HINRAAFAMINAA Abraham Tarre new music Video 2022
HTML-код
- Опубликовано: 19 сен 2024
- Topic #HIN_RAAFAMINAA
#SingerAbraham Tarre
Feat Amanuel itana &yadani marga
production #Qumbipictures
music Elias Birhanu
produced by Abraham Tarre
#subscribe#share
Thank you for Watching and Subscribe
Note Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Abiree fi hirmaattonni hunduu dachaa eebbifamaa!!!
Galatoomi Asee keenya
ASEE 😍🙏👍
10,000 has also had some think of a
🙏🙏🙏
@@qumbipictures 🌹🙏
አሜን አሜን ዋው ዋው እግዚአብሔር ፀጋውን ይብዛልህ ተባረኩ እልልልልልልልልል እሴይ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifamii Abirish Dursee Ilaluu koof Gammadeera!
Ameeeeeeeeen ameeeeeeeen🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🙇♀️🙇♀️🙇♂️🙇♂️⛪️⛪️💯💯💯💯💯🎤🥁🎻❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰
Ameeeen
Waqayyoo ayyanisa siifi ha daballu guudaa ebbifama baayee namaati toltuu 🙇🙏
Maati naaf sanyi
#Ilaa faarsa jechuun akkasi! Faarsaan Macaafa qulqulluu waliin wal hinqabatu taanan sirbadha! You are Really anointed Abrish!! Waaqayyoo Guddaa si haa eebbisu! Faarfattoonni keenya baay'een faarsa kana irra waa hin hubattu jennee yaanna! Baga si qabaanne bara kana keessa!
dhuga jetee eebbifamii hubbaata nama eebbifamii
waqayoo isin haa eebisuu dachaadhaan.
Ebbifamii ❤❤❤❤
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen gofitan baraf jirenyakeesan haebisuu ebifamaa ani farsaa kettin rakinaa bayyee kesan bahee
Farsa qofa miti lallaba, barsiisa malee
GOD BLESS U man of God
Eebbifami ,Waaqayyoo ayyaanaa kana caalaa sif haa baay'isuu,Ati Farfannaa keessan sagalee waaqayyoo luuqqisiin namatti lallaabda,kunimmoo addaa si taasise ayyaanni abbaa kooti.kana caalaa ayyaanichi sif haa dabalamuu.
God bless you all...Fiqee Eluu Abree hundikeessanuu isinan jaalladha eebbifamaa
Uuuuuuuuufffffffeeee AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN EBIFAMAA ARAHAAM
KANUMA CHALAA TII MAQAA YESUUSIN
ebifamaa gutuumaan keessan
Ulfinaa isa waaqayyoof haa ta'u,, Abrkeenya gooftaan si eebbisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💚💚
Kanumaa caala waqayyoo.dhgumaa.saa sifii haa.kenuu.Amen 💜🙏🤲♥️🙏♥️🤲💜♥️🙏🙏Amen⛪⛪
ኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡ አምለኬ እግዚአብሔር ይበርከህ ወንድሜ
Waqayyoo baraa fi jireenyaa keessaan dachaa dachaan haa ebbiisuu ebbiifamaa hundii kessanuu ebbiifamaa
Darbii farfadhuu kanumaa calaattii ayyanisaa siif haa dabalamuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wowoowowowow wowowowowowowowowowo eeeeeeelelleeleelleleleleleleleoowowoowow heduuuu heduuuu ebbifamiii 🥰 dachaa sifa bayyisu Waqayyoo fakkenya dhalotaafii dhabate uuuuuufffeeeeeeeee. ❤️❤️💕💕❤️♥️♥️♥️♥️♥️🥰♥️🥰♥️🥰 Ebbifamiii Waqayyoo bara jireenya kee sifa ebbisuu darbii demii
❤❤
Waqayyoo dacha sa Eebisuu bara kee guutu nama koo
ameen ameen ilililil
💜💜💜💜💜💜💜💜💜
Lubbuu Matii Naf Ta'i 💕💕
ወንድም አብርሃም እግዚአብሔር አምላክ አብዝቶ ይባርክህ የሚባርክ ዝማሬ ነው!
Eebbifami!!!! faarsaa kee yeoo baayyee dhaggeeffadhee, daawwadheses danuu itti eebbifameera. faarfannaa kee faarfannaa hedduurraa waanti adda godhu, wangeelaan jalqabee isumaan xumura. faarsaan kunis akkkanuma. faarfannaa jiraataa jechuun akka kana. eebbifami.
Wowowowow ebbiffamaa dachaa darbaa farfadha ayyanna waqqaayyoo dachaa siif haa dabaluu bayy'ee itti ebbiffamamera ❤❤❤❤🙏🙏
Ameeeen dacha isini haa ebisuu ebifamaa mati waqqyyoo ebaa kana caluu isinif dabaluu ♥️♥️♥️♥️♥️👏👏👏👏👏👏👏👏🤲🤲🤲🙏🎤🎤🎤
Lubbuu Matii Naf Ta'i 💕💕
Ammmeen Ammeen Ammeen Ammeen ebbifamaa ebbifamaa dachaa dachaa
Waaqayyo si haa Eebbisu haabboo, Faarfannaa Baay'een jaalladhu Faaarfannaakeeti, Sababni isaa Dinqii dhugaa waaqayyoo jajachuurraa kan hafe makaa hin qabu tokkollee jabaadhu gooftaan siwajjin haa ta'u!!
በጣም የምባርክ መዝሙር ነው ኦሮምኛ ባልሰማም ያለውን የጌታን ክብርና መገኘት ቀላል አይደልም
Jechootaa namnii Tilmaamuu HIN DANDE'ENYEEN Yeroo waaqaa koof kee farsiituu bayyeema na Ajaayibaa waaayyoo dachaa saa Eebbisuu
Amen! glory to the almighty God! gooftaankoo barakee haa ebbisu. I do not stop listening to this Song.
Uuuuuuuffffffeeee ameeeeeen ameeeee ebbifamaka saba waqayyoo eebbiise
qaalikoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjaveessi.
ruclips.net/video/c_4daMhAkcM/видео.html
@@faisgeedabala3258 qaalikoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjaveessi.
ruclips.net/video/c_4daMhAkcM/видео.html
Ammmmmme❤️❤️❤️❤️
¹1
Ebifama ebifama waqayoo barafi jirenyaa kesani yaa ebisuu matii waqayoo huda kesanuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏
Wow wonderful song with amazing message!!!!
Gabaaba miti harki isaa akka nama,,,,,,,🙏🙏🙏🙏
Uuuuffff waqayyon koo sii haa ebbisuu Abire
እግዚአብሔር አምላክ ይባርክህ ተባረክ ፀጋ ያብዛልህ ሁሉ ያአንተ መዝመር ትንቢት ነው!
Uuuuuffffeeee Ameen Ameen ebbifama
Gababa miti harkisa akka nama eenyun qaneessee mana base
Ameeeeeeeen
Eebbifami dachaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Namana Ayyaaana Qabda!!!!!!!!
nama waaqayyoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi
barrike haa eebbifamu.
ruclips.net/video/PeAmxK9JaG8/видео.html
Okay, Atis Naaf Ta'i
Dhugaa dubbachuuf nama sadii afur hin caalan kan dhuguma faarsaan isaani kan afuura ta'e, fakkeenya kan kee Kuni dhugumatti wangeela.
JABAADHU WAAQAYYOO AKKA KANAAN AKKA JABEESSE SI HAA DHABU.
Itti aansee bakkuma namoota faarfannaa jedhani rakkoo nama hooqan, rakkoo isaani haasa'an biratti hin mul'atin.
Shalom shalom Saba Eebbifaamee!!! Amenn 🙏 Amenn 🙏 Halle luyyah Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel hin rafamnuu, hin shakinuu kan Waaqayyoon je'ee Ijaan argina!!!! Gooftaan kana Caala ayyaana isaa siif ha bayy'isuu Eebbifaami nama Waaqayyoo! Hundii keessaan Eebbaaf ta'aa Saba kakuu!!
Dibora bubaali mati nafi tai mee
qaalikoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjaveessi.
ruclips.net/video/c_4daMhAkcM/видео.html
Amen amen ebbifami abrish waqayyoo ayyana isaa sif haa bayisuu dacha dachadhan.
Ameen ameen ebifamaa ebifamaa ❤🙏🙏
Farfana fi sirbaa wolii wolalee turee waqayyoo galanii haa ta.u wanii edoti deparuu fakataa amaa Ebifamaa Ebifamaa 💗 akanumatii itii fufaa
What an amazing song stay blessed it powerful and showing the power Of holy spirit 🙏
Amen
አሜን 🙏🙏🙏
Anoo hin raafamu sababni I have Jesus Christ!. Psalm 91:1, 27:1-4
waaqayyo ayyaana isaa dachaa dachaan siif yaa dabalu.
Be,blessed
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifaami ebifaami waqaayo baraa kee jirenyaa kee haa ebisuu ebifaami ayaana isaa dachaa dachaan sinirrati haa dhangalsuu hubanaaf ogumma isaa siniif haa bayyisu sogidaa biyya lafaa ta.aa barbadamaa adunyatiif furmataa ta.aa abarishii farfanaa ketii baayye ebifameraa umurii dheraa nuf jiradhuu
Abireekooo nuufi jiraadhu sin jaallaanna ❤️❤️❤️❤️ nama waaqa
Uuuuuuuuuffffffffff Ameen Ameen Ebifamaa maqaa Waqaayyoo Yaa Ebifami Kan Ayyaana Isin Bayyisee
Kottu maati naaf qaali
ጌታ ዘመናችሁን ይባርክ 🙏🙏🙏
If only I could have the grace to understand this language from the Lord,Love it,go go go,looking like angels
Faruun kee martii hin qufaamuu
keessatuu ufanaa seraa qabeessa kiristanumaa mulisuufi Faruun kee ammoo sagalee jirataa keessa kan farfatamuu ta'uun saa namaa bitaa warii kan siraa heduu barachuu qabuu atii ebifamaadhaa jaalalatamaa namaa🥰
Powerful and heart-touched song...Stay blessed!
Ameen Ameen Ameen Ameen ♥🙏❤💖💕Ebbifamii Dacha Dacha
eebbifami nama waaqayyoo ..........garaagarummaa godhee ......sufuu yaa hojii GOOFTICHAA .....
Wow Abrish guddaa eebbifami faaruu baay'ee nama Xuquudha,dhugaa baay'eema na dinqa lallaba jechuun hin danda'ama Hundi Isaa dubbii waaqayyoo waan ta'eef.
Faarfattoonni Isaan kuunis macaafa qulqulluu Giddu galeessa osoo godhatanii Akka Kee kana baay'ee namatti tola.
waqayyoo umrii tajaajila keeti daachan siif haa daabalu........ayyaanni waqayyoo siif yaa daabalu,ebbifaami❤❤❤❤❤❤
Praise Lord God! God bless you all. Hin raafaminaa, homaa hin shakkinaa waan waaqni jedhe tokko hin hafu ijaan arginaa.....Ameen!
Ameeeeennnnñ
Eebifamibarakeeguutuu
Ebifamaa waqayoo sii haa ebisuu 🔥🔥❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏👏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Wow , amazing grace of almighty,be blessed
ቋንቋን ባልችልም አብርሽ የምወዲህ ዘማር ነህ ተባረክልኝ
አሜንንን አሜንንን አሜንንን 🙏🙏🙏🙏
Wow!
Amazign song blessed Abro 💞🙏
Kottu maati naaf ta.i sanyi
Giftii koo siin jaladhaa ❣🥰
@@martbirqtube2501 kottu maati naaf ta.i lubbu 😍😍
nama waaqayyoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi
barrike haa eebbifamu.
ruclips.net/video/PeAmxK9JaG8/видео.html
Ameeeeeen ebbifaami waaqayoo sii haa ebbisuu
What a wonderful song!😲 God bless you abundantly #Abre
Hin raafamiinaa, hin shakkiinaa kan gooftaan jedhe ijaan arginaa ! Bara kee gooftaana haa eebbisu
Haaaaaaaaassaasshuuuuuu!!! What a blessing and powerful song?!! I didn’t open my eyes throughout the whole rhythm 🥁 I was listening to each word and phrase. God bless the young people 🙌🙌
Baay'ee namattii tola God Bless you Abraham.
Kottu maati naaf ta.i lubbu
Blessed Brother! Thanks to Almighty God!
qaalikoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjaveessi.
ruclips.net/video/c_4daMhAkcM/видео.html
@@Dawit_Chala hojii gaarii yoo hojjette maatii hedduu horatta. Nama kadhachuun maatii godhachuuf yaaluun kun maal jechuudha?
Ebifamiiiiii tiruukooo uuuuffff ebifamiiiiiiiiiiiii agartuukoo obbolensaakoooooooo baagaa goftaankooo si ebisem dachaakans caalaa naf ebifamiii tirukoooo❤️❤️❤️💕❤️❤️💕💕❤️💕💕💕❤️
Power full song praise lord!
Ebbifammi waqni barkee haffe hae'ebbisu abraham
What an amazing song with attractive lysics👍👍👍
Ameen ameeeeeen eebbifami ............... inni eebba keenya nyaate sun dachaan lakkaa'ee tufa
Maatii naaf tai korma ko
God bless you all: Abirish
qaalikoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'i.
ruclips.net/video/c_4daMhAkcM/видео.html
🙏
Amen amen amen amen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ebbifami mucaa abba koo namati tolaa farfaana
Dddddddd😊❤u
EedffjjSss❤😊
I listened this song may be 20 times by now. delightful indeed
waaqaayyoo farfaannaa kana sugaa nuuf yaa godhuu.waayyoo si wajjiin jiraa ammaa bara baraattii .jaalalii waaqaayyoo gidduut keessaattii ida'amuu.
God bless you
Uuuuuffffff haleluluyaa waqaayyoo bara kee haa eebbisuu nama waqaayyoo eebbifamii
Heart touching song
Ameee Ameee Ameee Ameee Ameee ebiifaamaa namaa waqaayyoo barafii jirnyiikee unduu haa ebiifaamuu
Si'a baayeen irraa deddebi'ee dhaggeeffachaa jira dhugaadha quufun dadhabee.waaqayyoo si haa eebbisu.faarfannaa jechootan filatameedha na aja'ibe dhuga.
Ameeeeen ebbifamaa gooftaan Koo isin haa ebbisuu 🙏♥️
Kottu maati naaf maree
Waaqayyo inni kennaa akkasiin si dibe yaa eebbifamu!
Bayyee namtii tollaa Ebbifamaa Fafanaa jechunii issa Akkassdhaa Oblessa koo Waaqayyoo sii haa Ebbisuu Fafanaa kee bayyee jalladhaa durayuu Ebbifamii
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen uuuuuffffff waqayyo sin haa eebbisuu eebbifama eebbifama eebbifama
Kan farsamo kan ufaata isaanimo kan sochii isanimo kan haafe hin jiruuu ayyanni sinif haa dabalamu
Amas amas ebbiifami mucaa kakuu qibatii qabaa in calqisaa abida qaba fayinaa qabaa abdii qaba uuuuu kan of keessaa dhabee hin qabuu dhuguma lencichii sii dukaa jiraa 👌👌👌👌🙏🙏🙏🙏
Ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen goftaan baraf jireenyaa kee haaa ebiisuuu dacha dachan ebifamiii ebifamiii ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameen Ameen Eebbiifamaa maaqa Yesusiin Ayyannichii dachaa Isiinif haa baay,atu
Farfanaa Aja,ibaatii yero hundaa otton dhaafedhee naa nuufisuusuu ebbifamii
Leencaa ko Gooftaan si ✋✋✋✋✋✋✋ebbisuu !!!!!!!
Baay'ee ebbifamimne ,nuf jiraadhuu😘😘💚💚💚💚💚💚💚
mucaa yesuus fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi
barrike haa eebbifamu..
ruclips.net/video/PeAmxK9JaG8/видео.html
Burraaqi dubbii Abbaa keetii isa Jireenya kennu sanatu sirka jiraatii! waaqayyo ammayyuu dubbii baroota keessatti abdii namatti horuu danda'u sammuukee keessa siif haa kaa'u yaa Abrahaam Taarree
Amen Amen Amen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen haaleluyaa haaleluyaa 🙏ebbifamaa mucaa kakuu ayyaanni sif haa bayya'tuu
Kotuu maati naf ta'ii sanyi
Namaa Waaqayyoo eebbisee nuuf kennee.
Ulfinnii Kan Waaqayyoo keenyati
Uuuuufffffeee uuuuufffffeee Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen maqaa iyeesusn ebbifama dachaa 👏👏👏👏💯💯❤️❤️❤️❤️
wow baayye itti eebbifamne faarfaanna wangeela irra faarfatamuun si guuteera nu jabaadhu abre!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Ulfaadhuu yesuus koo uuuufffffeeeee dinqiidha hojiin kee dinqisifatami bara baraan!!!!!!🙏🙏🙏📖📖📖
እግዚአብሔር አምላክ ይባርክ ድንቅ ዝማሬ መጽሐፍ ቅዱስን ስለዘመርክ
uuuuffff Gaafan irra Deddeebi'ee dhaggeeffadhu dheebuun koo ittuu natti Caale. waaqayyo isin haa eebbisuu Ayyaana akkasitti nama tajaajilu isinirra haa bulchu.
Waaqayyo goftaan sii yaa Eebbissuu dachaan ammalee farfannaa kee dhagefaadhee qufamuu humnaa affuraa qulquluu offii keessaa qabaa❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
👏👏👏👏👏Eebbifami fagoo nama wamaa farfaanaan ✅👑🌹🌹🌹🌹✝️✝️✝️✝️....
Ameeeen ameeeen ameeeen hayani farfana kanuma caala siif haa baayyatu
Uuuuuuuuuuuuffffffff ebbifamii dhugaa dha ❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqaayyoo karaa baanama baalbala baanama fuulduuraa kee haa kaa'uu.😍😍🤩🤩🤩🤩💝💝💝💝💝💝💝
ameeeeeen elelelelelelelelelelelele waaqayyoo ayyaana siniif haa baay'isuu eebbaaf darbi deemi !!!!
nama waaqayyoo fedhake yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi
barrike haa eebbifamu.
ruclips.net/video/PeAmxK9JaG8/видео.html
Dhugaa saagalee waaqayyoo karaa faarfannaa agarsisuun akkam namaati tolaa!! Thank you Abraham.
Ameeen ameeeen ebbifamiii ebbifamiii barifi jirenyiike haa ebbifamuu
ani quufuu hin dandeenye farfannaa akkasii uffeeeee,waaqayyo isn haa eebbisu
Ameeeeeeen Gaabab miti harkisaa aka nama ebifame 🙏🙏🙏🙏🙏💚💙