Baratus barachuu baatus tokkuma Nama meeqatu baratee Amma isa hin barannee yaadu hin dandeenye heddutu jira Aniyyuu hiryaan koo qubee tokko barreessuu kan hin beeknedha dhugaa
Amala dubartotaa walin hasuu akani dhisuu godhi isaa bodaa kan barumsaa amani barateyuu hin gaa kan barate xumuree yuu dhisani hoji dhunfaa qabatani jiruu kanafu gorsi isaa bidaa hojimaa dhunfaa hojetee jenanu gahadhaa Animoo j koo barataa yuneversiti Sabaa coronan tin wal qabatee barumsaa adan kutani jiruu ini hoji wan hin qabnefi garaa America akani demuu gochufin turee ini garuu nadidee barnotaa kon xumuraa nan jedhee anisi barnotaa jibafi hosoo hin tane ini bayee barata chimaa wan tefi hoji kaminu hojechu dadaa kanafu anisi tole jedhen yadasaa gutafin jiraa atisi wan isaf tee tole jedhin gorsadhu 🙏
Baratus barachuu baatus tokkuma
Nama meeqatu baratee
Amma isa hin barannee yaadu hin dandeenye heddutu jira
Aniyyuu hiryaan koo qubee tokko barreessuu kan hin beeknedha dhugaa
Bagaa nagaa dhufte galoo keenya 👉uuuuuuufi addunyaa fagatee keessati barumsa barbachisaa ta'us sammuu namaa walqixa waan taanef. warrenni baratan hojiin mootummaa dhiisanii hojii dhunfaa isaan hojatan meeqatu jira.
Malqaa kee ittii hin erginii malifii yoo jetee silaa nikaa Sirra qabuu malii ammatee qarshii kee ittii ergitaa dabaltaa inii silaa shamaranii biraa qasaa sii fudhaa fi si dhisaa hin betuu shamaranii teenna jalalaa dhabdanii malaqaa keessaani hin dhabanaa 💚💞💞💞 boyichaa fb irraa bottanii dhadhabnee 🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️
Jalalaa dhugaa walin jalatuu tanani itti debii inni baratesi hin hin baranesii tokkumaa meqani isanituu baratee lafaa ta'aa jiraa jiraa waan ta'eef
Amala dubartotaa walin hasuu akani dhisuu godhi isaa bodaa kan barumsaa amani barateyuu hin gaa kan barate xumuree yuu dhisani hoji dhunfaa qabatani jiruu kanafu gorsi isaa bidaa hojimaa dhunfaa hojetee jenanu gahadhaa
Animoo j koo barataa yuneversiti
Sabaa coronan tin wal qabatee barumsaa adan kutani jiruu ini hoji wan hin qabnefi garaa America akani demuu gochufin turee ini garuu nadidee barnotaa kon xumuraa nan jedhee anisi barnotaa jibafi hosoo hin tane ini bayee barata chimaa wan tefi hoji kaminu hojechu dadaa kanafu anisi tole jedhen yadasaa gutafin jiraa atisi wan isaf tee tole jedhin gorsadhu 🙏
Sistuuu Koo in dhaganii
Welcome Galoo keenyaa 😍😍😍
Baga nagan dhufte Galoo keenya
Dhisi. Isuuma
Obboolleetti Waaqayyoo Namaa yaada isaa yaa Tasiisuu hin dhiiphattii Biyyaa kee yoo beeku batee homaa Sii hin godhuu Qarshii kee Waaqati himaadhuu dhiisi
Welcome galoo kenyaa
Wel come galoo
Welcom galoo kenyaa baaga nagaan dhuftee
Mashallha
Welcome.galoo.
Well come galoo
Uuuuuuuuu anif ati muddanoo tokkoo qabnaa ani garuu baratuu 12 xumure qabxiin naaf hin milkofne inni immoo barumsaa hin qabu maati koo qarshiidhan baradhu jennaan diddee anis biyyaa hambaa beirut keessaa jiraa maati ergaa demee dhagahaa ani garuu qarshii ittii hin ergu 💔💔💔💔🤭🤭🤭🤭 maali maal?????????
Tigist wajjin wal naa barsiisi mee galoo kenyaa. Tigist naa dubbisi mee beektu koo sin barbaada adaraa maqaa fb chltu ddhaa shewa west jedhun naa dubbisi. Ok
Kkkkk
Maa shafoo
akkmmi hyee
hi
😭😭❤️❤️🙏🙏🙏
Rako hinqabu baratus dhisisu eracala oji dhufa ojenan sikadini male tigsti kenya
WELCOME Galoo
😭😭💔💔💔💔
Hi
Welocm galo
Akaa kotii bulokii godhii dhisii malaqaa ketisii itii inerginii atii silaa malii amatee itii ergitaa malaqaa kee isaa dhisii hadhaa malaqaa ergii arafadhuu
Uuuupppp