BABAARO - Doktora 7 Ilmaan Abbaa Tokkoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 сен 2024
  • Maatii Obbo Mirreessaa

Комментарии • 208

  • @misganaadugna5472
    @misganaadugna5472 3 месяца назад +2

    Akkuma afaan isaaniirraa deddeebiin dhageenyu, gargaaraan isaanii waaqayyo dha. Baga gammaddan baga gammanne. Bakkaaf biyya jirtanitti nageenni rabbii isinirra haa tahu.

  • @latiteferigetahun72
    @latiteferigetahun72 4 месяца назад +30

    Akkaa biyyaa Ityoophiyaati seenaa addaadha, ijoollee Abbaa tokkoo fi Hadhaa tokkoo. Doctor 7 Wow!!
    Ijoollee Oromoo fi Oromiyaa ❤❤

    • @TeshalaGadisa-gf3us
      @TeshalaGadisa-gf3us 4 месяца назад +1

      Wow wow wow 🎉🎉😮😮 maaloo maaloo maal namatti tolu uuuufffff maatii eebbifamaa

    • @SmartTube-dp6mf
      @SmartTube-dp6mf 4 месяца назад +1

      Kun Oromoof fakkeenya guddaa dha! Maatiin hunduu saba kana keessaa osoo waan kanaafi kana fakaatan irratti boba'uuf caraaquu qabu!
      Fkn:-👉Daldala irratti baay'ee daran hirimaachuu fi cimuu.
      👉Barnootatti cimuu maatii cimsanii baasuu.

    • @FeteneBelina
      @FeteneBelina 3 месяца назад

      Woow God blessed gratulation Family and unique

  • @TeshomeHordofa-tf7ve
    @TeshomeHordofa-tf7ve 3 месяца назад

    የዚህ ቤተሰብ ድንቅ ታሪክ በአማርኛ በሚዲያ ላይ ለሌላውም ህብረተሰብ እንዲደርስ ቢቀርብ መልካም ነው። መላው ቤተሰብ እንኳን ደስ አላቹ!

  • @gwalbo7547
    @gwalbo7547 4 месяца назад +7

    ALL the praises, glory, power, blessing, and honour be to God Almighty! Amen!
    Succinctly: I say to you all, Remain Blessed Abundantly!

  • @SannayitGonfa
    @SannayitGonfa 4 месяца назад +12

    Mali ijolle wanti akkatti namatti toluu waqayyo siin ebbisuu baga gammadan 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Fiqir123
    @Fiqir123 4 месяца назад +25

    Ijoolleen wallaggaa duru madda beekumsaati

    • @GetahunShelema
      @GetahunShelema 4 месяца назад +1

      wallagga Kan jedhu of keessaa balleessitii waan biraa itti fufi .
      Nama koo hin dogoggorin.
      Eessa maaf hin taane hunduu wal qixa tolee.
      gara biraas doctor jira

  • @Alemtshayetola-vk6fp
    @Alemtshayetola-vk6fp 4 месяца назад +3

    Abba jechuni kanaa dhugaa matii ebifamee amas gabdhaa jabadhaa 🥰🥰

  • @sisayabayneh8442
    @sisayabayneh8442 4 месяца назад +9

    Kabaaja guddaa maatii kanaaf!!! Beekamtiin akka biyyaatti keenamufi qaba. Respect!!! Recognition!!! Disseminate for the wider public.

  • @Abeelove
    @Abeelove 4 месяца назад +7

    Congratulations 🎉🎉🎉 ijoollee biyyaakoo kan mana baruumsaa tokko keessaatti baraannee qaxaalee waan ❤❤❤❤❤

  • @urgessasoressa
    @urgessasoressa 4 месяца назад +5

    Very blessed family!! They should be registered on giniouse book!!

  • @lilugidami9657
    @lilugidami9657 4 месяца назад +1

    Congratulations 🎉🍾🎊🎈
    Thank God for His blessings, that no one can take away. God is faithful for our oppressed and undermined people!
    I praise you Jesus for your faithfulness!!!

  • @biranuabdissa7377
    @biranuabdissa7377 4 месяца назад +3

    Dr Gamachu"if God said"I can tell nobody gonna stop u guys, u all deserve way much better its just the beginning!.

  • @RayaSirak
    @RayaSirak 4 месяца назад +4

    Maali kuni! Maatii eebbifamaan! Kan nama ajaayibu immoo"waaqayyo waaqayyo" kan jedhu afaan isaanii keessaa hin bu'u. Haadhaaf abbaas dabalatee.🤔🤔🤔 Jarri kun kiristaana/ pheenxee natti fakkaatu. Gooftaan isaan yaa eebbisu!!! Ammayyuu

  • @GGU900
    @GGU900 4 месяца назад +1

    Maatii carraa qabeessa🥰🥰 seenaa jimmaa Yunivarsitii keessatti maatii tokkorraa Doktoora hagasii oomishuun waan addaatti. Doktoorummaa qofa osoo hin taane amalaaniis namatti tolu keessattuu Dr. Shagitu hundarraa caalatti ni beekan waan taheef ijoollee baay'ee namatti tolaniidha🙏🙏🙏 fayyaa fi jaalalaan jiraadhaa🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏

  • @tsigetakele
    @tsigetakele 4 месяца назад +4

    Ijoollee qaxalee maatii eebbifamoorraa burqan!
    Waa'ee keessaniif Waaqayyoon haa ulfaatu jenna.

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 4 месяца назад +3

    Doktorii duruu waallaaggaa kesaa biqilaa wowwoo❤❤❤❤🎉🎉

  • @cybercravingman5265
    @cybercravingman5265 4 месяца назад +2

    Hopefully i am waiting 7 Star Miresa Children Hospital

  • @Kabani-s9p
    @Kabani-s9p 4 месяца назад +2

    Wow 👌 kana waaqumatuu gargare

  • @ChaliHirphesa
    @ChaliHirphesa 4 месяца назад +1

    Obbo Mirreessaa Bantii sirriittaan beeka Isaan hojii daldalaa keessatti baayyee tokko nama cimaadha kanaaf inoolleen isaan cimuun maddi isaa isasnirraat waan ta';eef baga gammadaan jedha lammii gaariidha

  • @ChaltuAdugna-h8n
    @ChaltuAdugna-h8n 4 месяца назад +4

    Waliif jirradhaa ija hamtuu isiniraa ha qabuu qalii wankoo❤

  • @Mustafa-si4cg
    @Mustafa-si4cg 4 месяца назад

    Excellent quality 👌 thanks for the family members and friends!!!

  • @cphonetastic3994
    @cphonetastic3994 4 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤waawwoo dhugaa waan aja'ibatti matti tokko keessa namonni 7 Dr ta'uun isani ajaibsiisadha jabadha nuuf jiiradha saba koo❤❤❤❤❤❤❤

  • @samuelderiba380
    @samuelderiba380 4 месяца назад +1

    Blessed Family!!! 🥰
    Baga Waaqayyo isin gammachiise!

  • @user-rg9vc5tp1n
    @user-rg9vc5tp1n 4 месяца назад +3

    They are a gentle families their famousity is registered on UNESCO❤❤❤😂😂😊

  • @meskeremmeskerem9048
    @meskeremmeskerem9048 4 месяца назад +1

    Wowowo waaqayoo inni kanaan sin gahee baayyeee guddaa Haa eebbifamuuu galannii kan Waaqayyootii Uuuuuffffeeeeeeeeey ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ bagaa gammadaan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @rametotibeisso69
    @rametotibeisso69 4 месяца назад

    Congratulations! Baga Gammadan Maatii,namni barate Biyya Fayyada. baroota hedduuf Hawwaasni keenya carraa barnoota fi Mana Barnoota dhiyeenya hin arganne kun namootni akka Abbaa kanaa biyya fayyadan akka hin baane hiree cufe. dhalootni ammaa carraa irra woyyaa qabu jiru bayeessa, Eebbifamtootnis maatii hedduuf ,biyyaaf fakkeenya gaarii ta'u.

  • @GemedaDuguma-ze3qu
    @GemedaDuguma-ze3qu 3 месяца назад

    Bga waaqayyoo carraa kanaan isin gae ijoolleen wallaggaa duraanii madda hayyooo
    Doctaroota,
    Pileetota,
    Injinaroora,
    Mandiisota.......

  • @alemhika8200
    @alemhika8200 4 месяца назад +1

    Waqayyo haadhaf abba kessan akkasuma isinin obbolaa hundakessan haheebisu🙏🏾. Maal hojjechu akkayaaddan yon bare natti tola.
    A. Hika, MD. Norway irra.

  • @BooreeBooranaa
    @BooreeBooranaa 3 месяца назад

    GREAT !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Ammas Eebbifamaa ! Amma illee Bulaa horaa ! kun kennaa addaati. What a blessed family !

  • @MergaRegasa-w9e
    @MergaRegasa-w9e 4 месяца назад +2

    Gurri Dinaa hin dhaga'iin kanaa

  • @GelanaMisganu
    @GelanaMisganu 4 месяца назад +1

    Ani baay'een ajaa'ibsiifadhe dhugaa akka kootti.Eebbifamaa maatii addaa🙏🙏🙏

  • @gutemakasim3932
    @gutemakasim3932 4 месяца назад +1

    Congratulations all brothers, Dhugaa kun kennaa rabbiiti. Rabbiin unrii maatii keessan wajjiin isin haa dheeressu

  • @user-im9jk8hf6c
    @user-im9jk8hf6c 4 месяца назад +1

    Yaarabbii hsmtuu irraa qabii ummataa beeysisuu hinqabdanii ijji namaa bareeda mitii❤❤❤❤❤

  • @cybercravingman5265
    @cybercravingman5265 4 месяца назад +1

    Miracle family history

  • @dabafayssaa2576
    @dabafayssaa2576 4 месяца назад

    Wqyoo umri deraa isnfi hakenuu ebfamaa .wow wow wow

  • @user-ql3ji7pw3x
    @user-ql3ji7pw3x 4 месяца назад +1

    Waan ajaa'ibatti dhugaa Waaqayyoo haa Eebbifamuu

  • @robsonfekede4031
    @robsonfekede4031 4 месяца назад +1

    The father of Doctors Miresa Benti great Model i pray for you Long-Life with your Doctors and engineer !

  • @madinataju7355
    @madinataju7355 4 месяца назад +1

    My ijoollee horroo ❤❤❤❤❤

  • @zelekeadolaadolaberako5276
    @zelekeadolaadolaberako5276 4 месяца назад +1

    bagaa waaqayyoo isiin gargaarre carraa kana isiin gahee!!;;!!
    congratulations
    ❤❤❤❤❤❤

  • @genetbefk986
    @genetbefk986 4 месяца назад

    I proud of these family ,I never seen like them who liked each other and I wish more life for the whole family

  • @BoniBoni-u8m
    @BoniBoni-u8m 4 месяца назад

    Bagaa gaamadanii waqayyoo keessani issaa issanii gargaref gaalani guddaan haa ta'uu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Saa_Ab
    @Saa_Ab 4 месяца назад

    bless more!!!!! blessed family

  • @Golollisa_barii
    @Golollisa_barii 4 месяца назад +1

    Ijoollee QOPHAAYINA ❤AMBO
    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Amante2023
    @Amante2023 4 месяца назад +1

    Congratulations 🎉🎉
    Very blessed family .!!🎉🎉🎉

  • @dryosantadesse5727
    @dryosantadesse5727 4 месяца назад

    Waw ijoollee mirreessaa❤❤❤❤

  • @ShaamilKalif
    @ShaamilKalif 3 месяца назад

    Haadha ijoollee kan deessaa illee bayy'ee galatomii attisi

  • @margitumargituu1168
    @margitumargituu1168 4 месяца назад

    Wawawaw lamikoo baga gamaddan abbaan kenyi baay'ee cimodhaa dhugaa dubachuf umurii dheraa harmee kenyaa wajin

  • @Firriiyoutobe
    @Firriiyoutobe 4 месяца назад

    Jiraa jirtuu warii Etv Afaan Oromoo anii hordoftotaa keessaan keessaa Ani namaa tokkoon isinin jeedhaa❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AggeGetu
    @AggeGetu 4 месяца назад

    Wow bayee namati tolaa dhugaa nu jiradha

  • @TeshomeHordofa-tf7ve
    @TeshomeHordofa-tf7ve 3 месяца назад

    WALLAGGAA madda beektotaa fi hayyootaa ti kanaaf ormi nu jibba malee nama hin jibbinu. Walumaa galatti Wallaggaan Mirga isaatti Fayyaadama dirqama isaa ni ba'a ,Garuu mirga isaa dabarsee eenyuufuu hin laatu hamma du'aattillee.

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 4 месяца назад

    Baga waqqayyoo siinf garagaree obbolato koo♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel7847 4 месяца назад +1

    Wallaggaa koooo❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gutatariku3002
    @gutatariku3002 4 месяца назад +1

    Smart Family in Horro Guduru Wallaggaa

  • @FgFg-cn2tx
    @FgFg-cn2tx 4 месяца назад +1

    Wwwwwww best family urmi dheradha darba jiradha baye nama gamachisa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @fikrutafese4998
    @fikrutafese4998 4 месяца назад

    Surprising !

  • @LeenGetacho
    @LeenGetacho 3 месяца назад

    ❤eeebbifama

  • @moichaantube
    @moichaantube 4 месяца назад

    Hundumti keessan baga gammaddan!
    Dr Galoo, hiriyaa qaxaleewwan ani qabu keessaa isa tokko, congrats again 🎉🎉🎉

  • @gemechisbulti9897
    @gemechisbulti9897 3 месяца назад

    Waaqayyo galata haa argatuu abboo..❤❤❤

  • @michaelkutane236
    @michaelkutane236 4 месяца назад

    Baayyee gaarii dha.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 4 месяца назад

    ❤eera Eegumsii osoo akka Minister fayyaafi barnootaatii argitu tayee=yaadachisii Dr Fayyaa Rifaatuu barattaan spiritual foundation

  • @naianaiaa7426
    @naianaiaa7426 3 месяца назад

    Wwoo,ebbifaama

  • @ShaamilKalif
    @ShaamilKalif 3 месяца назад

    Bagaa ijoollee oromoo ta'ee??

  • @fenetdadi-bf7qp
    @fenetdadi-bf7qp 4 месяца назад

    Walaga is hero.

  • @SalamSelam-z3k
    @SalamSelam-z3k 4 месяца назад +2

    Wow wow baayee namati toltu dhuga waaqqayyoo goofta baraf jireenyaa keessani haa ebbisuu dhuga ebbiifama ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 baga gaammadani❤❤❤🎉🎉

  • @robsonfekede4031
    @robsonfekede4031 4 месяца назад +2

    Baga gammadaan maatiin hundiii keessa keessuumaa abbaaan ijoolee kana abba mul'aatatii really he was wonderful father

  • @etcetc6196
    @etcetc6196 4 месяца назад

    Wow wow bayee tokko namati tolaa bagaa Rabiin isin badhasee baka guddaan isin gahee wara lamii ofi tif hojii garii hojetuu isin hagodhu sanyiiko

  • @simaaneliyas578
    @simaaneliyas578 4 месяца назад +1

    Mee Maqaa isaanii nuuf barreessaa kaa seenaaf ol kaayyennaa....!

  • @AbdulfetahAliyi
    @AbdulfetahAliyi 4 месяца назад

    Mati aja'ibati rabbi umri isani nuf ha dherressu

  • @FateMuktar
    @FateMuktar 4 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤good luck 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @AbduRahman-zm2no
    @AbduRahman-zm2no 4 месяца назад

    Dhugaa wan barnotaa namaafi ta uu ijoleenyaa bagaa milkofitaanii❤

  • @JohnTErena
    @JohnTErena 4 месяца назад +1

    @Wallaggaa biyya hayyootaa ❤❤❤

  • @enishebekele6767
    @enishebekele6767 4 месяца назад

    🎉🎉🎉🎉🎉 Baga gammaddan. Waaqayyo isin yaa eebbisu.

  • @mosisatasgara4849
    @mosisatasgara4849 3 месяца назад

    Ajaa'iba ijoollee oromoo! Horro Guduruu wallaggaa!

  • @terefebanti1221
    @terefebanti1221 4 месяца назад

    Bagaa Gamadan, Umurii dheera isiinif Yaa keennuu.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 4 месяца назад

    Hawaasni xumura argee Eegumsaa Qalbiinis waraanaa qabeenyaa Uffaata Dammaqaa mokonniin dubbachuun Seeraa ittisaa

  • @Thobi587
    @Thobi587 4 месяца назад

    WOW WHAT A BLESSED FAMILY, EBBIFAMAA

  • @ShaamilKalif
    @ShaamilKalif 3 месяца назад

    Bagaa oromo ta'ee ijoollee abbaa ijoollee kani guddise bayy'een galatomii jedhanii sii jedhaa??

  • @ketemadinka5475
    @ketemadinka5475 3 месяца назад

    woow bagaa waqaayyoo isin gargaree

  • @wesener7170
    @wesener7170 3 месяца назад

    Best family ❤❤❤

  • @cybercravingman5265
    @cybercravingman5265 4 месяца назад

    MIRACLE FAMILY, WE ARE PROUD OF U.....

  • @gobenaameni218
    @gobenaameni218 4 месяца назад

    Congratulations🎉 Great for Oromo people

  • @cushticethiopia3133
    @cushticethiopia3133 4 месяца назад

    International standard family. Congratulations you all:)

  • @dn22
    @dn22 3 месяца назад

    Waaqayyoo caalaati isiin haa eebisuu

  • @mediitube8488
    @mediitube8488 4 месяца назад

    Baga Waaqayyoo isaan gargaaree umurii keessan haa dheeraatu

  • @J-CREATIVEE
    @J-CREATIVEE 4 месяца назад +1

    Baga Gammaddan 🎉🎉

  • @gamachudaraje1066
    @gamachudaraje1066 4 месяца назад

    What a miracle like that

  • @shiferawgemado8265
    @shiferawgemado8265 4 месяца назад

    God bless all the families great 👍🏾

  • @shagekalifa5189
    @shagekalifa5189 4 месяца назад

    Congratulations 🎉 🎉
    congratulations 🎉🎉
    Bagaa gammadan Amas Rabbin isin haa milkessu ❤❤🎉

  • @obsaejeta3096
    @obsaejeta3096 4 месяца назад

    Woow! beloved family!

  • @RomanRoman-vj5xz
    @RomanRoman-vj5xz 4 месяца назад

    Congratulations🎉Good luck with everything.

  • @user-fc7ch6lw9y
    @user-fc7ch6lw9y 4 месяца назад

    Dhugaa namaa ajja'ibaa Sii ebbiisuu

  • @LaliseDeraro-bv2ih
    @LaliseDeraro-bv2ih 4 месяца назад

    Congratulations bayee namatii tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waqaayyoo isn haebisuu

  • @dabafayssaa2576
    @dabafayssaa2576 4 месяца назад

    Bagaa dhaltani guduruu biyaa gotta biyaa bdhadhina biyaa ngaani bekamtu fakngaa gudaa tatuu dhaltani dufufi bagaa gessani isnfi gamnee jiraa.

  • @melesezegeye-di9nl
    @melesezegeye-di9nl 4 месяца назад

    Wow! Amazing family!

  • @Sifaansifaan-m5d
    @Sifaansifaan-m5d 4 месяца назад

    Wowwwwwwwww jiradhaa haamtuu siii arginiii jiradha umurii dheradh. Baaye namtii toolaaa

  • @Golollisa_barii
    @Golollisa_barii 4 месяца назад +1

    🎉🎉🎉🎉🎉
    ❤❤❤❤❤

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 4 месяца назад +1

    Raajiidha kun dhugaa❤❤❤❤

  • @malikahassan5744
    @malikahassan5744 4 месяца назад

    Woooow amale Rabiii haa bayiisu Jolee oromoo

  • @halakewakala2013
    @halakewakala2013 4 месяца назад

    Baga waaqayyooni iisin gargaare

  • @danielmulatu2549
    @danielmulatu2549 4 месяца назад

    Wow .... congratulations Galata...
    Maatii dinqisiisaa