Dubbii Aja'ibaa Jabduu

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 янв 2025

Комментарии • 235

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba 8 часов назад

    Waqayoo waqaraa sihaa ebbisuu ebbifamaa hundumti kesanu farfan kee bayee jaladha ebifamii ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @BooniiLataa
    @BooniiLataa 2 года назад +3

    Waaqayyoo gooftaan si haa eebbisuu eebbifamii namni hunduu dogogoraa qaba araraa waaqayyoo baayeedhaa uuufffffeeee eebbifamaaa

  • @ayyaantuuayyaantuu4826
    @ayyaantuuayyaantuu4826 2 года назад +4

    Uuuuuuuuuffffffeeeee faarfannoota kee baay'een jaalladha,ittin eebbifamas ati jabaadhu haadhooko gufannaan tarkanfi dabala

    • @kaboshbaitcha9993
      @kaboshbaitcha9993 2 года назад

      🤩🤩🤩🤩🤩😍😍😍😍💋💋💋💋💋💋

  • @zinash8699
    @zinash8699 2 года назад +4

    Thank you biyyaa keenya Ethiopiatti nagaan nuuf jiraadha hommaa miti.
    Jirachun w/qyo nuu ga'aa
    c ameen 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💐💐💐💐💐💐✝️✝️✝️❤️❤️❤️

  • @aideaide3405
    @aideaide3405 Год назад

    Eebbiiffamii nama waaqayyoo barumsa heddu irraa argine daweee Eebbiiffamii 🙏🏻♥️♥️♥️

  • @galanigalani8849
    @galanigalani8849 2 года назад +2

    Uuuuuuufffffff Akkaam garaa namaa nyataa😭😭 dhugaa dawiyyee koo ♥️ ❤️ 💖 jabadhuu qaxalee mucaa kakkuu 💘💘💘💘💘💘💘💕💕💕💕💕

  • @galanigalani8849
    @galanigalani8849 2 года назад +1

    Gooftaan sii haa Ebbisuu ebbifaamii haadhoo koo ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️

  • @kebedewakweya8833
    @kebedewakweya8833 2 года назад

    Amoo! Waaqayyo si haa eebbisu; hojii akkasii hojjechuu keetti baayyee gammadeera. Hojii gaarii kana itti fufuunhojjedhu. Waaqayyo si haa eebbisu!

  • @leenseetube
    @leenseetube 2 года назад

    Waqaayyoo barafi jireenyaa keessani haa ebbisuu ebbifama farfaatotaa kenyaa hojjin fooni osoo ani tanee hojjin afuraafii jaladhaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖

  • @shelinshelin9108
    @shelinshelin9108 2 года назад

    dhugadha ebbifamaa ijoollee waaqayyoo gooftaan Ayyaan dachaa isiinif haa dabaluu

  • @MasaratMasarat-wn1vb
    @MasaratMasarat-wn1vb 8 месяцев назад

    Namaa bayye jalanu nuu caala moo namaa waqqayyoo fi jalatama tatee ebbiffamii nufii jiradhuu❤❤❤❤❤

  • @henokyube2860
    @henokyube2860 2 года назад

    Uuuuuuuuuufffffffff dhuga garaa na nyaatee yeroo wa'ee ijoollee biyya oroma dubaatuu waqayyoo sii ebiisuu 😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤❤

  • @BortuqanBb
    @BortuqanBb 4 месяца назад

    Eebbifamaa barnoota cimaadha dhugaadha❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Lomi222-d9g
    @Lomi222-d9g 18 дней назад

    Ebifami.ilmidhuga'asihadhalatu🎉🎉

  • @Tadelu-sp4nj
    @Tadelu-sp4nj 5 месяцев назад

    Waaqayyo sinaa ebbisu ebbifaami yaada gaaridha waaqayyo ayyaana sinfi yaa baayisuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @biqiletube3130
    @biqiletube3130 2 года назад +1

    Eebbiifaamaa dachaa yaanii keessan bayy'ee namatii tola baga araramte 🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад

    Gooftaan ☝️ baraaf jireenya keesanii haa eebbisuu eeebbifamaa

  • @MohamedAlharmoudi
    @MohamedAlharmoudi Месяц назад

    Ameen Ameeeen ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Caaltuu-tf6qf
    @Caaltuu-tf6qf Год назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen sifilee haa bayaatuu dachaa dabalee

  • @DisoofayisaaDiso
    @DisoofayisaaDiso 5 месяцев назад

    Uuuuuuf Ebifamii nama waqayoo ❤❤❤❤❤

  • @mamejemal5394
    @mamejemal5394 6 месяцев назад

    Ameekoo maaluman sif godha ebbifamako

  • @Green-j3k
    @Green-j3k Месяц назад

    ❤❤❤❤ameeeen haa ulfaatu maqasaa❤❤❤❤🎉

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 2 года назад +1

    Dogogorraakee hubaatee dubaachuu kaaf Gaalatomii qaalii nama!! Ebifama
    Waaqayyoo hubaanafi ogguumasa nuf haakeenu🙌🙌🙌😍😍❤💔

  • @kiyyaaamboo2395
    @kiyyaaamboo2395 2 года назад

    Waqaayyoo isin haa ebbisu tajajjilan akka uufta aditti kanaf cimsitan of egachin dirqama shamaran keenya hin dhagahani erga godhani media irraatti baasu hin qabdu ture yeroo sana jalalalan godhani waan ta'ef ati gaaruu waan balleessite ammanun kee baay'ee gaariidha ebbifami gaa'ila waqaayyoo namaf qooda kadhadhu amanama ta'i obboleesaa kenya samuel waqaayyoo baraf jireenya kee haa ebbisuu sin jaaladha maatti waqaayyoo ❤❤🙏

  • @DarejeLikisa
    @DarejeLikisa 4 месяца назад

    Namnii waqayyoo iqoramaa jabadhuu namakoo

  • @almassalalmass3809
    @almassalalmass3809 4 месяца назад

    ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BedasaMamo
    @BedasaMamo 7 месяцев назад

    Amuukoo baayyee Galatoomi dhugaa ❤
    Deva atis illee kun sirraa hin eegamu ture garuu nama Kan ta'ee hindinu nidogoggora Baga dhugaa baaste irraas deebite❤

  • @kaabbaashinagaasaa5506
    @kaabbaashinagaasaa5506 2 года назад

    dhugaa waaqayyoo sii haa eebbii obboleessa garraammi ofuuma cubbuuti isiin ofti ijoolleen durbaa atii guddaa eebbiifami

  • @ayyaantuuayyaantuu4826
    @ayyaantuuayyaantuu4826 2 года назад +4

    Uuuuuuuuuffffffeeeee F/Daawit baay'ee garaa na nyaate miskinaa mucaa homaa miti haadhooko nuyi maqaa baduuf toluudhaan wangeela lallabna jedhe phaawuloos ilmoo dhiiraa jechuun akka keeti amanuun kee baay'ee na ajaa'ibe dhugaa durboonni akkasitti qarshii namatti ergitanii kaatanii deebitanii maqaa namaa hin balleessiinaa maal amma mucaan kun harka dha'ee sirraa fuudhatee? Hin erguu jechuuf mirga qabda bar mucayyoon durbaa sunis mucaa kana dhiifama gaafadhu~~~waaqayyo bara kee haa eebbisu eebbifamaa mucaa ati jabaadhu tajaajila keetti nuyi warri shammarootaa gabii hin qamnu gooftaan ogummaaf hubannaa nuuf haa kennu malee~~~F/amoo atillee nuuf eebbifami qaxalee koo ~maalo obboleettii nana qarshii kana naaf kenni jettee obboleessa kana hin cinqiin adaraa jaalala gooftaan dhiifama godhiif waaqayyo dhiifama jaallata eebbifamaa ijoollee waaqayyoo

  • @jjituujetoo1416
    @jjituujetoo1416 2 года назад +1

    wawwwwwwooo obboleesssa kenyaa
    Fta Amanuel ebifamaa waqaayyoo bara keessani haa ebisuu Namaa waqaayyoo
    ebifamaa dacha dacha
    Waqaayyoo jirachuun akkanati
    Ebifamaa jiradha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @gantiasafa8837
    @gantiasafa8837 2 года назад

    Ebifaam Ebifaam Dacha daachadhani Tebariku Waaqaayoo Abaa eysus 📖📖📖👍👍👍

  • @SannayitGonfa
    @SannayitGonfa 6 месяцев назад

    Maloo mucaa baredaa kana sayikoosaa nuu jalaa xuqxii😢😢😢😢jabadhuu atii Jaba koo

  • @bontuleta122
    @bontuleta122 2 года назад +1

    😮wow Farfannaa Daawit caalaa kana baay’een jaaladha eebbifamaa

  • @merryassafa5663
    @merryassafa5663 2 года назад

    Wowow waqayoo barafi jireenyaa keessan yaa ebisuu ebifamaa dachadhan ❤️❤️ dhuganii hin qalatii malee hin cituu ebifamaa

  • @QwrQwe-f4h
    @QwrQwe-f4h 9 месяцев назад

    Ebbiifaami ebbiifaami ebbiifaami ebbiifaami hadhooko farfataa Anaanu'el❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abrahambalcha7992
    @abrahambalcha7992 6 месяцев назад

    "Tokko dhuufuun dhiirummaadha, lama dhuufuun gadhummaadha" jedhu mammaaksan. Daawwe baga dogoggorte 2ffaa itti hin deebi'iin! dogoggora irraa baradhu! fuuldura kee qofa ilaalali! mootummaa waaqayyo dursi, kaan itti aantee hiriiraan dhufti. Harka walitti siif reebamu hunda hin amaniin. Qaaridaa warra si baachuuf olkaafatan irras hin taa'iin, akkuma ol fuudhani si baatan lafatti basaq si godhu. Sitti hin ho'iin sittis hin qorriin. Mul'ata kee fi jaalalla kiristoos qofaaf aarsaa kaffali.
    Amanu'eel atis galatoomi, jabaadhu!

  • @fasoo3286
    @fasoo3286 2 года назад +1

    Waaqayyoo saa eebbissuu bayee gad fagenyaan gafii gafachukee ati dhuga bayee namati toltaa amoo

  • @ayyuorotube3956
    @ayyuorotube3956 2 года назад

    Waawwoo ebbifamaaaa ijolee goftaa ummurii dheradhaa

  • @sinbooshawaa4307
    @sinbooshawaa4307 2 года назад

    Ameen Ebbifami hadhookoo waqayoo si haa Ebisuu Ebbifama ijolee waqayoo

  • @waaqayyoojaallala6238
    @waaqayyoojaallala6238 2 года назад

    Wowowowo bayy'ee namati tolaa dhugaa eebiffaamaa ijjollee waaqayyoo

  • @WerkineYadesaa
    @WerkineYadesaa 6 месяцев назад

    Uuuuuufffffeeee waqayyoo isin haa ebbisuu ebifamaa❤❤❤❤

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 2 года назад +2

    Dhugaa jiruu dubachuuf keef galatomii..amanue.l.galatomaa.laman kesanuu shamaraa kenyaa ofii.egadhaa..birii.kesani.harkaan itti keniitanii..obolesaa kesaan.hamilee hin cabsinaa....jalalii.malaqaan bitamuu.hin.jiruu.hin.jiratus...ok.durbochee👍👍

  • @gadiseewarqina9486
    @gadiseewarqina9486 2 года назад

    Amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Lomi222-d9g
    @Lomi222-d9g 18 дней назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉guda.galatoma.dogongorun.womajiru

  • @hanajifaraa-bo8xx
    @hanajifaraa-bo8xx Год назад

    Uuuuuuf waqayyoo barkee Haa Eeebbisuu❤❤

  • @jawwal3873
    @jawwal3873 Год назад

    Amanamumasattin hasuun bayyee namaa gamachiisa❤❤❤

  • @diribeedabalaa2302
    @diribeedabalaa2302 2 года назад

    Baga Nagaan dhuftaan obbolleewwan koo ebbifamaa ebbifamaa dachaa dachaa 🥰🥰🥰🥰🥰

  • @HabteHika
    @HabteHika 3 месяца назад

    Faar.Amaanu'eel waaqayyo si haa eebbisu,ammallee mo'ii jiraadhu!

  • @BedasaMamo
    @BedasaMamo 7 месяцев назад

    Amuukoo baayyee Galatoomi dhugaa ❤
    Deva atis illee kun sirraa hin eegamu ture garuu nama Kan ta'ee hindinu nidogoggora Baga dhugaa baaste irraas deebite

  • @genetantoun9571
    @genetantoun9571 2 года назад

    Dhugumaatii waqqayyoo goftaa baraaf jireenyaa keessaa haa ebisuu Ebifamaa Ebifamaa

  • @MasaratMasarat-wn1vb
    @MasaratMasarat-wn1vb 8 месяцев назад

    Dogograa qabdu himachuu ketiif ebbiffamii ❤❤❤❤

  • @masaratmsarat6610
    @masaratmsarat6610 Год назад

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ebifamaa Ebifamaa waqayoo isin haa Ebisuu

  • @singermesiiAnbesa
    @singermesiiAnbesa 6 месяцев назад

    Ebbifama ❤❤

  • @zinachtola3276
    @zinachtola3276 2 года назад

    Ebbifami Ebbifami Ebbifami Ebbifami Ebbifami Ebbifami Ebbifami WAQAAYYOO baraafijireenyaa keessaan Haa Ebbisuu 💔 ♥️ ❤️ 👌🏻 ✨️ 🎶 💔 ♥️ ❤️ 👌🏻

  • @abebubekele5179
    @abebubekele5179 2 года назад

    Eebbifamii waaqayyoo Waaqa araaran guutuu dha

  • @yesusyesus8583
    @yesusyesus8583 2 года назад

    Wwwww gooftaan barakee haa ebbisuu dhugaa dubatee

  • @hawwiiti5032
    @hawwiiti5032 Год назад

    Waqayyoo isini haa ebbiisuu farfatotaa keenyaa

  • @adisgamaada5720
    @adisgamaada5720 2 года назад

    Waqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa

  • @abdinijira8537
    @abdinijira8537 2 года назад

    Uuuuuuuuffffff ebifama dacha dacha ayyani waqqayo kanuma cala sinif ha bayyatu🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @chaltudiriba871
    @chaltudiriba871 2 года назад

    Dhuga mucaan kunii Nama jabadhaa Kan of amanee dubbatee jabadhuu jabaa koo ATI Homan shakini gooftaa keef hojjedhuu cimitii

  • @jawwal3873
    @jawwal3873 Год назад

    Ani garuu kaani jedhuu maaliif ishee duraa dhisee ishee sana irraammoo birii fudhee garuu amanukee bayyee namati tolaa❤

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee7887 2 года назад

    Dhugaa jiruu dubaacha keefi ebbifami garuu lamafaa itti debinii

  • @aseefaasee7265
    @aseefaasee7265 2 года назад

    Maloo obboolleewwan koo biyyaa hamaabaa jiruu obboolleewwaan keenyaa dogogoraan hin gufaachisnuu😭😭😭😭🙏🙏

  • @sarahasaraha9959
    @sarahasaraha9959 2 года назад

    Eebbiffama sin jaalana ❤❤❤❤

  • @hawahawa2475
    @hawahawa2475 Год назад

    Obbolewan koo ofii egachuu barbachiisa dha malii maqa walii hin balesina hadara kessan 😢😢😢😢🎉🎉🎉

  • @SutumeTesema
    @SutumeTesema 7 месяцев назад

    Waaqayyoo si haa eebbiisuu dhugaa keeti

  • @yaadaniitoleera2136
    @yaadaniitoleera2136 Год назад

    Uuuff waaqayyoo si haa eebbisuu confidence atii qabdu namatti tola namni balleessaa isaa himate fuula waaqayyoottis fuula namaattii gaarummaa qaba

  • @ተስፉነሽጉርማሞ
    @ተስፉነሽጉርማሞ Год назад

    Amen amen amen amen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hawahawa2475
    @hawahawa2475 Год назад

    Abshiri guyyan jira hadhookoo 😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉

  • @hawiiwayuma2826
    @hawiiwayuma2826 2 года назад +1

    Wwwwwwwwwwwwwoooo ebifaamiii dhugaa qaxalekooo

  • @saraSara-z4l7b
    @saraSara-z4l7b Год назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ amen Amen amen

  • @AlloCel
    @AlloCel 10 месяцев назад

    Kan kanna fakkatan bayeetuu jira waqayoo nuuf haa qabu dhugaa dubbaachuuf jalqabara situ ballese sura nama bira dukkaa kaate ishee kanna harkkamoo birri fuutaa maal obboletii dubara hin qabdumoo ati gadii ta,a wangelaa dubbisaatii of ilaalaa. Mucaayoon ati arsitee maal haa gotuuree bayeemaa nama arsitaa dhugaa wamichaa keessaan kan hin beknee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Tiji-gh9py
    @Tiji-gh9py 9 месяцев назад

    Bayee waan Aja.ibatii dhugaa barnoota bayyee hubachiisa qabudhaa!!!!!!

  • @AlmasRabuumaa
    @AlmasRabuumaa 8 месяцев назад

    Ebbifamaa❤❤❤❤❤❤

  • @Mariyam-gf5jo
    @Mariyam-gf5jo 2 года назад

    Faarfata baayee jaaladhu💕💞💞🤝🤝🤝🤝💞🙏🙏

  • @gaaddisee-tv8uz
    @gaaddisee-tv8uz Год назад

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeen🙏🙏🙏🙏

  • @WarkeMoroda
    @WarkeMoroda Год назад

    Ameen ameen ebiffamaa

  • @seecim9388
    @seecim9388 2 года назад

    Ebbifama Barnoota namafi ta'aa

  • @Sara-qz1px
    @Sara-qz1px 4 месяца назад

    Eebbfama❤❤❤❤

  • @girmadugasa4254
    @girmadugasa4254 8 месяцев назад

    Birii isaaanif jeenelee isaan hin jaalanu ! Garuu waan kamifuu ammanun kee namati tola

  • @Daandiieebbaa
    @Daandiieebbaa 2 года назад +1

    ebifama dhugaa jirtu nuu ibsuu kessanif

  • @saraabbabayyo9417
    @saraabbabayyo9417 2 года назад +1

    Ebbifamaa guudaa dhugaa dubatee dogogora keraa eggaa siroftee jalaala ishee egaa hin hin barbnee malqaa ishii moo debisifii ebbifamii dhamsaa nu dabarsiteefii galtomii ebbifamaa lamn kesanuu 🙏🙏🙏

  • @Kennawqyo
    @Kennawqyo Год назад

    Wooow wooow dhuga OMA mitii waqayo bekadha

  • @Hana-ld2id
    @Hana-ld2id 2 года назад

    Waqqayyoo sii haa gafattuu birrishee nyaateetu odeessitaa asirraa gaadhee

  • @nambogaannet244
    @nambogaannet244 4 месяца назад

    Eebbifami deva ayi miskin nama dhugaa dubatu akka ke si jalana atile ame eebbifami nuf jiradhu

  • @mmmmagnj8537
    @mmmmagnj8537 2 года назад

    Wowowowowowowow Ebbifamaa Ebbifamaa Waqayyoo Ebbifamaa

  • @KomyKomy-h7i
    @KomyKomy-h7i Год назад

    Ebbifaama ❤❤

  • @DartuDartu-yy7qn
    @DartuDartu-yy7qn 12 дней назад

    Maaloo waaqni waaqarra sin haa ebbisuu

  • @stayonline7773
    @stayonline7773 2 года назад

    Ameeennn Eebbifaa mhaa 🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘😘🙏🙏🙏

  • @asterguta
    @asterguta Год назад

    AmeenAmeeenAmeeenAmeeen,❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 2 года назад

    Wwwwwwooowww ❤ ❤
    Ebifama ebifama dacha 🙏🏽 ♥

  • @TarikeBekele
    @TarikeBekele 6 месяцев назад

    Waaqayyo isin haa eebbisu

  • @waaqayoobekkadha4373
    @waaqayoobekkadha4373 2 года назад +1

    You are good

  • @amanueltakele3340
    @amanueltakele3340 2 года назад

    My favorite singer Dave and amo

  • @Hana-ld2id
    @Hana-ld2id 2 года назад

    Atis hayya kee argattee atis Amanuel

  • @DrAbdii-u7g
    @DrAbdii-u7g Год назад

    Homamitti mudanunon hin dhabaamu jabbadhu hafuuratti waaqayyon isin haa eebbifama ❤❤❤❤❤❤

  • @lensiyadasa8091
    @lensiyadasa8091 2 года назад

    Waqaaayyoo siin haa ebbisuu ebbiifamaa

  • @meseretalemu1693
    @meseretalemu1693 2 года назад +2

    Dogongoraa kee beekuu kef ebifamii Nama ta,ee kan hin dogongoree hin jiruu garuu immoo dogongoraa ofii irraa baratanii debiuun gaaridhaa

  • @معاذعبابنه-ذ6ز
    @معاذعبابنه-ذ6ز 2 года назад +1

    Amoo guddaa ebbifamaa

  • @Caaltuu-tf6qf
    @Caaltuu-tf6qf Год назад

    Waqayyoo sii ebisuu debisuu.keeti ketifii