Seenaa Kiyya Jijjiirtee Deemte

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 4 окт 2024
  • Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
    Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
    Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
    +251937386564
    Join Us
    Telegram: t.me/oromia24
    Facebook: / oromia24
    #Oromia24 #oromia #Ethiopia

Комментарии • 144

  • @Oromia24
    @Oromia24  3 года назад +77

    Like Share Gochuu Hin Dagatiinaa

    • @galuutube1035
      @galuutube1035 3 года назад

      Tole Gamee jabaa keenya
      Kootta maatii naaf ta'aa qoomowwan koo

    • @shopshopt6701
      @shopshopt6701 3 года назад

      🤝🏽💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💞

    • @galuutube1035
      @galuutube1035 3 года назад

      @@shopshopt6701 koottu maatii naaf ta'ii😍

    • @geeratube1542
      @geeratube1542 3 года назад

      Abshir

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 года назад

      @@geeratube1542 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞

  • @rozahassen1886
    @rozahassen1886 3 года назад +17

    😭😭😭😭dhugaa anuu seena kanaan walfakkaatu hiryaan yeroo dhihootti horadhe dhabeedha😭😭

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 года назад +5

    Wowowowoow bayyee namatii tola jalate ishee dhabadusi. jirenyaa kee sireesite olmaa guddaa sirraa qabadi ishee amma wajiin jiratu jabefadhu bayyee barumsa guddaa qaba galatomi game kenyaa jabadhu ❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘

  • @Miski-rv4yl
    @Miski-rv4yl 4 месяца назад

    Ayiiii baayee garaa nama nyataa❤❤❤❤❤

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 3 года назад +4

    Welcome gammee🥰🙋‍♀️
    Ayiii seenaan kee hedduu garaa nama nyaata 😢💔

  • @kedijafayo422
    @kedijafayo422 2 года назад +2

    Garaa nama nyataa

  • @meseretlotamo9966
    @meseretlotamo9966 Год назад +1

    Baayeee gaaraa Nama nyataaaa

  • @meseretlotamo9966
    @meseretlotamo9966 Год назад +1

    Abshir obbolesaa kooo

  • @bontuanbo4082
    @bontuanbo4082 6 месяцев назад

    Uuuuuuuuuuufffffffff senaa koo fanaa walii fakataa senaa kunii 😭😭😭😭😭😭Dhugaa anisii jaladhee dhabee egaa sanii samuu koo sirii mittii 😢😢😢😢😢

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 3 года назад +7

    Matti na'af ta'a orommo koo❤️

  • @abdulakimmohammad7846
    @abdulakimmohammad7846 Год назад

    Gamachu esaa bade bro

  • @muna.sitira3516
    @muna.sitira3516 3 года назад +1

    Namaa gadisisii namaa gamamachisii wani aradhaa sanaa dhisee namaa tefi bayee namaa gamachisa wayi jalsafimo namaa gadisasii garuu waninii rabbiini sikedha hudisayu

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 года назад +1

    Bagaa Rabii Sababaa Sifi godheee ishii

  • @LovelyBubbles-fb8gj
    @LovelyBubbles-fb8gj 6 месяцев назад

    Ayiiii baayee garaa nama nyataa😭😭😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️❤️

  • @mubeshiratabeyezid4795
    @mubeshiratabeyezid4795 Год назад

    Wow naboochiste gammee jabaadhu akkaataan dhiheessaa kees hedduu nama hawwata

  • @sabkeebarrmichuarsilixa3103
    @sabkeebarrmichuarsilixa3103 3 года назад +2

    Baayye gara nama nyaata dhuga💔💔😭😭

  • @buureetesfa6715
    @buureetesfa6715 3 года назад +1

    Baga gara jirenya kee tii sii debifte Male kan yadan osso tane kan waqayyoo namaf yade cala obbolessa koo onnee guttu dhan ishee amma jaladhuu

  • @fanusadis5368
    @fanusadis5368 3 года назад +1

    Uuuuuuuuuuuufffffffff baayee garaa namaa nyataa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @bontuanbo4082
    @bontuanbo4082 6 месяцев назад

    Wowowowo Wowowowo senaa baayyee garaa namaa nyatuu😢😢😢😢

  • @abduking71
    @abduking71 Год назад

    kan garan Kee ya de rabbii in sifis ha keenu

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt 10 месяцев назад

    Bayyee garaa namaa nyataa jabadhuu❤❤❤❤❤❤

  • @chaltukebede1938
    @chaltukebede1938 3 года назад

    Jabadhuu baga rabbii karaa gaariitii Sii jijiree

  • @Sena-l2p
    @Sena-l2p 10 месяцев назад

    Dhuga kedha waan nuf kename male waan barbane fudhachu hin dandeny eyeni waqayo nuf jira nuti immo waalif jira🙏

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад +2

    Uuuuu Ani osoo Jalaqabaa Lalaa jedhee yaduu jiruu Namani kuni maruu Naa Duraa lalee

  • @galuutube1035
    @galuutube1035 3 года назад +1

    Uuufff Seenaa barumsaa guddaa of keessa qabudhaa
    Obbolessa keenyaa Jireenyaa Gaarii Siif Hawwiinaa

  • @moniramonira1406
    @moniramonira1406 3 года назад +2

    😭😭😭😭😭😭

  • @Tele-b2s
    @Tele-b2s Месяц назад

    Uuuuuf dhukkuba jaalala 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @firiiadamtube2833
    @firiiadamtube2833 2 года назад +1

    Senaa bayee garaa Nama nyatuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 3 года назад +1

    Jabadhuu gamme lk👍❤️

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 года назад

    Dhugaa baa,yee namaa gadisisaa abshir raabi jiraa obolesaa koo 😭😭😭😭🙏❤

  • @ayyaanjamal2935
    @ayyaanjamal2935 3 года назад +1

    Uuuufff baga jijjramatee hudafuu 😥😥😥

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад +2

    Wel Come Gammee Gotaa Jaallaa

  • @saraSara-z4l7b
    @saraSara-z4l7b Год назад

    ❤❤❤❤❤

  • @bashashaamucawalloosanyiij413
    @bashashaamucawalloosanyiij413 2 года назад +1

    Ayiii😭😭😭😭😭😭😭

  • @yusraoromo6322
    @yusraoromo6322 2 года назад

    Seena kaan turee ergaan dhagahee Senaan kuun kaan mucaa amara wayitii

  • @azizagamadii3926
    @azizagamadii3926 3 года назад

    Baayee garaa nama nyataa senaniii

  • @aayanayan570
    @aayanayan570 2 года назад

    uuuuffffeee senna nam gaddisissa

  • @haimemasarate5217
    @haimemasarate5217 3 года назад

    senaa baredaadha jabaadhu

  • @obseebeenyaa
    @obseebeenyaa 3 года назад +2

    woooowwwww

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 года назад

    Ammyuu garruuu ishiima jaallta

  • @bareduuoromoomakuuraa1299
    @bareduuoromoomakuuraa1299 3 года назад

    Dhugaa dubachuufii seenaakkeeraa Bayee baradhee gamee gudaagallatomii

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 3 года назад

    Dhummaa kee siif haa sirreessuu waaqayyoon Dhugaa sii fayyaadee jirtii

  • @hanaginchi6105
    @hanaginchi6105 3 года назад

    Bagaa nagaan dhufte gammee koo

  • @zaeyidanasir3018
    @zaeyidanasir3018 3 года назад +1

    Ayiiiiii 😭😭😭😭😭

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 3 года назад

    Obolesaa kiyaa Akaa Naman yadee osoo in Tanee Akkaa Rabbii jedhee Tayaa Garuu Atii Bagaa Rabbiin Sii Qajechee Micatii Amaa Walin jiratuu jiruu Garii Jiradhuu kani Darbee Darbee jedhamaa Akkaa Naman yadee osoo in Tanee Kani Rabbiin jedhee tayaa

  • @wargoto1763
    @wargoto1763 2 года назад +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥰

  • @meryemaabdella1563
    @meryemaabdella1563 2 года назад

    Ok

  • @meseretlotamo9966
    @meseretlotamo9966 Год назад +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @hayyuntaaa126
    @hayyuntaaa126 3 года назад +1

    Senaa kee Bayyee Garaa Nama nyataa 😢 Bagaa Rabbiin dhumaa kee Sifi Tollochee Bro

  • @summayyaoromoo7618
    @summayyaoromoo7618 3 года назад

    Nyaata nyaatani birrin kiisha keessa waa jire sani akka waan ana ta,e dhiphadhe

  • @bilabilabilabila5690
    @bilabilabilabila5690 2 года назад

    Ayyii bayyee garaa nama yata koti matii na taa

  • @sabontuasalla6782
    @sabontuasalla6782 2 года назад +1

    Uffiiiii😢😢

  • @obsiituuwaanhundumaa247
    @obsiituuwaanhundumaa247 3 года назад

    Wel come gamee baga nagan dhuftee

  • @ayyuutube9030
    @ayyuutube9030 3 года назад

    Bayee bayee nama gadisisaaa dhugaa ayiiii uufffff

  • @Cell123-tp1nl
    @Cell123-tp1nl 3 месяца назад

    Jaibaa dhugaa dha

  • @ZinaBOAlokmi
    @ZinaBOAlokmi Год назад

    😢😢😢

  • @borkekafalaaameee9093
    @borkekafalaaameee9093 Год назад

    😍😍😍😍

  • @umuashiim1447
    @umuashiim1447 3 года назад

    Welcome gamee Kenya.

  • @asyiadhufe4641
    @asyiadhufe4641 3 года назад +1

    Welcome gamee 😍😍❤️

  • @tigisttigistragasaa7607
    @tigisttigistragasaa7607 3 года назад +1

    Well comee gamee 🙏🙏❤

  • @add6931
    @add6931 3 года назад

    Astofurulaah Game kun kani hara homaa baribachisuu raabiin haaqajelichuu malee

  • @tadelechyadetewalatamikael4113
    @tadelechyadetewalatamikael4113 2 года назад

    Hundinu kan Rabbi jedhe tu taa bayyee nama barsisudha galatoma

  • @lammiilammii3569
    @lammiilammii3569 2 года назад

    Please lakosaa kee biyyaa kamii

  • @tigtube6948
    @tigtube6948 2 года назад

    Waw sennaa baredaa uuuuuufff 😭😭😭

  • @astefikadu2184
    @astefikadu2184 3 года назад

    Bagaa jijiramtee atii wananii isaa

  • @vvcnncvtfe7566
    @vvcnncvtfe7566 2 года назад

    😭😭😭😭😭❤😭❤😭

  • @senaabaqalasenaabaqala7491
    @senaabaqalasenaabaqala7491 3 года назад +1

    Welcome game🥰🥰🥰

  • @fayzikhoury9298
    @fayzikhoury9298 Год назад

    As As

  • @zedted1368
    @zedted1368 3 года назад

    Uuuuuuuuufffff jirenyaa lafaa kanaraa

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 года назад +1

    Wel came gamachis 🤝💓

  • @meretetshawa5240
    @meretetshawa5240 3 года назад

    Uuuuuuuuuuufffffff bayee Namaa gadisisaa

  • @fasika7102
    @fasika7102 3 года назад

    Ana dhufu

  • @firiiadamtube2833
    @firiiadamtube2833 2 года назад

    Well cone gamee

  • @gamnegamne2057
    @gamnegamne2057 3 года назад +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @zawuditu6012
    @zawuditu6012 3 года назад

    Wel come gamee

  • @burtukan.love.oromiyaa4694
    @burtukan.love.oromiyaa4694 Год назад

    wow❤😍💖❣💕💘❤😍💖❣💕💘❤😍💖

  • @samiraali5697
    @samiraali5697 3 года назад

    Oromo adara maati naf taha

  • @burteewallaggaa9308
    @burteewallaggaa9308 3 года назад +1

    Ayii😭😭😭

  • @Jaafeekamaal
    @Jaafeekamaal 3 месяца назад

    Uuuuffff😢

  • @tiruneshkebede2529
    @tiruneshkebede2529 Год назад

    🥰🥰🥰😭😭😭😭🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @fakihanaser8399
    @fakihanaser8399 3 года назад +1

    ✅✅✅

  • @diribeedabalaa2302
    @diribeedabalaa2302 3 года назад

    Welcome

  • @saraa-zy1vc
    @saraa-zy1vc 3 года назад

    ufuuu 😥😥😥😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @hkkioi1511
    @hkkioi1511 Год назад

    Uuuuffff

  • @uaekf6841
    @uaekf6841 2 года назад

    💚💚💚💚❤❤❤❤❤

  • @yaarabbiibiyyatoonaganutgo4110
    @yaarabbiibiyyatoonaganutgo4110 3 года назад

    Baga nagan dhufte game

  • @keriyashafi1523
    @keriyashafi1523 3 года назад

    Ayiiiiiii 😭😭😭😭👈

  • @ahmadahmaf6191
    @ahmadahmaf6191 2 года назад

    Baayee namatii tolaa

  • @yaaddootube317
    @yaaddootube317 3 года назад

    Bagaa nagaan dhuftee

  • @kindz3ddkind435
    @kindz3ddkind435 2 года назад

    Uuuuuuuuufffff 😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲

  • @Mohamod-sl5sy
    @Mohamod-sl5sy 3 года назад +1

    💕❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️😘

  • @tigestnew6164
    @tigestnew6164 3 года назад +1

    🙏🙏🙏😭😭❤❤❤

    • @galuutube1035
      @galuutube1035 3 года назад

      Tigee koottu maatii naaf ta'ii kennaa😍

  • @tasliimabintmuslim6072
    @tasliimabintmuslim6072 3 года назад +2

    Anatu duraa Lalee 🙄 🙄 🙄 🙄

    • @BOONEESHOW
      @BOONEESHOW 3 года назад

      Hangatu oromoo sanyi koo mati naa ta.i

  • @fatiyaebrahim5410
    @fatiyaebrahim5410 Год назад

    Sesame

  • @ofiinboontuuintallaasalaal3584
    @ofiinboontuuintallaasalaal3584 3 года назад

    Gamee sagalee siresimee kan sijalaa hursuu kanaa

  • @kidusmiikaellredatemesigiz8766
    @kidusmiikaellredatemesigiz8766 3 года назад

    well come gaame Wwwwwww haara annatuu duurse ilalee

  • @samirataju2911
    @samirataju2911 2 года назад

    😍😍😍❤❤❤😭

  • @wargoto1763
    @wargoto1763 2 года назад

    Wowwwwww wwwwwwww 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😘😘😘😘😘💔💔💔💔💔💔💔

  • @obseobse4517
    @obseobse4517 3 года назад +1

    Nori jenee gamee

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt 10 месяцев назад

    9337yadaa qabaa