Maalifan ishee dhisee?,jedhee akka inni gaabbee deebi'u yoo feete wan kana godhi

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 фев 2025

Комментарии • 95

  • @UgGt-v6t
    @UgGt-v6t 2 месяца назад +4

    Galtoomii dhugaa rabii wanaan garii siraa baradhee 👍👍👍👍👍🥰🥰🥰

  • @fartunaayub2904
    @fartunaayub2904 Год назад +16

    Dhugaa keetii dhirii yeroo dubartiin takka isa kadhaatu akka waan dhiirii isa male hin jiree itti fakkataa. Bro gorsa gaariidha galtoomi!❤❤❤❤❤❤

    • @Oromoo992
      @Oromoo992 Год назад

      Anis Kiyaa Akas nan jedhe Sin Barbaduu Sagalee kee Dhageyuu hin Fedhuu Hiree Tee Hiree tiyaa oli Sif Haa kenu jedhee Wan hundayu Blocks Naa godhee Kute Garu Abaa ilmoo kiyati Ani Obsuu hin Dandenyee Akasuma Humna koo itii Qisasee Haa Tahu Male bayeen Kadhadhee Dadhabee Sababa Inii Nama Birati Fudhuf Dema Nan jedhaniratin Dhaqe itii Dubadhe nin fudha ykn Hin Fudhuu nan hin jene Araban Bakaa Qabatan Naa dhorkee wly Anii Bayeen Jaladhaa Bayeen Kabajaa Carraan koo Kophati Naa Hanbisee😭😭😭😭😭

    • @HayuHayu-z2n
      @HayuHayu-z2n Год назад

      ​@@Oromoo992lubbu Tiyya Anilee Akasuma Ruhiii Abshirii Rabbin sabiri sif Akenuu 😢😢😢😢😢❤mal gonna caradhaa😢😢😢😢😢

  • @sfoosfoo2550
    @sfoosfoo2550 26 дней назад +2

    Galaatomi qaali.koo❤

  • @MakiyaQsim
    @MakiyaQsim Год назад +5

    Galatoomii obolesaa kiyaa nasii mudatee turee garuu egaa woliu dhabanee adanii banee wogaa 3 amaa garuu debiiee natii hasayaa anii garuu amaa kanii biraa wojii bultii ijarachutii jiraa yoo inii bilbiluu bilbilaa isaa bilokii godhaa garuu yeroo sanii heduu heduu jaladhaa amaa sagalee isatuu dhagayuu hinii fedhuu ❤❤❤❤ galatomii barnotaa garidhaa jabadhuu❤❤❤❤

  • @DeratuKuro
    @DeratuKuro 26 дней назад +2

    Bayyee galtomii❤❤❤❤❤❤

  • @SolomonIttafa
    @SolomonIttafa 17 дней назад +1

    Video Kee hedduun jaladhaa dhugaa atii baayyee nama jabadhaa amalee jabadhuu barotaa guddaa qaba galatomii jabadhuu jabaa nama❤❤❤

  • @megartubadeda3806
    @megartubadeda3806 Год назад +5

    😊😊😊 Dhugaa jetee Dhiiri kabajaan yoo guddate gabaraa see.aa

  • @DeratuKuro
    @DeratuKuro 3 месяца назад +3

    Nuufi jiradhuu dhugaa rabbii❤❤❤❤

  • @MohamadAlhwt
    @MohamadAlhwt 4 месяца назад +3

    Jabadhuu 👍👍♥️♥️♥️♥️♥️

  • @Abebe-m7q
    @Abebe-m7q 6 месяцев назад +2

    Umurii dheraa nuuf jiradhuu 👌🥰😍

  • @Birqee-ox3yc
    @Birqee-ox3yc 7 месяцев назад +2

    Anaanis wanaanjedhaa oromoo koo ani herumee jiatii biyaa alaa demee matiin bekuu biyaa tokaadhas yeroo bareetii qarshii hin qabuu turee inii hojiis hin arganee turee anii garuu malqaa gargaree jenaan hojjisi argatee ammaa garuu nafbilbiluu dhisee ani yoo bilbileefi malee dataaraa akkasaa hinjireeti of dhoksaa ottomaara jiruu yon bilbilufi maale nafibilbilii yoon iraa fagadhuu moo malargateetu badaa hasaa biraa egaaltee moo nanjedhee nagafataa walii koo walaale😭😭😭😭😭😭dhsuuf gayilaati galeera inii turree turee male nafbilbilu garuu daimaa wabiraa hin qabnu mee malanafdhaamtuu hiriyooni koo♥️♥️♥️♥️

    • @LessaGhgh-cb7se
      @LessaGhgh-cb7se 3 месяца назад

      Sister koo ani wantiin sif dhamuu irra callisi yeroo inni si gaafate hojitu busy na godhe jedhen yoo atii calliste sammu isati gaafiin baayata waan tahef si dubbisu danda atii bilbiluf yoo baayiste si tuuffata kanafu irruma callisi yoo inni dide kan darbe darbe waan tahef qarshii kee itti hin ergin kana booda yaada kee naf deebisi

  • @SutumeTesema
    @SutumeTesema 7 месяцев назад +2

    Wow galatoomi bro garsaa keetif hedduu irra barannee jirra atis jabaadhu

  • @jgyvhhvtfv6791
    @jgyvhhvtfv6791 Год назад +1

    Wow jabadha gota oromo si jalana jabadhu yani kee dhugadha wow ogesa kenya malo like godha 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @MujaahidNuman
    @MujaahidNuman 9 месяцев назад +2

    Galatoomi ammaas takka tanuu daleydu dhalaan gaafa sidhiis te deemte akkami shee nwote akka deebitu maal godhu qabda akkuma tadhiira nubara siifte tasaanitis beekubar baanna

  • @BirhaneTasfaaye-kt3qe
    @BirhaneTasfaaye-kt3qe Год назад +2

    Dhuga jetee bro koo galatomii itii fufii gorsaa garidhaa ❤❤❤

  • @JkH-g1d
    @JkH-g1d Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @misraamisraa4655
    @misraamisraa4655 9 месяцев назад +1

    Kan haridhan kana irra ba'ye wan na fayaduu argadhee ba'ye galatomii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @tejitukebede2343
    @tejitukebede2343 Год назад +1

    Galatomi nuf jiradhu brother jabadhuu itti fufii ❤❤❤❤

  • @AsterAster-np7jv
    @AsterAster-np7jv Год назад +3

    Gorsaa cimaa shamaraa kenyaa jabaa namaa👂👈❤💪

  • @SebontuSenbeta
    @SebontuSenbeta 7 месяцев назад +2

    Galatoomi ati dhuguman nama jabaadha

  • @hinnhinn-oz4dr
    @hinnhinn-oz4dr 9 месяцев назад +2

    Galatomii waan bayyee siira baradhee❤❤❤❤

  • @medinaamedinaa3135
    @medinaamedinaa3135 Год назад +1

    Baga ngy dhuftani Dr Jalaalaa ❤❤

  • @FhchGjvh-n5d
    @FhchGjvh-n5d 7 месяцев назад +2

    Galatoma Dr kenya ❤❤

  • @samerajamaal3216
    @samerajamaal3216 Год назад +5

    Hayi barumsa kee dhugaa rabbii faaxeen sijala oltu inuma badhaate gorsa hedduu nama gargaaruudha

  • @HalimaHassen
    @HalimaHassen Год назад +1

    😢😢😢😢😊😊

  • @Khadija-zi8wu
    @Khadija-zi8wu 7 месяцев назад +1

    Dhugadhaa jechii kee❤❤❤❤

  • @rosagizal5550
    @rosagizal5550 3 месяца назад +1

    dhugaakeetii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Salma-kf3vb
    @Salma-kf3vb 6 месяцев назад +1

    Bayy'ee Gallattommii jiraadhu.

  • @AsfawHundecha-hj6wu
    @AsfawHundecha-hj6wu Год назад +1

    Dr barumsi kee bayyee garidha ❤❤❤❤ gallattomi

  • @UgGt-v6t
    @UgGt-v6t Месяц назад +2

    👍👍👍👍👍👍👍

  • @BiqisaFisaa
    @BiqisaFisaa 2 месяца назад +1

    Galatoomi 🎉🎉🎉😢😢😢😢

  • @MarizaHusain
    @MarizaHusain 6 месяцев назад +1

    Thanks🎉🎉🎉🎉my🎉🎉🎉bro🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @asdewqasdewq9312
    @asdewqasdewq9312 Год назад

    Wooowwwww jabaa ofi nuuf jiradhuu kaa maaloo akkam namatii tolaa dhugaa gorsiikee bro nuraa turiin dadaafii nuf kotuu please ♥

  • @HawiikooWaqayoo
    @HawiikooWaqayoo 5 месяцев назад +1

    Dhugaa Kee jetee nuu jiradhuu

  • @MasafiMasafi-y3j
    @MasafiMasafi-y3j 11 месяцев назад +1

    Galatomii jabudhu😊😊

  • @aishaa683
    @aishaa683 4 месяца назад +1

    Dhuga keti beka ko😢❤❤❤❤🎉

  • @samerajamaal3216
    @samerajamaal3216 Год назад +1

    ❤❤haqa jette barsiisa xinsammuu you are my hero 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤ ♥ 👏 💙 💕 🙌 ❤

    • @ashtieba1585
      @ashtieba1585 Год назад

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤baayeeeeee galatomiiiiiiiiiiiiii

  • @workineshdida4754
    @workineshdida4754 Год назад +1

    Thank you so much biro ko❤❤❤❤❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔💔😭😭👍👍👍🙏

  • @Makkeyya-fd9zk
    @Makkeyya-fd9zk 8 месяцев назад +4

    Uuuuuuuuffffff

  • @fitaletsega1848
    @fitaletsega1848 7 месяцев назад +1

    Galtoomii 😢❤❤

  • @shumemisgana3965
    @shumemisgana3965 10 месяцев назад +1

    Guddaa galtomii ❤❤❤

  • @ZAMZAMAbdhul
    @ZAMZAMAbdhul 7 месяцев назад +1

    Dhugaa keeti❤

  • @DerartoDerarto
    @DerartoDerarto 3 месяца назад +1

    Dhugaa keeti galatoomi biroo

  • @UserAsf-d3r
    @UserAsf-d3r Год назад +1

    Galatomii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @FadheelaFadheela-ur3sr
    @FadheelaFadheela-ur3sr Год назад +1

    Galatomi 😢😢😢💗💗💗💗💗💙💙💙💖wan ofiko

  • @FathimaSiraj-q7m
    @FathimaSiraj-q7m Год назад +1

    ❤❤❤❤❤❤🎉

  • @Bikiltu-r1o
    @Bikiltu-r1o Год назад +1

    Nuuf jiradhun jaba oromo

  • @waaqqayyoogaariidhaa903
    @waaqqayyoogaariidhaa903 Год назад +1

    Jabadhu itti fufiii

  • @CaaltuOro-dg6ek
    @CaaltuOro-dg6ek Месяц назад +1

    ❤❤❤🎉🎉🎉👍💯

  • @LessaGhgh-cb7se
    @LessaGhgh-cb7se 3 месяца назад +1

    Galatomii bro

  • @MujaahidNuman
    @MujaahidNuman 9 месяцев назад +1

    Galatoomi dhalaan ho akka sijala maraattu maal godhu qabda kabiraa akka jaalanne simale

    • @BbBB-bf1hy
      @BbBB-bf1hy Месяц назад

      😡😡🤫🤔hin nyaata kootu

  • @misoromiyaa9984
    @misoromiyaa9984 Год назад +1

    ❤❤❤❤❤❤😢😢

  • @medinaamedinaa3135
    @medinaamedinaa3135 Год назад

    Dhugaa keti Dr ❤

  • @rosagizal5550
    @rosagizal5550 3 месяца назад +1

    Dhugaakettii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Halema-qg6qn
    @Halema-qg6qn Год назад +1

    Galatoomi baay'ee ✅

  • @FardousaFardousa-fh6gx
    @FardousaFardousa-fh6gx Год назад

    Good good

  • @CaliCali-w5b
    @CaliCali-w5b Год назад

    Biro koo ani hin jaladha garu inni yero nan kennu si jaladha ♥️ nan jedha garu sa'ati qabus hiriyota isa fana dabarsa anan garu bizidha nan jedha mali me rakkinni isa na himi me obolessa kiyya. Peels

  • @Siifjira1000
    @Siifjira1000 Год назад +1

    Thanks lubbuu

  • @vipvip-ee3lo
    @vipvip-ee3lo Год назад

    Jabadhu 😊

  • @ggga7871
    @ggga7871 Год назад

    Dhugaa ketii ❤❤

  • @chaltutura7239
    @chaltutura7239 Год назад +1

    Dhugaa keeti obboleessa koo

  • @mkyu4266
    @mkyu4266 Год назад +1

    👍👍👍👍👍👍💯💯💯💯✔️✔️✔️

  • @waarofii549
    @waarofii549 Год назад +1

    ❤❤❤🥰🥰💟❣💯👍

  • @algetotefese9666
    @algetotefese9666 Год назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @kumexafa2694
    @kumexafa2694 Год назад +3

    Galatomii gudaa kodee garuu akamitii namaa jalatan dagatuu ree jirenyaa biraa akamitii egaluu dhiraa biraa amanuun hin cimaa

    • @samerajamaal3216
      @samerajamaal3216 Год назад +1

      Tokkooffaa isa block 🚫 😒 godhi 2fffaa lakkofsa isa ballssssi waa'ee isa yaadu dhiisii 3ffaaa suuraa isa haqii 4fffaa nama waa'ee keetif kan isa beekuu wojiin hin hasyin 5ffaa waan si boharsuu dawaadhuu 6ffaa dogongori kee maali akka taatee of ilali** 7ffaa. Hojii keetin yeroo ballessi 8ffaa yoo dandeetti mammaddoo jilbifachuu hin qabne jalala miidhuu dhiisi gali herumi dhiiri biyyaa nama kun sammuu bilchata si gafata

    • @Oromoo992
      @Oromoo992 Год назад +1

      ​@@samerajamaal3216 Wly Jechii Kee Anafu Tahe Jiraa Uuufy Aniyuu Bayee Rakachaa Jiraa😢😢😢😢

    • @BbBB-bf1hy
      @BbBB-bf1hy Месяц назад

      😡🤫🤔💯🙆🙆

  • @mkyu4266
    @mkyu4266 Год назад +2

    Gorsii issaa malaqani hin argammuu

  • @mkyu4266
    @mkyu4266 Год назад +1

    Jabbanamaa

  • @waaqqayyoogaariidhaa903
    @waaqqayyoogaariidhaa903 Год назад

    😍😍👍👍👍🌹🌹

  • @shittoteressa2303
    @shittoteressa2303 Год назад

    💜❤💙💚👍👍👍👍👌👌👌

  • @qabaneehayiluu285
    @qabaneehayiluu285 Год назад +1

    Galatomii ❤

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py 10 месяцев назад +1

    Gudaa galatomii waeduun siraa baradhee

  • @RaniAthiopia
    @RaniAthiopia 2 месяца назад +1

    Fffffuuuu

  • @saboontuukumera9438
    @saboontuukumera9438 Год назад +1

    Lakk,na ergii gorsaa siraa barbadaa bayyee jireenyyi natii dukana,ee jira

  • @mkyu4266
    @mkyu4266 Год назад +1

    Commetin bu.a hin qabu like godhaf

  • @FatiaSouth
    @FatiaSouth 7 месяцев назад +1

    𝘥𝘩𝘶𝘨𝘢𝘢 𝘬𝘦𝘦𝘵𝘪𝘪

  • @offitaiijiiiradhu
    @offitaiijiiiradhu 7 месяцев назад +1

    Dhugaa ketii ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MujaahidNuman
    @MujaahidNuman 9 месяцев назад +1

    Galatoomi dhalaan ho akka sijala maraattu maal godhu qabda kabiraa akka jaalanne simale

  • @ukmk676
    @ukmk676 Месяц назад +1

    Galatomii ❤

  • @medinaamedinaa3135
    @medinaamedinaa3135 Год назад +1

    ❤❤❤❤

  • @MujaahidNuman
    @MujaahidNuman 9 месяцев назад +1

    Galatoomi dhalaan ho akka sijala maraattu maal godhu qabda kabiraa akka jaalanne simale

  • @DinqeFiqaadu
    @DinqeFiqaadu 8 месяцев назад +1

    ❤❤

  • @Abebe-m7q
    @Abebe-m7q 7 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤

  • @ZAMZAMAbdhul
    @ZAMZAMAbdhul 7 месяцев назад +1

    ❤❤❤

  • @MUSLIMA-t9r
    @MUSLIMA-t9r 2 месяца назад +1

  • @SalamSalam-rw9rr
    @SalamSalam-rw9rr Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤