Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Thank you, guys. HIR-KOO show is the best!! God bless you ❤❤❤🙏🙏🙏
Isin hundi keessan Hojii boonsaa hojjechaa jirtu! Eebbifamaa ,jabbaadhaa, galatoomaa!
Ijoollee oromoo kootiiJaabaadhaa dhugaaBaay'ee isin jaalllanna❤❤❤❤❤❤❤
Mattii bayyee natii toollaa gallamaa
Dhugaa Baay'ee namtii tolaa nuuf dherisaa malee diramichaa😢❤❤❤
Nuf jiradhaa jabbadhaa baay'ee baay"eee .... isin jaalladhaa ❤❤ Gaziixessitu jaabduuuuko hababoo Jabbadhuu atsii❤Hundii keessan na marartuu❤
ኢርኮ ድራማ በዚህ ደረጃ መሰራቱ ከድራማም በላይ ብዙ መልዕክት አለው፤
Hundreds keessaanuu qaalii keenya uuf jiraadhaa ijoolleee waaqayyoooo
Maatii Hir-koo hunddii keessan heddu hedduu galalatoomaa baayyeen sinitti gammadee yeroon sin ilaalu haala keessa jirru hunddumaa dandamattanii jabaattanii yeroo kanattii waan akkasiitiin dhufuu keessaniif baayyeen isin dinqisiiffadha.Gara fulduraafis waan guddaa sinirraa eegnna.Milkaayaa iddoo guddaa gahaa Eebbifamaa Galatoomaa ❤️🙏
Babareeddota koo akkatti nama marartani eebbifamaa❤❤❤❤ gaazexeesituunis wow dha❤❤❤❤
hundi keessanuu hojii aartii oromoo keessatti gumaachaa ajaayibaa taphachaa jirtu jabaadhaa ammallee nuti ijoolleen oromoo isiniin boonnaafulduratti immoo kana caala akka jabaattan akki nuti itti isin eegaa jirru persent dhibba ta'a yoon isiniin jedhe kun ibsuu hin danda'u.
Dirama Kuni erga dhumate booda osoo ta'e yaadni Kuni bareeda ture Yaada kooti.
Ijoollee jaallatamoo kana baga nuu dhiyeessitan. baayyeen isin jaalladha❤❤❤❤❤
Jabadhaa oromoo koo❤❤❤❤❤ kuni jel. Qaabaa keesani malee dhumara kesani miti jabadha❤❤❤❤❤
Attam namatti tolu dhugaa rabbii🤗🤗🤗🤗🤗🤗
Woowo bayyee namati tola dhugaa nuf jiraadha qaaliwaani Koo
❤❤❤❤❤❤dhugaa isiin hundumtti keessanu hojii boonsa hojachaa turtani ebiifamaa
ጌታን ስለምትወዱት እወዳችኋለሁ ወገኖቼ ኤቢፈማ
Irkoo/Hir Koon hedduu namattii tolaa kanayyuu nu argisiisuun Galatasaray waaqayyooti. Ammallee isin haa jajabeessu/ nu haa jajabeessuu jabaadhaa ka hafeellee itti nuuf haa guutuu, galatoomaa, Horaa bulaa nuuf jiraadhaa!
jabaadha ammas baaye hafa sirrtti itti mudda❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuu maaloo hirko ittuma fufa please 🥺🙏
Hirkoofa afeerutu tureem sadan isaani gamtaas inistus
Akkam jirtan ngy qabdanii animmoo baay'ee natti tola hirkoon jalqabumarraa kaasee jajjabaadhaa itti fufaa
Jabadhaa wly bayye tokkon isiin jaladhaa❤❤
Where are Milko,wako ,& instructor?
soorama bahankaa ..!
Wonti du'aa ka'e tokkollee hin jiru hanga yoonaa yesus kirstoos hin duunesi hin fannifamnesi wollaahii
Jajjabadha ammalee qaliwwa kenyaa 🎉🎉❤❤
I love tiyya
Baayyee isin jaalanna jabaadha dhugaa
Hirkoo nuti mul'ata hin jiru nuuf fidaa
Woooooooow Hirkoo midia ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 maloo hin fixiinaa itumaa fufaa Hirkoo😢❤😂
Jabbaadhaa amaalee qalliwaan keenyaa❤❤
Namati toltu dhugaa dubachuf jabadhaa itti fufuu❤❤❤❤❤
Maalooo Hirkoon filimii baayye baaredudha dhuga galatommaa hundii kessaan ❤❤❤
Ani biyya alaa irraa dabree dabree isin hordofaa waggaa dheeraa biyya alaatii isin hordofaa bara Rakkoo, bara dukka naa Afaan Oromoo ugura jala ture biyyaa bahee kana arguunuu waan addaati akka ummataatti. Galanni kan warraa qobsoo Ummata Oromooti gatii lubbuu kennanii kanaan nu gaheef haa tahu jechaa kana arguunuu waan guddaa, galatoomaa horaa bulaa!!
"Instructor",hirkoo, gamtaan eessa deemna?????
ana waandhi natti farade tiyyara ka jaalalli naqabu hoo😂 tiyya i love you😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hirkoon dinqiidha bar seenaa dirama oromoo keessaatti!🎉🎉
Jajjaboodha jabaadhaa sirritti
Wow ❤❤❤❤❤❤
😍😍😍😍😍🎉🎉🎉🎉bagaa gessanii hunduu
Maatii namatti toluu ammaa urgoofnee
Baayyee namatti toltuu😍😍😍
akkam namatti toltu dhugaa ❤❤❤
Namati tolaa dhugaa jabadhaa❤❤❤
Maatii Irkoo maatii Etv Afaan/garaan Afaan/garaan wal'ansaa dhugaa dhaqqabii Maraanne Eegumsaa dhoksaa
Guyya Dilbata Waan Gaarii nuuf Dabaarsa jirtaan
Waalii jajabeesaa oromoo koo
🎉uumata jalala 🫶 ebifamii ♥️
Wellistottaa oromo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
bayye isin jallana nu jirradhaa
Bayyee namati tolaa galatoomaa❤❤❤❤❤
Wawooo barsisadhaf midaan dabalamuu qabaa
Hirkoo Fi Gamtaan Fi Instun😁 Essa jiraan ❤
Midiyarattii yeeroo hasayamuu maqa dirama sanin tahuu qabaa please walkeessaa hin makinaa maqaa kaan hin barbannuu seenarattii baranaa waan ta,eef maqa isanii kan dhalotaa
Qaxaleewwan Oromoo keenyaa!❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wwwwww baga gesani udii kesaani
❤❤❤❤
Inistunfaa essa jiru?
maatii jaalatamaa kana.nuuf jiraadhaa
Jabaadha❤
Oromota koo hedhuu Namatti toltuu nuf jiraadha
❤❤❤❤❤
Wowowow baay,ee isin jaalana
Haala itti gurbaan jalqaba haasaa eegale,osoo tiyyaan haasoftuu addaan kute namatti hin tolu,ofittummaa guddaa dha kun,inni lammaffaa taatota afeeruu dhiisuun keessan dogongora guddaadha,
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
no no hirkoon xumuramu hin qabu dhugaa, ana eenyutu na kofalchiisa?
Ijoollee Qaxalee
Hirkoon xumuramu ga'eera warri jettan shuguxii.....
Please galoo ittifu fufuqabduu jabaadhaa!!
❤❤❤❤❤❤❤ maatii dirama hir koo ❤❤❤❤
❤❤❤very good ❤❤❤
Baayyee Sagantaa bareeda
Umrii nuuf dheeradhaa
Dirama Bayyee jaalanna Nuf Dheerssa ❤❤
isinnihama sadarkka kanna hojjachu bae gallattoma ba yye namattol
Baay'ee namati tola
❤❤❤❤❤❤❤❤Ebiifamaa
Jaallatamooko🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Umurii dheeradhaa,
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galoo dhugumatti ati nama guddaadha hundi keessanuu nuu jiraadhaa
Wwwwaaa baye namati tola jabadha yada barada ❤❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Mee kottaa matii waliif haa tanuu me wal ciina haa dhabbanuu
Wwwoo 🥰🥰🥰🥰🥰
Wowwow❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 😅😅😅😅😅😅😅😅😅 kan keesan mal dubbana kolfudha bichaa
Bagaa gessaan❤❤
Wow nu jiradhaa❤❤❤❤
Dhuga namatti toltu❤❤❤❤
Amboo koo❤❤❤❤❤
Wwwwwww
Ii😮k😮oo
Tiyyaan baay'ee na marartee maaloo
Gamtaan maalif keessaa hambistan?
❤❤❤❤❤]
🎉❤❤❤
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Qubeen gn afaan oromoo keessa jiraa?
Wwww
Thank you, guys. HIR-KOO show is the best!! God bless you ❤❤❤🙏🙏🙏
Isin hundi keessan Hojii boonsaa hojjechaa jirtu! Eebbifamaa ,jabbaadhaa, galatoomaa!
Ijoollee oromoo kootii
Jaabaadhaa dhugaa
Baay'ee isin jaalllanna
❤❤❤❤❤❤❤
Mattii bayyee natii toollaa gallamaa
Dhugaa Baay'ee namtii tolaa nuuf dherisaa malee diramichaa😢❤❤❤
Nuf jiradhaa jabbadhaa baay'ee baay"eee .... isin jaalladhaa ❤❤
Gaziixessitu jaabduuuuko hababoo
Jabbadhuu atsii❤
Hundii keessan na marartuu❤
ኢርኮ ድራማ በዚህ ደረጃ መሰራቱ ከድራማም በላይ ብዙ መልዕክት አለው፤
Hundreds keessaanuu qaalii keenya uuf jiraadhaa ijoolleee waaqayyoooo
Maatii Hir-koo hunddii keessan heddu hedduu galalatoomaa baayyeen sinitti gammadee yeroon sin ilaalu haala keessa jirru hunddumaa dandamattanii jabaattanii yeroo kanattii waan akkasiitiin dhufuu keessaniif baayyeen isin dinqisiiffadha.
Gara fulduraafis waan guddaa sinirraa eegnna.
Milkaayaa iddoo guddaa gahaa Eebbifamaa Galatoomaa ❤️🙏
Babareeddota koo akkatti nama marartani eebbifamaa❤❤❤❤ gaazexeesituunis wow dha❤❤❤❤
hundi keessanuu hojii aartii oromoo keessatti gumaachaa ajaayibaa taphachaa jirtu jabaadhaa ammallee nuti ijoolleen oromoo isiniin boonnaa
fulduratti immoo kana caala akka jabaattan akki nuti itti isin eegaa jirru persent dhibba ta'a yoon isiniin jedhe kun ibsuu hin danda'u.
Dirama Kuni erga dhumate booda osoo ta'e yaadni Kuni bareeda ture
Yaada kooti.
Ijoollee jaallatamoo kana baga nuu dhiyeessitan. baayyeen isin jaalladha❤❤❤❤❤
Jabadhaa oromoo koo❤❤❤❤❤ kuni jel. Qaabaa keesani malee dhumara kesani miti jabadha❤❤❤❤❤
Attam namatti tolu dhugaa rabbii🤗🤗🤗🤗🤗🤗
Woowo bayyee namati tola dhugaa nuf jiraadha qaaliwaani Koo
❤❤❤❤❤❤dhugaa isiin hundumtti keessanu hojii boonsa hojachaa turtani ebiifamaa
ጌታን ስለምትወዱት እወዳችኋለሁ ወገኖቼ ኤቢፈማ
Irkoo/Hir Koon hedduu namattii tolaa kanayyuu nu argisiisuun Galatasaray waaqayyooti. Ammallee isin haa jajabeessu/ nu haa jajabeessuu jabaadhaa ka hafeellee itti nuuf haa guutuu, galatoomaa, Horaa bulaa nuuf jiraadhaa!
jabaadha ammas baaye hafa sirrtti itti mudda❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuu maaloo hirko ittuma fufa please 🥺🙏
Hirkoofa afeerutu tureem sadan isaani gamtaas inistus
Akkam jirtan ngy qabdanii animmoo baay'ee natti tola hirkoon jalqabumarraa kaasee jajjabaadhaa itti fufaa
Jabadhaa wly bayye tokkon isiin jaladhaa❤❤
Where are Milko,wako ,& instructor?
soorama bahankaa ..!
Wonti du'aa ka'e tokkollee hin jiru hanga yoonaa yesus kirstoos hin duunesi hin fannifamnesi wollaahii
Jajjabadha ammalee qaliwwa kenyaa 🎉🎉❤❤
I love tiyya
Baayyee isin jaalanna jabaadha dhugaa
Hirkoo nuti mul'ata hin jiru nuuf fidaa
Woooooooow Hirkoo midia ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 maloo hin fixiinaa itumaa fufaa Hirkoo😢❤😂
Jabbaadhaa amaalee qalliwaan keenyaa❤❤
Namati toltu dhugaa dubachuf jabadhaa itti fufuu❤❤❤❤❤
Maalooo Hirkoon filimii baayye baaredudha dhuga galatommaa hundii kessaan ❤❤❤
Ani biyya alaa irraa dabree dabree isin hordofaa waggaa dheeraa biyya alaatii isin hordofaa bara Rakkoo, bara dukka naa Afaan Oromoo ugura jala ture biyyaa bahee kana arguunuu waan addaati akka ummataatti. Galanni kan warraa qobsoo Ummata Oromooti gatii lubbuu kennanii kanaan nu gaheef haa tahu jechaa kana arguunuu waan guddaa, galatoomaa horaa bulaa!!
"Instructor",hirkoo, gamtaan eessa deemna?????
ana waandhi natti farade tiyyara ka jaalalli naqabu hoo😂 tiyya i love you😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hirkoon dinqiidha bar seenaa dirama oromoo keessaatti!🎉🎉
Jajjaboodha jabaadhaa sirritti
Wow ❤❤❤❤❤❤
😍😍😍😍😍🎉🎉🎉🎉bagaa gessanii hunduu
Maatii namatti toluu ammaa urgoofnee
Baayyee namatti toltuu😍😍😍
akkam namatti toltu dhugaa ❤❤❤
Namati tolaa dhugaa jabadhaa❤❤❤
Maatii Irkoo maatii Etv Afaan/garaan Afaan/garaan wal'ansaa dhugaa dhaqqabii Maraanne Eegumsaa dhoksaa
Guyya Dilbata Waan Gaarii nuuf Dabaarsa jirtaan
Waalii jajabeesaa oromoo koo
🎉uumata jalala 🫶 ebifamii ♥️
Wellistottaa oromo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
bayye isin jallana nu jirradhaa
Bayyee namati tolaa galatoomaa❤❤❤❤❤
Wawooo barsisadhaf midaan dabalamuu qabaa
Hirkoo Fi Gamtaan Fi Instun😁 Essa jiraan ❤
Midiyarattii yeeroo hasayamuu maqa dirama sanin tahuu qabaa please walkeessaa hin makinaa maqaa kaan hin barbannuu seenarattii baranaa waan ta,eef maqa isanii kan dhalotaa
Qaxaleewwan Oromoo keenyaa!❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wwwwww baga gesani udii kesaani
❤❤❤❤
Inistunfaa essa jiru?
maatii jaalatamaa kana.
nuuf jiraadhaa

Amboo koo
❤❤❤❤❤
Wwwwwww
Ii😮k😮oo
Tiyyaan baay'ee na marartee maaloo
Gamtaan maalif keessaa hambistan?
❤❤❤❤❤]
🎉❤❤❤
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Qubeen gn afaan oromoo keessa jiraa?
Wwww