Yoo ati barreessituufi qofa siif barreessa, yoo ati bilbilte malee inni hin bilbilu

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 28 ноя 2024

Комментарии • 29

  • @tejitukebede2343
    @tejitukebede2343 Год назад +4

    Dhugaadha galatomi nuf jiradhu brother barosi kee baay'ee naatii tolee jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @GanetEhden
    @GanetEhden 21 день назад +1

    Qaxalekeenya nufi jiradhu 🥰🥰🥰😭😭

  • @jgyvhhvtfv6791
    @jgyvhhvtfv6791 Год назад +3

    Wow jabadhu si bira jira❤❤❤❤❤

  • @sarabegala6057
    @sarabegala6057 Год назад +5

    😭kanuma keessaan jira ani hadhoo koo galatoomii ati sanyii

  • @AlemBekele-yr7we
    @AlemBekele-yr7we Год назад +3

    Dhugaa keet Dr waan jettan hundi dhugaadha maaliif seeta n amaloota isin dubbatan kana osooma agarsiisuu jechuun online irra utuma jiru naaf hin barreessu yoo ani barreesse malee yoon dawale malees hin dawalu sanu hin kaasu garuu sinjallaadha nan jedhaa yroo tokkoo tokko jia lamatis saditis wal argina garuu booda osooma baduu isa dhumaa message koo ilaalee deebisuu dhisee baqa anoo duras bareecheen beeka akkni sobu ani nan callisee baayee galatooma dhugaa.

  • @bontubekele7459
    @bontubekele7459 Год назад +4

    Yes anni asumaa kessaan jira dhugaa raabbii kunnii gorsakooottii galatomi qalikkoo

  • @FathimaSiraj-q7m
    @FathimaSiraj-q7m Год назад +1

    Bagaa nagaa dhuftee sanyii offii jabaadhu Anii himoo gaffii qaba gaffiin koos kadhimaan koo biyyaa Addaa Addaa jiraa online irraati wal barre Mattiin Kenyaa lamaa walti dhufani nikaa nuf godhiin innii immoo na irraati kani biraa fudhee Ammaa himmoo nati debbihe wojiin jiraana jedhee na kadhaate hedduu jallaadhas mee malin godhaa ?woggaa hedduuf wojiin dubbaata turee Anii isaan duraatis herumeen naf ta'uudide jeninaan bulitiin koo digamee isaatis himeen turee nikaa kees narraa busii jeninaans na dide innii duraa dogongoraa kooti jedhee mee Akkaa obbolleessaati naf himii dhiphaatin jiraa isumaas birrs biraan qaba😢

  • @turunishholana-xv8hi
    @turunishholana-xv8hi 2 месяца назад

    Gorsaa gaarii namaati toludha eebbifami nuuf jiiraadhu ❤❤❤❤

  • @BirqeeBirqee-g4v
    @BirqeeBirqee-g4v Месяц назад +1

    Ebbiifame dhuga jete...❤❤❤❤

  • @fartunaayub2904
    @fartunaayub2904 Год назад +1

    Gorsaa gaariidha jabbaadhu waan ofii koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ itti nuf fufii

  • @Jesusmyglory
    @Jesusmyglory Год назад +3

    Galatomii doctor 😊

  • @BirhaneTasfaaye-kt3qe
    @BirhaneTasfaaye-kt3qe Год назад +1

    Bagaa nagan dhuftan galatomaa gorsaa garidhaa jabadhuu itii nuf fufii❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JHj-xu4pg
    @JHj-xu4pg 5 месяцев назад

    Kayoon koo akkasii dhugaa namatii tolaa ❤❤❤❤❤❤

  • @IndiaIndia-i1b
    @IndiaIndia-i1b 16 дней назад +1

    Gorsa garii

  • @Tade-x6n
    @Tade-x6n 2 месяца назад

    Waw..hufi.jiraanyuu.bro

  • @SeenaawalagaaWalagaa
    @SeenaawalagaaWalagaa Год назад +1

    Kiyyaan Koo akkasii🥺😥

  • @FardousaAlwan
    @FardousaAlwan 2 месяца назад +1

    Dhugaa nuu jajjabeeysitte dhugaa raabbi

  • @bontubekele7459
    @bontubekele7459 Год назад +1

    Maalo dhugadha kuunni galatomi qalikoo kaan ko gaaru dubartidhan midhame hin beku dubartitaa midha maale gaaru anaanimoo sinjaladha jedha gaaru sittii hin asa.u naan jedha sabaabaa kaanat annimoo naan shaaka ama adda baanerayyuu baqa

  • @anshaagetahun3412
    @anshaagetahun3412 Год назад +2

    ❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @AsMn-k8f
    @AsMn-k8f 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤

  • @CaliCali-w5b
    @CaliCali-w5b Год назад +3

    Biro ko anas namudate jira

  • @Asmaamuslim-c2u
    @Asmaamuslim-c2u 2 месяца назад +1

    guddaa galtommii yadda kee irraa waa heduun hubadhee wonti kana fakkatu na mudate jira ani mucaa heduu na jaaltuu onnee isa cabse demme garuu egaa bira demmen boda anis namota bira fanaa jirachuu dadhabe isumati debi'e amas ini heduu na jaaltaa garuu kesi isa soda qaba nati fakkatee isa durani ani bekku sani nati ta'uu dide hangaa ani baresuufi safisani naaf hin baresuu 😢gochi kun heduu nati ufatee dhisuufi akka ani isa dhisus hin barbaduu garuu akka duriti busy na tasise nan dubisuu hangaa ani dubisu..?😢🙏

  • @iyah8785
    @iyah8785 11 месяцев назад +1

    Wanumaa akanaa kanatuu nagubaa jiiraa dhuga

  • @ZenuZenet
    @ZenuZenet 7 месяцев назад

    hadhoo koo bayee bayee galla too mii gorsa baye gariidha dubarttonn kenya moo baye goyomnaa nuf jiradhu lamii koo faya fii jirenya garii sifan hawa hadjoo koo sena kotuu haraee gorsaa ketiin 🥀💓😂😂😂😂😅🥰💔❤️‍🩹 💝💗💯💯💯🎉🎉🎉🎉

  • @SeenaawalagaaWalagaa
    @SeenaawalagaaWalagaa Год назад +1

    ❤🤦👌

  • @siyameuzee
    @siyameuzee Год назад +2

    😢😢😢😢😢

  • @FardousaAlwan
    @FardousaAlwan 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JituGamssa-ij9jm
    @JituGamssa-ij9jm 8 месяцев назад

    Jalali waliqixa yoo ishen najalane matan haa baduu😅

  • @IndiaIndia-i1b
    @IndiaIndia-i1b 16 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤❤🎉