Well come galoo obolettii tiyaa rabbii si ha gargaru dhugaa jirtuu ittii himii obolettii tiyaa rabbii si ha lafiisuu ilmoo ke rabbii sif ha gudisuu bakkaan sif hagahuu
Bayyee jabdudha muca ke gatu dhabun ke garu seena naman yero wal bartu dhoysun gari mitti fedhu si jalata fedhu batu si ha dhisu male sobun gari mitti simatu midham ama itti himi waan dhufu marafu gara ke jabesi
Seena kee kan dabarsite isaa amma kanati jalqabuma itti himu qabda ture yoo dhugan si jalate ilmo nan qaba jetef si dhisu kanafu nika oto hin godhane oto itti himte bareda maalifi hamma fedhe turus seena kee ykn immo ilmo qabachu kee dhagahun isa hin olu waan ta'efi booda hayaata kee gutu ati isaaf amanamtu taate itti hin muldhatu waan ta'efi
Laxifaa bodasii seennaa Keenaa jalalee kee yoo dhagahee bultii tee hin digamtii sutaa jedhii amasii ittii himii badaa rakoo irraa butaa dhositee oboltii tiyaa ♥️💞♥️💞😭😭😭😭
Hin dhosanii sii jalaltuu isaa haa jaltuu yoo didee inumaa iss dhisaa malee homaa si godhuu yoo jalaalaa dhugaa sifi qabatee si gatuu inmaa si fudhaa💞♥️💞♥️
Welcome galoo kenyaa obboleti koo. Kuni cubuu siiti ta'aa itti himu qabdaa otoo itii hin himni gaailaa wajin yoo dhabbatee gaailaa keessan irrati dhibba qabaa amanmumaa dhabduu dandessaa soba dubaate jaalatamura dhugaa dubatee jibamuu siif waaya waqaniis namnis soba hin jaalatu waqayoo jirenyaa garaa fulduraa siifa qajelchu obboletii koo hudumtu hin darbaa🌹🌹
Well come galoo obolettii tiyaa rabbii si ha gargaru dhugaa jirtuu ittii himii obolettii tiyaa rabbii si ha lafiisuu ilmoo ke rabbii sif ha gudisuu bakkaan sif hagahuu
dhugaa jirtuu itii himii obboleetii tiyya dhoksuun si hin fayyadu
Oboleeti too soba dubatee jalatamuu irraa dhugaa dubatee jibamuu siif woyaa itti himi Seena Kee hundumaa bodaa rakkodhas dhagahuni isaa hin hafuu bodaa
Itii him bodaa jibamurraa
Utuu nikaa hin rawwatina dhugaa jirtuu itti himii booda rakkoo irraa si buusa yoo jalaala dhugaa sif qabatee kanaf sin dhusuu yoo si dhiises rabbiin sif qaba oktii koo abshir
Bagaa nagaa dhufte galoo.
Baga Nagaan na Eegde Hawwii!
Aster
Uuuuuuffffff homaa miti waan jiruu itti himi
Sii jalatusii sii jibusii dhugamaa jirituu itii himii sobanii wolii sosobanii jirachuu irraa dhugaa wolitii himanii jirachuu woyaa karanii sobanii dalabanii galunii namaa dhibaa 😭😭😭
Itti himi yoo sijaalate sifuudha yoo sidheeses.rabbitu.siifjiratii.lammaata midhamu keerra.rabbi.fedhatee siifhaa guutu
Itimutuu sirajira@jalanan@dhoqee wojin akumaa@jedhamuu
Jabadhu bro
Uuuuuffffff 😭😭😭😭
Senaan koo kiyyaan wal fakkaata uuuuuuuffff 😭😭😭😭😭 yaa Rabbii Anis akkuma kee kana kijibee rakkoo keessaa jiraa 😥😥😥😥🤲
Dhugaa dubdhuu obblleettii tiyyaa
Uuuuuuuuuuuuuuffffff bayyee garaa namaa nyataa Ati kani Si jalatuu yeroo argatee dhugaa jiruu itii himii woli itii fufaa jallaaa kesani homaa mitii obsii kaa
Laxxiifa muca isa jalate sanatii dhugaa jirruu itii hiimi wan jirru hundayuu iti himii
Jabaadhu anaafille maatii naf tai maatii sif taera
Yaa barduu biyya koo seenan kee bayee garana nyaata garu waan sii boodate himmi isaa karaa halaatin sii barbade hin dhoksinii ininuu yoo jalala dhugaa siif qabatee of duba hin debiuu laxifaa habibati
wantii dhufee haa dhufuu dhugaa jirtuu itii himii hin sobin risqii rabii biraa argamtii waan hiree ketii dhabduu
Bayyee jabdudha muca ke gatu dhabun ke garu seena naman yero wal bartu dhoysun gari mitti fedhu si jalata fedhu batu si ha dhisu male sobun gari mitti simatu midham ama itti himi waan dhufu marafu gara ke jabesi
Seena kee kan dabarsite isaa amma kanati jalqabuma itti himu qabda ture yoo dhugan si jalate ilmo nan qaba jetef si dhisu kanafu nika oto hin godhane oto itti himte bareda maalifi hamma fedhe turus seena kee ykn immo ilmo qabachu kee dhagahun isa hin olu waan ta'efi booda hayaata kee gutu ati isaaf amanamtu taate itti hin muldhatu waan ta'efi
yaa oboleetii koo Sena hin dhosiin tii himii Rabbii sii haa lafiisuu
Sabona koo jabbadhu galoo si dukka jiraa mi'oftu akka damma sagalee bareduu sumatu qabama.
itii himii dhugaa bayii jalalaa kesanitii fufaa habitii
Hobolettiiko duruman duras tasasa'ata dubate kanaf wantii gale Agaluu haqaa jiruu ittii himii sijalattus sijibbus Attii hireeke wan ganama rabbiin sif kall'aaqe hin dhabduu ittii imiii haqaa jiruu
Sobdee onee namaa cabsuu maaf barbachisee mudanoo kee iraa hin bartuu kana hin argatuu itii himtee dhiftee jalqabaa balesitee waan tayyef bilbilumaa iraa cufadhuu kaan biraa dhugaa itii himii waalii jiradhuu,,
Hadhoo Koo Atii Dhugaa Jirtu Ittii Himii Sobnii Xiqqon jirenyaa Namati Baleesa Kanafuu Har'aa Keef Osoo Tanee Boru Keetii Jedhii Dhugaa Jirtuu Ittii Himi Yoo Sii Jiibee Siiyaa Jibuu
Dhugaa jiruu imii sobnii mana digaa
Jaqabuma irratti dogogorte kanaafu osoo yeroon hin dabarre dhugaa jirtu hunda itti himi jireenyi sobaan jalqabame xumurri isaas soba taha.
Abshir habiibti homaa miti waan jiruu itti himi
jaabadhuu qomoo koo
Dhiga muc ket bafadhun sin jedhaa
Uuuufffff yaa jirtu shammra
MALOO hadhoo koo lanmaffa namaa hin amanen! Yoo sii jaalate siya jaalatu itti himi
😭😭😭😭😭😭Uuuuuffff
😭😭😭😭
LAxifaaa mucaa biyya koo inttalla maqa bilida nyatee athii senna kee garattii hinbatuu yoo haffisini tahee jarattii fudhera isa hama jalate immoo ittimu qabdaa
.tish.mal.godhen.maqa.bilida.balese.sena.ko.dubachudha.esa.ati
Dhugaa jiruu itti himii yoo sii Jallate sii waliin jiraata
Dhugaa itti himuu qabda obboleeti koo
Yaa oboleti tiya iti hin himin obsii dhisi isumaa yuu ati kana yoo iti himtee baa,yee si arabsaa kanafu atii amaa bodaa nama wahee Jalalaa si gafateti dhugaa jiruu iti himi kanati waan tokumaa iti hin himin yaa muca biyaa koti uuuuùuuffffffffff 😭😭🤦🏻♀️🤦🏻♀️🤦🏻♀️
Dhugaa jiruu itti himii gifitiko 😭😭😭
Dhugaa jiru Dubatee dhabuu woyya
Dhugaa jiruu ittii himi lubbuu too
Yoo nama dhugaan sii jalatee ta.ee innii sii gatuu jalalumaa duraa siif ibsuu saan siif ibsaa yoo jechii kunii isaa arsaa ta.ee batalumatii waan tokkoo siin jechuu danda.a kanaafuu waan jiruu ifaa basii yeroo innii online irraa Hin jiree ilaalii sagalee techiisifi sennaa kee jalqaba irraa hangaa dhumatii innuyu isaa dhageefatee yoo si jalate siif debiisa yoo sii jibbee Achuman hafa .
Isaa muca ketii immoo Akkuma jete ilmoon kee akkaa abbaa sii jala Hin dhabne qorannoo dhigaa tasisi yoo ilmii kunii kan nama sannii ta.ee malaqa kee Akkaa sii debisuuf seraa irrati himadhuu
Hin sodatiin kan cinqaa biyyaa ormaa kessatii argiteyyuu sii gahaa ammaa bodaa fataa jedhi jiradhuu da.ima ketifis fayyaa yaa kennuu rabinnii yoo attii qarshii qabatee Abbaa wara Hin dhabamuu ofiin dhufaa yeroo isaa egaatee hunduu attii nagaa ta.uu ketiif irraa dedebi.ii waqqaa kee galatefadhuu yanii Annii siif qabuu kana yoo sitii tolee Ribble isaa naaf debisii sii males ijoolen biros nagaa ta.ii waqnii sii wajjiin haa ta.uu
Oboletiko itti himi yojalate sihafudhu yojibe.hadhisu.maliif yoojete boda dhagahunsa waan hin. Oleef rakotu sira gaha
😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa Baas iItti Himi
Yoo San Male Ni Jibbamita
Itti himii yoo sii jibbee ammuma sii haa dhisuu yoo dhugaan sii jalatee innu sii hin dhisuu
😭😭😭😭😭
Uuffee maloo madda ketii madda akka ofiti hin dabalee jalala kessatii dhokosani jirachu garii mitii bodaa jirenyaa kee digaa yoo si jalatesii yoo si jibesii dhugaa jiru iti himi malee akka hin dhokisinee
Oboleetii tiyyaa dhugaa jirtuu itti himii jalaadhuu maliifi yoo jetee bodaa jireenyaa keetii badaa okee
Dhugaa jiruu itti himi yoo dhugaa si jalate seenaa walii yoo si jibee moo ini hiree keeti miiti jechuudha
Oboleeti koo sobaa dubatee jalatamuuraa dhugaa dubaatee jiraanuu sif woyaa dhugaadhumaa jiri basi itti himii
Iti himii yaa obbolti tiya
Itii himii sena kee yoo dhugani.si jallatee sin dhisuu
Dirqama itti himuu qabda. Akkamiti osoo itti hin himin nikaah hidhamta booda rakko hamaa sirra qaqaba
🤭🤭🤭🤭Dhugaa maalii kun waantii akkana
Senaa kee hundaa saa itti himuu qabda
Uuuuuuuuuuuuffffff garuu oso itti himte wayya yoo si jalatee haa si jalatuu dhugaa jiruu itti himi sobani jalatamuu irra dhugaa dubatani jibamuu wayyaa
Dhugaha.jirtuuhu.himahawayaha
Dhugaa Dubachuun Wan Hunda Callaa🤔🤔🤔
Itii imii bodaa rakodhaa!
Akka koti itti himu qabda dhuga jiru hunda yo dhugati si jalate siti gadure sif hubta kanaf dhuga jiru beku qaba soboni yomiyu baka hin qabu kode koo kan hubacha qabada
Hunduma kenyaatuu sababa akkanatiin rakachaa jirraa
Oboleti koo kan ani siif dhamuu dhuga jirtu basii itti himi dhositee itti herumte taanani bultoon kee akuma digametii . Lama hin dubbadhu yoo jetee isaa ofirraa dhisii waanuma biraa sababadhutii sani tahuu bannani jirenya kankee irrati murtesiterta dhamsi kiyya kana fakata
Maaliif sobdaa atti jalqaba muccaa godhadheera hin jetuu imoo bor baatu icitiin kee
Sennaa muca ketiis jalala gurbaas wol fana gegesii
In dogorigotee dhugadhan demuu sii wayyaa ittii imii yoo jalalaa dhugaa qabaa yoo ta'ee mudoo kee wajininii sii jalataa
karaan sobaa darban deebii nama dhibaa jedhan sila maaf jalqaba waan hunda dhugaan ittin himtu boboleetti dogogoraa guddaa goote amma garuu nikaa dura wanta kana beeksisi
Dhugaa jiru himi sidhiisus hadhiisu
Waan jiru dubbadhu yoo isa kana ta,es kan biraa s taanaan lamuu hin sobin
bag nagayy dhuftee asumnii mati nafi tayaa subscribe like nafi godhaa ❤️❤️❤️❤️
Welcome galoo keenyaa 💖💖💖💖
Har, aa dhugaa jiruu himuu sii wayya dubbiin dhokaate hin hafuu boruu rakkoodha waniti akkana osoo gahiila hin godhatiin himuusii wayya Akka yaada kootitti obbolleeti Koo
Dhuga jiru itti himmi
Amumaa iti himii
dhugga jirttu itti himmii
Yoo Namuma Kee Jaalte SanifSin Dhiisu Dhuga Itti Himi Sist Too
Kun Odduu duriitimoo dhugaadh????????
Abbaa seenichaa gaafadhu!
ijoo koo dubbin jalalaa kun akkas jabenya tahe 🤔
@@galookeenya3570 dhugaa ketii abbaa senichaa haagafatu hhhhhhhhh
Uuufff
dhugaa jiruu itti himmii si jaalatuu ilmoo kee wajjiin
Dhugaa jiruu iti himi dhuga dubachun firoma kutu jedhe oromon yoo dhuga si jalate ergu hin aqudhu
😥😍
Yaa. Oboletii. Koo. Bayee. Garaa. Namaa. Nyataa. Garuu. Mucaa. Amaa. Jalatee. Saan. Sobuu. Sirii. Hin. Gonee. Amasaa. Tasagabesii. Itii. Himii. Amasisii. Yoo. Shugamaan. Sii. Jaltee. Istumaa. Fufaa. Yoo. Kaan. Haa. Hafuu
DHUGA JIRU DUBADHU NAMANI KUNI DHUGANI SI YO JALATE CABA KE WALIN SIYAJATU
Silumaa ballessitee dhugaa jiruu itti himii yoo sijallattee ilmoo kewaliin sihaa fudhuu
itti himi yoo dhisee haa dhisuu dhoksuun hin ta,u dhagahamu hin oluu waan ta,eef
Itti himi wayi dhufee hadhufu
Homa hiyadini ya oboleti akera nani kabati fakatu ugauma iti himiti mucakesi maramr sisi ugake bafchu qabada dura garu gurbauma kaniti himiti yo uguma sijalate tanani kanafi kee sini isu atasi achumani barata aka jalali sa uga tafi hitane jabau rabini dadeti sa sifi hakenu abashiri
Lakofsaa nuf maxasimee
Itii himii dhugaa jirtuu
Itii imii dhugaa jiruu
atu dogoggora kee beekteeta, haala dasgabayeen itti himi, sobu keetiif dhifama gaafadhu amas yoo dhoksiite booda ni dhagahamaa
Oboolleti ko iti imii dhugaa jiruu in dhoksiini si jalaanan kanaf sin jibuu abshiiri sin jibuu iti imii in sodatiinii
Dhugaa jiru itti himi yoo si jalatee wani Hundu kee walin si yaajalatuu Obblleetti tiyya
ittii himii seenaa kee boda hin rakataa Nikaa duraa ittii himii
Dhugaa dubatee jalatamu yokan jibamu sif wayaa dhugaa jirtuu iti himi malif yoo jetee bidasi rakon sumaraa gaa bar kanafu iti himi oboleti koosinan kee kun garu bayee gara nama nyata 😭
jalalee kee kanatti dhugaa jirtu kallattiin itti himuu baattus sagalee whats app ykn imo kanuma barbaaddeen ani nama akkanaati jedhiitii itti himi sitti dallanus yeroo dhaaf malee yoo nama dhugaan si jaalatu tahe si gatee hin deemuu adaraa kee osoo itti hin himne nikaa hin godhatin.
Itti himii yoo nama dhugaan sii jallaatuu ta'ee sii hin gatuu
ittii himi dhugaa jirtuu
dhuga dubbatani lafa namatti dhihaan bulu jedha oromoon dhuga jirtu itti himi !
dhugani iqalati malee icituu kanafu itti himii
Itti himuu qabda siin jedhaa an kottii dhugaa dubbachuu wa hunda calaa wan ta'ef
Jaltan.cito.wajin.jiban.shito.wajini.kanaf.it.himi.
Itti himi sena kee hunda amma yeroo qabaduu kanati bodee jirenya ketifi rakina qaba