UUMAA MARAA: DAMEE FIQAADUU

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 29 янв 2025

Комментарии • 891

  • @danielemana9245
    @danielemana9245 4 года назад +72

    I heard this song more than 100 times, but every time it is becoming new. I am blessed with it!!! May Almighty God bless you!!

  • @DrNafyadGetuOfficial
    @DrNafyadGetuOfficial 4 года назад +250

    Hin quufamu dhugaa.stay blessed

  • @oroliyanadanielihim8557
    @oroliyanadanielihim8557 4 года назад +100

    Gurbaan kun DInqiidha aboo....... adaraa bubbee warra kaan raasee irraa of eegi waaqis si haa gargaaru

    • @lamisafkebedeofficial5177
      @lamisafkebedeofficial5177 4 года назад +2

      eeyyee dameen mucaa namusaan waaqayyo dandeetti adda waliin eebbiseedha. waaqayyo isaa wajjiin haa ta'u

  • @sitotagezahegn4975
    @sitotagezahegn4975 2 года назад +2

    fiixee faarfannaatim !!!! Hammayyuu ebbifamii

  • @nanboniy.8749
    @nanboniy.8749 4 года назад +74

    Obboleessa koo Damee, Waaqayyo si haa eebbisu!! Faarfannaan kee akkuma maqaasaa uumaa maraa faarfata-eenyummaasaa seenessa. Kan hedduu namatti tolu immoo (1)bugii bugii hin qabu, (2)uffata kana ykn sana jijjiiruunis ta'u iddoo digdama jijjiiruun (gaara bahuun laga lixuun) ijas nama hin jaamsu. Keessumaa walaloon kee immoo ajaa'iba, jechooti kee lafee cabsanii seenu! Baadiyaa Oromiyaa fi duudhaashee isa miidhagaa sanas bareechite nutti agarsiifte. Kiliippii kana qopheesuunis gatii hedduu waan siif salphise natti fakkaata. Walumaagaltti hojii ajaa'ibaa hojjette, Waaqayyo guddisee si haa eebisu, siifis haa dabalu jechuun jalladha! Faarfannaan/faarfattoota akkasii nuuf haa baay'isu gooftaan!
    Har'uma kana tarii si'a kudhanii ol irra deddeebi'ee daawwadheen jira; sichis irra deebi'ee daawwachuunkoo ittuma fufa. HIN QUUFAMU yeeee...
    Asee, hojiin akkasii ittuma haa cimu. Obboloota akkasii jajjabeessuun yaada eebbifamaadha; atis nuun ga'uukeef eebbifami!

  • @Cat_sweetie
    @Cat_sweetie 4 года назад +2

    Waaqayyo si haa eebbisu namana

  • @sinbofikadu737
    @sinbofikadu737 3 года назад

    Uuuuuffffaaayyiii Ammeen ammeen umaa maraa inni ta'ee waqni waqqootaa jireenyaa kee waan maraan haa ebbisuu farfaannaa kee hindisaa dhageefaadhee hin qufuum ayaani hamaalee siif haa bayaatuu

  • @Nimona-p9o
    @Nimona-p9o Год назад

    Adda malee nu jabaadhu😊

  • @yeroontube545
    @yeroontube545 4 года назад

    Waaqni Gudaan Si haa eebbisu..Baay,ee nama eebbisa faarfannaan kun.

  • @ewnetyasarfal
    @ewnetyasarfal 2 года назад +11

    ሃሌሉያ!!! uuuuuuuuuuuu....! ሃሌሉያ! ይኼ መዝሙር ግን መልእክቱም ዜማውም አንደኛ። ዘማሪዎቹን ሙዚቀኞቹን በዚህ ላይ የተሳተፋችሁትን በሙሉ እግዚአብሔር አምላክ ዘመናችሁን ይባርክ!!!😍😍😍😍

  • @galanigalani8849
    @galanigalani8849 2 года назад +1

    Dhugaa dhaa ebbifaamii haadhoo koo ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓

  • @barsiisaashoo1222
    @barsiisaashoo1222 3 года назад

    Dandii ifitii ittin tamsuu sittuu ka,ee.....bayee bayee dachaa kan waqayoo siif haa dabaluu umurii dhufi dheradhuu

  • @yemisirachmillion6333
    @yemisirachmillion6333 3 года назад

    Walaloon kee, jechootni ati fayyadamtu adda dha. Dhaggeeffadhee quufuun dadhabe. Eebbifami obboleessa koo.

  • @chaltualemuu7653
    @chaltualemuu7653 4 года назад

    wwwww waqayoo sii ebbisuuu bayee namatti tolaa itti fufi nama waqayoo

  • @chaltuheda619
    @chaltuheda619 4 года назад +11

    AJI"BAA FARFANA JECHOTAA ADAAN MUDAMEF AYANAA GUTUU HOGANAME ,GOOFTAAN BARAA KEE GUTUMA HAA EBISUU,HAFII JIRADHU .

  • @asterburaka3150
    @asterburaka3150 4 года назад

    Dhugaa dubbachuuf baayyee aja'ibaa dhaggefatamee hin qufamuu WAQAYYOO kana caalaatti si ha ebbisuu Dame

  • @siiforatube5733
    @siiforatube5733 4 года назад +65

    #UUMAA_MARAA!
    Daangeffamaa yaadaa siif hin qabu
    Ilaalcha koo jallaan siif qajeelcha
    Daba dubbadhee hamaa hin ba’u
    Halkan bulchee guyyaa situ na oolcha
    Barsiifata hin qabu waa deggersa
    Arjooma kee malee mi’aa hin qabu
    Sagalee godeessan siin ciradhe
    Of jaalladheen jira komii hin qabu
    Ballaa lafaa situ uume
    Bo’oo bishaan irra deemu
    Qaqawweedhaaf karaa baafte
    Balaqqeen hin naasifamu
    Ifa lafa naaf abboomte
    Tutaan keesse urjii torbii
    Onaa lafaa magarsite
    Kennaa keeti bokkaaf roobi
    Daandii ifti ittiin tamsa’u
    Situ kaa’e qajeelcha isaa
    Bittimfamuu qara ifaa
    Ooleera gubaa qilleensaa
    Qalqala bishaanii jigsee
    Situ roobsa samii keessaa
    Biyyoo lafaa jabeessite
    Suphee suphee wal qabsiisa
    Dhuunfaa keeti ogummaansaa
    Cabsatee nan nyaanne galaanni
    Manii isaatti cufaa goote
    Duumessaaf dukkana uffata
    Cufaa itti goote danqartee
    Hamma ifaa situ hubataa
    Dukkanaaf daangaa situ kaa’e
    Dandeettii kee maaltu hubata
    Duumessa’oo situ lakkaa’e
    Na oolchite konkolaachuu dhagaa gaaraa
    Ya Uumaa koo dhukkubattis situ na maara
    Tulloonni koo bara baraan eebba cobu
    Ooyiruudhaaf bineeldonnis nagaa qabu
    Natti aanta akka ormaa siin saalfadhu
    Anaaf beekta turjumaana hin waamsifadhu
    Sin jaalladha toora jiruu na barsiifte
    Garraamii koo fooniif lubbuun na eebbiste
    Haala hin eegu iddoo hin filu faarfachuun koo
    Yeroo mara siif ho’aadha galanni koo
    Hundee lafaa situ dhaabe
    Safartuusaa ofiin murteessee
    Burqituu galaanaa tolche
    Ogummaan kee gadi fageessee
    Qarri du’aa siin dhaga’a
    Sodaachisuun isaa siif miti
    Sagaleedhaan geggeessitee
    Bakakkaayyuu abboomtahoo ati
    Kanan qabu faaruu keeti
    Gaarummaan kee anaan ifa
    Si’iidha kan na eebbisu
    Nagaa kootiinan jiraadha
    Lagoonni illee naaf mirgisu
    Sagaleen kee naaf dubbata
    Laftis midhaan anaaf baasa
    Ya Uumaa koo galata kee
    Onnee koo irraan si eebbisa
    Ajaa’ibni ani dubbatadhu
    Dinqii keetu faarfamaadha
    Isan si beeku irra caalee
    Addummaan kee edaa jaaraadha
    Ifa keetiin miidhagsitee
    Anaaf uumteem ati dachee
    Furee biyyaa ragaa qabda
    Yeroo dhabaan lakkuu dhalche
    Cariin qilleensaa boora’ee
    Magarisni yoo gogani
    Jaalalli kee ammayyuu jira
    Anaaf sidhaam hardhas gootni
    Uumaa maraa sagalee keetu anaan dhiba
    Yaadaan qabee kaaniin dhiisee kaaniin diba
    Ajajaan kee eenyutu ka’e maaltu dhufee
    Dacheen kunuu beekumsi isheeyyuu siin kufe
    Haa hammaatu biyyi lafaa naaf liqiidha
    Si wajjiiniin Gooshen anaaf bakkee jiidhaa
    Bayyaannadhee sitti hin ta’u ani nama qoosaa
    Seera keetu qajeelfamaan na geggeessa
    waaqayyoo si ha eebbisuu 🙏️🙏️🙏️🙏️🙏️

    • @alialajmi7088
      @alialajmi7088 3 года назад +1

      Dhugaadha

    • @alialajmi7088
      @alialajmi7088 3 года назад +4

      Ani wodoftiu Amanti birati garuu farfafanaaa kaan guyyaa kesaati yoo tiqatee yeroo 5 oli dhagefadhaaa Ebifamiii oblesaa koo

    • @battireeabrr3387
      @battireeabrr3387 3 года назад

      Galatoomii

  • @Abdii531
    @Abdii531 Месяц назад +1

    ❤waaqayyoo sitti ha gammadu

  • @saketaurgessa6274
    @saketaurgessa6274 4 года назад +2

    baayee galata guddaa qabda gooftaan barakeef tajaajilakee haaeebisu

  • @jarsosara7722
    @jarsosara7722 3 года назад

    Waaqii isan Eebbisu! barri jireenna keessanii eebifamu!

  • @nardosmatiwos415
    @nardosmatiwos415 4 года назад

    Guddaa galaatomi ayyaana dachaa siif haa dabaalu Waqaayyoo!

  • @yobiteme7217
    @yobiteme7217 4 года назад

    Damee bara 2007 bishooftuuttin beeka baay'ee waaqeffachiisa jechoonni gumeesse fayyadamu akka damma mi'aa akka hannanii nama qabaneessa waaqayyoo isaa eebbisu

  • @sinkeabab8819
    @sinkeabab8819 4 года назад

    Waqaayyoo sihaa ebbiisu
    Dhugaa farfaannaa bay'ee nama hawwaatudhu. Kana calaa waqayyoo ayyana isa sif haa bay'eesu

  • @MartaMekonnen-i3z
    @MartaMekonnen-i3z 2 месяца назад +1

    Ebbiifam kun dinqiidha❤

  • @amosamuel7747
    @amosamuel7747 4 года назад +1

    wooowww....baayyeen jaalladhe eebbifami Damee

  • @mergatesfaye773
    @mergatesfaye773 4 года назад

    farfanna baay,ee mi,awaa hin quufamu damee eebifami.

  • @geletaararso6921
    @geletaararso6921 4 года назад

    Dangeeffamaa yaada siif hin qabu.!!!!!!! eebbifamii maqaa yesuus jiraataan.

  • @muludebela5305
    @muludebela5305 4 года назад +14

    Damee fiqaduu welcome back 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯💕💕💕💕💕💕

  • @negasaasefa9961
    @negasaasefa9961 4 года назад

    Dhuguumaati keenaa artii qabdaa. Aadaa, amantii fi siyaas-dinagdee sabaa akanaati bakkaa tokkooti halaa akkasiin hojechuun kee dibataa guddaan dha. Keenaa kee kanaa caalaati gudiftee akkaa dhaloota kanaaf fakkenyaa gaarii tatuu Waqayyoo sii haa gargaruu Daamee!

  • @warqituumulataa373
    @warqituumulataa373 4 года назад

    Waan jedhee ebbisuun dhabee anoo Ayyaanni kuni sif haa baayatuu

  • @ObsaAsfewu
    @ObsaAsfewu 13 дней назад

    Galaana irraa situu deema sanarraa in darbaa aangoonkee ❤❤❤❤❤❤Waaqayyoo bara kee haa ebbissuu margoo keenyaa

  • @ageregutema4573
    @ageregutema4573 3 года назад

    WooowwwWaaaqaayoo,baaye,ee baaye e,siyaa daachan,daachan,daachaan,ebisuu,Amee,Ameen Ameen Waaqaayoo,dibaata,isaa,siif yaa daabaluu👍👍🤲🤲🤲🤲🙏🥰🥰🥰🥰❤️❤️

  • @hayuolana1011
    @hayuolana1011 4 года назад +1

    Inni waaqaa fi lafa uume Waaqayyo hunduma keessan haa eebbisu! Damee guddaa eebbifami, AYYAANA ISAA KANA CAALAA SIIF HAA KENNU! BAGGA RAGADDAN, KAN ISAAF HIN RAGADAMNE EENYUUF RAGADAMAREE BAGA BAGA UUFEE AKKAM NAMATTI TOLTUU!!!!!!!!!!!!!!!!! KEEP UP IT ALL OF YOU!

  • @abelf8598
    @abelf8598 4 года назад +12

    Farfannaa aja'ibaatti😍 Yesuus aadaa keenya waliin nu jalate!
    Eebbifaami🙏

  • @kenab1407
    @kenab1407 4 года назад +1

    Maal akkam namtti tolaa Waaqayyoonkoo sihaa eebbisu ammallee yoomiyyuu taanaan faarfannaankee dhimmi ijoonsaa jajuu waaqayyoo qofa haa ta'u eebbifami dachaa dhaan

  • @tigistibekele2145
    @tigistibekele2145 4 года назад +1

    Ameeeeeen uuuuuufffeeee baay'ee namaati tolaa dhugaa ebbifamii dachaa Damee keenyaa

  • @hayudasedase4533
    @hayudasedase4533 4 года назад

    dursaaa galataa waqayyof isaa isiiin nuuf keneef yommile nuuf jiradha ijolee biyyakotiii isiin jaladhaaa

  • @yaikobfikiru1169
    @yaikobfikiru1169 4 года назад +1

    woow eebbifami damee baay'ee namatti tola ........

  • @sisaaymijanaa7434
    @sisaaymijanaa7434 4 года назад +1

    Uuuffffeeee waawooooo
    Waqayyoo isiin haa eebisuu

    • @fsufdhgdufuf534
      @fsufdhgdufuf534 4 года назад

      💞💖🤛🤜🤜👍👍👍👍👍💋💋💋💋

  • @ifaamargaa6254
    @ifaamargaa6254 4 года назад +1

    Ajaa'iba !!!!! jechoota nama gammachiisaniif hamilee namatti horantuu adda naaf taasise si jaallanna dameekoo ayyaanichi sirratti haa baayyatu!

  • @ebaabrahamitafa8688
    @ebaabrahamitafa8688 4 года назад +6

    Jechoonni ati fayyadamtu baayyee namatti tolu.Faarfannaa bareedaa.

  • @debelonegeri2794
    @debelonegeri2794 4 года назад +1

    #UUMAA MARAA!
    Farfannaanke hundii isaanii ogummaa addaan barreefaman! keessumaa kun immoo anaaf Addan jedha! Yeroo Hedduun irra deddebi'ee dhageefadhee garuu Quufuu hin dandeenye. akka sagalee Kiloleettifi Ululleetiin dhageefadhee quufuu dadhaabe. Waaqayyoo samii irraa si haa eebbisuu! Jabaadhuu ammas waan guddaa si irraa akka eegnu beeki! atis nama Jabaadha!

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa6390 4 года назад +1

    Adio isaa Eesaan arrgadhaa maloo

  • @maccaofficial6823
    @maccaofficial6823 4 года назад +1

    jaalladhera Waaqayyo sii haa ebbisuu

  • @HiroLamesa
    @HiroLamesa Год назад

    God bless you 💝💝💝

  • @feentiiaddunyaa8622
    @feentiiaddunyaa8622 4 года назад +1

    Ebifamii dachaa dachaa uuuuuufffffffff

  • @Laliiyou
    @Laliiyou 4 года назад +1

    daamee ebbifammii aseegid faana waal faakkattu

  • @workinehmuleta9275
    @workinehmuleta9275 2 года назад +5

    This is my 30 times to hear this song what a song ... Yerro 30ffa ilalaa Jirra

  • @namaratemesgen7593
    @namaratemesgen7593 3 года назад

    Ayyaanuma isaa keessatti hafi!

  • @rajieba4499
    @rajieba4499 4 года назад +2

    Incredible.woow i havnt word .May GOD bless you.Dame Fekadu .uumaata kana faakkaatu aadaa kana fakkatuun, jecha kana fakkaatuun faarfachuukeef...Guddaa eebbiifami.gurra koo dheebuu baasteetta. lubbuunkoos itti haara'eera.kanumaan itti fufi.

  • @geriyeworku3494
    @geriyeworku3494 4 года назад +3

    Hamma fedhe yoo waliin dhooftun baayyatteyyuu
    bara keessaa waaqni nama hin dhabu
    warra bara keenya keessa ka'an keessaamoo
    ati anaaf ishee qaalidha.
    dameekoo ati dammumaam

    • @nanboniy.8749
      @nanboniy.8749 4 года назад +1

      You nailed it bro!
      Waaqayyo nama dhoksee kaawwateeru qaba!

  • @LalisaAssefaOfficial
    @LalisaAssefaOfficial 4 года назад +1

    DAMEEN NAMA SAMMUUNSAA HAFUURA OGUMMAAN DAGAAGEDHA! WAAQAYYO BARAAF JIREENYASAA HAA EEBBISU!

  • @fikadutadesse
    @fikadutadesse 10 месяцев назад

    Maalinni nama kana irra deddebite dhaggeffatahoo mucaa keetiyyi naan jedhan maqaan abbaa Damee Fiqaadu waan ta'eef.
    Mee dhugaa dubbachuf namni walaloo isaafi jechoota isaa sirritti dhageeffate guyyaa tokkoof qofa osoo hin ta'iin torbaniifi ji'aaf dhaggeeffata. Obbolesso siif haa baayy'atu. Waaqayyo dabale daddabalee si haa eebbisu. Amen

  • @CheruTirfesa
    @CheruTirfesa 5 месяцев назад

    Ameen Ameen waqayyoo Ayyaanna isaa isiniif haa bayyissuu🙏🙏

  • @abomalegesse7807
    @abomalegesse7807 3 года назад

    Wow.................qindooomna hafuuraan masakame!!!! Abboo ammallee eebbifam!!!

  • @lalisawakjira9520
    @lalisawakjira9520 4 года назад +16

    Dhaggeeffadhee dhaggeeffadhee quufuu hin dandeenye! I can't stop listening to this song! May my God bless you our Singer Damee!

    • @kumee-tu5ep
      @kumee-tu5ep Год назад

      ❤❤❤❤❤eebbifamaa maqaa Waaqayyootti

  • @drfeyissa228
    @drfeyissa228 2 года назад +9

    I do not know how many times I listened this song! Somedays, I put it on a loop, and repeatedly listen for a long time. It is a fantastic song and touches deep in my heart. Dame is very blessed, and God bless him abundantly. We are blessed, and the video is just life. It reminds my upbringing when I see the amazing video. It is an outstanding song and video. All of his songs are great by the way. God protect Dame!

  • @firangospeltube3880
    @firangospeltube3880 4 года назад +1

    Wow ijoollee waaqayyoo waaqni keenya guddaa isin haa eebbisu ammaayyuu ayyaani waaqayyoo daacha isaa sif haa daabaalu !! guddaa Eebbifamera ani itti

  • @letatolesa1223
    @letatolesa1223 4 года назад

    waaqayyoo ammallee sif haadabaluu
    nama waaqayyo!!!!!!!!
    ammmmmeeeeeeen

  • @tesfayefikadu7058
    @tesfayefikadu7058 4 года назад

    Waaqayyoo si haa eebbisu! Hojii kee duraas nan jaalladha, kunis ni Bareeda

  • @gemechudame2787
    @gemechudame2787 4 года назад +1

    Bayyeen gammade gafaan ilalle namaa akkasitti itti yade qophessef kabajaa gudda qaba adaan enyumma u
    Ofitti.

  • @signalsignal7398
    @signalsignal7398 4 года назад +1

    Maaloo akamii namtii tolaa Eebbifamaa

  • @SamuelGirmaOfficialyoutube
    @SamuelGirmaOfficialyoutube 4 года назад +3

    Baay'ee addaam Dameekoo. Waaqayyo bara kee haa eebbisu. Keep it up.

  • @kalbesagobena7697
    @kalbesagobena7697 4 года назад +7

    “Of jaalladheen jira komii hin qabu”~ Dame waanuma ajaa’ibaati. Eebbifami,burqaan kee hin citin!

  • @gutaregasa9910
    @gutaregasa9910 4 года назад +3

    Faarfannaaa kana baay'een jaaladha, garuu jecha waaqayyoo ykn yesuus jedhu takkaa hinxuqumne. Maaliif ta'a kun...? Jechi maqaan yesuus ykn waaqayyoo keessa hinjirre dhamdhama hinqabu. Yaada walbuusuuf miti, gara fuulduratti sirrachuu qaba!!

    • @SannayitGonfa
      @SannayitGonfa 6 месяцев назад

      Ayyi yaa walqequu farfannan kunii wa,e yesuus malee wan biraa wan ibsuu hin qabuu yesus yesus jechaa olamoo kaa yaa umaa koo jechaa jiraa silaa akkatti namaa arsitanii 🙄🙄🙄

    • @adexguluma
      @adexguluma 2 месяца назад

      jechii huddii isaa iyyuu kan waqayyooti

  • @kenaararso7708
    @kenaararso7708 4 года назад +1

    Hojii dinqiidha!
    Waaqayyo isin haa eebbisu!

  • @Obsii365
    @Obsii365 4 года назад +2

    Uuuuuuuuuffffeee Ameen ❤🙏
    Damee keenya Waaqayyoo bara kee haa eebbisuu Eebbifamii obboleekoo 😍😍😍😍

  • @tokkummasalamon7700
    @tokkummasalamon7700 9 месяцев назад +1

    Ameen Ameen uuffff baay'een itti boqadha farffannaa kana,afuura koo hiikaa.

  • @trd1768
    @trd1768 4 года назад +5

    Addaam maaloo! Itti fufee ha mirgisu.

  • @diami2tube885
    @diami2tube885 4 года назад +1

    Ogumaan gooftaa adda....Faarfachuun akkasitti kunoo. Iddoo yaannikoo jiru faarfatte dameeko. Stay Blessed

  • @Khadija-p2s
    @Khadija-p2s 2 месяца назад

    Ammeenii daaribii deemii Bari kee jireenyi kee haa ebifamuu

  • @drdiriba
    @drdiriba 4 года назад

    Dhageeffadhee quufuun dadhabe. Ammallee waaqayyo ayyanasaa siniif haabayyisuu!

  • @kokettube1672
    @kokettube1672 4 года назад +8

    Maaloo eebbifamaa!
    Dhugumatti dhaggeeffatamee hin quufamu!

  • @getudereje5602
    @getudereje5602 4 года назад +1

    Ayyaanni waaqaqyyoo siif haa bayyaatu dachaa dachaa.uuuuuuuuuuuuuuffee.

  • @TegenuBeyene-n8q
    @TegenuBeyene-n8q 6 дней назад

    Bayyee namatii tola ebifamii

  • @kenboniamanu2830
    @kenboniamanu2830 4 года назад

    Damee albuuda guuda kessakee jiiruf of egaadhu. may lord bless you further.......

  • @JifaMilkisa
    @JifaMilkisa 3 месяца назад

    Ebifamii baay,ee namaa qubsaaa farsaakee❤❤

  • @tigistgirma1989
    @tigistgirma1989 4 года назад +1

    Eebifami dacha amalle ayyani goofta siif haa bay'attu!!!!

  • @dabalidaraje9949
    @dabalidaraje9949 4 года назад

    wow Aadaa ofiitiin waaqayyoon waaqessuu nu hubachiifte Eebbifami far Damee.

  • @letafanta8457
    @letafanta8457 4 года назад +1

    Wow daame waqayyoo si haa ebbisuu amma illee burqaa isaa sif haa dabalu waqayyoo farfannaa ke hundi isaa erga dha dhalota fi

  • @tedybacha1532
    @tedybacha1532 4 года назад

    Damee waqaayyoo farfannaa qofaaf waan si uume nati fakkataa eebbifamii ammayyuu, wow amazing gosple singers .!!!!

  • @gerbaleta
    @gerbaleta 4 года назад

    Waaqayyo si yaa eebisu!

  • @kumekumasa5689
    @kumekumasa5689 4 года назад +2

    Bagaa milkoftee Ebifamii 💘💘💘💘💘💘💘God bless you 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @shalomtube6315
    @shalomtube6315 4 года назад

    Damee keenya ammaayuu haafi nuf jiraadhu ittiin eebbifamneera farfaanan kee qufuu dadhaabne EEBBIFAMI maloo

  • @MahammadUmarMuusee-v4g
    @MahammadUmarMuusee-v4g 20 дней назад

    Jabaadhu Maqaa yesuusiin

  • @kokiinugus6642
    @kokiinugus6642 4 года назад +1

    Uuuffeeeeee eebbifamiiiiii mucaa kakuu

  • @sandaaboomedia
    @sandaaboomedia 4 года назад +2

    Wow!! what a song! what a video clip! Damee gooftaan si haa eebbisu Ayyaanasaa dabalee siif haa kennu

  • @kebekimuleta6687
    @kebekimuleta6687 2 года назад

    Jechooti ati itti fayyadamte adda❤ guddummaan waaqayyoo jechoota keenyaan madaalamuu baatanis haalli itti ibsuuf yaaltes adda❤eebba quufi ayyaannisaa siif haabaay'atu🙏 sirraa danuu eegna

  • @alemayehutadese4603
    @alemayehutadese4603 5 месяцев назад

    Wow wow Eebifami farfataa Dammed boo'icha walirra HIN cineeni dhagafadhee eebifameera.

  • @ydddeee6584
    @ydddeee6584 4 года назад +2

    Ere begeta ehema betam like yesflgewal like adergu enji mndnw

  • @margeeyesuusif6832
    @margeeyesuusif6832 4 года назад +1

    Uuffeey Dameeko nuuf jiraadhuu waaqayyoo barake haa eebbisu Ebbifami

    • @KattoufTelecom-m5s
      @KattoufTelecom-m5s 4 месяца назад

      🙏❤️♥️❤️🙏❤️♥️❤️♥️❤️🤲🙏🤲🙏❤️♥️❤️❤️❤️♥️

    • @KattoufTelecom-m5s
      @KattoufTelecom-m5s 4 месяца назад

      😂😅

  • @bachumekonin4349
    @bachumekonin4349 4 года назад +3

    Wooowwww Ebbifaamaa

  • @dawitdereje7823
    @dawitdereje7823 4 года назад +1

    yoo farfataan akkas ....
    hin qufamuu namichoo namatii tola

  • @bayisa_guta
    @bayisa_guta 4 года назад

    Faarfannaa hin quufamnedha! Baayyeen jaaladhe!

  • @leenadadhi4985
    @leenadadhi4985 4 года назад

    Uuuffffffeeeee hin quufamu dhugadha damee waqayooo si haa eebbisuu ebifami dacha faarfannan kee hin dundu kesa nama boqachisa caba fayisa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @roobee1353
    @roobee1353 4 года назад +6

    wowww salphaatti hin hubatamu! hafuura gooftaan maleee

  • @waktolalamesa9475
    @waktolalamesa9475 4 года назад

    Dame,Waaqayyo jireenya kee eebba bantii waaqaa fi lafaatiin haa eebbisu,seenaa dhugaa hojjette,hawwaasummaa keenya sirriitti ibsa,aadaa ofii dhaloota yaadachiisuunis qalbii eebbifameedha,hafii nuuf jiraadhu,sanyii eebbaa!!!!!!!!

  • @solsami
    @solsami 4 года назад

    Faarsaa Hedduu Namatti toluudha,Ammayyuu Itti Guddaachaa adeemi Damishaa ,Eebbifami !!!

  • @derartibekele1112
    @derartibekele1112 4 года назад +1

    Uuuuuuuffffffffeee ebifaamaa 🙌🙌

  • @Tamagn
    @Tamagn 4 года назад +1

    Weedduu baayy'ee gaarii dha Eebifami