Tiraampi waltajjiirraa haasaa wayita dhageessiisaa jiran sagalee dhaga’ame| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Pireezidaantiin duraanii Doonaald Tiraampi duula na filadhaa kutaa Peenisilveeniyaa , Kaawuntii Baatileer keessaatti waltajjiirraa haasaa wayita dhageessiisaa jiranitti sagaleen wacaa fi rasaasaa kan dhaga’ame. Tiraampi harka isaa mirgaan morma isaa erga qabateen booda ariitiin waltajjii irraa dubbii dhageessisaa ture irraa gadi taa’e. Qaamooleen eegumsaa fi eegdonni isaa ariitiin yommuu waltajjiirraa buusuuf jedhan, Al tokko turaa , al tokko turaa sagalee jedhu dhageessisuun , eegdoota isaa gidduutii ol jedhee harka isaan mallattoo Injifannoo argasiise.Namoonni bakka sanatti argamnis sagalee guddaa dhageessisan. Wayita kana dhiigni karaa Gurra isaa gara mirgaan gara Afaan isaatti yaa’eeru ni mul’ata. Poolisiin wayituma sana bakka sana sakkatta’uu jalqabeera. '
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии •