Waaqayyo Waltajjii keenya akkamitti beeka?/YOHANIS TOLASAA Interview Tasifame Dawaadha!

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 фев 2025

Комментарии • 428

  • @MaramMaram-k2h
    @MaramMaram-k2h 5 месяцев назад +36

    Dhugaa dubaachuufi yeron farfaanaa mucaa kana dhagefaadhuu imimaan qabaachuun dadhaabaa uuuuuuuffffffeeeeeeee nuf jiraadhuu Qaxaalee mucaa goftaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @جوباجوب-ص8ط
    @جوباجوب-ص8ط 25 дней назад +1

    Bayyee namatti tola dhugaa. waaqayyoo si haa ebbisuu haadhoko. jabaadhu dhabadhuu Amma dhumati!

  • @Merii-j5x
    @Merii-j5x 5 месяцев назад +10

    Waaqayyo issin haa ebbisuu faafannaa ajaa'iibattii dhugaa🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏

  • @DastaDame
    @DastaDame 5 месяцев назад +11

    Ayyaana qabeessa mucaati dhugaa faarfannaa isa hundinuu akkatti inni nama eebbisu ayyaanni gooftaa dachaa isaaf haa baay'atuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @MasaratUlfina-hr7tz
    @MasaratUlfina-hr7tz 5 месяцев назад +2

    Ammeen ameeen ameeen ebbiffama fooniti hafurati ebbiffama 😢😢😢😢farsaa anii bayee jaladhuudha abba farfanaa kanaa ardhaa baree waqayo si eebbisu ebbiffamii

  • @BirkeDani
    @BirkeDani 5 месяцев назад +10

    Dhugaa baayeen jaaladhe Anii dhugaa waaqayyoo sii ebbiisuu ♥️❤️♥️❤️❤️🙏🙏

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 5 месяцев назад +2

    thank you farfannaa isaa baayyeen jaallaadha. Jabaadhu

  • @asteermitiku3299
    @asteermitiku3299 5 месяцев назад +5

    Waaqayyoo baraa jireenyaa keessaan haa ebbisuu♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @AlamAlam-hf1kj
    @AlamAlam-hf1kj 2 месяца назад +2

    Waqayoo.barake.hahebisu❤❤❤❤

  • @burtukanrabira8972
    @burtukanrabira8972 2 месяца назад

    Waaqayyoo baraf jirenyaa kee haa eebbiisuu qaxalee mucaa waqaayyoo jabadhu!! An dhaggeeffadheeyyu hin qufu!!

  • @jinakalash3824
    @jinakalash3824 5 месяцев назад +6

    Nuf jiraadhaa
    Waaqayyoo isn Haa Ebbisuu Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama daachadaachadhaani ❤❤❤❤❤

  • @ErmiasTesfaye-y4l
    @ErmiasTesfaye-y4l 3 месяца назад +1

    Ayyuu farfaana Kee bayye mi'awaa itti jabaadhu waaqayyoo sii ha ebbisu

  • @DemiDemi-gg7ns
    @DemiDemi-gg7ns 5 месяцев назад +3

    Goftaan barakeef jireenyaakee haa ebbiisuu ebbifamii Yonnii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HawiGudina-cy9vw
    @HawiGudina-cy9vw 5 месяцев назад +8

    Dhugaa Waaqayyo nama ayyaani Waaqayyoo sirritti irraa caalaqisu bari keessan ha ebbifamu ebbiffama isin lachuu ❤❤

  • @ramaahmad-6894
    @ramaahmad-6894 5 месяцев назад +2

    Waqayyoo barafii jireenyaa kee haa ebbisuu ebifaami ebifaami dhugaa ani farfanaa isaa bayyee iti ebbifameraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GhjjjuuYttrtgik
    @GhjjjuuYttrtgik 2 месяца назад

    Guddadhu eebbifammi guddadhu ijji mul,atakee kana caala haamul,atu faarfataa Amuu atillee waaqayyo siyaa eebbisu suqaadha nama kan ifatti baastu barrikee haaheebbifamu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ASAANAAQUU
    @ASAANAAQUU 5 месяцев назад +2

    Dhugadha Ebifamii Ayanaa Isaa Sifi Haa Bayisuu Jabadhuu❤️❤️❤️❤️❤️

  • @boontuu559
    @boontuu559 5 месяцев назад +2

    Dhagefaatamee hin qufamu Ebbifaami qaxaalee muca kakuu Ani qataa skp sifi tassise RUclips kee jabbaadhuu ayyana sifa dabaaluu ❤❤❤

  • @BurtkanBebo
    @BurtkanBebo 5 месяцев назад +1

    Wan aja'ibtii waltaji ati quba hin qabnee waw❤❤❤❤❤barii kee haa Ebifamu 🥰🥰 dhuga waqayoo bayee

  • @ShalomFeyera
    @ShalomFeyera 5 месяцев назад +2

    Xinnoo godhee xumuraa elii yaddaa gara koraa naa egii dhugadhaa farsaankee ergaa guddaa qabaa hadhokkoo kadhataan sii bukkee jiraa jabadhuu innii caluu abbaan wamichichaa sii wajiin jiraa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @diboram-ss1we
    @diboram-ss1we 5 месяцев назад +1

    Ufffeee wqyo baraaf jireenya keessaan haa eebbisuu daarba deemaa hoomtuyu issin qabii ❤❤❤❤
    Farfanna kee gaafa dhageeffadhu wqyo fanan wal arga ❤❤

  • @obsiihindarara3214
    @obsiihindarara3214 5 месяцев назад +9

    😢jallatama koo uuuuuuuf
    Sagaleema farffana kana yeroon dhagahuu onne koo keessa waan tokkotu socho'aa
    Farffana waaqayyo harkka keessa qabu jechun kana kinoo
    Ebbiffama koo ebbifamii
    Amoo barbachaa muca kanafi gotefi bayyen si diqisiifadha❤❤❤❤

  • @shumituchaka9090
    @shumituchaka9090 4 месяца назад +1

    Waqayyoo baraaf jireenyaa Kee haa ebbiisuu jabadhuu waqayyoo si waliin haa ta'uu ❤️🥰❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @PhoneTastic-rx9yw
    @PhoneTastic-rx9yw 5 месяцев назад +2

    Waqayyoo baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii Amoo attilee ebbifamii hadhoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hancalegalati2163
    @hancalegalati2163 5 месяцев назад +4

    Amen Ameen ameeen ameeen ebifama dacha ebifama nuf jiradha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TalileDiriba-y4z
    @TalileDiriba-y4z 5 месяцев назад +2

    Ebbiffammaa ijoolee waqaayyooo waqayo sin walin yata,uu❤❤❤🎀

  • @tamiratregasa-z4q
    @tamiratregasa-z4q 2 месяца назад

    Ebbifami , God bless you 🙏 brother

  • @BdbHg-mr2bj
    @BdbHg-mr2bj Месяц назад

    Waqayyo si haa ebbisu obbolessa kenya ayyanni waqayyo sif haa dabalamu❤❤

  • @Nagaansifaahaa
    @Nagaansifaahaa 5 месяцев назад +3

    Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa dhugaa bayee namatii tolaa❤❤❤❤❤

  • @moetesgera7329
    @moetesgera7329 5 месяцев назад +2

    Yonii koo Qaxaalee mucaa Waqaayyoo Baay'ee sii jaallanna nuuf jiraadhuu💓💓💓💓💓💓💓💓

  • @RomeTamiru
    @RomeTamiru 3 месяца назад

    Dhugumatti faarfannaa ayyaana waaqayyoorraa siif kennamee kan hafuurri waaqayyoo irraa urgaa'uudha eebbifami❤️❤️

  • @HaniAbetu
    @HaniAbetu 5 месяцев назад

    Wowowowo yohaanis ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waqayyoo isin haa ebbisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @MisganuTesfaye-e6j
    @MisganuTesfaye-e6j 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoo guddaa isin haa Eebbisuu dhugaadha nu tajajiltee

  • @MegertuMedeksa
    @MegertuMedeksa 5 месяцев назад +4

    Waaqayyoo baraaf jireenyaa keessaan haa ebbiisuu ebbiifaamaa Amuuu & jooniiyeee ❤❤ kanumaan caalaatii ayyaaniichii dachaadhaan siif haa bayyatuu ❤❤❤❤❤

  • @ShalomFeyera
    @ShalomFeyera 5 месяцев назад +3

    Uuuuuuuuufffeeeeee ebifamaa lamaan kessaaniyyuu hamaa dhumatii dhabadhaa ijoolee dibbataa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Tigist-f2n
    @Tigist-f2n 5 месяцев назад +4

    Ameeeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebbifamaa Malooo Farfanaan kee Bayee Afurraa naama jabessaa

  • @WakeneoljiraWakene
    @WakeneoljiraWakene Месяц назад +1

    Ebifaammii

  • @alialialiali-sx7gu
    @alialialiali-sx7gu 3 месяца назад +1

    Waqqayoo sii yaa ebbisuu ebbifami ❤❤❤❤

  • @dabemulet3441
    @dabemulet3441 5 месяцев назад +1

    Uffeee Mucaa Kana waqaayyoo SI Haa Ebisuu Obbolesa Koo .Amoo Koo Atillee Ebifamii dachaa ❤️

  • @Taaddee
    @Taaddee 5 месяцев назад +2

    Eebbifamaa waaqayyoo ayyaana kana keessa barabaraan isin nuuf haa jiraachisu ❤❤❤

  • @molomegersa3080
    @molomegersa3080 5 месяцев назад

    eebbifamii maqaa iyasusin waaqayyoon mana isaa keessatii hojii isaf kanumaraa cimssee si yaa dhabbuu🥰🥰🥰🥰

  • @EthiopiaHagere-wh9pd
    @EthiopiaHagere-wh9pd 4 месяца назад

    Ayyannaa qabeessaa mucaa dibataa ammallee jabadhuu yonif amoo jaabadhaa dhugaa namatti toltuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SifanKanasa
    @SifanKanasa 5 месяцев назад

    Waqayyoo baraafi jireenyaa kee haa Ebbissuu ❤

  • @ObsineetLammeessaa
    @ObsineetLammeessaa 4 месяца назад

    Ebbifami Ebbifami ❤❤❤❤❤❤ dhugaa baayyeen ittin gammadaa jira farfannaa kana dhugaaa

  • @alialialiali-sx7gu
    @alialialiali-sx7gu 3 дня назад

    Ebbifami waqqayoo sii yaa ebbisuu ❤❤❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 5 месяцев назад +1

    Yoni Yoni Yoni Yoni ❤
    Jallaatama mucaa baay'eeeeeeeeen sijaalladha jecha qabu waaqayyoo inni sijaallatee nama jallatama si godhees haa eebbifamuuu ❤❤❤❤❤❤❤
    Uuphaaaa darbii demii hin qabamin barota keessatti inni nama qabu sin danda'in
    Amo atis eebbifamii jabbadhuu ❤❤

  • @meseretalemu1693
    @meseretalemu1693 5 месяцев назад +1

    Waaqayyoo issiin haa ebbisuu❤❤❤❤

  • @ffaa7384
    @ffaa7384 5 месяцев назад

    Obolesaa kenyaa ebifamii dhugaa surraa isatuu nafii haradhaa malee farfana isaa bayyaa ittii ebifneraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @galanigalani8849
    @galanigalani8849 5 месяцев назад

    Uuuuuuufffffffeeeeeee dhugaa baay'ee Namatii tolaa farfanaa isaa dhugaa waqayyoo baraaf jirenyaa kee haa Ebbisuu ebbifaamii Amalee darbii jiradhuu qaxalee Mucaa kakkuu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @deboradebora3543
    @deboradebora3543 5 месяцев назад

    Uuuuuuuuuuuufffffeee waaqayyoo gooftaan ayyaannaasaa kaanuummaa caalaa siifi haa baayyiisuu ebbiifaamii daachaadhaan maaqa gooftaa yesuusiin jaabbaadhuu kaanuummaa caalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gammachuuraggaaa7811
    @gammachuuraggaaa7811 5 месяцев назад

    WOW mucaa waaqayyo wajjiin jiru kan ibsu faan isaarra ni hubatama .eebbifami

  • @ZarituZaritu
    @ZarituZaritu 14 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Jesusismylife-m4p
    @Jesusismylife-m4p 4 месяца назад

    😢😢😢 uuuuufffff Ameeeeen Ameeeeeen Ameeeeen Ameeeeeen maqaa iyesusiin bari Kee haa ebbifamuu gafaan farfanaa kana dhagefadhu eessa Akkan jiru Nan iraanfadha❤

  • @SaaraaJesuse-br2ll
    @SaaraaJesuse-br2ll 5 месяцев назад

    uuuufffeee mucaa qaxalee gooftan Ayyannaa siif ha dabaluu❤❤❤❤❤

  • @DeeziGamba
    @DeeziGamba 5 месяцев назад +1

    Uuuuuuffffffeeeee mee waqayoo is haa ebbisuu ebbifami 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️💯

  • @مسرهمسره-ل5ت
    @مسرهمسره-ل5ت 5 месяцев назад +1

    Ameen 🙏 Ameen amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee amee 🤲❤️🤲❤️🤲❤️ wawawawwa waqaayyoo Si haa ebbisuu ebbifami ebbifami 🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵 yoh keenyaa

  • @burtukanasefa6069
    @burtukanasefa6069 5 месяцев назад

    Wow faarfanna aja'iibatti waan wal nu barsiistef Eebifami Amo ❤Waaqayyo guddaa isinaa Eebisuu

  • @FAARFATAENJO
    @FAARFATAENJO 5 месяцев назад +4

    Eeebifamaaa DOONI MEDIA ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa1 5 месяцев назад +1

    Wwwooww farfanaa bayee jalaadhu qalbii namaa jijiruu ebiifamii ayaanii goftaa siraa hin camiin maqaa yesusi🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 5 месяцев назад

    Ammmmeeen Ammmeen ebbifamaa waaqayyoo bara jireenyaa keenyaa siinf haa ebbisuu ❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏

  • @BassaneWarkina
    @BassaneWarkina 4 месяца назад

    Dhuga ketii gotanii sebisuu ebifamii maloo barusa gudadhaa akumaa alolii itii ebifam atisii ebifamii muladhu adunya fi barbadamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AlemiNegasa
    @AlemiNegasa 5 месяцев назад

    Waaqayyoo siin haa ebbisuu ebbiffaammaa ❤❤❤

  • @LalisaAssefaOfficial
    @LalisaAssefaOfficial 5 месяцев назад +1

    Yoonii mucaa qaxalee! Nama ani baay'ee jaalladhuufi dinqisiifadhu! Ayyaanni siif haa baay'atu ammallee! Atis iyyafattee dhaloota kanaaf dhiyeessuu keetiif guddaa galatoomi, Amoo!

  • @bakilefayisa2531
    @bakilefayisa2531 5 месяцев назад +4

    Ebbifama farsaan mucaa kanna heduun ajabsiifadhaa😢😢❤❤❤

  • @ديربا
    @ديربا 5 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤ waqaayoo baraakee hadeebisuu

  • @Bayu-ds3nn
    @Bayu-ds3nn 5 месяцев назад +1

    Ameen Ameen waqayyoo si ebbsuu 🤲🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉

  • @daad9981
    @daad9981 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ayanii waqayoo kanumaa calaa isinif haa bayatuu ebifamaa ebifamaa❤❤

  • @kuwkuw3426
    @kuwkuw3426 5 месяцев назад

    Wowwwwwooo jechaani dhabaa dhugaa himmimaani qabachuu dadhabee waaqayyoo kanumaa caalatti ayya sifi haa dabaalamuu dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AyanAyan-b3l
    @AyanAyan-b3l 2 месяца назад

    Waqayyoo tebarki tebarki ❤❤❤❤😢😢😢

  • @galata98
    @galata98 5 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤waaqayyoo isin haa eebbisuu

  • @شرين-ق1ق
    @شرين-ق1ق 5 месяцев назад +2

    Uufffee ebbifamii ebbifamii ayyani siif bayatuu

    • @PhoneLink-w5x
      @PhoneLink-w5x 3 месяца назад

      Uuuuufffffff ebifami ayyanisiif bayyattuu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @DeraDufera
    @DeraDufera 3 месяца назад

    Waqaayyo bagaa sin nuukasee dhugaa dha farfanaa kana nama danuutu it ebifaamee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @birtkanstore4268
    @birtkanstore4268 5 месяцев назад

    Waqayyoo bara jireenya kee haa ebbisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AnaneeAna
    @AnaneeAna 16 дней назад

    Ameen Ameen Eebbifamii Dachaan Maqaa Yesusin Eebbifamaa Dachaan Laman Keessaniyuu Dhugaa Baay'ee namati Toolaa Farfannaa Kadhataa Guddaa Of Keessaatii Qabuudhaa Gooftaan Kenyaa Yesus Kiristoos Haa Ulfaatuu Maqanasa Ameen 🙌🙌🙌🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙏🙏🙏❤❤❤

  • @daraartuuoro6694
    @daraartuuoro6694 5 месяцев назад

    Jabaadhu obboleessa keenya waaqayyo ayyaanasaa siif haa baayisu

  • @sahaite911
    @sahaite911 5 месяцев назад +2

    Waqayoo Ayyaanasaa dachaa dachaan siif haa dabaluu ❤❤❤❤❤

  • @BlrltuBiritu
    @BlrltuBiritu 5 месяцев назад

    Waqqaayyoo sin ha ebbisuu ayyaani isa amayyuu dachaa dachaan sini ha baayisuu ebbifamaa sin jallanaa nu jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ayyuuoro8478
    @ayyuuoro8478 5 месяцев назад

    Imiimmaan qabachuu hin danda'uu gaafaan faaruu isaa dhagefadhu 😢❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Lili-h7z
    @Lili-h7z 5 месяцев назад

    Yoniye farfannaan kee edduu nama ebbisa daandii baditi gara jireenya bara baraati nama deebisa ebbifami waaqayyo ogummaf hubanaa kana caalu siif haa baayyisu si jaalannaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jiraaiyesuusw-hm7ii
    @jiraaiyesuusw-hm7ii 5 месяцев назад

    Ayyaana.qabeesaa.mucaati.dhugaa.farfanaa.isaa.hundinuu.akkatti.inni.namaa.ebbisu.ayyaannii.goftaa.dachaa.haa.bayattuu.ebifamiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SintayoSintayo-rb8li
    @SintayoSintayo-rb8li 5 месяцев назад +2

    Dhugaa farfannaan beka malee isa hin beekuu❤❤❤❤❤❤

  • @WinCell-b9i
    @WinCell-b9i 5 месяцев назад +1

    Ebfaama ijolee waqaayyoo amen 😢😢😢😢😢🙏🙏🙏💗💗💗💗❣️🤲🤲

  • @sharklink5863
    @sharklink5863 5 месяцев назад +1

    Baraf jireenya kee haa ebbifamiii

  • @ashetufikiru5304
    @ashetufikiru5304 4 месяца назад

    eebbifamakoo nuuf jiraadhu
    hedduu eebbifama jirra farsaaketiin atis eebbifami amo

  • @jvhhjx-sb4kq
    @jvhhjx-sb4kq 5 месяцев назад +1

    Goftan siyaa ebbisuu🎉🎉🎉😢😢🎉🎉ebbifamii

  • @tolesheduresa7172
    @tolesheduresa7172 5 месяцев назад

    Waaqayyoo Ayyaana siif haa baay'isu 😢❤❤❤❤🎉🎉😊😊😢😢

  • @YumiXx-mi6zd
    @YumiXx-mi6zd 5 месяцев назад

    Nuf jiradhuu mucaa goftaa waqayoo baraaf jirenyaa ke ha Ebisuu Ebifama Ebifama Ebifama Ebifama Ebifama Ebifama ❤❤❤❤❤❤

  • @DubaiAli-d9d
    @DubaiAli-d9d 5 месяцев назад

    Waaqayyoo gooftaan baraaf jireenya keessan haa Eebbisu, jabaadhu

  • @TamamTamam-i1i
    @TamamTamam-i1i 5 месяцев назад +4

    Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ❤❤❤🎉🎉
    Ebifamaa

  • @BetheliumAsefa
    @BetheliumAsefa 4 месяца назад

    Ayyaana dachaa sirratti haa dabalu waaqayyo, kana caalaa tajaajilii galma ga'i homtuu qabee karaa sin dhaabiin🖐️💥🏥🙏🙏👏👏👍🎤🎻🎹🎧💯👍

  • @TesinDjsism
    @TesinDjsism 5 месяцев назад

    Waqaayyoo sihaa Ebbiisuu bro koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Brbr-pd6ey
    @Brbr-pd6ey 5 месяцев назад

    Qaxalee muca waqayyo inni da,imummake darggaggummake kenitef waqayyo hangga dhumatti manasa kessatti cimse si,adhabu hadhookoo 😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gege4580
    @gege4580 5 месяцев назад +2

    Maaloo anii farfanaa kana Male hin dhagefadhuu ebifamii❤❤❤❤❤❤💗

  • @sifani1036
    @sifani1036 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waqaayyoo si haa ebisuu

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 5 месяцев назад +3

    Ebbiifamaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @Shno-jf3zn
    @Shno-jf3zn 5 месяцев назад

    Uuuuuuuuff farfana isaatin qalbi jijiradhe ani yemun dhagefadhu imimantu namachesa jarana waaqayyo dacha isaa ayyana sif habayisu yonis ❤🎉

  • @SimboDabalatube
    @SimboDabalatube 5 месяцев назад

    Dhugaa dubbachuuf faarfannaa kana baayee itti eebifameera.hedduu keessi koo itti boqata Eebbifami qaxalee mucaa waaqayyoo nuf jiraadhu❤❤❤

  • @laliselenjisa2230
    @laliselenjisa2230 5 месяцев назад +1

    Ameeeeeeeeeeen eenifam ayaannii waaqayyoo dacha dachan sif baayisu!

  • @MESKELURAGASSA
    @MESKELURAGASSA 5 месяцев назад

    Ebbifaamii amoo dhugaaa❤❤❤❤

  • @AyantuKeneni
    @AyantuKeneni 5 месяцев назад

    Dhugaa dubaachuf ani ortoodoksiidha garuu imimaan qabachuu danda,u gafan farfana kana dhagefaadhu amoo gatiinke waqayyoo biraatii gudaadhaa❤❤❤❤❤