@@adishugurmu3877 STOP putting everyone else’s interests before your own people . Stop Being an everyone -Pleaser-❌❌❌…As our history tells us, we often lost in trying to please everyone. NOW, it is about time to start Concentrating more on ourselves👈🏽❤️🌳❤️💪🏾💪🏾💪🏾
@@adishugurmu3877 Our people are suffering and beside us I don't see no other people standing with us nobody cares …👈🏽And you must STOP 🛑 prioritize others’ needs over your own or your community’s balance is the key put yourself OROMOO FIRST ❤️🌳❤️💪🏾💪🏾💪🏾
Qophii baayyee baayyee addaati. Hope qophii itti aanuu Nama Jamal Galgaloo or i am not sure his name yeroo tokko ONM-ABO irraatti dhiyaateera, akka fiddaan abdiin qaba
All Oromos have to put our differences aside and defeat this evil common enemy! ◄ Ephesians 6:13 ► GOD says this👉🏽Therefore put on the full armor of God, so that when the day of evil comes, you may be able to stand your ground, and after you have done everything, to stand Amennnnnnnnnn x3👏🏽👏🏽👏🏽
I was waiting for Dr Tsegaye
You are in the right place now
Welcome Dr/ Thagaye Ararasa🙏🏻👍
Galatimmii we need a leader like Dr. Tsegaye ararssa
Amazing how sweet his speech is
Thank you very much Dr xagahas ararsaa
An amazing speech!
Long live Dr. Tsegaye Ararsa.
Dhangaa Torbanii❤bay'ee garii dha jabadha. ❤❤❤ABO WBOn ha jiratu 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💯❤💚❤
Amennnnnnn x3👏🏽👏🏽👏🏽
D/r Tsegaaye Ararsa we miss you Tbarke God bless you with your family
Dr. Tsagaye❤❤❤❤❤❤❤
Galatomaa Issin martnuu ❤❤️❤️💚💚❤️❤️🙏🏻
My People Together We Are Stronger Separate We Fall Dr “you are our true
hero" STAND WITH WBO❤️🌳❤️💪🏾💪🏾💪🏾
Welcome Dr.Tsaggaayee Araarsaa bay'ee sijaaladha bay'ee kabaajana
❤❤❤❤❤❤
Good see you dr
❤❤❤❤ Dr.Tsaggaayee Araarsaa
Oromoo koo jabaadhaa🙏❤️💚❤️🙏💪
💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢🎉🎉😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤
I"remember that
My people 😭😭😭
Qeerroo oromoo OGHias
KAlLad Ahemad Amaan OGJ
Wow plse English or Amharic I am speaking Tigray
We will make arrangements for future for Tegaru’s our brothers who speak tgrgna
We are the people, we all victims of PP
No Translation Needed ይሄ ፕሮግራም የተዘጋጀው ለእብዛኛው ለ85% ህዝብ ኦሮምኛ ቃንቃ ብቻ ለሚናገሩ ለኦሮሞ ህዝቦች ነው...👈🏽👉🏽ተጋሩ የራሱ ለራሱ ብቻ የሆነ የትግሬኛ ፕሮግራም እለው ... ስለዚህ የኦሮሞም ህዝብ ሁሉንም ማስተርጎም ግዴታ የለበትም..ሁሉም ፕሮግራምም የግድ መተርጎም የለበትም ባይ ነኝ...!!!
@@adishugurmu3877 STOP putting everyone else’s interests before your own people . Stop Being an everyone -Pleaser-❌❌❌…As our history tells us, we often lost in trying to please everyone. NOW, it is about time to start Concentrating more on ourselves👈🏽❤️🌳❤️💪🏾💪🏾💪🏾
@@adishugurmu3877 Our people are suffering and beside us I don't see no other people standing with us nobody cares …👈🏽And you must STOP 🛑 prioritize others’ needs over your own or your community’s balance is the key put yourself OROMOO FIRST ❤️🌳❤️💪🏾💪🏾💪🏾
Humna Nageenya Mootummaa Daandii irratti rukutaa Akka hin qubanne gochaa Daangaan Naannoo fi Nageenyi Ummataa Kan eegamuu qabu Mootummaadhaan jechuun Wal hin faalleessuu(Contradict) Wal hin godhuuree??
Qophii baayyee baayyee addaati. Hope qophii itti aanuu Nama Jamal Galgaloo or i am not sure his name yeroo tokko ONM-ABO irraatti dhiyaateera, akka fiddaan abdiin qaba
All Oromos have to put our differences aside and defeat this evil common enemy!
◄ Ephesians 6:13 ► GOD says this👉🏽Therefore put on the full armor of God, so that when the day of evil comes, you may be able to stand your ground, and after you have done everything, to stand Amennnnnnnnnn x3👏🏽👏🏽👏🏽
Ufii maal gootan haga nama komatan komii dhiisii waan isaan caaluun asbahaa garuu taa anii nama komachuun doofumaa waan ufii waafiduun dandeenneef.
Dr. Tsagayee, sagaleenkee baadee turee, bagaa sagaleeke dhageenyee. Garuu gaafiin siif qaba. "WBOn biyyaa hintiksuu, seeraa hinkabajchiisuu. Biyya tiksuufi seeraa kabjchiisuun dirqama mootummaati" jetteta. Dhugaadha nagaa eeguun dirqama mootummaatii. Gochii WBOn Aaroo (Kiramuu) fi Dharratti godhe qotee bulaarraa qawee fudhatee/hidhanoo hiksisee hammeenyaa finxaleyii Amaraa (Fannoof) kara banee Oromoo saxillee achii baqachuun sirriidha jettaa? WBOn biyyaa hintiksuu, seeraa hin kabajchiisuu, uummaata hin eeguu tanaan gchii innii Fannoof karaa banuu, uummata baalaaf saxiluu sirriidhaa jettaa?
…stop asking stupid questions please!
If you don’t have nothing nice to say just Shut your mouth 🤛🏾
Qalmaata Oromia guutuutti ilmaan Oromo irra gawu keessaa WBOnis harka guddaa qaba! Kumsa Diriba /J.Marroo bosonni keenya ummata jedheera. Ummata keessa dhokata'niitu loltuu mootummaatti dhukaasu. Ennaa mootummaan loltuu fi hidhaanoo guutuudhaan itti dhufe ummata hidhannoo hinqabne goodaatti dhiisanii fincaan buusanii akka titiisaa baqatu. Mootummaan maaliif dawoo taataniif jedhee ummata ajjeesa. Akkanattan maatii koo dhabe. Kanaafan WBOn qixxeedhuma FANO fi OPDO shorokeessituu dha jedha.
WBOn akka dhiiraati lolleetu Oromo bilisoomsina jedhanii hidhatanii ennaa diinni itti dhufe ummata balaatti buusani baqatu. Lafa faannoon jirtu silaa akka saree lafa itti kolaafamte sana hingeenyee sanatti baqatu. Gootummaan isaanii milishaa fi qotebulaa Oromo ajjeesuu dha. Kanaaf WBOn madaallii kamiinuu waraana badii fi gadhummaa Oromo yoo ta'e malee waraana bilisommaa Oromooti jechuun hindanda'amu! Oromon yoo dhuguma nagaa barbaade ilmaan haraamuu warra safuu hinbeekne kana (WBO fi OPDO/PP) irraa abdii kutatee fincila qofaan mootummaa kana of irraa buqqisuu qaba.
Galtomaa.gafii.keesano.debii.bayee.namaagsmachiisu
2003\2004 \qerron turee 2005\2007\2008 \2009
ashaa lenjiin turee garuu nutii waanii hundaa ituu arginuu kan chalisnee oromoo sababa chiliseefii echaanu hundiikessaan gafaa chalistan nuttiis maliigonaa egaa Qerronn yoo kutaatee issinn yoo waliiggaltanii murteefataanii meshaan keenyaa garaa ittii dhuukauu toshinee beenaa echaanuu nutii tolee inteenee
Hori.qidominaa.hiiqabu.motimanii.tarkafi.baratotarati.fudachaa.jiiraa
Dhangaa Torbanii❤bay'ee garii dha jabadha. ❤❤❤ABO WBOn ha jiratu 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💯❤💚❤
The only way ❤️🌳❤️💪🏾💪🏾💪🏾
@@hey1232 ofcourse