Ani garuu hiriyan kiyya jalqaba jaladhe adda baane ture amma wagga 7 guute nati deebi nan jedha ani kan bira jaladhe isas onnen ittin didun dhabee baaye jaladha
mee anii isaa dhugaa yon dubadhee jalalii hin jiraa garuu kan dhugadhan sii jalatuu hin jiruu anii mataa kotin namaa lamaa jaladhee dhabee isan lachuu birrii naraa yatanii na gatanii garuu malif na debisaa mee ????
Yaa oboleti koo garu jalali birin in bitamu dhugadha ❤❤❤❤ garu gafa nama toko jalate biri miti lubu kee yoo kenitef iyi sin mararu kanaf malif biri kee kenite miti osoo adduma jalala kesa in seni durasa nama sana qurani ilalu mali akaa si barbadu hunbachu qana❤❤❤
Dhugaa gorsaa baayee baayee namati tolaa dhugaa ebbifaammii waa hedduu irraa baraadha
dhirii amaa biri dhaf kufaa malee shamaraf kufuu dhiseraa dhugaa biri ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Like like 👍 👌 oromoo wali haa guddifnuu💚❤🤟🤟🤟
Dhugaa keeti qaalii 👍❤❤
Jechoonni ati dubbattu hunduu mi'aawaa guutumaan guutuu waa'ee dhiirotaa ibsite tokkollee osoo irraa hin hambisin ❤❤❤❤
Dhugaa jette jabadhu sanyii koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatomii qalii koo baranota Baye dhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gorsa gaariidha hudduu galatoomi jabaadhu,👍👍👍❤
Galatoomi bro baay'ee natti tolee
Bayyee galtom bro sii jalana jabadhu qalii namaa
Baga nagaan dhufttee qallii nama jabadhuu 🥰🥰🥰🥰
Welcome koode keenyaa maalif nurra turta qoyi ati barumsi kee hedduu das jedhaa🥰🥰🥰🥰🥰
Hedu galtomiii barumsa baye sira arganee ❤❤❤❤❤❤❤❤
Ulfaadhuu🙏🙏🙏gorsa baay'ee gaariidha
Galtomi baaye 💖💖💖
Amazing video smart
Jabadhuu sanyii Koo 😚❣️🙌🫶🫶🫶🫶🫶✨💞💞
Jabbin kee akkanumati ittaa fufuu jabbadhu ❤
Eebbiifamii
Galatoomi 🙏
👌👌👌👌👌🙏
Galatomii wan ofii koo❤❤❤❤❤❤
Ebbifamii nuuf jiraadhu
Dhugadha 👌💯✔️👏
Yaaddotaa keetiif guddaa galatoomii ❤
❤❤❤❤❤❤ wawow galtomaa
Ani garuu hiriyan kiyya jalqaba jaladhe adda baane ture amma wagga 7 guute nati deebi nan jedha ani kan bira jaladhe isas onnen ittin didun dhabee baaye jaladha
Nuuf jiraadhu bro koo! Galatomi gudda.
Wawoooo namatti tola galatomi
Lakii anii jalalumaa baraa kanaa hin fedhuu 🙅🙅🙅🙅🙅🙅
Galatomi bor kiyaa qaliiamala qabesa ko❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hayee galtomii yaa bro😍😍🙏 mee malii jetta wayee jalalaa dute😇😒😥🤔?? 😅😂🤣.......
😂😂😂😂😂
Gorsa kee baayee jaldha galtomi ❤❤
Hayyuu tai qeerroo oromoo baayee nuuf galtomii tiruu koo dhiiraa kana mala baayee barbaachisa shamaranii sammutti qabadhaa dubbii kana
👌👌👌👌👍👍
Dhugaadha❤❤
Dhugaa ketii
Thanks bro
Galatomi bor garuu waan baayyee balesin duraa gara fudurati iti yaana🤣😂😂😢🙈
Wwwoooowwwww jabadhu ebifami❤❤❤❤❤
Wwwo
Egaa anii waa hundaa itti bodaa moo 🤣🤣isaa Amma bodaaf of qusadhaa Kan darbee darberaa 🥰
😂😂😂
Dhiraa male dhalaa himun hin tatuu bo bro
Galtom👍👍
❤❤🎉
Thank you my brother
❤❤❤❤❤
Galatoomi broo
Galatomi 🙏
Abaa manaa hoo akamiti aka sirriti na jaalatu godha?????
❤
Galatomii biro anii gorsaa kee heduu jaladhaa nufii jiradhuu batalyii hiryaa kiyyaa yero amala natii jijiruu irraa debieen dhagefadhas
🤍🤍🤍💯👌❤️
Galatomi❤❤
Galatomiiiii
Glt 😍
Yo ollaa ta,e hoo akkami godhu?
Galatomii
Kijibaa kun
mee anii isaa dhugaa yon dubadhee jalalii hin jiraa garuu kan dhugadhan sii jalatuu hin jiruu anii mataa kotin namaa lamaa jaladhee dhabee isan lachuu birrii naraa yatanii na gatanii garuu malif na debisaa mee ????
Maliif birike it kenite ati jalali birin bitamu
Yaa oboleti koo garu jalali birin in bitamu dhugadha ❤❤❤❤ garu gafa nama toko jalate biri miti lubu kee yoo kenitef iyi sin mararu kanaf malif biri kee kenite miti osoo adduma jalala kesa in seni durasa nama sana qurani ilalu mali akaa si barbadu hunbachu qana❤❤❤
Yonifu biyafagoadan jiratan maligodna
soba
Sif ta'uu danda'a😏😏
Soba hin jedhiin ode
Dhugaa ketii
❤❤❤❤
❤
Galatomii
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatomii
❤❤
❤❤
❤❤❤❤