OMN: Dirbaba Dubbii. Nagaa!

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 15 ноя 2024

Комментарии • 56

  • @ko-keafrica6468
    @ko-keafrica6468 12 часов назад +1

    OMN- you start extremely important program🎉. I have seen best progress in our politics from this discussion. I have seen incredible change from my brother Raji. He was playing destructive role for the unity of Oromo . Now he become so matured & stand for Oromo and oromuma. I believe the current generation of Oromo can use the role model of our brother of Ayana Fayisa who defend his ppl in social media with competency 🎉🎉

  • @ArjomaSibu
    @ArjomaSibu 20 часов назад +6

    Ayyanaan 100% deggeraa PP akka ta’e SIRRIITTI irra mul’ata.
    1- waan gaafatame debisu dhiseetu waan hin gafataminne odessuu filata.
    2- Ani giddu galeessa jechuun nama gowwomsuu dhaan PPn akka isa hin komanneef sobetu xapha PP xaphata. Kuni Oromoof furmaata hin fidu waan ta’ef dhuga hin dhoksiin.
    Dhugaatu ilma Waqaati. Dhugatus bilisa nama baasa.

  • @kedirbedasso9460
    @kedirbedasso9460 21 час назад +4

    Ayyaanaan degeeraa Bilixiginaa qofa odoo hin taanee diinummaa isaa ifatti nuti muldhisera. Namoota akkanaa kana irraa faayidaa tokkollee hin arganu. Eennummaa isaa dhokfatee nutty taphata’a jira. Gantuu. OMNin yaada akkana qajeelchuu qaba.

  • @ebsamohamed5845
    @ebsamohamed5845 22 часа назад +4

    PP plus Abiy Ahmed are just doing what the TPLF trained them to do the OPDO has no interest in the Oromo struggle they are no worse it better than any Neftena rulers if not worse.

  • @batteo9045
    @batteo9045 18 часов назад +1

    I am happy to see you all together🙏🙏🙏❤❤❤

  • @batteo9045
    @batteo9045 18 часов назад

    Omn voice of Oromo people 🙏 🙏🙏❤❤❤

  • @GamachuBeyena
    @GamachuBeyena 19 часов назад +1

    OMN, board members need to plan to move to the East Africa region because the satellite extension is very expensive and transmitted from North America. The boards of directors needed to buy a.few delivery trucks hauling staff can easily cover the costs in business transactions easily.

  • @RetaTolesa-i2r
    @RetaTolesa-i2r 12 часов назад

    Ayyaanaan karaa tokko odeeffannoo qulqulluu hin qabnu jedha, karaa biraa waldubbisaa jirra jedha kun yaada wal dhiitaadha. Isa yaada kennu qeeqa malee yaadni isaa ifa miti.

  • @tesfatolla2236
    @tesfatolla2236 17 часов назад +2

    Ayyana is a PP cadre.

  • @GadaaoromooGadaasystem
    @GadaaoromooGadaasystem 22 часа назад

    Gaaffiin oromoo deebii hin argatu taanan biyyittiin suni nagaa hin argattu haceetu jedhe.❤❤❤🎉

  • @FantaNigussie-cw2iv
    @FantaNigussie-cw2iv 13 часов назад

    Raji,yes!!!

  • @TERECHADAGNE
    @TERECHADAGNE 16 часов назад

    galatooma gaazeexessitonni omn ciminni keessan natti tola qaroyyi oromoo isin hordofaan jira finfinnee irraa🎉🎉🎉

  • @LemmaAlemayehu-s6p
    @LemmaAlemayehu-s6p 12 часов назад

    Galaatoma garuu quba waitti qabun sirri miti qabni kamiyyuu balleessa qabu kana immoo uumataf jedhani inni midhaames midhaa isaa dhisuu qaba

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 12 часов назад

    Guddaa Guddaa Galatoomaa hundi keessanii 🙏Abiy yoomiyyuu Nagaa hinbarbaadu Kara jiru WBO waliin dhabaa dhaa Kanaa Dubbin

  • @dawisorssa378
    @dawisorssa378 7 часов назад

    OMN hojjaa gaariittii jirtuu jabaadhaa 🙏

    • @AsludeenJamaal
      @AsludeenJamaal 5 часов назад

      OMN Hojii gaariiti jirtan jabaadha

  • @BeyanWako-gl1bo
    @BeyanWako-gl1bo 18 часов назад +1

    Jarana namtchi ayyaana jedhamu maaljechu isaati .mootumman Morgan nama ajjesudha niqaba yemmujedhu maalidh.

  • @safaasaafoo7355
    @safaasaafoo7355 День назад +2

    PPn yoo nagaa barbaadde maaliif KFO fi ABO sochii dhorkitee hiiti?Gaaffichi Ayyaanaafi.

  • @amhaborcha5689
    @amhaborcha5689 15 часов назад

    Respect

  • @abbagarre1987
    @abbagarre1987 12 часов назад

    0ne: There is no Oromo PP. PP is one, composed of all former 'PDOs created by TPLF. 2nd: PP is a keeper of Ethiopian colonial system, suppressing by force of arms the aspiration of subjugated nations for freedom.
    The first mistake or wilfull attempt at confusing the people is considering PP as one of Oromo political organizations. It is not!
    Ayyana proved himself to be PP cadre, trying to obfuscate the heinous crimes of PP! He audaciously states that opting for armed struggle is a "crime"!! He forgets that supporting a fascist regime is rather the worst crime!

  • @abbaagoolee4496
    @abbaagoolee4496 18 часов назад

    Ayyaanaa akka yaada keetiitti nu joonjessuu barbaadde . Garuu nama akka jabaatti machooftee dubbataa jirtu fakkaatta . Oggaa dubbattu , mootus , mohamtus , qabxii fii ejjennoo qabaadhuutii dubbadhu .

  • @hamidus86
    @hamidus86 17 часов назад

    Hin hiikatu boo ni hiikachisa WBO

  • @Hasanidiris
    @Hasanidiris День назад

    welcome to back ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 17 часов назад

    Welcome

  • @mdkhsn2169
    @mdkhsn2169 13 часов назад

    Marti keessanuu yaada gaari nuuf dabartanii galatoma
    Garuu rakkoon guddaan akkuma obbo tamasgeen jedhee sani
    Rakkoon mootummaa bira jiraa////???

  • @hamidus86
    @hamidus86 17 часов назад

    Aÿanan pp guddadha

  • @wondimagegnteka421
    @wondimagegnteka421 3 часа назад

    Ayyaanaa nan kabaja garuu partiality qabda dhugaa irra dibuu barbaadda, madda rakkoo hin buruksitu taanaan ammayyuu rakkoo dhalchaa jirta!

  • @destachakiso8547
    @destachakiso8547 19 часов назад

    Giduu galessa hhhh Ayana really even if you’re pp

  • @wondimagegnteka421
    @wondimagegnteka421 3 часа назад

    Raajii and OMN respecy you!

  • @KaderNasraden
    @KaderNasraden 15 часов назад

    Qoppii bareedaadha

  • @fayyineeseedaa798
    @fayyineeseedaa798 8 часов назад

    Ayana undercover phiiphi

  • @mdkhsn2169
    @mdkhsn2169 15 часов назад

    Obboleessi keenya abbaan seera matakal dubbii dhugaa dubbate
    Rakkoo guddaa kan qabuu mootummaadha?????

  • @BeyanWako-gl1bo
    @BeyanWako-gl1bo 18 часов назад

    Ormoon ykn ilmaan ormoodha kan diyaasfora tan akka ob.raajin dubtu sana yoodubbtan nigabbiau yooimmocallisan dhima oromodha nihuqisu .srridh ob raajin.

  • @RTD-ni4ph
    @RTD-ni4ph 13 часов назад

    Mottuman danddeeti hin qabu yoota' eenyutu humna qabare?

  • @morkmedia6919
    @morkmedia6919 18 часов назад

    OMN maaliif qabsoo Gumii Oromiyaa ykn Sinodoosii Oromiyaa moggeesee?

  • @hamidus86
    @hamidus86 17 часов назад

    Ayana go home kitilayoo pp

  • @abbaagoolee4496
    @abbaagoolee4496 18 часов назад +1

    Badhaadhina hin jedhinaa adaraa . " BILTSIGINNAA " dha maqaan isaanii . Kan moggaasee itti Birhanu Nega ti .

  • @GamachuBeyena
    @GamachuBeyena 17 часов назад

    Premier weizero abiote kassach assalefech Abiy Ahmed Ali has willfully committed genocides war's ethnic cleansing war's aimed at Tigray, Amhara, Oromo- Shewan and Wollaga specifically Meeccass and Tulaama including Wollo okay. Amhara, Gojame, Gonder, Wollo, Shewan Amhara his casualties war injuries drons armed drons bombarded civilians populations inside Ethiopia.

  • @hamidus86
    @hamidus86 17 часов назад

    OPDO program blisuma oromo qabure

  • @mohamedadem3819
    @mohamedadem3819 13 часов назад

    Yoom qabsoo maatii keessaa baatu?

  • @zewdiekebebew9325
    @zewdiekebebew9325 11 часов назад

    Yaada Uummanni Oromoo ammatti barbaadu qofarratti xiyyeeffadhaa. Carraa amma qabnu qabannneetu boru akeekna.

  • @ESES783
    @ESES783 День назад

    I hope you
    progress peace ☮️ in OROMIA ⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️

  • @fayyineeseedaa798
    @fayyineeseedaa798 8 часов назад

    Ayana of pretended and one sided phiiphi no war propaganda

  • @Textpencil
    @Textpencil 5 часов назад

    ሶሰስታቹንም አከብራቹሀለው አያናና ራጂ በዚሁ አቆሞቹ አስደስቱን