Faarfannaa Haaraa Afaan Oromoo 2016/24: Yohaannis Tolasaa : FAALKAA

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 сен 2024
  • #Yohaannis-Tolasaa
    #Yohanis-Tolesa
    #Warning: Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
    Lyrics:
    🔥Kophummaa kichuu rifeensa Abdii kootii arrii Umurii maleetiin reebe
    🔥Isa Gaafan tuuta Gidduu taa'ee mukaa'uu akka waanan kophaa Koo uumamee
    🔥Godoon Koo olloota Danuu hin qabu akka har'aa lafan Ture hin jiraatu namni
    🔥Haala Koo gargaartee natti hin qoraattofne Kankee hin Gaararraa'u jaalalli.
    Lafati hin jirree Caccabaadha manni abdii namaa
    Lafati hin jirree Du'atu jireenya caalee Argama
    Lafati hin jirree Angafamuu ofii abuuru
    Lafati hin jirree hin gammadamu nyaara guuru
    Lafati hin jirree Abbaan manaa Dukkana
    Lafati hin jirreehoo dhugaadha jireenyatu nuffama.
    SIDHA JIRMI LUBBUUKOO BAATU.
    1
    Faalkaa jijjiirratee guyyaa bishaannuu nama hudhu
    Burqaan waraabbadhus gaafa saafaan taasise gu'aa
    Bara ana bira anuma malee homtuu hin jirree
    Ofirrattan arge cal nama jalaa jechuu Du'aa
    Guyyaa Halkanni tokko waggaa Kuma caalaa dheeratuun
    Maqaa sanyii kootii gaafan cirrachatti moggaase
    Atimmoo akka namaa waltajjiirratti harka naaf reebdeeree
    Kee dursee harka eenyuuti harki kufaakoo lafaa kaase
    Siin malee dhamdhamni jireenyaa maal maal jedha
    Siin malee kamii tulluun Jala jiraatanii
    Siin malee gad-ba'anii ol galuun hiika hin qabu
    Siin malee bara darbeef seenaa hin qabaatani
    Siin malee Gamootu dhimmisa Godoo ta'ee
    Siin malee soogiddatu dhagaadha mi'aa dhabee
    Siin malee maafan barruun irraa hin nyaanne faarsa
    Kankeetihoo cabaa boquu kootii harki ol qabe.
    Utuuti akka namaa hin qabu jechuu beekta ta'ee
    Barabaraaniyyuu duumessikoo bokkaa hin qabaatu
    Utuu Waajjira Kee teessumni jooraa hin jiru ta'ee
    Carraa ballaa qaba kaleessi na gochuuf maraatuu
    Balbala manakee cufaa hin dhiibne an guyyaa tokkoofuu
    Dukkanaan dhufuyyuu shakkitee Nan bulchine ala
    An eenyummaa keeyyuu ergan Dua siin ooleen bare
    Edaa gargaarsa keen Du'aatu dhagaa jalaa gala.
    Gaafa galaakoo Raammoon faallaan boolli qullaa Koo dhoksu dhibe sana
    Maalfaa na deggare qubnikoo
    Tulluun buqqisee baadhe miti Danuun oolmaa keetii itti ulfaannaan
    Gadi jedhe malee dugdi Koo
    Guyyaa harkin gargaarsaaf abdadhu harkaa hin qabu jedhee kakatu dhagaa narra hin tuulleem faarrikee
    Edaa sirkatti jaallatamuuf nama ta'uu qofatu ga'aadha kanaaf na kuuleem araarri kee

Комментарии • 291

  • @dammeelikkissaa8471
    @dammeelikkissaa8471 4 месяца назад +17

    Gooftaan bara kee hundumaa haa eebbisuu
    bara kee isa hafee hundumaa kirstoos qofa farsaa hafii kirstoos sirra haa Urga'uu siif haa dabalamuu ayyaannichi jabadhuu warra dhugaadhan isaaf jiraatan biyyii lafa isaan hin simatuu Gatiin kee guddaadha amma dhumatii gooftaa kana faarfaadhu isa bira badhaasa bara baraa qabada ❤❤❤❤❤❤

  • @KakuuRaawwii
    @KakuuRaawwii Месяц назад +10

    Ani waahee obboleessa kanaf waaqayyoon guddaan galateefadhaa farfaana inni faarsu lafa onadha nama wama 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @AsteeTesfa
    @AsteeTesfa 2 дня назад +2

    Waqayyoo issaa has ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @shitodemesa8712
    @shitodemesa8712 17 дней назад +1

    Ammee ammee ammee waaqayyoo sii haa ebbisuu ayyaana waaqayyoo kaanumaa caala siif haa baay'tu ebbisuu ❤❤❤

  • @TajabaAbdisa
    @TajabaAbdisa 2 дня назад +1

    Eebbiffamii namaa waaqayyoo ammayyuu waaqayyoo daachaassa sif ha banuu..!!!

  • @kgerra81
    @kgerra81 12 дней назад +1

    Waaqayyo gooftaan macaa jireenyakeefi barakee ha'ebisu oboleesakoo !!❤❤❤❤❤❤❤

  • @kibechimdi9489
    @kibechimdi9489 16 дней назад +1

    Kanaan caala ayaani waqaayoo siif haa bayaatu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢

  • @ArarseGelana
    @ArarseGelana 5 дней назад +1

    Ebbifamii Kan calaa Mula,tasa sifaha dabaluu waqqayyo obblesako ❤❤❤❤❤

  • @jawwal3873
    @jawwal3873 6 дней назад +1

    Mucaa kaan gooftaan haa eebbisuu Ani jechaa qabu❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉

  • @ShetoSheto-y3k
    @ShetoSheto-y3k Месяц назад +4

    Hin quufamu haadhoo koo eebbifami maqaa yesuusiin

  • @Nothhing-i9r
    @Nothhing-i9r Месяц назад +2

    Ammeen Ammeen Ammeen, waaqayyoo, koo, sii, ebbifaamii, daacha,, faarsaa, baayy, ee, naattii, tolee 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official 4 месяца назад +6

    Maaloo! Lafee butuchee, lubbuu utubawoo faarfannichi. Eebbifamteetta, qaxalee koo!🥰

  • @WakumaGirma-ug6pp
    @WakumaGirma-ug6pp 23 дня назад

    Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen
    Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen
    Yoni koooooooooooooooo
    Waaqayyoo sii haa Eebbisuu
    Ayyaana waaqayyoo kaanumaa
    Caala sii haa baayatu jaabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @عبداللهبوعبدالله
    @عبداللهبوعبدالله 6 дней назад

    Ameeeeen Ameeeeeen Ebifamii dachaa dachaa waqayoo sii haa ebisuu Farfanan Kun Ergaa Gudaa Qabaa Ameeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🎉🎉🎉🎉🎉

  • @tigisttufa269
    @tigisttufa269 Месяц назад

    I can't stop listening .......❤❤ Eebbifami!!

  • @JohnDendena-tz6ou
    @JohnDendena-tz6ou 14 дней назад

    John koo Nat tolera dachaa sif Haa dabalamuu itin Ebbifameraa kanati ansee kana gaddiii hin taaiin dacha dachaa Haa mirgisuu sin jaladha ❤❤❤❤❤❤

  • @AyantuAyantu-uz4mu
    @AyantuAyantu-uz4mu 6 дней назад

    Ameeeeeeee Ameeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeeen 😭 dhugaadha Ebbifamii dachaa......Ameeeeeeeen

  • @Hawinekoketi
    @Hawinekoketi 24 дня назад

    Ebbifamii dachaa dachaa ❤❤❤ farfannaa ketin baayee ebbifama jirraa ayyanni kanuma sif haa dabalamu dhugaa ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @Mime-hp4eq
    @Mime-hp4eq Месяц назад +2

    Ati. Bichaan. Farfadhuuu. Meeee. Dhugaa. Ammayyuuu Ayyanichi dachaa. Siraan haa. Mulatuu
    Bara. Dhalonni. Ofi mulisani isaa. Dhokksan baraa. Jirati inni. Sirraan. Haa. Mulaatuuuuu
    😢😢😢😢😢😢😢😢ani. Farsaa oboleessa. Kanaa imimaanina. Dhagefadhaaaaaaaa

  • @Sena-x5b1w
    @Sena-x5b1w Месяц назад

    ameen ameen ameen ebifamii namaa waqayoo Kana Cala waqayoo sinaa ebisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯💯💯

  • @LidaCall-eb2dw
    @LidaCall-eb2dw Месяц назад

    Amen amen amen ebifami waqayyoo si ha ebbisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @magdsasia9081
    @magdsasia9081 Месяц назад +1

    Ameeeeeeen ameeeeeeen Eebbifama ♥️🙏♥️🙏♥️🙏♥️

  • @tirfuketema5569
    @tirfuketema5569 Месяц назад +3

    Maaloo sagaaleen waal irraa yaa'ee hin cennee Kuni gooftaa Eyesusus Koo ittiin ulfaadhuu jabaadhuu daammaa Koo kan caaluu qabdaa yesusus koo

  • @ChaltuAsege
    @ChaltuAsege 19 дней назад

    Yaa ayyaana Waaqayyo mucaa kana yoomuu eegii jabeessii moosisi biyya lafaa❤

  • @BurtukanDebela
    @BurtukanDebela 4 дня назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ebiifamii Waqaayyoo baraa kee haa ebisuu hadhoo koo

  • @HaceFBBant
    @HaceFBBant Месяц назад +2

    Lafaati jiree du'atu jireenyaa caalaa argama.
    Dhugaa keeti haa koo waaqayyoo ayyaana isaa sif haa dabaaluu jiraadhuuuu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @abeederese1753
    @abeederese1753 Месяц назад

    Ebbiifamii maqa yesusiin Ebbiifamii ebbiifamii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @شرين-ق1ق
    @شرين-ق1ق Месяц назад

    Ebbifamii ebbifamii waqayoo bara Fi jirenyaa Kee haa ebissuu kanumaa calati ayyani siif bayatuu

  • @MeseretNigussie-i1f
    @MeseretNigussie-i1f Месяц назад

    Uuuuuuuuffff waqayyoo sii haa ebbiisuu nama ebbaa ta'ii

  • @danielworkina1597
    @danielworkina1597 17 дней назад

    Waaqayyo gooftaan guddaa SI haa eebbisu eebbifami

  • @user-ev6lf4ye9h
    @user-ev6lf4ye9h Месяц назад

    Gooftaan baraaf jirenyaa kee haa bbisuu ebbiffaamii haadhoo koo ❤️💯💘💯

  • @moetesgera7329
    @moetesgera7329 Месяц назад +1

    Ebbbiifaami Ati dhuguma farfatoota hundaa keessaa addaa Gooftaan Ayyana isaa hubaannaa isaa kanan olittii Siif haabayisuu Yooni Qaxaalee Mucaa Waqaayyoo❤❤💓💓💓💞💓💓💓💓💓💓

  • @gammiitamiru397
    @gammiitamiru397 4 месяца назад +2

    Ati mucaa kakuudhaan dhalatedha; Ermiyaas bara keenyaa! Eebbifami! Hojii kana caalun sirraa eega kichuuf michuukoo Yoosi!!!

  • @MbefMbet
    @MbefMbet Месяц назад

    Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen 🙏 🙌 👏 ❤️ ☺️ 😊 🙏 🙌 👏 ❤️ amen 👍 amen 👍 God bless

  • @WarkiGuranda
    @WarkiGuranda 17 дней назад

    Ebbifamii Obboleesa koo Ameeeeeeeeeeeeee Ameeeeeeeeeeeee

  • @almazyadeta5372
    @almazyadeta5372 Месяц назад +2

    Maloo farfanaa mucaa kana maal namatti tolaa Eebifamii obolessa koo❤❤❤❤❤❤❤😢

  • @TalileDiriba-y4z
    @TalileDiriba-y4z 27 дней назад

    Waqaayyo dacha dachaa siha ebbissuuu yoh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DengeDenge-cc9ue
    @DengeDenge-cc9ue 11 дней назад

    Ammeen ebbifamii ebbbifamii dachaa dachaa kanuma callatii darbii demmii

  • @kebuweyess
    @kebuweyess Месяц назад

    Ebbiifaamii haadhoo koo nuu jiraadhuu❤❤❤❤

  • @AbdinkoowaqayyookootiiAmeeen
    @AbdinkoowaqayyookootiiAmeeen Месяц назад +1

    Ameeen Ameeen ebbifama ebbifama dacha dachaan maqaa iyesusni ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MerrAa-bj1ln
    @MerrAa-bj1ln Месяц назад +1

    Uuuff malo Waaqayyon baraf jireenya ke haa eebbsu eebbifamii yoh🤲😢❤

  • @Maza-l8z
    @Maza-l8z Месяц назад +1

    Ebifamii qaxalee koo ati farsadhani ebifamtee cimisi qabadhuu hanga dhuma siya dhabuu goftan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @qalenjinakero5529
    @qalenjinakero5529 21 день назад

    Eebifamii Waaqayoon dachan si Eebiisuu 🙏🙏🙏

  • @simboodhabaa2136
    @simboodhabaa2136 Месяц назад

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen

  • @FscavSs
    @FscavSs 27 дней назад

    Amen amen amen amen amen ebifami waaqayoo sii haa ebsuu jabadhuu bayyee namatti toola ishii farfaana kee itt ebifami waaqayoo sii haa ebsuu jabadhuu🎉🎉🎉🎉❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Ayinalem-rl1yx
    @Ayinalem-rl1yx Месяц назад +1

    Ebbifamii silayyuu durmaa ebifamtte ❤🎉

  • @thaneesthaneesh8408
    @thaneesthaneesh8408 4 месяца назад +2

    Eebbifamii hadhoo koo❤

  • @Gamane-q5j
    @Gamane-q5j Месяц назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen dacha Ebbifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @KiyaGonfa
    @KiyaGonfa 28 дней назад

    Ameeeeen bari kee dachaa haa eebbifamuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mibiratitesfay3325
    @mibiratitesfay3325 Месяц назад

    Ameeeeeeeeen ebbifamii muca waqayyoo ❤❤❤❤

  • @KennooAbera17
    @KennooAbera17 Месяц назад

    Faarfannaan kee suuta LAPHEE namaa hata.Guddaa eebbifami ❤🙏🏾🙏🏾

  • @zanaMakuriak
    @zanaMakuriak Месяц назад

    Eebifamii waaqayyoo saa Eebiisuu obboleessa keenya

  • @Meserettolera
    @Meserettolera Месяц назад

    Uuuuuuffffeeeeeeeee ameeeeeeen ebbifami hadho koo barri fi jirenyi Kee haa ebbifami🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️😂😂😂😂

  • @yesusgooftadhaa
    @yesusgooftadhaa Месяц назад

    Ameeen Ameeen ebifamii ebifamii dachanii gooftaaa barafii jirenyaa kee haa ebisuu ebifamii ebifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gabbykebbe6484
    @gabbykebbe6484 18 дней назад

    Uuuufffffee ebifaamii haadhoo koo😊

  • @TsayeGashuw
    @TsayeGashuw Месяц назад

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeen❤❤❤❤❤

  • @TaddeeDaggafa
    @TaddeeDaggafa Месяц назад

    Ebbiifamii bro koo waqaayyoo bara kee haa ebbiisu ❤❤❤❤❤❤

  • @VhddFyfg
    @VhddFyfg Месяц назад +1

    Eebifamii muca waqaayoo barii fii jirenyi kee yaa ebifamuu dhuga mulata kananii itin jiradhu qaaxalee muca waqaayoo

  • @wamitsega3736
    @wamitsega3736 4 месяца назад +1

    Waaqayyoo gooftaan siyaa Eebbisuu sagalee waaqayyoo gooftaa kooti nuf qooddee

  • @AsaffaaAngaasuu
    @AsaffaaAngaasuu Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wow obboloota ko farffanna kanatti ebbifamaa

  • @lillylilly9708
    @lillylilly9708 Месяц назад

    Ebifamii adhoo kooo❤❤❤❤

  • @gosalebeye3089
    @gosalebeye3089 Месяц назад

    Ameenameen namawaaqayoo ebbifaamii

  • @dabalezode3702
    @dabalezode3702 Месяц назад

    Waaqayyoo.bara kee.hundumma haa ebbisu mucaa yesuus farfanna kee.kan dhageefatani hin qufamne b❤❤❤❤Bara dhaloonni dubbii waaqa lafa Kate
    Ati garuu lafa buusen ebbifammi mucaa nan dhugaa.ani jecha qabu uuuuuuuffff

  • @FeyseTariku
    @FeyseTariku Месяц назад

    Sif jechaa hin qabuu waaqayyoo bara ati jiraatu hundumaati si wajjin ha ta'uu ebbiffamii

  • @MohammedAbuhayyeh-k5b
    @MohammedAbuhayyeh-k5b Месяц назад +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii ebbifamii dachaa dachaa baraa fi jireenyii kee yaa ebbifamuu ayyaann waqayyoo sif yaa bayaa, tuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💝💝💝💝💝💝💝

  • @Yobsaan
    @Yobsaan Месяц назад

    Ebbifamii 💗💗💔💔💔💔💔💔💔🥹🥹🥲🥲🥲🥲🥲🦻

  • @buzeyeteshe325
    @buzeyeteshe325 20 дней назад

    Waaqayyoohinsijalqasise siaxumrsisu barikeea eebbifamujabadha❤❤❤❤

  • @MesiMesi-j6x
    @MesiMesi-j6x Месяц назад

    Ameeeen ameeeeeen ebbifami🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sameerasaneera4813
    @sameerasaneera4813 Месяц назад

    Waqayyoo.Ebbifamaa❤❤❤❤ameeennn.ameeeeennn❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @wamitsega3736
    @wamitsega3736 4 месяца назад +6

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @yashiilamiilamii5302
    @yashiilamiilamii5302 Месяц назад

    Aemeen Aemeen ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢

  • @FayiseNagash
    @FayiseNagash 23 дня назад

    Ebbifamii ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 Месяц назад +1

    Ameen Ameen Ameen Ebbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ci5yp7lt2q
    @user-ci5yp7lt2q 4 месяца назад +1

    Ameen ebbifamaa

  • @SingerDawitWekgari
    @SingerDawitWekgari 29 дней назад

    Nu jiraadhuu jaba nama wàaqayyoo Sii ha eebbisuu

  • @jonseabebe3402
    @jonseabebe3402 3 месяца назад

    Ebiffamii.... ayyaani Isaa sitti haa dabaalamuu!!

  • @SisayGirma-u4l
    @SisayGirma-u4l 5 дней назад

    Ebifamii dacha dachaa ❤❤❤

  • @kasuhayilu5462
    @kasuhayilu5462 20 дней назад

    Eebbifamii 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ChaltuArdogan
    @ChaltuArdogan Месяц назад

    Uuuufffff ebifamii dachaa dachaa 🥰🥰🥰🥰😢

  • @user-zw9xf3pb9y
    @user-zw9xf3pb9y Месяц назад

    Gooftaan si haa eebbisu ayyanisa siif haa baay'atu ❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @MaramMaram-k2h
    @MaramMaram-k2h Месяц назад +1

    Uuuuuuuuufffffffeeeeee ebifaamii yoniko❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @KiisooGarramu
    @KiisooGarramu Месяц назад

    Baay'ee nama boqochiisa farfaannan kun nama qalbiin dhageeffateef ergaa guddaa qaba, Eebbiffamii nama eebba ta'i ❤❤❤

  • @Mooneet-y3f
    @Mooneet-y3f 2 дня назад

    Ebbifaamii❤❤

  • @Senet-cl7es
    @Senet-cl7es Месяц назад

    Ebbifamii muca kaku 😢

  • @portyportyperry-mb9ze
    @portyportyperry-mb9ze Месяц назад

    ❤❤❤❤❤❤waqayyoo sii ha aa eebbiisuu

  • @Bayu-ds3nn
    @Bayu-ds3nn 24 дня назад

    Amne amne amnee❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @DaniDiriba-w1y
    @DaniDiriba-w1y 2 месяца назад

    Jabbadhuu ebbifamii

  • @EebbaaTaaggasu
    @EebbaaTaaggasu 22 дня назад

    Ebbifaami dhugaa

  • @AbarashAbdisa
    @AbarashAbdisa Месяц назад

    AMEEEEEEEEEEEEEEE AMEEEEE EBBIFAMIIIII❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @dachobelay
    @dachobelay 3 месяца назад

    Ebbifamii

  • @ObsinetKenyalolanwaaqaa
    @ObsinetKenyalolanwaaqaa Месяц назад

    Uuuuuuuuuufffff gooftaan baraa keef jirenya kee haa Eebbisuu kode koo qaxalee mucaa yesus🤲🤲🤲☂️☂️☂️🤔🤔😭

  • @SimboHailu
    @SimboHailu Месяц назад

    Ebbifamii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @LamiMorka
    @LamiMorka 16 дней назад

    Eebbifaami ❤❤❤❤❤❤❤

  • @RozaaQueen-g6k
    @RozaaQueen-g6k Месяц назад

    Uffee 😢❤❤ebbifamii

  • @hawitadese-oy4td
    @hawitadese-oy4td Месяц назад +1

    Amen Amen 🙏

  • @chaleidosaofficial7794
    @chaleidosaofficial7794 10 дней назад

    Mucaa dibamaa nana! Eebbifamteetta,

  • @BILSEEKIFNEE
    @BILSEEKIFNEE Месяц назад

    Amen Amen Amen Amen Amen 💖💖💖🙏🙏🙏🙏

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 Месяц назад

    Ameeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa Ameeeeen Ameeeeeeen 🎉📖⛪🎤💯🤲👏🙏🌻🎉😢😢❤🎉❤❤

  • @YohanisBenti-s5v
    @YohanisBenti-s5v Месяц назад

    ❤❤❤❤ayyaana kana sirratti haa qusatu

  • @Elsaa-sg9rt
    @Elsaa-sg9rt Месяц назад

    Amen amen amen amen amen amen