa eebbisu. Guyyaan koo farfannaa kanaan naaf miidhagaa oola gidduu kana.

  • @TigistNegasa-c2t
    @TigistNegasa-c2t 3 месяца назад +1

    Sool Waaqayyoo baraf jireenya kee Fi maatii kee haa Eebbisuu .Farfannaa bareedaa kan garaa Waaqayyoo ciibsuu nuuf farfataanii atiifi maatii kee kana caalaa nama Waaqayyoon ciimee dhabaatee hammaa dhumaatti farsuu Waaqayyoo siina tasisuu Eebbifaama Eebbaaf ta'a Ayyanaa Waaqayyoo kana caalaa ufaadha jiraadha Sool❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @GadiseHabtamu
    @GadiseHabtamu 3 месяца назад

    Wow dhugaa baay'ee namati tola dhugaa gooftan koo isiin haa ebbisuu

  • @GadiseGadise-u6i
    @GadiseGadise-u6i 2 месяца назад

    Amen Amen Amen
    Waaqayyoo issini haa ebbisu maattiwwan jallalaa

  • @SimboKo-x4i
    @SimboKo-x4i 2 месяца назад +1

    Amennnnn biyyii koo achii

  • @BuzuuHabulu
    @BuzuuHabulu 3 месяца назад +1

    Waqayyoo abban isiin Haa Eebisuu matii waqayyoo Eebbifamaa dhugaa akkam namatii tooluu maaloo dhugaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @YonasRegasa-q5x
    @YonasRegasa-q5x 2 месяца назад

    Sola Gooftaan Koo Isiin Haa Eebbisu Baayyee Namatti Toltu 💯

  • @uaeb2868
    @uaeb2868 3 месяца назад

    Uuuffeeee waaqayyoo gooftan keenya isin haa eebbisuu eebbifamaa maatii wallin akkas faarfachuun carroomudha galanni guddaan gooftaaf haa ta uu eebbifamaa

  • @VitalHamed
    @VitalHamed 3 месяца назад +1

    Wwwwwwwww oo sol ebifama dhugaa waqayoo ayanii kanumaa calaa sifii yabayatuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BedassaBeriso
    @BedassaBeriso 3 месяца назад +2

    When I heard this mezmur I remember many thing god worked for me god bless your life and give for you eternally spirit

  • @JooAyu
    @JooAyu 3 месяца назад +1

    Woooooow soolkoo❤❤❤ ameeen nuuuf eebifami❤😢

  • @MilkiMulisaDeresaOromummaa
    @MilkiMulisaDeresaOromummaa 3 месяца назад +1

    Sol Baayyee Eebbifami Nam Jabaakoo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @dawitgetahun813
    @dawitgetahun813 3 месяца назад

    Guyyaa Faarfannaan kun gadhiifamee hanga ammaatti irra deddeebi'ee dhaggeeffadhee quufuun dadhabe...What a blessed Gospel Song.

  • @LaliseFanta-u7i
    @LaliseFanta-u7i 3 месяца назад

    Ameeeen goftaa baraa jireenya kessanii haa ebbisuu maatii ebifaa ta,aa hafaa

  • @Chaltu12Difiru
    @Chaltu12Difiru Месяц назад

    Ebbifamaa bayy'ee namatti toltu yesuus mana kessanitti laliseera ammalle kanarra gara mo'ichatti isin haa dabarsu

  • @Hawwine
    @Hawwine 3 дня назад

    Ebifama waqqayyo Sin haa ebisu ❤️♥️♥️❤️

  • @keykooyoutube1740
    @keykooyoutube1740 3 месяца назад +1

    Wanti itti yaadame,kadhatame,dafqame,dhimmamee, namuusa akkasitin hojjeetamu Waaqayyo akkasitti bareecha. Isa kanaafis Waaqayyo in dhimma dukaa bu'a.Sol Waaqayyo inni abbaa kennaa tahef galanni haa tahu. Atis amanamte akkasitti Warqee sitti laatame waan as baafteef Waaqayyo sii haa eebbisu.🍔🍔🍍🍍🍆🍆🥑🥑🥥🥥🍅🍅🥬🧄🥜🥑

  • @ebisaerena9558
    @ebisaerena9558 3 месяца назад +1

    God bless you Sola what spiritual song🥰🤩

  • @obsawakwaya6895
    @obsawakwaya6895 3 месяца назад

    Waaqayyo saa eebbisu Sol... Baayeen ittiin eebbifame faarfannaa kana.ayyaanni kana caalaa siifaa dabalamu

  • @DimbittiiKalbesa
    @DimbittiiKalbesa 3 месяца назад

    Uuffey gooftaankoo sin haa eebbisu adduma dhugaa.ayyaanichi haa mirgisu ammmayyuu❤

  • @RamataMustefa
    @RamataMustefa 2 месяца назад

    Eebbifami nama waaqayyoo Salomon adunya bayyee sijalanaa😍😍😍

  • @korichofeyisa5365
    @korichofeyisa5365 3 месяца назад

    Inni karaa hundan siin gargaare yesus akkaamin dagtamaa.