As wr wb Wlhi muca kana nin beeka ture yo namni kijiba qabaate Nama akka gurba kana kijibu duniya tanaratI arke hin beeku . Dhifamale naf godhati ani isa kana jia Sadi ol wajji turre nafi inni akkuma tasa wal barre jachudha nama oso jarti mana jirtu dhala Alatti barbaadu ture kijiba falti anu sin beeka Akami boocha boole gaafa wajji turre ni yaadatta baalage ati anu jarti qabda sin beeku gaafa guyati dhala 5ni waji demtu San kuno Ama dhagahu kiya jarti qabachu ke
Yaa dhalaa nama sijaalatu hin boochisin. Atis boruu tee hin beektu akkumasaa bohuu dandeessa 🥺😥worri bultii namaa digdan wollah boru rabbiin Afoo dhaabachuuf deemtu inshaallaa. Rabbiin wolitti isin haa deebisu 🙏🤲🤲
Waqayyoo walitti isin debisee nuulee ammaa har' aa senaa tana dhagefanne gaddinee hundaa kenyaa haa gamachisuu Ameen ❤❤
Yaa.Faridaa, fi halloo isin Araarsaa❤❤😢
Uuuuuff nama maraara dhugaa 😭
Dhali nama maaf wal miidha maaloo rabbii jaalala uume walitti isiin haa naneessuu😢
Rabbiin walitti isin haa deebisuu waly mucaan nama gaarii waayee hadha manaa isaa akatti olqabee hasayuun isaa dhiira ini dhugaa rabbi jiduu kesan isinii haa qulqulleessuu😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤ me nami miidhamni nama kana garaa isin nyaate lke tuqa😢
Dhiira waan jabate bochisaa rabbi walitti isnii haa deebisu😢😢😢😢
Aboo rabiin dhugaa tee haa basuu😭😭😭
Waaqayyoo walitti siin deebiisuu yaa obbleetti tiyya adaara ilmoo kee Immima dhiiraa boru sii gaafata itti yàadi bultii takxii miitii seenani kan bahani warri mangoddo nii itti gaafatu guddaa kana baha adaara ❤
Namuma akas najaltee bo uuu otun hinargatin du'ee badukotii😢😢😢
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
😂😂😂
😂😂
Anii egaa monetii qophii. Jaalalaa kanaa dhisitee dhagefachuu jibee waq🥹🥹
Dhisii re😅
Moneti irraa jalali si qabe moo akkami yoo akasi ta.e mida.a ishen irra hojetu siti imma dhaqi dawadhu ??? Kkkk
waaqayyoo waliitii isnii haa deebisuu Azoshii dhugaan hin turtii malee baduu😢😢❤❤❤
❤❤❤
Wayoo annu ni bihee lalee😢😢😢 tokko dhiratuu dubarti bochisaa tokko Jalalaa walalee woli shakidhaan woli bichisaa yaa Jartii mucaa kana rabbi kee sodadhuu mana ketti debbi'ii rabbif Jechaa Guyyaa boruu rabbi sii gafaata atti nikayaa isaatu sirraa jiraa maloo😢😢😢😢😢
❤❤❤
Rabini waliti isini haa debisu wly anilee akasumaa tii jarsaa kiyaa yanii adaa bée mee rabini waliti isini haa debisu Nani jaa yaa obolewanii koo🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹
waliittii isin haa deebisuu waliihii insha allah urgaa jaalala ganama
Wallahi nama dhugaan nama jalatu argachun ulfata dha yaro kana debiyii gali intal ama❤
Miciyyoo rabbii je'ii deebi'iif maaloo😢
Uuuuuufffff yaa Allah Yaa Rabbii ati wolitti deebisii
Ibsaa Rabbii sii Haa gammachisuu
Dhalaan haraarge namati quftii danta hin qabdu jirenyaf
Oso tani nannawaa biraa tate obsaani sii wojjiin jirattii
Amshiir ni gammada
Qaalii gurbaa❤❤❤
waan akka bultii diigamtuu nama rifachiisu jiru rabbiin waliti isin haa deebisu🥰🥰🤲🤲
Rabbin arimi qabu walit isan ha debisu baye Gara nama❤😂😂😂😂
Rabbii si haa debisuu hadhaa mana keti ashirii 😭😭😭😭
Uuuuuuuf rabbi sif haa lafisu shexana rabbi siraa haa qabu❤❤❤❤❤❤❤
Rabin,wolitii,isinhaa,debisuu,inshaallaa❤❤❤😢😢😢😢😢😢
OBN dubbiin mucaa kanaa fixuu qabdu ykn dhiira waan xiqqoon hin boochisne boochisaa jirtu qophii kana dhiisaa😢😢
😢😢😢
Midhamni jaalalaa hedduu sammuu koo miidha midhamee waaniin beekuuf garuu jaalallee lamman gidduu maatiin otoo seenuu baatanii gaariidha dabalataan jaalalleewwan kamuu wal amanuu fi waliif amanamuun gaariidha
Miskin rabbii wolittii issin haa debiduu😢😢
Masha Allah wlhi Rabbii waliti isin ha debisiuu
Uuuuuufffff kan jaltee bekaa gubaa jalalaa 😭😭😭😭 rabiii walitii isn adebisuu
Jiruu dhiittee baanaan siin darbu hintalo kanaafuu jiruu kee hindiigin hintalo rabbi sodaadhu yoo musliima taate seenaa nabiyyii keenyaa(sww)ayishaa yaadadhu sheyxanni gidduu namaa ni seenaa garuu obsaan irra darbuun gaariidha rabbiin walitti isin haadeebisu obboleess kiyya jiruu kee rabbiin duraan ijaare hammallee diigama kee irraas sirraa haabaraaru
Rabbi wolitti isin hadeebisu 😢😢😢
rabbin walitti isiin hadeebisu yoo diddemmon rabbiin kaan ishii calee siif habuusu
abshiir bro rabiin waliit sii hadebiisuu❤❤❤😭😭
Misikinaa hin boyyiin eshii rabbiin waaliit issiin haa debissuu ishaa allaa
Rabini waalitii isanaa deebisuu ishaasllah 😢😢😢😢😢😢
Wqy gatii himmimaan kee hin gatiin❤❤
Garaa nama nyaata Waaqayyoo garaa Sif haa lafisuu hadhoo koo 😢😢
Rabbi guddaani waliti isin haa debisuu malpp😢😢😢
Anii moni egaa deemtee yeroo jalaala jibee😢😢😢
Miskinaa rabbii wolittii isiin haa debisuu abshiir 😢😢❤❤
Absher obbolessa kiyya rabbii wan hundaa ni sirressa rabbii bulti ta'ee walit isin haa debisuu
Rabbii siif haa lafeessu
Walihi rabii walitih isini haa debisu😢😢😢❤❤❤😊
Rabbiin nagayan walitii isiin ha debisuu ishaa alaa
Yaa Allah 😢😢
Rabbiin wolitii isin haa debisuu 💔
Waaqayyoo abbani jalalaa walitti isiin haa deebisuu obblessaa kenyaa 😢😢😢
Rabiin yero dhihotii woliti isin hananesu ❤
Waaqayyoo walitti isin haa deebisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Uuufi waqayyoo walitii isin haa debisuu maloo anuu sii fanan bo'e maloo😢😢😢
Hamdiyaa mahammad har'a yaadan siif qooda ati yeroo namni rakkatee boo'u maalif kolfitaa? Kun dadhabina keeti sirreffadhu. Yeroo innii gadduu faana gaddi;yeroo inni gammadu faana gammadi malee yeroo hundaa hin kolfiin kun hojii kee nuffisiisaa taasisa tolee? Hojiirra oolchi sii fayyada.
Dhuga keti walayi galatomi
Moonet essaa jirtaaaaa.
Nuf debi.i ❤❤❤
Waaqayyo walitti sin haa deebisu👩❤️💋👨 Abdii hin kutatin obboleessa koo👍👍
Yaa rabbiii deebbiisiif yaa Allaah uufffffff😢😢😢😢💔💔💔💔💔❣️❣️❣️🤲🤲🤲
rabbi walitti isin haa deebisu,ati odoo balleessiteeyyuu dhiifama siif gooti jedhee abdadha. dubbiin dhugaa arrabarraa beekamti.
Warri hinaaffaa bultii namaa digadaan rabbii isaani haa arguu😢 hamdiyaa waliitti deebistee gammachuu isaanii akka arginu nuu godhii pls😢
Rabbiin walitii isin haa debiisuu 😢😢😢😢😢
Waaaqayyo walitti isin haa deebisu💯
❤❤❤😢😢😢😢😢Rabbi,isin haa Ararusuuu uuuuuuuffff
Inshaallah rabbi waaltii isin haa deebisu😢
Rabbii walitii issiin haa debisuu
As wr wb Wlhi muca kana nin beeka ture yo namni kijiba qabaate Nama akka gurba kana kijibu duniya tanaratI arke hin beeku . Dhifamale naf godhati ani isa kana jia Sadi ol wajji turre nafi inni akkuma tasa wal barre jachudha nama oso jarti mana jirtu dhala Alatti barbaadu ture kijiba falti anu sin beeka Akami boocha boole gaafa wajji turre ni yaadatta baalage ati anu jarti qabda sin beeku gaafa guyati dhala 5ni waji demtu San kuno Ama dhagahu kiya jarti qabachu ke
Dhugaa keedhaa moo????
@@Birqee-ox3yc balage dha bar nin beka sobdu kana
Love this show from marsabit county kenya love you oromo
Rabbiin waliiti issaan yaa debisuu.
YAA AILAH abboo rabbii jedhii ittii Debi iii imimanii 😭kunii sii cubisaa
Abshiir rabbii walitti isin haa deebisuu
Abshiri rabbini waliti isini haa debisuu😢😢😢
Rabbiin walitti isin haadebisu
Waqayoo walitii sin haa debisuu❤❤😭😭
Rabiin sii haalafiisuu😭
Rabbiin Wolit Isiin haa debisu Inshaa Allah 😢
Rabbin woliti isin haa debisu abshir obbolesa kiyaa
Waaqayyo walitii sinii yadebisuu Rabii
Yaa obbooleet koo biiyyaa lafaa gubbaa ammaa jiraanuu hin bekknuu abbaa manaa keet deebbii'ii jiraadhuu oduu namaafi bakkaa hin keeni
Abshiir rabbiin walitti isin haa deebisu 😢😢😢😢
Ahaa rabii waltii isiin Haa debisuu 😢😢😢 ishaa Allaaha
Waaqaayyoo waanii hundaa dand,uu waliitii siinii haa Debiisuu
Rabii walit sin haa debisuu abshiir😢😢❤❤
❤❤❤❤❤❤raabii woliti isni haa debisu ❤❤❤
Waqayyoo walitti isin haa deebisuu😢😢😢😢😢
Waqayyoo Walitii siin haa debisuu 😢😢
Rabbiin dandetii isaatiin wollitii isiin haa debisuu
Ayiii wayii jaalala
Uuuuuufffff waqayoo waliti si yaa debisuu🎉🎉🎉❤❤❤
Rabbi walitii issin haa debissu inshaala 😢😢😢
Rabbi woliti isaan haa deebisuu inshaa Allah
Rabbii waaltii isnii haa debisui
Wayyoo 😭😭😭😭 garaa jalallaa
Rabbii woliti isaa haa deebisuu uuuuuuuù ffffffffffff😢😢😢referenced 😢😢😢😢😢😢
Waaqayyoo gooftaan walitti isin haa deebisuu 😢😢
waqayyoo waaliitii siin yaa ararsuu 😭😭🙏🙏haadhoo koo 😢😢😢
Rabbi walitti isiin ha deebisu
Rabii walitii isin ha debisuu
Your. rabbi. woltii. debisii❤❤❤❤🎉🎉
Waqayyoo nagaa, jalalaa, tokumaa siin yaa kennuu
Waaqayyoo walittii isin haa deebiisuu abshir baga nama jaalalaa taatee😢😢😢😢
Rabbin nagayan walitti isiin ha debbisuu
Rabbbin walitti isin haa debisuu. Garuu ofif rakkoo qaba gurbaan kun. Yoo walitti mufataan akkamitti waggaa 1kka guutuu kan mana isanii jala hin dhaqiin turaa sanuu hadhaa mucaa isaa. Even nitii ofii yoo sokkite ji'a 1 jala hin dhaqinuu rakkoodha
Sababa keetin waanin an tahe ana beeka atis ni beeyta baalage Nama
اللهم 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤
Rabbii wolitii isin haa debisuu uuuff 😢😢😢😢😢😢
Woyii akkam nama gaddisisaa abshiir immaa wolittii debitaani ofii jajabesii malee hayizoo my brother ❤😢😢
Yaada: Warri OBN qophii keessan yeroo Jaalala osoo bal'istanii namoota dhiheessitan kana yaada isa kanillee (hiriyyaa isaa/isii)osoo dhiheessuu yaaltanii yoo dandeessan walitti deebistu(Haadha manaa fi Abbaa manaa yoo tayan)
Nama gaddisisaa rabbiin walitti sinaa deebisu hin boohin bro😢😢😢😢😢
Rabbiin walitii isn haa debisuu😢😢😢😢