Waddaani in turaa malee akkaa hojii ofitii in aragatani kodee too sii waqayyooni wan sii jalatufii isaraa sii ikkee kuni sin tatuu daladalaa dubaratotati malee kuni nama nama jalatuu mitii kodee too dhirii bara kan akkamitii akkaa amanamuu in bekkuu anaa gafii natii tatee
Atii hoji keeti jabbaadhu tiyyaa jalalalii dhugaa qarshiin hin bitamuu tole
Uuufffffeee Waadan Jabdudhaa
Obboletii waan raabii sif qodee hin dhabadu atii jabadhu
Jabaadhuu.kan.akaa.gaara.keetii.sif.yaa.latu
Uuuuuuuuuuuuffffffiii dhugaa kee jetee dammaa too
Galoo kenyaa galatomii barumssa kanaa nuf dabarssif Attii himmoo hoboleettii kenyaa obasii wamarttuu obsaan kessa darbanii kan ganama waqayyoo waliif sikala'haaqe hin dhabduu uuuuuuufffffiuuu dubbiin jalalaa kanaa bay'ee ulfatadha
dhiraa malqaa malee taa jalallaa hin jirtuu yaa jaraana uuuuuuuuufffffffiiiiii
Bagaa nagaa dhuftee galoo kenyaa
Baga naga dhuftee Galoo
Wel com galoo kenyaa baaga nagaan dhuftee barumsaa gudda of keessa qabaa gaalatomii 👍👍👍👍👍
Baga.nagattini.dhutte💔💔❤❤
bagaa. erguu dhiifte qoratiin ganama nama woraane ammas akka sin worane kan waqin sif hiree hin dhabduu santima toko hin ergiin
Jabaadhu baay'ee gaariidha!
Hayyee Galatoomi
Baga nagan dhufte galo kenyaa
Dhuuga namaa gongumaa hin hafuu guyyaa egataa mallee obsaana guyyaa egachuutuu Callas hundaa
Ayii dhiraa kanaa saree duwaaa
Waan Rabbii siif qoddee hin dhabduu Jabadhuu attii
Obbolleti biyaati galii namaa siif taa.uu jaladhuu yerooa.amaa kana jalalii qarshii tahe raabi haa laafisuu inshaallah
Dhugaa jetee kodee too 💕💕💕💕💕
Jajabadhu
Bagaa nagaanii dhuftee biro 💞💯👍
Safuu jaalala maqaa dha'ani birrii argachuu yaaluu!!!
Ee dhugaa baayee sodaachisaadha namni amanan hin jiru
yaa raabii namani maali kaa
Aksii hayyuu namaa malqaa kee ittii hin keninii ♥️💚♥️💞♥️
Amalumaa dhiratii waqaa osoo wanumaa fudhee gutefiyuu naf ta,ee hin jedhaan ati caraakee hin dhabuu sistuu 😭 midhamaa isaani calee fayidaa isaniraa uuff safuu
Welcome Galoo keenyaa 😍😍😍😍
Waddaani in turaa malee akkaa hojii ofitii in aragatani kodee too sii waqayyooni wan sii jalatufii isaraa sii ikkee kuni sin tatuu daladalaa dubaratotati malee kuni nama nama jalatuu mitii kodee too dhirii bara kan akkamitii akkaa amanamuu in bekkuu anaa gafii natii tatee
Uuuuuufuuuu wadaa yeroo kanaa
Bayee garaa nama nyataa
Jalalaa bara kan uuuuuf biri biraa jeadhaa guyaa 10 bodaa kkk
Uuuuuuuyyyyii yaa Jalalaa malaqaan sii binaa moo yaa dhiraa dhugaa mulu keessaanuu argaa kesan uuuufff 🙄🙈
Uuuuuuff anoo wadaa kana sodadhee uuuufff yaa wadaa
Kan malaqaa barabadu banki haa fudhuu shamaran birri kessan hin kenina
wel
Maqa siribituu kana nafi baresaa addara maloo warii betanii
Oboleetii tiyyaa dhugaa malaqaa kee hin ergiin bodaa rakkoo keessaa sii galachaa
Jalali.dhugan.badera.jechudha.shamaran.kenya.biya.hba.of.egadha.adara
Uuuuuuuuf dhugaadhaa dhiri barakana torbaan tokkoo yoo sinjaladhaa jedhee isaa boodaa malaqaa naaf erigi jedhaa maalif jalalii maqaati jijiramee lataa?????? Arigaa jeraa qarishi tokkoo kafitee itti Latin oboleetikoo sif wati waqin sif kayee hindhabiduu uuuuuuf
Amasii hin ergiin jajabee too ittii fufii
Dhiraa oromoo bakaa maraa jalalaa didee jirtii malqaa malee dunee argamaa malee malqaa Keenaa nyatanii inumaa nuu bochifnee abadnii shamaranii jalalee kee malqaa sosobaa jirtuu si malqaa irraa dhabii👎🙆♀️🙆♀️🙆♀️
Dhiri bara kana malaqaa melee nama hin jalatuu?safuu
Abshir kodee kan waqayyoo sii hiree lafuma jiraa
Dhisi qarshii waan tokolee hin ergin yaa oboleti tiya 💔💔💔💔💔👎👎👎👎👎
Wayi dhira malaqa dubati Ira babadu huani ajesudha sarota ararahu 😠😡👎🐕👈
Anii birike hindhu atii naherumii Ani waman jaladhun dhabee