Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette
HTML-код
- Опубликовано: 7 фев 2025
- Amma jechoota walaloo waliin argachuu dandeessu.
Now available with lyrics🎼🎼.
QINDEESSAA MUUZIQAA
ABRAHAM KIDAANEE
MIX & MASTERING
ABRAHAM KIDAANEE
WALALOO
IBRAHIM TIRRI
YEEDALOO
MUKTAAR OSMAAN
New Oromo Music video 2022
Oromo Music
copyright Walaabuu Entertainmen
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.
በዚህ ሙዚቃ ውስጥ ሀገሬን በማሰብ ነው የምሰማው አቦቴ ገብረ ጉረቻ ሰላሌኳ🙏🙏🙏
ye fkr hager yilshal
ኦሮሞ ነኝ ቋንቋውን በደንብ አላውቅም ምክንያቱም ቤተሰቦቼም አይናገሩም ወሎ ቦረና ተወላጅ ናቸው እኔ ግን ኦሮሞነቴን አጥብቄ ወደዋለሁ ዘፈኖችን ሁሉ በደንብ አዳምጣለሁ ይሄ ዘፈን ባይገባኝም ከልቤ ደጋግሜ ነው የማደምጠው love it
እኔም እደ አንቺ ነኝ እማ ቤተሰቤ ሁሉም ኦሮሞ ነን እኔ በልጅነቴ ጀምሮ ትምርህት በአማርኛ ጀምሬ አሁን መስማት እንጂ ማውራት በደንብ አልችልም ግን ኦሮሞ መሆኔን አጥብቄ እወደዋለሁ 😍😍😍😍😍😍❤️🥰🥰🥰
@@qaleya4812 gala mehon birk new
gala mehon birk new
ayizok ine aslemidikalew
❤❤❤❤❤
Ani bara kana keessa sirba akkana qalbii nama fuudhu argee hin beeku artistii kabajamaaf jaalatamaa oromoo muktaar umrii nuuf dheeradhu Abraham kidaanee qindeessaan muuziqaas nama aja'ibaati
Amin,dida,a 3:28
😂muktarkadir
😊
"Ijoollee Meettaa gamaa..." weedduun tokkoffaan jaaladhu! Kunis itti dabalame kunoo! Jiraadhu artist jaalatamaa Muktaar keenya!
Dhageeffadhe natti goruu didee
qashtii namaa
baheessa namaa
Namaa jabaa kana sagaaleen kiloollee kan baayy'eema jaaladhuufi kabaajaa guddaa qabuufi umurii isaaa nuuf haa dheerreessuuu siin jaaladhaa 💕💕💕💕🙏🙏
Anile onee tiya iraa si jaladhaa muktar oromoo hundinu si jalataa rabbin si tursisuu uuuuuuuuu
woo kabajamo Muktar usmaan , wellu kee heddu qalbi nama hawata!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
sirbaa kana nama tahee Kan jibbuu jiraayii....ayii sagalee hin hafneem.....gootaa muziqaa nuuf jiraadhuu abbaa sagalee addaa.......bayee bareeda Akka duritiis Akka hamaattis love you
በጣም የሚገርም ድምፅ እንደ እኔ በዚህ አመት ከተዘፈኑ ሙዚቃዎች 1ኛም 2ኛም 3ኛም ይሄ ሙዚቃ ነው
Wayyooooooo nan bade. Muktaar ijoollummaa kiyyarraa jalqabeen baay'ee baay'een jaaladha waaqa kinoo. Garuu weellee isaa tana turee arguu kootti nan gadda. Baay'ee si jaaladha koodee koo Muktaar Usmaan kiyyaa
😘😍😍
🤩🤩🤩
😍😍😍
Muktaar Usmaan Is legend !
sirbi isa Hundi akka male Namatti Tola !😘
Muuziqa jechun Muktaari !
Muktaar jechun Muuziqa ! 👌
Asumaan matii naaf tahii kotuu
amin,dida,a
Amindida,a few things that happened in the last few 3 and the other one was ❤❤
Maqaan koo Firoomsis jedhama
Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata.
kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani cimeen ba'a...kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa
Muktaar keenya sagalee Bareedaa Hojii Bareeda Guddaa Galatoomi Gumaacha Geetiif umurii nuuf Dheeradhu
Qaalii kiyyaa Subscribe naf godhi me wabii gameessaa ilmaa
nice
sirbaa bayee baredadhaa bayee namaa hawataa geruu anii kilipii kanaa bayeen jaladhee akkamitii namatii tolaa idoon kilipiin ittiii hojetamee garewan oromiyaa akkamitii namatii toluu idoo isaa geruu esaa bayee bayee qalbii namaa hawataa galatomii muktar 👌👌👌👌👌👌💕💕💕💕💕💕💯💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏
Muktar Usmaan yeroo ijjoluummaa hanga jaarsumma sii dhaagechaa guddannee kiloolee sagalee bilbilaa, leencaa Oromoo long live man!
Dansaadha. Continue more... Ee akkasi ijjoollee biyyaa kooti isin jaaladha..... 100%
Sirba hedduu natti toleedha ati yoomu sirba Afaan Oromoo Aadaa Saba kee qulqulleesitee dalagda dhugaa barsiisaa dhalootaati ati ❤💚❤🙏.
Subscribe naf godhi me Sanyii ko
❤
Muktaar weelluu bara baraan jiraatu waan hojjatuuf sirboonni kee duraanii ammas akka haaraatti dhaggeefatamuu ati kennaa Rabbi aartii keenyaaf nuu kenneedhaa nuuf jiraadhu.
Sirbi akkana dawatamu dhabu isati nani gadda 😭❤️❤️❤️
ሙክታር!! ድሮም ኣውቅሃለሁ! እኔም እንዳንተው ኣርሲ ነኝ! በርቱ!! በጣም እያሳመራችሁት ነው ። ልብ ይበላል!! ዕድሉም ሁሉም ብእጃችን ነው!!
Nefetegaa. Safarii…???
@@AgewKemant hubadhuu wan jedhee Auzbillah ICC🤔
@@AgewKemant ቆሻሻ ህዝብ ጠል! አሰዳቢ!
ዋው የሚለውን ባልሰማውም መቸም አልጠግበውም
አቦ ይመችሽ የኔ ፍቅር እኔ እተረጉማለሁ በቃ የምሬን ነው ደሞ❤
ኦሮሚኛ አውርቼ መግባባት እችላለሁ የዘፈን ትርጉም ግን መረዳት ይከብደኛል 😢 ምንም የማይወጣለት ምርጥ ሙዚቃ ❤❤❤❤❤
ይኔን ዘፈን ወድጀዉ ልሞት ነው 🇪🇹💖
Wello Oromo new anchi denkoro.
abo ymechish
enase
አንቺ የፍቅር ሰው ነሽ እኮ
Sirboonni Muktar Usmaan hundinuu Bayyee Namatti Tola Dhageefataa Guddanne Sagalee kiilolee isaa yeroo hunda hin jijjiramne saniin Ammas Caalatti Waraabbii Qulqulluun sirba Ajaaibaatin dhufe , Bayyee Namatti tola 👍🏿😍👑. Long live the Legend We love you Always ❤️🔥
Woyyoo sagalee Kee Muktaaroo 👏👏👏👏
Ijoollee meettaa gamaa lakkoofsa lama jechuu ni danda'ama bravo❤️
Sanyii ko subscribe naf godhi me
mohammed morkema Asumaan matii naaf tahii kotuu
Dhamdhamni sirba kanaa suusii natti ta'e, sirba muktar kana yeroo ijoolummaa kootiirraa ka'een caqasaa ture. Ammammoo suusii natti ta'e. Muktar qaxaleedha
የእውነት ይሄ ዘፈን አልቻልኩም ብሰማው ልጠግብ ጀግና ነክ የኦሮሞ ልጅ ምርጥ የአዲስ አመት ዘፈን 🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍
እኔ አለሁ አይደል ትርጉሙ ሳይገባኝ ሱስ የሆነብኝ ድምፁ ደሞ ሲያሳዝነኝ የማላቀው ትዝታ ውስጥ ነው የሚከትኝ
Muktar is special. Sirbi kun durba,sirba, fi gaarreen Salaalee loon irratti eege na fuuldura fide!!
WWwwwaaaaawwww ቋንቋ አልችልም ግን ሙዚቃዉን በጣም እወደዋለሁ በርታ🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Gurri keenya muuziqaa dheebotee ture yeroo dheeraaf. Amma kan dhaggeeffatamee hin quufne arganne. Legend Muktar
Artistooni akaa waan oromoyyaan lafaa Magarsaa hin qabaneeti hotellaa worabdaan me kanaa dawadhaa ka ijja fayyaa namaa kenuu wwwwww
Muktaar usmaan ati Artisti cimadhaa jabadhuu oso takaa si cinaa jiratee bay'ee tolaa garuu bay'ee nati tolee Baxaam Baxaam Thank you my boro
ABDE TUBE Asumaan matii naaf tahii kotuu
Sirba dhaggeeffatamee hin quufne ❤💚❤ Iddoo waraabbii kana namni eessa akka ta'e natti hime nan galateeffadha!
Muktar Usmaan Nuu jiraadhu
Hojii Ajaayibaati 🙏🙏
Woow, Sagalee ''kiloolee'',
Weellistoonni jabana kanaa sirraa barachuu qabu!,..............
Umrii Dheeraa Nuu jiraadhu!,.................
Muktar the legend 🙌
Sagaleenkee ammas akkuma durii mi'awaa !
Akkan si jaaladhu muktaar keenya one of my dad's favorite singer yeroo hunda abbaa koo na yaadachifata umrii nuuf dheeradhu jabaa koo ❤️
Sirba bareede wajagsitu durba mettaa❤👍🎷🎸🎤🎼
Weellisaa jabaa,sirbooti isaa akka nadhii dammaa mi'aayan Muktar hedduu sijaalladha!
ኡፍፍፍፍፍ ቦታው ሲያምር 😍😍😍 Gallatomii Muktar kenyaa 🙏🙏🙏 Umurii dheraa sif hawee 👏👏👏
Wowww Wowww Wowww
Jabadhuu 😍😍🥰🥰🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💞✅✅✅👌👌👌👌👌
Gallatamii Muktar❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹❤🌹🌹🌹🥲🥲🌷
Am a Nigerians but i love this song and i kept listen to it millions of time love it
in my opinion 100 times > to 'Shambaramba', 10 times > to 'Dado'
What a music! what a voice!
Muktàar!abbaa sagalee bareedaa!fayyaa guutuu fi umrii dheeraa siif haa kennu kormicha oromoo!!
Jaarsichi sagalee dhagahaa ittiin guddadhe na yaadachiise hojii gaariidha mataa dhiiraa
Sanyii subscribe naf godhi me
Sagaalee isaa hedduu naatti tolaa 👏
ትርጉሙ ሳይገባኝ የወደድኩት ዘፈን❤️❤️❤️❤️❤️🎼🎼🎼🎼😍😍😍😍😍😍
am also you than his song!!
እደኔ❤
Yaaboo sirbi sirraa bareedaa bar! Hojii ajaa'ibaati, qalamni kee haa mirgisu, nuu buli qeerramsa keenya!💚💚💚💚💚
እንዴት እደወደድኩት ምርጥዬ ሙዚቃ ነው በዛላይ ድምፅ ዋው ነው👍👍👍👍
Sagalee bareedaa ijoollummaa keenyarraa hanga har'aa dhaggeeffachaa guddanne! Nuuf jiraadhu! Ammoo warra "Dabalee ilkaan warqii" sana dallaa isaanii jalaa altufaa fi aanquu guurrachaa guddanne!
Wowow sabonaa kenaa nuf jiradhuu ijolee oromoo Like naa turaa✌️💯🙏
Ilove
Muktaar Usmaan ijjoollummaa koo qabeen sirba kee dhageeffachaa turee har'a illeen sagaleen kee sanummaa leenca keenya!!!!!!!!!!!!! ulfaadhuu sirba ajjaa'ibaati
ቆንጆ የኢትዮጵያ የፍቅር ሙዚቃ!
Woggaa 1000 nuu jiraadhu sanyii ofii ilma biyyaa kootii,
You are my legend and best musician.
Sirbichi na maraache, dhiiro. Penxummaa na gachisise 🤣😅 I listened to it for more than 6hrs. Still listening. What a song 🎵 😍 👏 Loved it❤ 😍
Ergixdhaa kun ..💃💃💃💃💃💃💃💃💃💃
@@tgsam891 1
Kkl
O9klmnnnmhnbvvcszcd
😆😅🤣😂
RUclips koo tamrat Official jedhu Subcribe naaf taasisaa na jajjabeessaa Galatoomaa 🙏
😂😂😂
💚❤💚❤💚❤ walabu Entertainment keenya.
I Can't Speak Afaan Oromoo Language But I'm In Love With This Song
Thank You Mukthar Usman For Your Loveable Music
Sirban baay'ee jaal'adhu.....umurii dheeraa nuuf jiraadhu jabaa ofii!
Sirbaa Baay'ee bareedudha, 101% superb MIX & MASTERING and AMAZING VOICE !!
Yacali yadana yaa adbar yaa awugar jeti harmen koo Amman tana len walo hedun jaladhaa Kan leqeqem
Woooww kormee ilmaa. Sagalee kiloolee ❤️💯👍.
Sanyii subscribe naf godhi me
Sirboonni Muktar Usmaan hundinuu Bayyee Namatti Tola Dhageefataa Guddanne Sagalee kiilolee isaa yeroo hunda hin jijjiramne saniin Ammas Caalatti Waraabbii Qulqulluun sirba Ajaaibaatin dhufe , Bayyee Namatti tola . Long live the Legend We love you Always
2
Reply
WOW WHAT AMAZING ATTRACTIVE PLACE VIDEO QUALITY 100%
MELODIE 100%
GRAPHICS 100%
TRANSITION 100%
VOICE 100%
ICANNOT STOP LISTENING THIS ADORABLE MUSIC LONG LIVE GREAT MAN !!!!!!
Xzr
Waallee baay'ee ajaa'ibaa! nuuf jiraadhu ija hamtuurraa hafi!!
Well come Our Legend, Greatest musician🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
ዘፋኙ ምርጥ ሰው ይመስላል : የሙዚቃውን ትርጉም ባውቀው ደስ ይለኝ ነበር ✋❤
የሚገርም ሙዚቃ ነው 👌ድምፁ 100% የቦታውንማ ❤
Waan ajaayibaat hojjatte...#Weellisaa_Muktaar nuuf buli!!
Wow, Muktar the best. Always love your poems. Long live for you. Best music which makes me look my inner and bring me to peace.
Our legend 😍
Waggaa 1000 nuuf jiraadhu
Goota sagaleen kiilolee😘😍❤️❤️
Well comeback Legend🔥🔥 Muktii ati yeroo hunda 1ffaadha!👏👏 Yaa sagalee kee!🙆♂️🙆♂️💔💔
Sanyii ko subscribe naf godhi me
Ebisa tube Asumaan matii kenyaa tahaa
hay sagalee aja'iibaa rabbii umrii nuuf ya dheressuu our legend!!
Wel come my legend 😍I listened to 20 rounds and couldn't get enough! May Allah extend your life to us you are incomparable.
as you went down inside and sang with emotion I couldn't control my emotions and couldn't get enough of listening... thank you
Sanyii ko subscribe naf godhi me
matii tahii
Ameen
Sagalee ajaa'ibaa!!! Artistii Cimaa!! Ragada/Shoboxee dinqii!! Buxxulaa Bareeda!! Amazing Artist!!!
Weye Galatommii yaa kodhee koo 🙏🏽💕
Subscribe naf godhi me sanyii ko
ruclips.net/video/BH4cBbtLBGQ/видео.html
❤❤wan barii qabnee lola diinni beeknee Dhibeedha.dhorkii deemsis milkoofnee
Video quality %100
Graphics%100
Melodie%100
Transition %100
*All overall everything is amazing I love ❤️ it!*
RUclips koo tamrat Official jedhu Subcribe naaf taasisaa na jajjabeessaa Galatoomaa 🙏
@@tamrat76 bjiyt
.
.. I'm
0
100/100
100/100
Waaaaaw welluu si madaalu dha. Nama jabaa rabbi umurii dheeraa siif haa kennu👍💪💪💪
I am always admiring and immersed by your amazing voice, presentation and melody. Listening hundred times, I can’t get on the top of your song Muktar, always new, always great, always lovable. You rolled Oromo song steps forward. What a man, what a voice, what a song.🎉❤
Best of best. Sagalee kiloolee. Abbaa Ijoollee Meettaa Gamaa
.
Emperor of Oromo muzic, you are the model of all our Artist, you play from your heart which makes you very unique from.....i prefer to listen your single music rather than to red the book of ROMIO AND JULIET, wish you to reborn again in this world thanks❤!
Sagalee kee dhuka nama seenu kana dhagahuun namatti tola!! Baga deebite..well come back with your healer sound music!
I like specially the arrangement of this music!! Bravo Abreham Kidane
wowww sirbaa bayee garaa namaa rasuu kana nuf jiradhuu sanyi koo
One of the legend Artist who is famous of cultural dance!
melody 100%
Graphics 100%
place: Muger mountain and its area
Dhalaan sirba kanaan maraataa jirti muktaar sagaleen kee hedduu namatti tola galatoomi❤❤❤❤❤
Muktaar usmaan ajaa'iba hojjette❤💚❤
Jechootatu na hanqata jabaa keenya✊
Ajab! 👌👌
Welcome back My legend.
Amazing music 😍😍😍😍😍😍
ይይ ኦሮምኛ መፃፍ አዘንኩ ለስሙ ኦሮሞ ነኝ ዘፈን በናተ ግዜ ቀረ❤❤❤❤💯💯💯
some born different, you are one of them. Done with love and passion. Love it😍😍😍😍
Mukittii koo jabba sabba ilimmaa OROMO qallii koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤atii nuffii qalidha sanyii namma garr
Muktar Usman is an embodiment of Oromummaa! Dear Muktar you have taken Oromo song to its next level and I am pretty sure that other Oromo singers have a lot to learn from this excellent work of yours!!
RUclips koo tamrat Official jedhu Subcribe naaf taasisaa na jajjabeessaa Galatoomaa 🙏
Baayee namatti tola hojii gaariidhaa jabaadhu itti fufi sagaleen kun laphee namoota hedduu keessa jira.
በጣም ምርጥ ሙዚቃ የተሰራበት ቦታ ደግሞ እንዴት የሚያምር ነው
❤❤❤. ኦሮሚያ የትም ምርጥ ነው ሁሉ ቦታው
Hayyee muktaar keenya akkasitti shaashaa irraa godhi boo 🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩😍😍😍😍😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
What an infectious melody and arrangement 👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾 the landscape is breathtaking hope this song get more views!!! 💚💛❤️
Forget about views bero love the 🎶
Vvv
.
000
Basol
Muktaar galatoomii umurii nuuf dheeradhu!!
after so many searches finally i found the music ❤
Thank you muktar usmaan bayee namatii toltaa takka sirbaa jawwee qabadhuu kotuu