Niikii Heelii Deggertoota Ripaablikaanotaa Irraa Deggersa Argachuu Itti Fufan| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Bulchituu kutaa Noorz Karolaayinaa fi dhabata mootumoota gamtoomaniitti Ambaasadara Yunaayitid Isteetis kan turan Niikii Heelii erga dorgomii prezidaantummaa baraanaa keesaa of baasanii boodas deggertoota Paartii Ripaablikaanotaa irraa deggersa argachuu itti fufanii jiru. Gabaastuu VOA Dooraa Meko’aar deggertoonni Heelii filannoo pirezidaantii Joo Baayidenii fi pirezidaantii duraanii Donaald Traamp gidduutti taasifamaa jiruun eenyu akka moo’uu danda’u murteessuuf bu’aa akkamii akka ilaalchisee gabaasaa qopheessite Jaallannee tu dhiheessa.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии •