🔴Maaltu ta'e? Raajii Isa Manni kiraa isa dhiphise! Daldala Maafiyoota Waldaa keessaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024
  • #subscribe #reactionvideo #share
    🔴Maaltu ta'e? Raajii Isa Manni kiraa isa dhiphise! Daldala Maafiyoota Waldaa keessaa

Комментарии • 25

  • @Nafii7024
    @Nafii7024 Месяц назад

    Intala farfana balesite kana qulaa ishe adababayiti rebudha dhuga rabii balagee farfana akkas bareda jajalifte ayiiii😢😢😢😢

  • @Link-iu5yw
    @Link-iu5yw Месяц назад

    Dhugaa baraa kanaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @negaselammaa
    @negaselammaa Месяц назад

    😢😢😢😢😢😢

  • @ShalomFeyera
    @ShalomFeyera Месяц назад

    Warraa farsaa nama fudhanii studio demanii waqayoo nama kolfaa haa godhuu amayuu gana bakka barbadanittii farfadhaa garuu futanii of mulisuudhaa hafuraa qulqulluu ykn ayyaanaa malee qullaa caranuu studio demanii waqayyoo dhalootumaa ardii kanarraa jiranittii haa araramuu malee anoo wan tokkoo wanan jedhuu hin qabuu ittii araramii abbakkoo 😢😢😢😢😢

  • @tajuumerabd6465
    @tajuumerabd6465 Месяц назад +1

    Kottaa gara Islaamummaa amantii shakkii fi mamiin keessa hin jirre! Islam the only way of life. {Indeed, the religion in the sight of Allah is Islam.} [Qur’aan Al `Imran 3:19].

    • @hawifayisa2581
      @hawifayisa2581 Месяц назад

      🤣🤣🏃‍♂️🏃‍♂️Dhufutti jiraa

    • @EboRebira
      @EboRebira Месяц назад +3

      . Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe.
      Hojii ergamootaa 4:12
      Kottu gara yesuus utuu yeroon jiruu.

  • @SannayitGonfa
    @SannayitGonfa Месяц назад

    Amanu,el abba kolfaa isaa yeroo hundaa nuu fidimee maloo😅😅😅😅

  • @ديربا
    @ديربا Месяц назад

    Dhugaa keejetee anilee farifanaa kopi namaa fakeesuu najibisisee itumaan nulachuu dhafi dhugaa waqaayoo araraa Nufi hadebisuu❤❤❤❤❤

  • @TigsitGirma
    @TigsitGirma Месяц назад

    Yaa waqayyo koo 😢😢

  • @RahelDane
    @RahelDane Месяц назад

    🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

  • @Zinu-p6v
    @Zinu-p6v Месяц назад

    Maali ijoollee kuni😅😅

  • @jarrahtube5103
    @jarrahtube5103 Месяц назад

    Mucaan remix goote kuni nekemte waldaa M/yeauus calalaqii natti fakkaatti 😂😢meee qoradhu adaraake

  • @abczaiter4381
    @abczaiter4381 Месяц назад

    😂😂😂😂

  • @mrmahdipandagamer2492
    @mrmahdipandagamer2492 Месяц назад

    Barii kenyaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @MeskarmReebaa
    @MeskarmReebaa Месяц назад

    😢😢😢😢

  • @HabtamuTeshome-i8n
    @HabtamuTeshome-i8n Месяц назад

    Waldoota ati jette keessattisoo uffannaa uffatamu ilaali obboloota shamarranii/dubartootaa dirree agarsiisa qaamaa fakkaata maaliif waldaan seera uffannaa hin baaftu qoosaa miti dhugaan jedha

  • @Burtukn-r8b
    @Burtukn-r8b Месяц назад

    Yaa waqayoo,ko0😢

  • @sithusith9266
    @sithusith9266 Месяц назад +1

    👍👍👍👍👍👍👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @JituAmbo-h6z
    @JituAmbo-h6z Месяц назад

    Garuuu kanajedhuuu farfachuyuuu hidhisinamoree walidatiii kenaho hiqabinuuu

  • @dubaidubai5020
    @dubaidubai5020 Месяц назад

    HIntali suun gaara naa guubdu dhugaa😢

  • @mitikuoluma6994
    @mitikuoluma6994 18 дней назад

    Garuu, gaaffiiñ qaba. Waldaa guutuun yommuu farfannaan waaqayyoon waaqessu hundi kennaa qaba? Warra kennaa qabuuf male hin faarfatamuu Waaqayyo? Faarfannaa jechuun immòo achii dhumtisayyuu Waaqayyoon jajachuu hin ta'uu? Yoo bareechan malee Waaqayyotti hin toluuyi? dhiifama anumti barachuufi male isin qoruuf miti.

  • @sithusith9266
    @sithusith9266 Месяц назад

    😁😁😁😁😁😁😁

  • @FtuAlmituJabesaYouTube
    @FtuAlmituJabesaYouTube Месяц назад

    𝐊𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤𝐤