She got 575/600 that's 96% with a rounded decimals 😮 what a genius 👏. May the Lord guide you and keep you for the rest of your days🙏🏽 keep reading the Bible.
Absolutely brilliant and all-rounded soul. Kudos to her parents- for raising an exceptional person in an environment that is not too often forgiving. Thank you, Gammadaa for this refreshing interview.
"weather we Live or die,live for glory of God " what a principle God bless You She look Like repeating the life of Joseph Lived In Egypt at the house of King.
Hardworking+spirituality+positive mindset = SUCCESS Thanks SIFENE .RAAJII FI ATI NAMA DAANDII DHUGAA FI QAJEELAA PLUS EXAMPLIAER FOR THE OTHERS OROMO STUNDENTS
Congra ! Sifenee for such extraordinary exam result & wish you similar future success. Thank you Gamada for presenting such hard working examplenary successful student.
I am proud of you Sifene. Finfinne keessa taate hundee eenyummaa kee Afaan Oromoo danda'uun kee baayyee na gammachiise. Waaqayyo si haa eebbisu. Keep going forward and upward 👏👏👏
Gammadaa I really like you are infront of me right now garuu sidubbisuun sodaadhe malee arround piyasa mijuu coffee hundaafuu heddu namatti tolta qaamaanillee haallikee GOD bless you Game👌👌
Hardworking+spirituality+positive mindset = SUCCESS 🎉
Thanks SIFENE ....
Baredduu koo Ati hundaaf fakkenyaa tattaa Rabbii ammalee sii ha gudisuu. Jechaan ittiin sii diqisifadhuu hin qabuu❤❤❤❤
Baga gammaddee boonsituu keenyaa. Fuldurrike ifaa, caalatti jabaadhuu👏🏾👏🏾Isa si gargaaree Waaqayyoof galanni haa ta’uu🙏🏾
Gammadaa show mucaa qaxalee kana waamtee hasofsiisuu keetti baayyee gammadnee jirra guddaa galatoomi 🙏
She got 575/600 that's 96% with a rounded decimals 😮 what a genius 👏. May the Lord guide you and keep you for the rest of your days🙏🏽 keep reading the Bible.
Mucaa jabduu Sifeenee hangaa dhumaatti rabbi siyaa gargaaru yanni kee martii hojiitti sifaa jijjiramu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I am proud of you🙏🙏🙏waqaayyoo ammallen siif haa dabaluu ayyanaa isaa👏
Dr Takiluun thank you na jedhii
Absolutely brilliant and all-rounded soul. Kudos to her parents- for raising an exceptional person in an environment that is not too often forgiving. Thank you, Gammadaa for this refreshing interview.
Sifeenee eebbifamtuu namaa
Nama waan hundumaan guutuu
Waaqayyo offitti aansee si uumee
Waaqayyo sammuu kee siif baneera isa jalqabdee jirtu Waaqayyo fiixaan siif haa baasu bakka guddaa geessee si arguun hawwii kooti nuuf jiraadhu❤❤🎉🎉
Wowwww Wowwww Congratulations Bagaa Gaammadee Bagaa Waaqayyoo sii gargaree Qaxalleeto Mul.ataa kee hundumaatti Goftaan sii haa Milkessuu ❤❤❤❤❤❤
"weather we Live or die,live for glory of God " what a principle God bless You She look Like repeating the life of Joseph Lived In Egypt at the house of King.
Wow dhaloonnii ammaa Kun mucaa kanafaa ilaalaa fuldura keessan ifaa gochuun qabdu. Biraanuu ykn Abiyyii hin komatiinaa❤❤❤❤❤
What a pure genius! Even the way she view things and the world is amazing. We are so proud and happy for you . Intala oromoo❤
Whether we live or die for the glory of God!! God bless you. I learned a lot from you!!
Hardworking+spirituality+positive mindset = SUCCESS
Thanks SIFENE .RAAJII FI ATI NAMA DAANDII DHUGAA FI QAJEELAA PLUS EXAMPLIAER FOR THE OTHERS OROMO STUNDENTS
Rabbi bakka guddaan si haa gahuu sifeenee dhugaa oromoo ta'u keettu gammadaa sho gammachise anasi gammachise❤🥰🥰🥰
Masha allh tuni nu boonsitee rabbi iddoo guddaa isii haa geesu
Jabduuf qaxalee waan hundaan bareedduu 🤗 Ammalee milkaa'i sifeenee koo❤❤
Congra ! Sifenee for such extraordinary exam result & wish you similar future success.
Thank you Gamada for presenting such hard working examplenary successful student.
❤❤❤❤ ጎበዝ፣ ወላጆችሽ ታድለው አኮራሻቸው፣የድካማቸውን፣ውጤት፣አዪ፣
Well disciplined and Matured girl 👏
What a girl on earth!
Dubartti ajaa'ibaa rabbii sii yaa milkeessuu itti fufii❤
Excellent sifeenee❤❤ jaabadhu haalumaa kanan ittii fufii ❤❤❤❤❤
Jabduu ofii Abbaatu Jabeeffata Jabaadhu Sifeenee Takiluu kan hafeetti Waaqayyo sii faana haa ta'u
Very smart girl, many blessings! Congratulations!
Wooow amazing I admire you
Sefene may God help you be strong what is coming is greater than what is gone
Wawooo waqayyoo amaree sii haa milkeesu jabadhuu sanyii lencaa ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo bagaa sii Gargaare hadhokoo Eebbifamii waaqayyoo Kara keetii sii milkesaa😊😊😊😊😊❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow bayee namatti tolaa dhugaa galman sii ha gahuu waqayoo
Mucaa eebbifamtuu, Waaqayyo fiixaan ba'umsa siif haa kennu.
Praise Lord about your Success; God is good in all the time.
Baayyee na ajaa'ibde ati uumama addaati waaqayyo waa hundaan guutuu si godhee si uume haa galateeffamu bifni kee, dandeettiin kee, ofitti amanamummaan kee, fedhiinkee waan daddeettii namaa gararraadha. Baayyeen sitti gammade guddaa galatoomi👏👏👏👏👏👏👏👏👏✊✊✊
Wawwwwwww mashaallah sii jedheraa dhugaa jabadhuu jabduu kooo❤ baga oromo tatee❤❤❤
It is rare to get such an all rounded student. She is so amazing!
Remain blessed
Sifeenee qaxalee Waaqayyoo si haa milkeessuu ammallee 🥰🥰🥰🥰
Masha Allah mucaa jabduu Ethiopian budaa Oromo tii Rabbii siha eguu ya nama Oromo tauu kesann Bonna ❤🎉🎉
Wow wow strong woman
Jabadhu waan ofi ❤❤
WOW bagaa tenya tatee baga gamadee qashti tenya❤❤❤
Abbaa jechuun akkaasi afaani fi enyuummaa isaa kan dhalootaa dhaalsisuu....💯💯💯💯💯💯💯💯💯💕
University of Cambridge, UK field Applied Nutrition bareeda qaba! Achi apply godhaafi, ani simannaa gochuufiif waadaan gala✋✋
great ..
Bara ijoolleen dubaraa keenya kutaa 8'tti karaa irraa kaatanii bakka hin taanetti argaman kanatti, ol adeemtuun akkasii jiraachuun abdii biyya keenyatti hora. Si'ana biyyi lafaa fi qorumsi karaa baay'ee dargaggoota keenya kuffisaa jira, maatiin ijoollee isaanii sirnaan guddisan haa galatooman🙏🙏🙏🙏
Kana waa maraan tolche Waaqni🙏🥰
Ebbiiffamttu koo jabaadhu🎉🎉❤❤
Akkm namatti tola dhugaa ayyaanni waqayyoo siwajjiin haatau ❤❤❤❤ jabduu namaa❤❤❤❤
Woow
Sinboo qabeettii,ogeettii,hubattuu🎉
waaqayyo kana caalaa sammuukee haa banu!
Well done Sifene! Jabaadhuu jabduu hintala!
Sìfeenee takluu baga gammadde 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤ jabduu fi onnattuu intala abbaa gadaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
Bareeduukoo koo waan hundan ebbifamte❤❤❤❤
🎉🎉🎉 waqayoo siifanaa haa tatu
Congratulations ❤❤❤❤❤Jabduu teenyaa jbadhuu amaas waaqayyoo sii yaa gargaruu
Baay' ee gaaridha itti fufii ijarra hafi. Karaan ati irraa dabarte nama baay' 'ee yaa waamu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwwwwwoooowwwww baggaa waqayoo Sii gargaree kongraa bareduuu koo jabduu Namaa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowuu ijoollee biyyaa ormaa miraa keesssaa bahaa 😂😂❤❤❤❤
Wow Congratulation 👏👏 Sifeenee mucaa jabduu fi qaxalee waan hundatu sirraa bareeda. Ammallee Waaqayyo kaayyoo kee siif haa milkeessu🤲 We proud of you❤
Shamarran yoo sirriitti of irratti hojjetan waan hundayyu hojjechuu akka danda'an argisiifteetta. Cimtuu Koo jabaadhu ammayyu!
❤❤❤❤❤❤❤
Baayyee namatti tola gamme yoo rabbi jedhe intala koo dhiyeessita guyyaa tokko 🎉🎉🎉
Sifeenee qaxalee intalaa jabaadhu!👏👏👏 Game atis nuujiraadhu!🙏
Congratulations🎉❤ sifenee gobazi waaqayyoo bakka yaaden siyaa gahu jabadhuu jabdu oromoo ❤❤❤❤
Mucaa jabduu fi Qaxalee wan hundamatu siraa bareeda Ammallee waaqayyo si wajjiin jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowww jabdu, Oggettii beekumsafi sooda waqayyooni guddate Waan hundaan tolche umee Waaqni maatii mucaa kana Abba fi hadhishe galata Gudda qabdu Guddisa namusani Guddisu kessanifi!!!! Waaqni ati Ammanate Ammayyyu Kanara bakaa guddani si haa gahu.
Ebbifaamii jabduu bareduukoo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sifeene baredduu koo waqayyoo hanga dhumaati siifana haa ta.uu jabadhuu .
Baga gammadee jabbaduu intaalaa Wwooo 🥰🥰
Congratulations 👏👏
Bagaa gamadee bareduu hundana umamatuu koo ❤❤❤🎉🎉🎉
Rabbiin Bakka Guddaan Sihaa Ga'u 🎉❤ Congratulations 🎉🥳
Wowo waan dinqiti jabaadhu Sife❤
Intaalii kunii cimtudhaa dhugaa waqayyoo omg
Magaala finfinneen dhalate guddatee afaan oromoo akkaanati odeessuu ishee iyyu ciminaan ishee agarsiisa❤❤❤
Sifeenee You are so amazing !
❤❤❤❤❤ሁሉን አሟልቶ የሰጠሽ ጅግና ሴት ነሽ እግዚአብሔር ይመስገን የሐገር ጠቃሚ እንደምትሆኚ ተስፋ አለኝ❤❤❤
I'm proud to Dr. Teklu. Eenyummaa isaani sirriitti akka baranii guddataniif ijoollee isaa qaruun dirqama
Congr
Woww i hav'nt enough word how to admire you.
Maalo bayyema natti tolee milka'innike obbolettiko ammalle waaqayyoo ogummaa fi hubanna kana caaluun siha gonfu ♥♥♥
Jabadhuu jabduu oromoo bakkaa ati yaadee Waaqayyoo sii haa gahuu❤❤❤❤❤❤
Gammee Jajabadhaa hojii keessani baayee bareeda ❤❤
Goftaan bara kee hundii
Siif haa ebbiffamuu❤❤❤
Wawu jabduu namaa jabaadhu itti fufi! Gammada atis nuuf galatoomi!
Ijarraa Hafi! Be Blessed!!!
Dhugaa shamarree jabduuf muull'ata fagoo qabduudha waan yaadde hundumaatti milkaa'i qaxalee keenya ❤❤❤❤
Congratulation....Sifeenee...jabaadhu
ትርጉሙን ግን ባላውቅም ልጅቷዋን በጣም አደንቃታለሁ congratulation 💪💪❤❤❤
I am proud of you Sifene. Finfinne keessa taate hundee eenyummaa kee Afaan Oromoo danda'uun kee baayyee na gammachiise. Waaqayyo si haa eebbisu. Keep going forward and upward 👏👏👏
Her knowledge is above her level, what amazing student she is. God bless her
Hamaa kana jabaatee hojjachuun kee bayyee nama dinqa isaa caalaa Oromoo koo ta'un kee bayyee na gammachisee dhugaa dubbachuuf nu jira bareeduu koo❤❤❤️
Gammadaa I really like you are infront of me right now garuu sidubbisuun sodaadhe malee arround piyasa mijuu coffee hundaafuu heddu namatti tolta qaamaanillee haallikee GOD bless you Game👌👌
Wow thank you you are best example to me
Waan ajaa'iba. Baga Waaaqayyoo Si gargaare.
Maqaa nuttigotee guddadhu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉congratulations my sister
Dubartti ajaa'ibaa rabbii sii yaa milkeessuu itti fufii
Wow! great work, congrats🎉
waaqati waamatu baga si gargaree ❤❤❤❤❤❤
Nama Uumaan waan hundaan wal qixa bareechee uume!
Waaqayyo waan yaadde siif haa milkeessu.
I like this man. gaaffiwwan inni gaafatu hubannoo guutuu namaaf uumu.
Congra bayyee siti Bonee jira dhuga jabadhuu fulduraakes Wan bayyeetu jira
Heddu nu boonsite jirta❤congratulations 🎊 👏
Wooow what an interesting interview!!! ❤❤❤❤❤❤
Jabidduu koo qaxaalee fakkeenyaa guddaa naaf tataaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
n
Wawo namati tola jabadhuu gamadakoooo❤❤❤❤
Than you abbaa si guddiseef !!!!!!!