ABJUU - Abraham Tarre

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 8 фев 2025
  • #SUBSCRIBE​ #Abraham_Tare_Official
    Credits
    Singer: Abraham Tarre
    Title: ABJUU
    Director: Geleta Ejara & Gutu Bikila
    Director of Photography: Fikiru Haile
    Editing:Fikiru Haile & Bikiltu Getahun
    Color: Dawit Gizachew
    Music Arrangement: Elias Birhanu
    Graphics: Brook Emiru (Harmee Graphics)
    Production: Qumbi Pictures
    Executive Producer: Abraham Tarre Tube
    Follow Abraham Tarre on
    RUclips: ‪@abrahamtarre‬
    Facebook:
    WARNING!! unauthorized download and republish on any social media, reproduction, or distribution of this copyrighted work is illegal and may cause penalties for copyright infringement.
    ©Abraham Tare Official Copyright

Комментарии • 722

  • @Sarontube
    @Sarontube 2 года назад +4

    Ebbifamaa koo faarsaa daama caala namatti mi,awuuudha dhugaa olmaan waaqayyoo keessaa nama yaddachisaa waaqayyoo ammayuu hubbanaa Fi ogummaa kana caaluu siif haa keenuu jaaba keenyaa

  • @jirotube6411
    @jirotube6411 2 года назад +3

    waaqayyo isin haa eebbisu.Eebbifamaa.

  • @hkkoqabiyesus3238
    @hkkoqabiyesus3238 2 года назад +2

    Ameeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen ebifamii ebifamii maloo nama wqy barii kee jireenyiikee haa ebifuu seeenaa koo kalesaa idotii abbaakoo na kasee natii yadatamee uuuufffeeeeyyiii abbaako ulfaadhu atis ebifamii amayuu ayyaanii kanaraa caaluu sifaa dabalamuu

  • @kifilubuli7954
    @kifilubuli7954 2 года назад +1

    yeeroon ta'ee, ta'ee itti yaadu abju nati fakkata; ebbifami nama waaqayyoo nuuf jiradhu!

  • @TigistNegesh
    @TigistNegesh Месяц назад +1

    Bari kee jirnyii kee yaa ebifamuu maqa iyasus kiristosin ❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍

  • @ebisaabdi6695
    @ebisaabdi6695 2 года назад +1

    Abre waaqayyo sii haa eebbisuu ayyaana isaa siif haa baayisuu
    baayee sii jaaladha dhugaa farfanna kee hundi dhugumaa farfannaadha anaf eebbifami

  • @amaneamalo3036
    @amaneamalo3036 2 года назад +2

    Waaqayyo baraaf jireenya Kee guutuu haa eebbisu ebbifami maqaa yesusiitiin

  • @selamselam4757
    @selamselam4757 2 года назад +1

    Uuuuuuuffffee Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamii ebbifamii ebbifamii dacha dacha dacha dacha dacha dacha dacha 🙏🙏🙏🙏

  • @tgjesustg2611
    @tgjesustg2611 2 года назад +1

    Karaan irra dhufe yoon yaadu gargaarsa kee na yaadachisa..........dhugaadha galaanni isaaf haa ta'uu bara hamma baratti.

  • @rehauthreha4367
    @rehauthreha4367 2 года назад +1

    Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen ililililililililil haleluuyaa haleluuyaa haleluuyaa haleluuyaa haleluuyaa Ebifaamaa namaa waqaayoo Ayaanicha dacha Darbii siin haa bayaatuu

  • @naahilmijuu8582
    @naahilmijuu8582 2 года назад +1

    Abre Yeroo hundumaa faarfannaan ati hojjettu biyya lafaa nama tuffachiisa, waaqni barakee nuuf haa eebbisu

  • @tsionbelachew55
    @tsionbelachew55 2 года назад +1

    Abrisha keenyaa baga waaqayyoon sii gargaare eebbifami

  • @letadesta5869
    @letadesta5869 2 года назад +1

    Dhugaadham Abba jechuun sidhaam gooftakoo

  • @AmanuelNuguse-z3d
    @AmanuelNuguse-z3d 28 дней назад +1

    Eebbifami Lencakoo ❤❤❤❤❤

  • @bontuuameeenntafaara4174
    @bontuuameeenntafaara4174 2 года назад +1

    Ebbiiffamaaii dachaa Ebifamaaii dachaa nama waaqayyoo

  • @Qaaliikoo
    @Qaaliikoo 2 года назад

    Jabaadhuu hojjii namaa boonsuu dalaaga jirtaa
    Maatii keeti ani atis maatii naaf ta'i

  • @ayyeeorocell9778
    @ayyeeorocell9778 2 года назад +1

    Ebifami ebifami muca kakuu

  • @Alex4hrt
    @Alex4hrt 2 года назад

    dhugaadha anaanis...Abjuu Abjuu nattii Fakkaataa...!

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 2 года назад +4

    Baay'ee nama jijjira faarsa kee jabaadhu jabaa koo eebbifamaa saba gooftaa

  • @tesfayebalcha2413
    @tesfayebalcha2413 2 года назад +1

    Baay'ee namatti tola, Far. Abraham Baay'een si jaaladha.

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад +1

    Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 🌻🌻🌻🌻 Waaqayyoo isin haa eebbisuu DACHAAN

  • @laliseayyana7800
    @laliseayyana7800 2 года назад +1

    Abbakoo waqayyookoo
    Yeesuusko burqaa nagaakoo
    Ulfaaadhuu.

  • @bulchaitefafite
    @bulchaitefafite 2 года назад +1

    Ati warra nama hinqabneef humna!
    Eebbifami Faarfataa Abre!
    Hedduun si jaalladha dhugaa

  • @abozaid413
    @abozaid413 2 года назад +2

    dhugaa kee Abba jechuu isaadhaa Ebbifamii hadhoo koo

  • @aberajaleta2112
    @aberajaleta2112 2 года назад +1

    Waaqayyoo ammayyu dabalee daddabalee si haa eebbisu! Si jaallanna Abrish!!

  • @loumiloumi4905
    @loumiloumi4905 2 года назад +1

    Uuuuuufffeeee ameen ameeen ebbiifama keenya ebbiiifami😘😘😘😘🙏🙏🙏🙏📯📯📯🎶🎶🎶🎶

  • @adisu2022
    @adisu2022 2 года назад

    waaqayyo si haa eebbisu Abire

  • @kristoosnagaakeenya.
    @kristoosnagaakeenya. 2 года назад +2

    Waaqayyo inni ayyaana kana siif kenne haa jajamu .ayyaanni kun immoo sirratti haa hafu.darbi deemi ammayyuu.garaa kootu na ciisee garaankee haa ciisu.

  • @alemugamshu7084
    @alemugamshu7084 2 года назад +2

    Iddoo ka'umsa ofii yaadachuun, yaadataniimmoo galateeffachuun eebba dabalataa qaba. Go 🚶‍♂️ forward

  • @meseretalemu1693
    @meseretalemu1693 2 года назад +1

    Ebifami ayaanii waqayoo siif haa bayatuu Ebifami Ebifami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @wayessagurmessa1626
    @wayessagurmessa1626 2 года назад

    Wow baay'ee aja'iba gargaarsi isaa, jireenya kee qofaa miti kun, kan koo guutumma isaati

  • @Daandiieebbaa
    @Daandiieebbaa 2 года назад +1

    Eebbifamii

  • @YerusalemHaddad
    @YerusalemHaddad 5 месяцев назад +2

    Farfanna kan yeronii ageffadhuu wani bayy'ee na ajabisisaa gargarsi waqayoo📖🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @emnetmekonin8987
    @emnetmekonin8987 2 года назад

    Ebifami waqayon si ya ebifasu

  • @ashenafikotofa5889
    @ashenafikotofa5889 2 года назад

    Waaqayyo si ha eebbisu

  • @asefayadeta124
    @asefayadeta124 2 года назад +1

    Abire Baayyee eebbifami.
    Abjuudha dhugaa karaa Yesuus Kun nu fide.

  • @filiberamanii
    @filiberamanii 14 дней назад

    Ebbifamii obbollessaa ayyanii kiristosii yesus bayyateef

  • @buzeetube2
    @buzeetube2 2 года назад +2

    Ameeen Ameeen uuuuffeeee Eebbifamii nama Waaqayyo ayyani kun dachaan sirrati haa roobuu 🎸🎸🎸🪕🪕🙏🙏🙏🔥🔥🔥🔥🌧️🌧️🌧️🌧️☔☔🕊️🕊️🕊️🕊️.

  • @gemishadula6
    @gemishadula6 2 года назад

    waaqayyoo sii haa eebbisuu

  • @lidiyaderesseofficial5167
    @lidiyaderesseofficial5167 2 года назад +42

    Amazing Abre God bless u more😍😍😍

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 2 года назад +2

      Mattii naaf ta.iimee bareduu

    • @FtYc1990
      @FtYc1990 2 года назад +1

      Eeyyee Gaaridha wal jajjabeessun kanaafuu akkuma kanatti wal jajjabeessaa Liiduu
      ruclips.net/channel/UCGaUXeeOP6EKl1UJrwMqD8w
      ruclips.net/channel/UCGaUXeeOP6EKl1UJrwMqD8w

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 2 года назад

      Mattii naaf ta.iimee lidoo

    • @desistuutube3083
      @desistuutube3083 2 года назад

      @@FtYc1990 matti naf ta.iimee

    • @fantay5764
      @fantay5764 Год назад

      O😊Ggg611GTIUJ🎉B😅

  • @bethelemoromititti1517
    @bethelemoromititti1517 2 года назад +1

    Ameen Ameen Eebbifamii dachaa namaa Waaqayyo ayyaana siif baytuu

  • @lelolove2999
    @lelolove2999 2 года назад +1

    Ammeen waaqayyo goftaan sii yaa Eebbissuu

  • @sinbooshawaa4307
    @sinbooshawaa4307 2 года назад +2

    Ebbifami hadhookoo waqayoo si haa Ebisuu Ebbifami dachaa dachaa ❤️❤️❤️❤️

  • @DerejeKumela-u8j
    @DerejeKumela-u8j 5 месяцев назад

    Haleluuuuuuuuuyya abbaan burqaa faarfannaa kanaa yesuus ulfina guddaa haa argatu.atis eebbifami

  • @Emebetgirma-mh1df
    @Emebetgirma-mh1df 5 месяцев назад

    Ebbifamii waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Biloomucaagooftaa47
    @Biloomucaagooftaa47 2 года назад

    Eebbifami abrish

  • @geletadiribi9784
    @geletadiribi9784 2 года назад

    Ebbifamii abekoo

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 2 года назад +1

    Ameen Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu

  • @Kano_Indalu_Official_YouTube
    @Kano_Indalu_Official_YouTube 2 года назад

    Abraham Eebbifami.

  • @beezatujo338
    @beezatujo338 2 года назад +2

    Ameen Ameen Ameen Eebbifammaa waaqayyoo barf jirenya kesani yaa ebisu Eebbifammaa darba dema Eebafi taha muladhaa kanuma calati Ayaanaa waaqayyoo isinf yaa bayatu maqa yesusin 🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙏🙏🙏🙏🙏

  • @masarialenezi1061
    @masarialenezi1061 2 года назад +1

    Ameeeeeeeeeen ebbifama gooftan ayyaan isaa sif haa bayise

  • @tarikubalfa6700
    @tarikubalfa6700 2 года назад

    Waqayyoo bara jireenya keep hundumaa haa eebbisuu

  • @FtYc1990
    @FtYc1990 2 года назад

    Jabaadhu Abrishaa koo waaqayyo si yaa eebbisuu

  • @temesgentegegne2980
    @temesgentegegne2980 2 года назад

    Eebbifamaa namaa Ammayyu Eebbifami

  • @sinbooqananii3168
    @sinbooqananii3168 2 года назад

    Ebifamaaa jabaa waqyoo jabeseekoo ebifamii abee

  • @tshaygonfa8574
    @tshaygonfa8574 2 года назад

    Uuuffee Ameeen ameeen ameeen Ebifami ebifami

  • @ayantualamayo8136
    @ayantualamayo8136 2 года назад

    Ebbifami ebbifamaa mucaa waqaayyoo

  • @fasika7102
    @fasika7102 2 года назад

    Ameen Ameen uuufff eebbifaami

  • @GhGh-zc9gh
    @GhGh-zc9gh 2 года назад

    Akkatini sii jalaadhuu goftani sii yaa ebbisuu ebbifamaa koo

  • @simbolove3
    @simbolove3 2 года назад

    Ebbifami farfanaa addadhaa dhugaa

  • @sinbookootiyesus408
    @sinbookootiyesus408 2 года назад

    Waaqayoo dachan saa eebbisu Eebbifami

  • @dawittashome5179
    @dawittashome5179 2 года назад

    gudda sijalana ebbifammii

  • @Fatima-kv2bw
    @Fatima-kv2bw 2 года назад

    Uuufeeeeee Ameen Ameen ameeen ebbifamii dachau dachaa

  • @JaltoJalto
    @JaltoJalto 5 месяцев назад

    Barra kee hunduma ebifami ayyani waqqayyoo siif haa dadaballu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @halke9397
    @halke9397 2 года назад +2

    Sololo 🇰🇪 Kenya Dangefayachaa jiraa

  • @Berky-k9s
    @Berky-k9s 6 месяцев назад +1

    Amee Amee Amee Gooftan koo Bara kee Haa Ebbisuu!!!!

  • @tgjesustg2611
    @tgjesustg2611 2 года назад

    Eebbifamii dibaanni Gooftaa bara baran sirra hin citin

  • @gemechutilahun4451
    @gemechutilahun4451 2 года назад

    karaan irraa dhufe yoon yaadu araara kee na yaadachiisaa (fagoo fagoodhaa)

  • @chaltutolessa3638
    @chaltutolessa3638 2 года назад

    Ebbifamii
    Ebbifamii

  • @ebsaofficialtubes3301
    @ebsaofficialtubes3301 2 года назад

    Abre Qaxalee Eebbifami guddaasa.

  • @gelanatemesgen3885
    @gelanatemesgen3885 2 года назад

    Ebbifamii Bayyee namatii tolaa

  • @shittoobaacaa6157
    @shittoobaacaa6157 2 года назад

    Uuuufffee ebbifamii ebbifamii ebbifamii hadholee koo

  • @BiniamNado
    @BiniamNado 2 месяца назад

    Ebbifamii Abiree An keessikoo farsa kanatii baayee gammadeera ❤

  • @debisadibaba9279
    @debisadibaba9279 2 года назад

    eebbifami faarfannaa minyaawaadha ...

  • @fornewlife7158
    @fornewlife7158 2 года назад

    ulgadhu Abreham nama gudda

  • @aberadamiseofficial
    @aberadamiseofficial 2 года назад +1

    Waaqayyoo haa ulfaatu!

  • @ganiadugna
    @ganiadugna 2 года назад +1

    Eebbifami Abrish maatike mara wajjin

  • @BechuGelena-w2s
    @BechuGelena-w2s 2 месяца назад

    Ebbifamii dachaa dachaa waqqayyoo si haa ebbisuu

  • @hachalutafa7396
    @hachalutafa7396 2 года назад

    Nuf eebbifami Abrish

  • @singerpaulbekele8010
    @singerpaulbekele8010 2 года назад

    Ebbifami Abre

  • @gammachuujiruu8741
    @gammachuujiruu8741 2 года назад

    Eebbifamaa jabaa keenya

  • @BurtukanDadi-m2c
    @BurtukanDadi-m2c 6 месяцев назад +1

    Ebbiifami waqayoo si wajjin hat, uu❤❤❤

  • @sabontuoromoo5024
    @sabontuoromoo5024 2 года назад

    Amen Amen Amen goftan koo baraf jireenya kee haa ebisuu ebifami

  • @howiikw5081
    @howiikw5081 2 года назад

    ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebiifamii goofta sii yaa ebiisuu 🙏🙏🙏🙏

  • @fayiftuutasfayee1556
    @fayiftuutasfayee1556 2 года назад +1

    Ammmmmn waqayoo siiebisuu mucaa kakuu darbii demii amalee🙏🙏🙏📖📖📖📖🇵🇸🇵🇸🇪🇹🇪🇹

  • @heveanmelody
    @heveanmelody 2 года назад

    Baayyee SI Jaalanna. Jabaadhu!

  • @gelanealemayhu7808
    @gelanealemayhu7808 2 года назад

    Amme Amme ebbiffamii nama waaqa

  • @SintuSintu-sk6tp
    @SintuSintu-sk6tp 9 месяцев назад +1

    Whenever I listen to This gospel song I remember all the harsh conditions I passed through. Let your name be praised forever lion of judah.

  • @senadesalegn600
    @senadesalegn600 2 года назад +5

    Wooow bagaa milkoftee Abraham 👍👍🙏🙏🙏

  • @hawii1034
    @hawii1034 2 года назад +1

    Ameeeeeen uuuuffffuuuufffeeeyy ebbifami daacha dacha

  • @niftalemtube
    @niftalemtube 2 года назад +1

    Eebbafama kooo eebbifami

  • @gadisedaabbse190
    @gadisedaabbse190 2 года назад

    Owwowow eebbifami dachaa

  • @jemaltube2405
    @jemaltube2405 2 года назад

    Ameen ameen ebifami Abrahaam koo jabadhu ebifami

  • @prophetzenegirma6768
    @prophetzenegirma6768 2 года назад

    ameeen eebiffami nama waaqayyoo

  • @eliaslemesa7541
    @eliaslemesa7541 2 года назад

    Eebbifamii AT

  • @dawitasfa4777
    @dawitasfa4777 2 года назад

    Ebbifamii namaa Gooftaa

  • @TIGISTTigist-s4t
    @TIGISTTigist-s4t Месяц назад

    Amazing message filled with spirit❤❤❤❤ stay blessed

  • @Desutakur1144
    @Desutakur1144 2 года назад

    Gurbaa ebbifamannana

  • @jerusalemmedia10
    @jerusalemmedia10 2 года назад

    Abiree nama guddaa
    Eebbifamii

  • @MergaBekeleOfficial
    @MergaBekeleOfficial 2 года назад

    My God bless you abbeee faarfannaa baayyee nama ebbisudha fikee, bikiltu Qumbii pic Eebbifamaa