Ajaa'iba! 1 "Namni nama jibbu jibbamaadha" 2 "Namni nama hamatuu hamatamaadha" 3 "Namni nama jaallatu jaallatamaadha" Jechoota hayyootaati malee kan daa'imni kun dubbate hin fakkaatu🔥🙏
❤❤❤❤❤kichuu koo waaqayyo akkumaa kanat si guudisuu ija warra hammota si irraa haa qabuu silaa biyya Ethiopia sana keessati namni boruf eggaamu caarra baraa dheera jiraattu hin qabu😢❤yaa waaqayyo adara mucaa kan ani si qofaa amaanna🤲🙏
Warri Mucaaa Kana Jaalattan Like Godhaa♥♥
Malituu jibaa kichuu kan ❤❤
Bayee jalanaa mucaa smart baredaa fi qaxtelee kanaa ilmaa Oromo ❤
ILaa kunoo😆😂
❤❤❤❤❤💯💯💯💯
Uuuuuuf Afan dama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mucaa kana oromoon gurmmofne guddifachu qabana dhalota kana kan jettan like godhaa jabadhu qaxalekoo
Kani keenya enyuu nufi gudissa
Rabbi gaditti oromoo dhaka@@BikilaShesha
❤❤
Ani obbo sanyii dha❤
Adee adanichi Abebe mucaa qaxxalee kanaaf akka mana finfinnee keessa nuf keenituf kabajaan gafanaa ❤🥰
@@salaalebiyyaakoo2142 anafis ittii nafii hiimaa adaraa
😅😅😂😂
Ni malaaf dhugaa kun biyyaa bulchaa boor❤🎉
😂😂😅😅
Adanech namaa amarifaa hasayuu maalee kaa afaan oroomoo dubaatuu ijii isii argue guurii isiilee dhaagaayuu
Waqayyoo sii haa guddisuu Ebbifamii gudadhuu❤❤❤🎉🎉🎉
Maaloo mucaa afaan dammaa kana akkuma itti jaaladhu ❤❤ Waaqayyo sihaa guddisu
Uuuuufff damma wayyi waaqayyo sii guddissuu obbollessa kenya habtamu Ebbifamii ❤❤❤❤
Habtaamuu Qaalii keenya baguma Gara biyyaati nuf deebitee baay,ee sii jaallanna dhugaa ❤❤❤🎉🎉🎉umurii nuuf dheeraadhuu
Dhugaadha
❤❤❤❤
Y😢😮😢😮
Warri mucaa kana jaalattaan Like godhaa❤❤❤❤❤
Naf kotu sif tahera
Guudadhuu 🎉🎉mee ijoolee naannoo Hooltee Laki godhaa❤❤
Ginica
Ejeree cangaree❤
🥰🥰🥰
maalif qubeetti qoosta ??
Arsii hni ta'uu
Maaloo kolfan nuffiixxe mucaa afaan dammaa guddaadhu.matii qanqee show mee manakootti goraa darbaamee asuuman 👍👈🙏❤️❤️❤️
Anu sitti gore abbekoo video kee hardha ilala ole guyyagutu❤jabadhuu jabdu koo
Uuuuuuuuffffff
Maloo qaxaalee keenyaa
Nuuf jiradhuu
Waaqayyoo gooftaan sii waliin haa ta'uu
Irreen gooftaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
haasaa mucaa kana dhagefadhe hin qufuu uuphaa rabbi sihaa guddisuu mucaa afaan damma🥰🥰🥰🥰
Qallii koo ijnii gadhee sin argiin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Daqiqa 5hafee 😢😢😢😢😢 ergaa satti tokkoti hasumma jallan jirra 😭😭😭
😂
Sanyii hacee hundeessa mucaa Afaan damma kana waaqayyo siyaa guddisuu ❤❤❤❤❤❤
Wanti akkasii Jajjabeeffamuu qaba Ijoollota warra akkasiif jajjabinaafi Haamilee guddaadha Thank you Habtaamuu
Yaa rabbi koo bakka gudadhan gahii mucan kan uuufffff garuu barumsa issa itti fufee akkaa baratuu godha bakka gudda gahu qaba 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qaaman xiqqaa sammuun guddaa ❤❤❤❤❤❤
Safuu Oromoo kan eegu❤❤
akkati isaa jaladhuu mucaa afaan damma 😘😘 waqayoo si haa guddissuuu 🎉❤❤❤❤❤❤❤
Haftamuu bayye garidhaa ijolee akkasii kanaa jabesuu kettif ulfadhuu Amalee jiranii mucayoo shamaraa takka fidii saliyaa jedhamtii ❤
Guddadhuu jabaa qaxalee sanyii hacee❤❤❤❤❤❤
Habtee waan guddaa hojjachaa jirtaa jabaadhuu!
🙋♂️ ❤💚 we love you boy 🙋♀️ you are very semart and tilted 👏 Oromo ejolekee jejebesaa 👍✅
Kolfaan dhumnee barana ebbifaamii habte keenyaa namaa jabaa nuu fidee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbii si haa gudisuu kichuu koo sanyii hayuu 🥰🥰🥰🥰💕💕💕🌹🥰🥰🙏🙏🙏🙏💪💪
Malo dadafaa sin ega jiraa❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🎉😮😮😮❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 0:00 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
waqayyoon sii haa gudisuu kichuu koo bekka xiqaa samuun gudaa😍😍😍😍😘😘😘😘😘
Uuuuuufffeee WAAQAYYOO sii haa guddissuu Qaxalleeko..❤❤❤❤..woww Woww jajabadhuu General hojii gaariidha ❤❤❤❤❤❤❤
Waan biraa hin jennuu, nuuf guddadhu xiqqoo keenya❤😊
Ajaa'iba!
1 "Namni nama jibbu jibbamaadha"
2 "Namni nama hamatuu hamatamaadha"
3 "Namni nama jaallatu jaallatamaadha"
Jechoota hayyootaati malee kan daa'imni kun dubbate hin fakkaatu🔥🙏
Gurbaati xiqoo kanna waaqayyoo siya guddisuu yanni kee uummurriii kee caalaa guddaadhuu dammaa koo 💓💓
Maaloo dafaa gad dhiisaa mucaa xinnoo kana yaadeera❤
Baay’ee nu bua’arsitan! Waaqayyoo si haa Guddisuuu 🎉❤❤❤🎉
Dhugaan ijoollee biraati hafee boo gafaa guddatan malumatu miciree lafaa nama ka'a garuu na ajja'ibbaa nama kamu waaqayyoo sammuu qulqulluu fii gaarii wajjiin ume garuu ! Ajjab
Ijoolee xixiqoo akkasii nu guddisa mee warrii ijoollee qabdan xiqumati wanti garii yoo sammuu anma dhalee salphati harka hin kenani gafa guddatan
Guddaadhuu xinnookooo ❤❤💋💋
Uuuuuuufff lalee qufuuu dadhabe damma kana❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Qimamii 🎉
Afaansaa akka dammaa miyaa'aa❤❤❤❤
Waqayoo Siihaa Ebiisuu Gudadhuu Saree koo ijii Amaan Siin Argiin qaxalee koo uuuuummmphaaaaa❤❤
Wowwwwww waqayyoo si hagudisuu sanyii haccee sanyii lecaa ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jabbadhu hadho kiyaa waqayyoo sii wajiini hata uu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤gudaa dhu umuuri dheradhu
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂Mucaa Kan guddisuu waqayyoo qaxalee sanyii oromoo ❤❤❤❤❤
Muccaa dammaa kana waaqayyoo si yaa guddisuu dhugaa uuuuuuuuffffi
Maatin qaanqee show mana kooti goraa mee❤❤
Rabbi isii haa guddisu ❤❤❤❤.
Nuuf ❤❤
Uuuuuuf qaxalee mucaa ijii hamtuun sin argin gudadhuu dammaa too❤❤❤❤❤❤
Qaxalee Mucaa ,baayyeen si jaaladha sanyii koo guddaadhu❤❤❤❤❤
Uuufffeee mucaa bareddu afaan damma kana akkam itti jaaladhuu nuuf guudadhuu buchookoo
Nama jaba kana waan nuuf qophessitef heduu galatomii Habtamuu❤❤❤❤❤❤❤
Well come Eegaa jirraa insha Allah nagahan kottaa ❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤😂😂😂❤❤❤waaqayyoo si haa guddisu gudadhu qaxalee mucaa😊😊😊😊😊😊
Gudadhuu qaxalee koo waqayyoo akkaa bakkaa guddan sii gahuu Abdii qabaa❤❤❤❤❤❤
Haabtaamu hojjii kee nyadhu
Sanyii Haacaaluu ❤❤❤❤❤❤
Gudadhu Waaqayoon sii hanbisuu.🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuuuuuf Gudaadhu kiichuu koo waqayyoo oggumaa fi hubbaana siif ha baayisuu Qimaamii waayii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mucaa xiqaa sammuun guddaa waqayyoo sii haa ebbissuu guddadhuu kichuu koo❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayoo mucaa kana kessaa maaltuu dubbataa maaloo ❤❤❤❤❤nuuf guddadhuu
Yeroo tokotoko ijolee akannaa Nufi .aferrii👌🏻🙏🥰🥰🥰🥰
Nagaaaaaaa .....nagaaa feena ilmaan oromoo rabbi walitti nuuf haa araarsu
Qaanqee galatoomaa baayyee takka namatti tola #Sanyii Haacaaluu #daaima olguddataa dandeettii kennaa waaqaa badhaafame kana affeeruu keessaniif galatoomaa Haptaamuu keenya gaarii namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Warrii akka mucca kana jalataan Like godhii mee?
❤❤❤❤❤kichuu koo waaqayyo akkumaa kanat si guudisuu ija warra hammota si irraa haa qabuu silaa biyya Ethiopia sana keessati namni boruf eggaamu caarra baraa dheera jiraattu hin qabu😢❤yaa waaqayyo adara mucaa kan ani si qofaa amaanna🤲🙏
Seexanummaa na xuqaa malee sirbii kaan seexannatti ✅✅✅✅
Phaaaaaa phaaaaaa Dammaa kiyyaa malloo oso hin gahiin middiyyarattii maa gaddii basttani🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Qaxalee woyii rabbii haa gudisu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Off beredu koo . God bless you 🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Qashatii da'immaa ❤❤❤❤ ufi akkaa sii jalaadhu
Qalalee koo gudadhuu waqayoo bakaa yadenii si yaa gaa,huu❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤ rabbii sii haa gudisuu
Dhugaa haasoofni mucaa kana baay'ee nati tola guddadhu ❤❤❤❤❤
Boftii Abbaa of Maraa ja'e 😅😅😅😅😅😅😅😅
Waaqayyo sa gudisuu gudadhuu bekusi kana calaa sifi hadabalamuu❤❤❤❤❤
Waqayyoo saa guddisuu mucaa qaxalee❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Rabbii warra keetiifis sabaafiis daandii sirriin sii haa guddisu nuuf guddadhu🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏
Mashallaa rabii bakaa sii gayuu ❤
Uuffee dammakaa arabni❤❤❤ guddadhu
Guddadhuu bakka gahi kichuuuuu koo rabbii sii haa guddisuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Muziqaan kanaa shexanaati jetee gudadhuu wly😢😢🎉❤❤❤
Dr hafatamuu umurii dheraaa jiradhuu sumanani jedheee
Qaanqee galatoomaa baayyee takka namatti tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Aaraa waqanii siyaa gudisuu maloo kolofan nufixee maloo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wowowo mashallah jabadhuu itti mudii mucaa H❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuuf gudhadhuu baredaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu Habtamu 🙏🙏🙏
Jijjiirama ati argitee argaa jirra❤❤
Maashaalla Bagaa Nagayani Nuu Dhuftan Managudo Mucaa Xiqoo Kana Egata Jiraa Mitii Maa Qataa
Natti tolte Xiqqoo koo Guddadhu.❤❤❤❤❤
Uuufff mucaa ebbaa gudadhu😘😘😘😘
Waaqayyoo isin haa eebbissu guddadhu ❤❤❤
Uuuuuuuuf waqqayoo si haagudisuu qimamii wayii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayoo Goftaa koo saa guddisuu buchoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa garuu mucaan kuni daimaa 😢🤔😂😂😂
Naa galuu didee Aniyuu😅😂😂😂😊
😂😂😂😂
Gudaadhuu qaxaalee mucaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
this child is very talented
Guddadhuume ati dhugaa waaqayyoo saa guddisuu kichuuko nama guddaa nama❤❤❤❤
Gudadhuu ijii hamtuun sin argiin ❤❤❤
Galtoom hafatamuu❤❤🎉🎉🎉
Bayee na aja'ibaa dhugaa ❤❤❤❤gudadhuu mucaa
Lubbu koo jabadhu waqayyo si guddisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuufffiii uuphaaa sijaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mee warrii akkaa koo koolftanii😂😂😂😂
Ani yeroo meqa irra dedebiye lale😂😂
Gudadhuu waqayoon si haa gudisuu❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤warabbaa jirtaa? Wanumaa gudaa se.aa namnii!! 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂mucaa damma wayidhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gudadhuu sarukoo waqayoo barafii jirenyaa kee aebisuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mucca kanaf mani Finfine kessa mani kenamuu qaba warrii jataan number 1 baresi
Nuufii gudadhu Sanyii Haccalu!!warri huminaa qabani yoo garrigaree garridha!!❤❤
Da'immaa bilisummaan guddate fakkaata😊😊