DAWIT CHALA | GARAA BAL’ACHAA | EGEREE MEDIA

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 янв 2025

Комментарии • 162

  • @JiregnaSupha-q5g
    @JiregnaSupha-q5g Месяц назад

    Ayyaanni waaqayyoo sirraa bareeda Dave ammayyuu ayyaanni waaqakee si duraa haa bu'u.......

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 7 месяцев назад

    Ameen Ameen Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu hundinuu kanumaraa Ayyannii waqayyoo sinif haa bayyatuu ❤❤

  • @KetoranEmana
    @KetoranEmana 17 дней назад

    uuuuufff bayyee nati tola dhugaa 🥰🥰🥰

  • @WerkineYadesaa
    @WerkineYadesaa 6 месяцев назад +2

    ❤❤wowow ayyanii waqayyoo sirraa baredaa amayyuu ayyanii abbakee sii biraa hin hafinii

  • @HanaaHanaa-j1i
    @HanaaHanaa-j1i 7 месяцев назад +3

    Ufee .ameeen dhugaa sifaa bayatuu ayyanii.isaa dhugaa🥰🥰🥰❤❤

  • @LalisaAssefaOfficial
    @LalisaAssefaOfficial 7 месяцев назад

    Daawweekoo! Hamma dhumaatti warra faarfatu keessaa tokko ta'i! Faarfannaa lubbuuf soora, hafuura namaa dirree geggeessuu harka Waaqayyoo keessa geessee boqochiisu! May Almighty God bless your entire life!

  • @GemedaTamiru-cy4ps
    @GemedaTamiru-cy4ps 7 месяцев назад

    Devooko, yeroon sagaleekee kanaan faarfannaa ulfuna waaqayyoo akkas namaatti tolu sirraa dhagahutti onneenkoo gammachuudhaan guutamee dhahannaa dabala. Waaqayyo ammayyuu isa sikeessa kaa'e Ayyaana isaa kanaaf ulfuna haa argattu.❤ Baay'een sijaaladha. Waa'ee keef waaqayyo ammayyuu Galata haa fudhattu.🎉❤

  • @dammeelikkissaa8471
    @dammeelikkissaa8471 7 месяцев назад

    Ameeeeen ameeeeen gooftaan bara kee isa afee hundumaa Yesuus qofa akka mul'istuu ayyaanaa siif haa dabaluu eebbifamii kunoo farfannaa gidduu galeessa isa ta'ee Hoolaa aararaa isa ta'ee Yesuusin kan caalaqisuu dhaggeeffachun namatti tolaa jabaadhu
    ammaa dhumatii isa duwwaa faarfadhuu 😢

  • @Gifti-fg1gr
    @Gifti-fg1gr 6 месяцев назад +1

    Ebbifami lafe cable fayyisa farsaan kun gofttan baraf jirenya Kee haa ebbisu obbollessa koo❤❤❤❤

  • @elinethiopia1023
    @elinethiopia1023 7 месяцев назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen haleluya dhugaadha eebbifami dachaa Ayyaanni siif haa dabalamu

  • @ayanakabadaofficial9952
    @ayanakabadaofficial9952 7 месяцев назад

    Daawwee koo kana caalaa Ayyaanni Waaqayyoo siif haa baay'atu obboleessa qaalii koo😘🥰🥰
    Waaqayyo abbaan ayyaanichaa bara baraan ulfinaan haa jajamu 🙏🙏

  • @Tadelu-sp4nj
    @Tadelu-sp4nj 5 месяцев назад

    Ammeeni ammeeni ammeeni ebbifaami ebbaafi ta.a❤❤❤

  • @sintayomitiku1763
    @sintayomitiku1763 7 месяцев назад

    Deva koo barri kee haa eebbifamii dhugaa❤❤❤❤❤❤

  • @bakilefayisa2531
    @bakilefayisa2531 7 месяцев назад

    Wow farsaa bay'ee nama jajabesudhaa ebbifamii ayyanni waqayyoo kannan calaa sif Haa dabalamuu ❤❤❤😢😢

  • @GannatHayilu-o7x
    @GannatHayilu-o7x 6 месяцев назад

    Ebbifami ammallee ayyaanni siif haa baayyatu ❤❤❤

  • @almaalamitu352
    @almaalamitu352 7 месяцев назад

    Wwwwwwwwwwwww ebbifamii dev hayanii sif haa bayyatuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Misgemulugeta
    @Misgemulugeta 7 месяцев назад

    Woww amazing
    Waqaayyoo saa eebbiisuu nuu jiraadhu daveko❤❤

  • @ebisabenti4516
    @ebisabenti4516 7 месяцев назад

    WOOW well come Dawe God bless you!

  • @wanofiiabbaa7647
    @wanofiiabbaa7647 7 месяцев назад

    Ameeeeeeen ameeeeeen ebbifamii ayanii sif haa bayatuu❤❤❤❤

  • @destaadestaa2172
    @destaadestaa2172 7 месяцев назад +1

    Uuffffffffeeeeeee ebifami aboobwanuma jedhu qabuu akkasi farfaanan akkasuumaan lafa dhituu oso tanee akkanati farfachudhaa akka laphee nama seenuti ebifami hadhoko ❤🎉🎉

  • @TesfayeTariku-kx8wm
    @TesfayeTariku-kx8wm 7 месяцев назад

    Wow amazing ♥️♥️♥️ Dave kooo

  • @Galoocawaqaa
    @Galoocawaqaa 7 месяцев назад

    Waqaayyoo sii haa bbisuu ebbiffaamii haadhoo koo ❤️💯❤🎉❤❤❤

  • @ayyaantuuayyaantuu4826
    @ayyaantuuayyaantuu4826 7 месяцев назад +1

    Aaaaaaaaa yaa masii kiyya ilma waaqayyoo yooman gola madaamii ykn kushiinaa namaa keessaa baheen ulfina kee hima laata?😢😢😢😢😢😢😢ariifadhuu naaf kottu yaa waaqayyoo ani mana kee keessa jiraadhee gaarummaa kee dhugaa bahuuf baay'eeeeeee dheebodheen yeroo hundumaa imimmaan dhangalaasaan oolee bula😢😢😢ani dheebuun kiyya waan biiftuu kanaa gadii guuttachuu miti,addunyaa hundarra deemee dhugaa siif bahuudha😢😢yaa yesus beelaaf dheebuun nan hanbisiin,cubbuuf dadhabbinni kiyya narraa sin fageessiin,kakuu kiyyas karaa hin tursiin 😢😢😢😢😢😢
    Faarfataa qaxalee nana duruu yeroon faarfannaa kee dhaggeeffadhu utuu hin jaallatiin addunyaa foonii keessaa baheen gara addunyaa hafuuraatti qalbiin kiyya na sassaabama,gammachuun guutameen imimmaan harcaasaan dhaggeeffachaa si waliin faarfadha.utuun yesusiin fayisaa lubbuu kiyyaa godhee hin fudhatiin baay'een faarfannaa kee dhaggeeffachuu jaalladha.ani waanan jedhu yoo jiraate ilmi waaqayyoo inni jiraataan samii eebbaaf ayyaanasaa isa sirratti bane sirraa hin cufatiin,dachaa kuma kumaatamaan sirratti haa dhangalaasu,gannaaf bona lalisi,bitaaf mirgatti dagaagi,karaa hundumaa caalii argami,mataa malee eegee hin ta'iin humna maqaa yesusiin si eebbiseera eebbaaf ta'ii hafi nuu jiraadhu mucaa gooftaa....!waaqayyoofimmoo galanni guddaan bara baraan isaaf haa baay'atu ameeeeen❤❤❤❤❤❤

  • @furtumediaofficial6994
    @furtumediaofficial6994 7 месяцев назад

    Dav my best friend more God bless you Power fully ❤❤❤❤❤❤❤

  • @aggbav519
    @aggbav519 7 месяцев назад

    Ameeeee Ameeeen ❤❤❤❤eebbifamaa Dawe nu jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chalaseyum3377
    @chalaseyum3377 6 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤ Blessed

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa2094 7 месяцев назад

    Fayyaa ta'i , Ayyaanni siif haa baay'atu Daawwee!

  • @garinuguse8995
    @garinuguse8995 7 месяцев назад +1

    Halleeluyyaa Maloo Dava Utuun Bo'uu Mataan Nananna'ee Eebifami jiraadhu uuui

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 7 месяцев назад

    Ameen ebbifami maqaa yesuusitin haadhoo koo 🙏 ❤ 😍📖💒🙏

  • @furtumediaofficial6994
    @furtumediaofficial6994 6 месяцев назад

    Gaaddisakoo😢😢😢 Dev❤

  • @TesfayeGemechu-i5e
    @TesfayeGemechu-i5e 6 месяцев назад

    Uuf! Faarfannaa Dhaggeeffatamee Hin Quufamne. Ayyaanni Waaqayyoo Dachaan Siif haa baay'atu Eebbifami Dhugaa Waaqayyoo!!!!

  • @SutumeTesema
    @SutumeTesema 7 месяцев назад

    Wow waaqayyoo si haa eebbiisuu ❤❤❤❤❤

  • @ComCeill-u5t
    @ComCeill-u5t 6 месяцев назад

    Eebbifama mucaa abbaa koo ❤❤❤❤❤❤

  • @YadeniFituma
    @YadeniFituma 7 месяцев назад

    Ebbifamo dacha maqa yesusin❤

  • @debelagirma3576
    @debelagirma3576 7 месяцев назад

    Baay'ee eebbifami Dawwee keenyaa baay'ee si jaallanna

  • @itichawakshum
    @itichawakshum 7 месяцев назад

    Ameeeeeeeeen,Waaqayyoo si haa Eeebbisuu.!!

  • @WardEthioupia
    @WardEthioupia 5 месяцев назад

    Waqayyoo sifa Eebbisuu ❤

    • @WardEthioupia
      @WardEthioupia 5 месяцев назад

      🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @YosenYosenabera
    @YosenYosenabera 6 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Woowww ammazing song

  • @Hawi-zj3ye
    @Hawi-zj3ye 7 месяцев назад

    Wooooow umurii dheeraa nuuf jiraadhu!

  • @AyantuKebede-j3u
    @AyantuKebede-j3u 3 месяца назад

    Eebbifamii dachaaaaàa.......................................

  • @BirqooBirqoo
    @BirqooBirqoo 6 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤woow amazing❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @amanuelmekuria3089
    @amanuelmekuria3089 7 месяцев назад +1

    Devuye i love you so much god bless you

  • @MisganaAlamayehu
    @MisganaAlamayehu 5 месяцев назад

    Hangaa dhumatii ayanichi siran fudhatamiin motumasaa kesatii wal agaraa jabadhuu

  • @misganagosa502
    @misganagosa502 7 месяцев назад

    Ebbifami daviye ❤❤❤❤❤

  • @gammeetubeofficial8270
    @gammeetubeofficial8270 7 месяцев назад

    Ufff Daawweeko Waaqayyoo Eebba waaqarraaf Lafarraan Dabalee Maasisaa Keessatti sihaa eeebisu Adda argadhu.qabbanaa'i

  • @DajaneKumsa-d9j
    @DajaneKumsa-d9j 6 месяцев назад

    Ebifamii ammeeeeee ❤❤❤❤❤❤

  • @IskelTamena-hm1bl
    @IskelTamena-hm1bl 7 месяцев назад

    Wow Faarfannaa ajaa'ibaati. Nuu jiraadhu

  • @FallaquuFallaquu
    @FallaquuFallaquu 7 месяцев назад

    Ammeen Ameeen Ammeen Eebbifami dacha ❤❤❤💖❤️

  • @LaliseeChalii
    @LaliseeChalii 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤gltomiiidveeeeeeee❤❤❤❤

  • @zelalammulgeta8208
    @zelalammulgeta8208 7 месяцев назад

    Ebbifami devo❤❤

  • @AgarsiistuuDhugaaTube
    @AgarsiistuuDhugaaTube 7 месяцев назад

    Wow Dave koo waaqayyoo ayyaana Isa siif Haa dabaalu

  • @DeraraTeshome
    @DeraraTeshome 5 месяцев назад

    waaqqayyo inni kenna kana kana sif kene ulfinan haa jajaamuu ayyana dacha kanan alaa sif haa baayiisuuuuuu

  • @FantayeArarso
    @FantayeArarso 7 месяцев назад

    Ebifamii dave 🥰❤️

  • @HshshdhsyHddhyrhrh
    @HshshdhsyHddhyrhrh 6 месяцев назад

    Amen Amen Eebbifamaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @FeyisaDerejeArarso
    @FeyisaDerejeArarso 7 месяцев назад

    Best of best itti fufii farfataa baay'ee natii tee farsaa kee

  • @iftuu2554
    @iftuu2554 7 месяцев назад

    Ammeen Ammeen ebbifaamii dawe❤❤❤❤

  • @DaniDereje-hh3gq
    @DaniDereje-hh3gq 7 месяцев назад

    🎉 GOD BLESS YOU❤💚❤

  • @martatemesgen8896
    @martatemesgen8896 4 месяца назад

    Ameeeeeen😢❤❤❤❤

  • @derejedufera9320
    @derejedufera9320 5 месяцев назад

    Eebbifami nama Gooftaa

  • @FristnameBurqaa
    @FristnameBurqaa 5 месяцев назад

    Ayyanni siif haa bayyatu

  • @ebabelay1355
    @ebabelay1355 7 месяцев назад

    Wow amazing song!!!

  • @ituumucaajalalaa327
    @ituumucaajalalaa327 6 месяцев назад

    Ameeeeeeeen 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @AbdiiMan-io8pj
    @AbdiiMan-io8pj 7 месяцев назад

    Wwww amazing 🤩🤩😍😍😍

  • @CaraqxuGazeecaraqxuu-rl9zq
    @CaraqxuGazeecaraqxuu-rl9zq 6 месяцев назад

    Ameeeeeen ameeeeeeen ebifami🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️

  • @mariyameliyas3353
    @mariyameliyas3353 7 месяцев назад

    Amazing 🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @bontubedesa
    @bontubedesa 5 месяцев назад

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen ❤❤❤❤🎉🎉🤲🤲🙏🙏

  • @amoofficial910
    @amoofficial910 7 месяцев назад

    Eebbifami daweeko. Wooooow❤❤❤❤❤❤

  • @DanielMagarsa-sl5ue
    @DanielMagarsa-sl5ue 3 месяца назад

    Eebbifamii dachaaa

  • @JamaneshGettu
    @JamaneshGettu 7 месяцев назад

    Ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @OleeMichael
    @OleeMichael 5 месяцев назад

    Ebbifami bro

  • @sosinagezuugezuu787
    @sosinagezuugezuu787 7 месяцев назад

    አሜንንን Amen ebifami 🙌🙏

  • @thaneesthaneesh8408
    @thaneesthaneesh8408 7 месяцев назад

    Bagaa ng dhuftee devoo

  • @DeguBekansa
    @DeguBekansa 7 месяцев назад

    Amen Amen Amen Ebbifamii Daweeko

  • @Miresawakshuma
    @Miresawakshuma 7 месяцев назад

    Daawwee Koo Eebbifami.

  • @ananaasananaas2374
    @ananaasananaas2374 7 месяцев назад

    Waqaayyoo siiebisuu ❤❤❤❤

  • @eliyaslamesa3745
    @eliyaslamesa3745 7 месяцев назад

    Eebbifami ❤❤❤

  • @GIRMAOFFICIAL
    @GIRMAOFFICIAL 7 месяцев назад

    Eebbifami eebbifami❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lammiitarreessaat2248
    @lammiitarreessaat2248 7 месяцев назад

    Daawweeko Waaqayyo si haa eebbisu

  • @RaajiiYadeta
    @RaajiiYadeta 7 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤yes ebifami

  • @mararatafaraofficial
    @mararatafaraofficial 7 месяцев назад +2

    DEVOKOO WAQUMTI DACHAA SIYAA EBISUU EBIFAMAKOOO FARFAFANNA NAMA EBISUU AKASII INNI SIFKENNE WAQAYYOO HAA'ULFAATU

  • @GaadiDawwitOfficial
    @GaadiDawwitOfficial 7 месяцев назад

    wow dawwe waqayyo si ha ebbisu

  • @useruseruser4931
    @useruseruser4931 7 месяцев назад

    Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ebbifamaa Ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @danikebede
    @danikebede 7 месяцев назад +1

    Wow Amazing

  • @mimigammechu
    @mimigammechu 7 месяцев назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbiifama Ebbiifama ❤❤❤

  • @waadaaofficial430
    @waadaaofficial430 7 месяцев назад

    Amazing singing

  • @FiranbonGKelbessa
    @FiranbonGKelbessa 7 месяцев назад

    Waaqayyo bara Kee haa eebbisu Dave hamma dhumaatti cimsee si haa dhaabu

  • @maatiiyihuneeofficial5885
    @maatiiyihuneeofficial5885 7 месяцев назад

    Wow what a great grace, what an amazing powerful song? Hallelujah for the father of this grace. Dave I love you so much my best friend. Gado (Egeree Media) you are the person who God given for us , long live with all your family.

  • @SoresaSoresa-r2t
    @SoresaSoresa-r2t 6 месяцев назад

    Eebbifami faarsaa laph'ee namaa cabsuu

  • @GemedaMathewos
    @GemedaMathewos 7 месяцев назад

    Bless devu❤

  • @martyfeyissa
    @martyfeyissa 7 месяцев назад

    Ebbifamii ❤❤

  • @DerartuNegero-mi1js
    @DerartuNegero-mi1js 5 месяцев назад

    Ammeen ammeen ebifamaa ebifaam

  • @Dirro1715
    @Dirro1715 7 месяцев назад

    Ajaayiba dhugaa eebbifami

  • @TerikuWokwaya
    @TerikuWokwaya 7 месяцев назад

    Devkoo bariike ha ebbifaamu

  • @Kenaakoo-f2t
    @Kenaakoo-f2t 7 месяцев назад

    Dev Ebbifamaa namaa Ebbifamii dachaa dachaa dachaa

  • @Kulani-j6f
    @Kulani-j6f 7 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤ebbifamiiiiiii

  • @gelanamisgana6718
    @gelanamisgana6718 6 месяцев назад

    Amazing song

  • @AdamuMekonnen-du6tk
    @AdamuMekonnen-du6tk 7 месяцев назад

    Eebbifami nama waaqa

  • @efremfufa
    @efremfufa 6 месяцев назад

    Eebbifamu Qaalii koo

  • @Oromon1
    @Oromon1 7 месяцев назад

    Waaqayyoon sihaa eebbisu dhugaa

  • @NaardosZarihun
    @NaardosZarihun 7 месяцев назад

    Ameeeeeeen Ameeeeeeen Eebbifami!!