Gandumma akkaa kee fi atti degartu kanatu oromoo ajjeessa fi salphisaa jira. Ayanan immoo oromoon Amaantin gandaan siyaasan gargar bahu hin qabnu jedhe male maal dubbate kuni immoo warra akkaa keef fakkatu kee kan dhigaa nama dhuguu baref immoo hin liqimsaamuu kanaaf Ayana jibbite
Ati ayyaanaan arabsuu mitii nagaa gaafachuuf mooraalii hin qabdu. Ati faannoo afaan beekudha malee oromoorraa waatokko hin qabdu.dabalataan dhuguma ani oromoo yoo afiin jetta ta'e fooddaan mul'adhu si ilaalla😂
Ayyii Raajii ati bara Oromoon bilisoome jedhee sirbaa ture waggaa 10 fuulduraa dhugaa akkas kana OMN irratti dubbatee ogaanni OMN sidhorke
Furmaani tokkichi Oromoo fi Oromiyaa ABO WBO qofa ❤💚❤💪💯
Ayyaana dhiisi motummaan mataan isaa faannodha
Yaada baay'e bareda dhihessaa jirtu❤. ITTI fufaa.
Ayyaanaan dhuga dhubbata otoo hin taane siyaasa dubbata
Ayyaanaa jettaan kun fannoo Oromiyaa afaan Oromoo dubbatuu dha 100%
Namitii bilxigina damee ala kana maal ta’a yoo’uma marisisuunshee hafe’oo
Hedduu galatoomaa, mee haala kanaan ittuma nuuf fufaa.
Furmaani nageenya saba kanaa walqoodinsa siyaasaa fayidaa saba kanaaf jecha dhiisani tokkoomuu qofa.
Ama PP 4 kilo kessa fi chaffee oromiyaa kessa hinarrnetti ,sabnii oromo toko tokkon ajeffama
Raajjii galatoomi dhugaa jiruu dha garuu abiy ashamed kun ABO warra karaa nagaa qabsa'uuf galaan iyyu hidhee rakkisaa ture jira
Dhugaa kee jettee Hayyuu oromoo Ayana feyisa galaatomi warri kunis galaatoma
Dhiifama siniin jeshaa. Kana guratti nuhasaasaa inolinaati😭😭 gubannee falli maali kanarratti marihadhaa Ani aka Nama tokootti falli hidhannoo qofadha jedha galatoma sinjaallanna
Raajii fi Tameen guddaa galatoomaa dhugaa ummata keessaan uttu dhokkisiin dubbachuu keessaaniif
Hubanaan Ayaanaan qabu 100% siriidha.
Waarri omn gurabaa ayyanaa kan hin afeerinaa nutiii omn ijaa fi guaranteed ummaata oromoti ayyanaa hin aferina
Hin saalfattuu ??? Yaada ati jaalattu qofa dubbatamuu qabaa !!!
Gandumma akkaa kee fi atti degartu kanatu oromoo ajjeessa fi salphisaa jira.
Ayanan immoo oromoon Amaantin gandaan siyaasan gargar bahu hin qabnu jedhe male maal dubbate kuni immoo warra akkaa keef fakkatu kee kan dhigaa nama dhuguu baref immoo hin liqimsaamuu kanaaf Ayana jibbite
@@LemmaAlemayehu-s6p : Atis baayyee daangaa dabarte, waa'ee gandummaa yoom kaase mucaan? Waan mootummaa hin abaarreef jibba fakkaata!
Gurbaa Fajajaa Ayyaanaa jedhamu sana asirratti hafeeruun kan Ibsu,OMN namuma af-gaaffii godhuuf dhabeera jechuu dha.
Ati ayyaanaan arabsuu mitii nagaa gaafachuuf mooraalii hin qabdu. Ati faannoo afaan beekudha malee oromoorraa waatokko hin qabdu.dabalataan dhuguma ani oromoo yoo afiin jetta ta'e fooddaan mul'adhu si ilaalla😂
Yaada ayyaanaatu oromoof bu'aa fida ....
Baayyee bayeessa itti nuuf fuufaa
We'll come
Welcome
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤
Tamsgeen nama social media irratti barressaa jabaa ijaan arguu koof baayyen gammade
Ayyaana jechuun mataan isa fannoo dha.
The solution is;OLF,OFC,OLA, FI sabnii oromo unite stand godhee PP Chaffee oromia kessa Ariyee mallePP FII fannon sabba oromo fichuu laffaaraa
Dhugaa jette
PP & Fanno work hand in hand in murdering Oromos! It is a shame to try to whitewash PP (@ Ayyaana)
Baayyee nama gaddisiisa😂😂😂😂😂😂
Maalaxaa waayii maaljedhaa anyaananni🙄🙄🙄😜😜😜😏😏😏😏😏🤔🤔🤔🤔
Maaloo namitiin ayyaana jedhamtuu kun Maalii dha???
Dhugaa jette.
Sirraa beeksiss
Ayyaanaan opdo guddaadha. Undercover abiy mouth piece
😭😭😭😭😭😭☝️
Marii bareedaa. Kabaja guddaa qabdu.
Abirham kan jedhamu kun uttu beeke kan ummatn daraa jedhe giddutti fidee argiisa ture. Opdo isaa duraa keessaa baanne
AYANAN sirriidha
Firaadhiisa anati arsaa kafala ammaara 100 anaqala
Mucaa janja'aa Ayyaanaa jedhamu kun eessumaa ba'ee?
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ok
Warri OMN Ayyaanaa kana maal taha yoo dhiheessuu dhiistan?
Dhugaa jette jabadhu.
Oromoon Oromoratti duluu hin-qabu. Asirratis Ayaanaratti duulutti jirtan. Maalif?
Maaloo PP akka jaarmaya Oromootti lakkooftanii uummata hin burjaajessinaa! Kan Oromoo qalaa qalchiisa as gahe, ammas itti jiru Sirna impaayera koloneeffattu, kan Abiyyi fi kitilaayyoon isaa hammeenya - shororkaa, saaminsa, biyya irraa fudhachuu, burjaajessuu, malaanmaltummaa,... koloneeffataa dachaan raawwataa jiru dha. Faannoon harka xurii PP'n dhimma itti bahu dha. Sirni kun hundeedhaan buqqa'u malee Oromoon yoomuu nagaa hin argatu!
Dhugaa jiru saba hubachiisuun dirqama mediyaa walabaa kan Oromoo ti ofiin jedhu tokkoo ti!
midhaamaan abbaa isaa midhee ni beeka, inni tokko dahoo ta'aa inni tokko ummata qala, ajjeesa, buuqisa kanaaf lammanu dina keenya. manoota midhama isaani midiyaati himataan hidhaamani jiru, mee isaan hoo morummaan maliif isaan hidhee? ayyaana naaf gaafadha!
Ayyana is obviously a PP cadre
Worri OMN doofa akka Ayyaana kana affeeruun keessan bay'ee nama gaddisisa.👎👎
I think this program from the beginning isn’t constructive ❌❌❌
What's constructive for you? ?? Living in dream that you can't accomplish! Wake up!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤