Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
OBN baanan kan ummani oromo mataa murama jifuu boqooloo naa gabaasan OMN jabeeyfadhaa ummata ❤❤❤❤
OMN dhugaa wlh ijaaf guraa ummata tii ummanii oromo jabeeyfaatu qabdaan OMN ❤❤❤
Theft they are
አቤት እቺ ሴራ የጠነሰሳት ነፉሱ አይማርም የስራህ ይስጥህ እግዝኦኦኦኦኦኦኦኦ omn viva ❤❤❤
Waqayyo Oromoo fi Oromiyaa dhaa fi Birmaduu 😭😭😭☝️☝️
waan gonu dhabne jira😢😢😢😢😢
😭😭😭Yaa rabbii muu nuu argii umnii kenyaa dhummee😢😢
Sabbaa koo garaan nu gubbateka imimaan keessan nu gubee waaqayyoo nuf birmaadhu 🤲🤲🤲🤲
Jawwee koo rabbiin umrii kee nuuf haa dheeresu hayyuu nama ❤
Voice of voiceless people omn ❤❤
Barattooni keenya kabajaa guddaa sabaa keessan irra qabdu,nuf jabaadha.
Sirriidha akkuma Jawaar jedhe rakkoo irratti xiyyeefachuu qabna garuu sodaan natti dhagahamu nuti barumsaa fi waan baay'ee waan dhoorkamnee turreef aangoo keessatti iddoolee jabdu jabduu amma qabachaa jirra kanaaf xiiqqo ___________ godhaa gaafii mirgaa gaafachuu qabna
kabajamoo xinxala siyyaasa jowar mohamed ummanni kee si dhagga'a kanaafuu ammayuu nuuf ka'i
Isin Matiin OMN rakkoo fii Balloo keessatti Sagalee Uummata kanaf tahu keessaniif bayyee galatooma 🙏
Yaa rabbii kiyyaa ati misikin keetti dirmadhu😢
Maaf du'u 😢😢😢😢😢😢 umanii garaa duwaa
Dhugaa keetii lubbuu kaenya oromoo koo jalala dhaa walii 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪💪💪💪
Yaa rabbi nu gargaari yaa allaah furmaanni harka kee qofa jira😢😢😢
OMN ijaa fi gurra ummataa ❤❤❤❤❤❤
❤❤4444
Isin maatin omn rakkoo fii qalloo keessatti sagalee ummata kanaaf tuhu keeysaniif galatooma ❤❤❤
Jabadhu jawar kenya❤
Yaa rabiiii umataa kenaa furmataa fidii
OMN is back! Galatoomaa! Hiriira kana qindeesse mootummaa dha. Ammoo harkaa bahuu danda'a. Amma wanni feesisu qolahuu dha.
yaa shanee oromoo Rabbiin isin haadhabamsiisu isin numah baddah ishaa alllah omn
❤welcome
Yaa rabbi koo ati nufi dubbadhu
Gumaan obbolenyaan keenyaa haala.sukaneesadhan Ajeefaman nuf haa bafamuu gumaa nuf bassaa Warrii Angoo irraa jirtaan sagalee keenyaa nuf dhagahaa waaqayoof
Dhuguma OMN ijaaf gurra uummataati warri kuun maqaa uummata oromoon daldaluu qofadha kan dhukkuba oromoof dhukkubsatu isin qofa waaqayyo isin haa gargaaru jabaadhaa
Ororomo ❤🤲🤲☝☝
❤Miidiyaa OMN Banaa❤
Well come omn ❤❤❤
Yarabbii dafi birmadhuu😢
Ummaani Oromoo iddoo hundaati Qalama jiraa dararan ummaata Oromoo irraa haa dhabatu Amma yoomitii bo'aa jiraana 😢😢😢😢😢😢
Yaa rabii haqaa oromoo basii atuumtii
Omn,sagalee,umataa.salee,umata,oromotii,,jabadha,jajabadha,galani,.oromo,bilisuma,hatau
Yooyyaa miidiyaa qalii ummata Oromoo
Justice for salaale😢😢😢😢😢😢
Justice for salale people
Jabaadha qaroo keenyaa
❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa Carraa Saba kanaa😢
❤❤❤❤
OMN ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢 Rabbi nu ha birmatuu
Jeequmasa biyyati iraa kan kae ijoolee teena biyya bahuf gar suudan oso deema jirtu naano amaarati fanon birri Miloyon tokko tokko irra bufate ajeefte 😢😢😢😢
It’s heartbreaking to see beautiful Oromo people suffering. I can the fear in their eyes, No one should live in fear in their own land in their home.The government must stop Fano terrorist from killing innocent Oromo people.
Haqaa kenyatuu bade😢😢😢😢😢😢😢
Yaa ummata oromoo osoo jirru oromaan qaamni akka keenna nubiratti akka hin dhumne
Salama
Yaa waqayoo hararaa busii maloooooooooooouuuuuffffff 😢😢😢😢😢 umataa kenyaa akumaa duranitii wajjiiniin bulchii afaanii tokoo gidhii
baka jirtani jabadha oromo❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoon dhuga yaa basuu❤
Nuf jiradhuu qalii Sabbaa omn
👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagaha dhuftani
Ulfaadhaa 😢😢😢😢Haga yoomii akkasitti jiraata ummani miskiini kuni
Rabiin dhugaa haa basuu
💯💯💯💯
Rabbiin ummaata keenyaf haa birmaattuu
God bless you and your family 😢
Omn ijaafi gurraa❤❤❤❤❤❤❤
❤️❤️❤️❤️❤️
Oduu kesa ni dhisaaa motumaa matadhoqee kana nuraa habuu erigani dhufeee umani nagaa qabu yarabii abiyii nuraahajesii yarabi😢
🎉🎉🎉🎉
Jabadha sagale rafii sanyii OROMIYA jira dhaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢jabadhu wabo sanyii ko wabo sanyii ko jabadhu
Ishoo jabaadha ilmaan oromoo. Garuu akka sabaatti isiin ciina dhabbaachu dhabbuu kenyaa wallaalummaa kenyaa yoo bu'aa midiyyaa kenyaa kan dagaane waggaa dhibbaa gabroomna .galaatooma yaani kiyyaa kanummaa
Aah yaa rabbii koo furmaata keetiin nuuf birmadhu yaa oromoo dammaqii furmaanni tokkummaadha Yoo Media OMN qabnaa dammaqnee haa wal dammeeysinuu
Dhugaa ijaaf gurra ummataati nuuf bal.adhaa
❤❤❤🎉🎉🎉
Welcome omn❤
Maqaan Amare jedhu amaruma isbaa isin duraanuu maqaa Amara maalif baafatan ummata horii kana
Maal balleese hidhama sila sababa Rakko ofi ibsate hidhamai Yaarabi maaluma dhageenya sila😢😢😢😢
Nujiradhàa😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉
Yaa rabbi nu birmadhu
Jabbadha ija oromoo hunda
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤welcome omn❤❤❤❤
🥰🥰❤️😭😭😭❤️❤️❤️
Salaleen lafa gootaa qalmuu hin qabuu
Yaa Oromo khayii 😭😭😭😭😭😭😭👌👌👌👌
Yaa allhaa lammii koo oromoo koo 😢😢😢😢 ngh busiii😢😢😢
Akkama nagayaa
sagalee ummataa galatooma
jabadha nu iyaaaaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa rabbii 😢
Maanti irraa hafee
Oromiyaa 😭😭😭😭
Namni waan dubatufi waan hin dubatamne Addan basu hin dandenye biyya bullchu hin dandahu
Rabiin haa birmatuu umtaa kenaaf 😢😢
Galatoomaa hojjattoonni OMN hundi keesaan🎉🎉🎉
Yooyaa OMN gootoota Oromo 💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
Yaa rabbii 😭😭😭😭😭😭
Obn waaye dhumatti ilman oromo irratti deema jiruu kana dhiisee waan bira gabaasa jira omn ija fi guraa ummata Oromooti nuuf jiradha ❤❤❤❤😢😢😢😢
Omn baguma sabni isin qabaanne. silaa taateen biyya keennaa. Fii miidhaan biyya keenyaa. Afaan dhabee dhokatee hafe. anuu humna hin qabuuf malee silaa 😢 isin jabeeffafachuun kiyya Ana ilma oromoof dirqamaadha
Dhugaa rabbii haa basuu
Qalamuun fi dararamun Bara dhufaafdabra nura dhabachu baba?
OMN sagaale ummta
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Welcome OMN
Galaatoomaa gaazexeessitoonni keenya
OBN baanan kan ummani oromo mataa murama jifuu boqooloo naa gabaasan OMN jabeeyfadhaa ummata ❤❤❤❤
OMN dhugaa wlh ijaaf guraa ummata tii ummanii oromo jabeeyfaatu qabdaan OMN ❤❤❤
Theft they are
አቤት እቺ ሴራ የጠነሰሳት ነፉሱ አይማርም የስራህ ይስጥህ እግዝኦኦኦኦኦኦኦኦ omn viva ❤❤❤
Waqayyo Oromoo fi Oromiyaa dhaa fi Birmaduu 😭😭😭☝️☝️
waan gonu dhabne jira😢😢😢😢😢
😭😭😭Yaa rabbii muu nuu argii umnii kenyaa dhummee😢😢
Sabbaa koo garaan nu gubbateka imimaan keessan nu gubee waaqayyoo nuf birmaadhu 🤲🤲🤲🤲
Jawwee koo rabbiin umrii kee nuuf haa dheeresu hayyuu nama ❤
Voice of voiceless people omn ❤❤
Barattooni keenya kabajaa guddaa sabaa keessan irra qabdu,nuf jabaadha.
Sirriidha akkuma Jawaar jedhe rakkoo irratti xiyyeefachuu qabna garuu sodaan natti dhagahamu nuti barumsaa fi waan baay'ee waan dhoorkamnee turreef aangoo keessatti iddoolee jabdu jabduu amma qabachaa jirra kanaaf xiiqqo ___________ godhaa gaafii mirgaa gaafachuu qabna
kabajamoo xinxala siyyaasa jowar mohamed ummanni kee si dhagga'a kanaafuu ammayuu nuuf ka'i
Isin Matiin OMN rakkoo fii Balloo keessatti Sagalee Uummata kanaf tahu keessaniif bayyee galatooma 🙏
Yaa rabbii kiyyaa ati misikin keetti dirmadhu😢
Maaf du'u 😢😢😢😢😢😢 umanii garaa duwaa
Dhugaa keetii lubbuu kaenya oromoo koo jalala dhaa walii 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪💪💪💪
Yaa rabbi nu gargaari yaa allaah furmaanni harka kee qofa jira😢😢😢
OMN ijaa fi gurra ummataa ❤❤❤❤❤❤
❤❤4444
Isin maatin omn rakkoo fii qalloo keessatti sagalee ummata kanaaf tuhu keeysaniif galatooma ❤❤❤
Jabadhu jawar kenya❤
Yaa rabiiii umataa kenaa furmataa fidii
OMN is back! Galatoomaa! Hiriira kana qindeesse mootummaa dha. Ammoo harkaa bahuu danda'a. Amma wanni feesisu qolahuu dha.
yaa shanee oromoo Rabbiin isin haadhabamsiisu isin numah baddah ishaa alllah omn
❤welcome
Yaa rabbi koo ati nufi dubbadhu
Gumaan obbolenyaan keenyaa haala.sukaneesadhan Ajeefaman nuf haa bafamuu gumaa nuf bassaa Warrii Angoo irraa jirtaan sagalee keenyaa nuf dhagahaa waaqayoof
Dhuguma OMN ijaaf gurra uummataati warri kuun maqaa uummata oromoon daldaluu qofadha kan dhukkuba oromoof dhukkubsatu isin qofa waaqayyo isin haa gargaaru jabaadhaa
Ororomo ❤🤲🤲☝☝
❤Miidiyaa OMN Banaa❤
Well come omn ❤❤❤
Yarabbii dafi birmadhuu😢
Ummaani Oromoo iddoo hundaati Qalama jiraa dararan ummaata Oromoo irraa haa dhabatu Amma yoomitii bo'aa jiraana 😢😢😢😢😢😢
Yaa rabii haqaa oromoo basii atuumtii
Omn,sagalee,umataa.salee,umata,oromotii,,jabadha,jajabadha,galani,.oromo,bilisuma,hatau
Yooyyaa miidiyaa qalii ummata Oromoo
Justice for salaale😢😢😢😢😢😢
Justice for salale people
Jabaadha qaroo keenyaa
❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa Carraa Saba kanaa😢
❤❤❤❤
OMN ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢 Rabbi nu ha birmatuu
Jeequmasa biyyati iraa kan kae ijoolee teena biyya bahuf gar suudan oso deema jirtu naano amaarati fanon birri Miloyon tokko tokko irra bufate ajeefte 😢😢😢😢
It’s heartbreaking to see beautiful Oromo people suffering. I can the fear in their eyes, No one should live in fear in their own land in their home.
The government must stop Fano terrorist from killing innocent Oromo people.
Haqaa kenyatuu bade😢😢😢😢😢😢😢
Yaa ummata oromoo osoo jirru oromaan qaamni akka keenna nubiratti akka hin dhumne
Salama
Yaa waqayoo hararaa busii maloooooooooooouuuuuffffff 😢😢😢😢😢 umataa kenyaa akumaa duranitii wajjiiniin bulchii afaanii tokoo gidhii
baka jirtani jabadha oromo❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoon dhuga yaa basuu❤
Nuf jiradhuu qalii Sabbaa omn
👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagaha dhuftani
Ulfaadhaa
😢😢😢😢
Haga yoomii akkasitti jiraata ummani miskiini kuni
Rabiin dhugaa haa basuu
💯💯💯💯
Rabbiin ummaata keenyaf haa birmaattuu
God bless you and your family 😢
Omn ijaafi gurraa❤❤❤❤❤❤❤
❤️❤️❤️❤️❤️
Oduu kesa ni dhisaaa motumaa matadhoqee kana nuraa habuu erigani dhufeee umani nagaa qabu yarabii abiyii nuraahajesii yarabi😢
🎉🎉🎉🎉
Jabadha sagale rafii sanyii OROMIYA jira dhaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢jabadhu wabo sanyii ko wabo sanyii ko jabadhu
Ishoo jabaadha ilmaan oromoo. Garuu akka sabaatti isiin ciina dhabbaachu dhabbuu kenyaa wallaalummaa kenyaa yoo bu'aa midiyyaa kenyaa kan dagaane waggaa dhibbaa gabroomna .galaatooma yaani kiyyaa kanummaa
Aah yaa rabbii koo furmaata keetiin nuuf birmadhu yaa oromoo dammaqii furmaanni tokkummaadha
Yoo Media OMN qabnaa dammaqnee haa wal dammeeysinuu
Dhugaa ijaaf gurra ummataati nuuf bal.adhaa
❤❤❤🎉🎉🎉
Welcome omn❤
Maqaan Amare jedhu amaruma isbaa isin duraanuu maqaa Amara maalif baafatan ummata horii kana
Maal balleese hidhama sila sababa Rakko ofi ibsate hidhamai Yaarabi maaluma dhageenya sila😢😢😢😢
Nujiradhàa😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉
Yaa rabbi nu birmadhu
Jabbadha ija oromoo hunda
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤welcome omn❤❤❤❤
🥰🥰❤️😭😭😭❤️❤️❤️
Salaleen lafa gootaa qalmuu hin qabuu
Yaa Oromo khayii 😭😭😭😭😭😭😭👌👌👌👌
Yaa allhaa lammii koo oromoo koo 😢😢😢😢 ngh busiii😢😢😢
Akkama nagayaa
sagalee ummataa galatooma
jabadha nu iyaaaaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa rabbii 😢
Maanti irraa hafee
Oromiyaa 😭😭😭😭
Namni waan dubatufi waan hin dubatamne
Addan basu hin dandenye biyya bullchu hin dandahu