Bishiriyaa borisha I love you very very much I respect you very much my love for you is like someone who has seen his own mother I am happy to see your song I hope to see you one day my lady my Dear sit!
dhaggeeffadhee hin quufu maalqaba laata? ijoolleen jimmaa jaalala dhugaa rabbii, silas gubachuudha gidduu nyaarashee dhungachuudha, akkakoo jimmaan kan jaallattan,.......!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! long live for jimma, love you forever.
እኔ ወላኔ ነኝ ግን ውይ የኦሮሞዎች ፍቅር እኔስ ሊደፋኝ ነው መስለኝ .. በታም ነው ደስ የምትይው የኔ ቆንጆ ምርጥ ሙዚቃ ነው ወላሂ 😘😘😘😘big love to our oromo brothers and sister
ሀስኑ ጀግናዬ እኛም ዉድድ ነዉ የምናደርጋችሁ አላህ ለወለኔ ህዝብም ፍትህ ይወፍቃችሁ በWhatsApp ሰላም በይኝ+97333075908 😍👈
We love you too
❤❤❤❤❤👌
ዉይ አችማ እዴት እደምቀፊኝ አረ ሰብሰብ በይ እደእስልምናሽ እጭ
Suse sewedesh
Huunduumtii keessannuu galatoomaa ulfaadhaa yaada naakenitanniif **BISHRIYYAA BORISHAA**
Galanii kee hin badiin sanyii too heddu sii jaladhaa jabadhu itti fufii 😍 😍 😍 😍 😍 💞💕💕💞💕💞💕
Bish malifi sobdaa garuu.maqaa isitin daldalta
Bishiriyaa borisha I love you very very much I respect you very much my love for you is like someone who has seen his own mother I am happy to see your song I hope to see you one day my lady my Dear sit!
ጂማ እንዴት እንደናፈቀኝ አቦ አስቀናቹኝ የምር
እንደኔ ጅማ የናፈቃቹሁ ወይኔ በማርያም ትዝታዬ የምር የምለው አጣው
😍😍
በጣም ነው የምወዳችሁ ጅማዎች እህታችሁ ከወሎ አማራ
እኛም እኖድሻለን
እኛም እንወድሻለን
እኛም ውድድድድድድ
Wello is Oromo.
@@oromospiritambo6366 dedeb
Waye jimaye yanchi balon yiqocagn nebar😍😍😍😍😍😍 jimaye maxahulsh inshalh🙏🙏
Namnii mucaa jimaa jallatee like na ha godhuu....
ትርጉም ወፍ የለም ግን ጥሎብኝ የብሄር ሙዚቃወች ዉሰጤ ናችዉ❤
ወይኔ ጅማ ሀገሬ ንፍቅ ብላኝ ነበር ስላየዋት ደስ ብሎኛል ጅማዬ ውድድድድድ
😘😘😘😘💝💝💝👌👌👌
Iam from somaliland I was in JimmA for almost 5 years and half ❤more historic place never leave my heart JimmA abajifar
At one time Somali ancestors used to live in Jimma. I'm from Jimma of Shewan background with 67% natufian background.
Sirba baayyee bareeda jabaadhu.
Wow wow bishi bayee natti toleera irra debitee hojachuun kee yaada bayee baredaadha
Baredduu koo akkatin si jaladhuu ❤👈
Wow badaa baredaa bushryaa kenyaa nijiradhuu jabadhuu jimma koo rabiin hamturaa siya eguu jimmmmmma
i love jimma from shashe
😍👈
😘
❤❤❤❤👈
❤️❤️😍😘
አቦ እንዴት እንደምወዳቹ ጅማዎች ምርጦች ገራሚ የሆነ ስራ
Jimmaa love u 4ever
😍😍😍👍
I am from south Sudan i love the people of jimaa ❤
❤❤❤❤❤❤❤
Surely you were in jimma university right?😊 from arsi much love to jimma ppl
We love you back my dear ❤❤❤❤
Lies
Wooow Bishriyaa sirba Aadaa Jimmaa bifa miidhagaan nuuf dhiheessite galata guddaa qabda.ammas waa baayyee sirraa eegna jabaadhu.
Guraamalee (2*) kee qabbanni hin jiru gubaa malee
Ati halkan hin dhuftu guyyaa malee?
Gurraa malee kee qabanni hin jiru gubaa malee.................. ijollummaa koo na yaadachiiftee galata qabda BISHIRIYYAA.
ልጅነቴን አስታወስሺኝ
Ufff baxame mewadewe hager jiaame 😍😍😍😍
ምድንውየምትለው ንገሩኝ የምታውቁ እግርትቆርጣለህንው የምትለውይ።
Yhe video million view yasfelgewal betam nw Des milewn. Jimma ye fikr ketma nat manin jimman slemayawq nw enji yhe zefen mideresw yelem
ባአላችን ያምራል ኢትዮጵያ ለዘላለም ትኑር
ባህላቸዉ የጅማ አይደለም የኦሮሞ አይደለም የአማራ ክልል የጎጃም አማራ ነዉ አለባበሱ
Jawaher Saif
5000% percent accurate
@@proudamhararaya4668its not. You dont own maria thalers lol those came with the Egyptian occupation of hararghe
Wow Jimmaa yee fiqir ketamaa 💖💖
ያደኩበት ባህል ጭፈራውን እስከ ትርጉም አውቃለው ወደሀላ መለሽኝ oromo አይደለሁም ግን ስወዳቸው
We love you back❤❤❤
Akkasittan si beeka damma koo😍😍😍😍😍 galatoomi 😍
Jimma love biyya abichuu biyya jaalala abbaa jifar king 🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰
Wow good bless bishiriyyaa keenya baay'ee bareeda jabaadhu 👍💪nuuf jiraadhu baay'ee sijaalanna ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
wayoo jimmaa jimitii koo baayee si yaadee
estii yaa jimma lijoch like arguuu
Dhugaa.ketii
gandummaan mataa si koree.ijoolee oromoo jedhi. nuuti oromoo
ኦሮመኛ አልችል ግን
አሰላም አለኩም ስትል የማላቀው ስሜት ይሰማኛል❤❤❤
Ijoollumaa koo irraayiin si jaalladhaa maal maaf wayya .
Sirba jimma yenna sirbitun si beekaa
Jalatamtuu tiyya jabaadhuu hojiin kee quality dhaa |♡good job|♡
ጅማን ካላየህ በጣም ተበድልኸል ማርያምን ከተፈጥሮ በላይ ሰዎቿ ፍቅር ናቸው ሳታያት አትሙት
You are right ❤❤❤❤
Jimaa oromoo music Filatamaadha.itti fufi Jima oromoo.Jima oromoo music sin Jaladhaa.waw It is amazing 👍👍👍👌👌👌👏👏✊👏👏👌👌👌👌 I Love oromia 🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇾🇪
Bay'ee bareedaa jimmaa biyyaa jalala isinii jaladha oromoo koo ❤️❤️❤️🌳🇪🇹❤️
Uuuphmaa wanii ofii koo sirba kanaa Heduu jaladhaa durumaa irra bagaa haromsitte jimma koo gafaa tokko dhufee sii dawadha yoo rabbi jedhe shashe irra 😘😘😘♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Fmsw abshir
Wow bayyee bareda aadaa keenyaa akasiti ibsitee agarsisuu keetin galatomi
ቢሹዬ በጣም ሀሪፍ ስራ ነው !!! 👍👍👍አቤ ያንተ ድጋፍ እንዳለበት ግልፅ ነው እንኳን ደስ አላችሁ 👍👍👍
Thank you neba bro
ጉራመሌ
ጉራመሌ
ኬቀበን ኢንጂሩ
ጉባመሌ ❤
kkk
Enyuuttan sii ergaa lomii kan kee yoon allatitii hin harcasaa yoon namatii ergee hin asasaaa♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥
Sirba qofa osoo hin taane sabnoonummaa guddaatu irraa calaqisa....Jimma lafa qofa osoo hin namas akka qabnu mirkaneeffadhe.
Galatomi intala Abbaa Jifaar!
Loved It! Loved It! በጣም ቆንጆ ነው። ኮከብ ነሽ!
Wwwaaawwoo bayy'ee baredaa jabaadhu sabboontu keenyaa❤💚❤💚
Wow ilove you yee jimmaa lij
Jimma my city miss u a lot my childhood memory
ቢሹ ያገሬ ልጅ ስወድሽኮ የኔ ምርጥ
Inem jimmiyen.nifik bilagnalech
Jabaadhu jabduukoo 💪💪💪
Keessi keetu beekaa ohooo
Silaa yoom wollaalaa. ..😅😅
ደስ ይላል ውዶቸ ከወሎ እህታችሁ ተርጉሙልኝ
Sebontuuu jimmm ya wan ofii jebadhuuu💚💛❤
What beautiful culture we have ❤️💚❤️ proud to
be oromo🤟🏾
💛💛💛
@@fakhabiya1850🎉🎉🎉😂🎉🎉😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉🎉😊🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😂🎉😂😊🎉😊😊😊😊😊😂😂😂
wajiin galaa dubaa koo like😍😍
የጂማ ሽቅርቅ ነኚ ባባቴ ኦርሞ በናቴ አማራዊት
ኩሎ ነሽ
Tawasul feker nah keku feker 🤣😂
Tadiya manizer quter alesh
💋💋💋damma koo kullee koo jabadhuu
dhaggeeffadhee hin quufu maalqaba laata? ijoolleen jimmaa jaalala dhugaa rabbii, silas gubachuudha gidduu nyaarashee dhungachuudha, akkakoo jimmaan kan jaallattan,.......!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! long live for jimma, love you forever.
Bishirriyya/ Bishara , you are the hero 🦸♀️. Fantastic
From England 🏴
I'm from south africa 🇿🇦 I like 👍 the cultural songs 🎵 👌 😄 please can I invite you to Johannesburg
If you really mean it you need to contact the entertainment company to get her contact. The rest is between you and her.
Anaa dhufu waan ofiikoo, Bishriyyeekoo sabboontittii sanyii mootii ❤❤❤❤❤🌹🌹🌹
Uuuuuuf eenyumayyuu dursa sidaawwachuunkoo ammoo carra-qabeettii ta'uu kooti😅.
Namni bishriyaa jaalattan like naaf godhaaf.
Uuuuufff sanyii koo umrii dhumtikee naf hadharatuu inshaaAllah
@@hasbullahiiwanimalwakiil1504
❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹
Washii dammaba gumubul dammafi shayee naf bulbulii♥♥
Dammaf shaye naa bulbuuli yaa wooshi
Jimmiye yenewa uuffff betam nafkeshignal❤❤😍😍
Anchem nafekeshinela ❤
@@awolabdu8707 ❤
ijoolluma kankoo nayadachisee Hawwiso shanan Gibe
Jimmittii Sanyii bilillee❤️❤️❤️😍😍😍😍
Sanyiikoooo
Jimma koo
woowwo bayyee namati tolaa nu jabadhu bushiriya
Wowww 👏 👏 👏 waan haffe qabuu galatomi oltumee fi gaatumme bayyee yanne
Jimmakoo nafbardiii ❤❤
wowww jimmaa abbaa jiifaar❤💚❤😍😍😍😙😍✋
Wow yemwede zefen enkuwan beselam metash lellam entebqalen berich bareduu tenyaa
ዋውውው ምርጥ ስራ
አንደኛ ነኝ
ኢትዮጵያዊያን እኮ ልዩ ነን ፍቅር ሰላም ይስጠን
bayee baredaa
Abet jimmayye ❤❤❤😘dhugaa hedduu midhaagdu
Wowo bayyaa namati tolaa jimma music
Bishriya keenya heedduu galatomi aadaa keenya nuuf mul'isaa jirta 👌😍🥰
My best bishiyee Galata guddaa qaabdaa oromo raa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Wwwooo JIRAADHU waan ofii koo 100%✓ kana aadaa Ofii qajeelotti Agarsiisuun
Yaa jimmaa koo seenaa yoomuu hin daganne sirraa qaba.yoomuu sin jaaladha jimiyyee biyya jaalalaa.keessatuu bara 2007 hanga 2009.
Worqitu ♥♥♥♥♥
Jama biyaa koo edde issi jalladha
Wow bayye namattii tolaa
Wow bashu koo haalan miidhagsite hojjatte jabaadhu👌❤❤
Wow oromo jimmaa
Sagalee kiilolee kanaan...
Si jaalanna ❤❤❤ jiraadhu
Jimma biya jalala nuf gudadhu Amayyu 💛💛💛💛💛
Wowow mother beautiful dance♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ I love you jima
ጅማ ትዉልድ አገር ኑሪልኝ ተጋሩ እናታቹሁ ከቱርክ ዉድድድድድድድድድ jimma koooooo misssss youuuuuuuuu
Wow dimts tadileshal. Still "Deenu" andegna new lene
Woshi yawoshi callan buna bashbashi ❤ yasagake habineetufa fakkattu❤❤
Wowowo baayyee namaatti tolaa jabadhuu sabboontuu keenyaa❤💚❤
ውውውው አንደኛ ነኝ
Wawww Sabontu baay 'ee namati tola ilove you jimma
አሪፍ ነው ክሊፑ የተርጓሚ ያለህ 🙆😍😍😍😍👌
Abiyin tiyeki....
abo yabede yefikir music new.
"Silas gubachuudhaa
Gidduu nyaarasaa dhungachuudha" indiyaw mekatel new kindibumehal messm new tilalech ara abedn🙆♂️
@@gelilamengistu6564 kkkk
ፍቅር ከወሎ ልጅ ከወልዲያዎቹ selajimma feqer naw ena bahalachenen eyasawaqachi naw enam yanegusen serat edet edet edanabar eyasayache naw
Jimaaa ye fkr hagar miss you 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹😘
Wooooo jima ye fekr ketma hager
Sagalee bareedaa qabda hunduu namatti tola galatoomi
Wow baay'ee miidhaga namatti toola biyya nama yaadachisa
Jabadhu baredu koo
Bayee nama tii tolaa sabutuu itala jimmaa koo 😍😍😍👍👍👍💌💓💓
at halkan hin dhuftu guyyaa malee ❤❤❤❤
Dhugaa dubbachuuf taanaan sirbi kun baay'ee na ajaa'ibeera. maaliif jennaan, aadaa qe'ee warra keenyaa kan jimma jiruu haala bareedaa fi nama hawatuun nuuf dhiyeessiteetti waan ta'eef. Ammallee jabaadhu siin jenna jabduu sabboontuu warra keenyaa.
ሸነን ጊቤ የጥንት የጥዋቱ የጂማችን ዕንቁዎች እባካችሁ ያንን ባንድ መልሱት!
ሞኔቲ ቲዪብ 0
" Ati halkan indhuftu guyyaa malee"😂😂😂
Kkkk
@@sainabjamal6303 guyyaa wal argina yoo jimma jiraatte,naaf barreessi
Yaa jimma koo waan ofii koo yoomuuu hin dagatamuu senan kee