Yeroo Toorba Si Hin Barbaadu Naan Jedhe

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 дек 2024

Комментарии • 46

  • @hceshces6088
    @hceshces6088 4 года назад +1

    Jalali fi bulti dhiraa hamma malaqa male dhala nama dhisaniru kanaf waqqayo fayya nuf hakenu kanaa bodaa hundu hin dhufaa jabadhu sin jedhaa

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 года назад +1

    Dhugaa jetee oboleti tiya baredaa dha baga gote dhisi baqa 💔💔💔💔💔💔💔👍👍👍👍

  • @simbooshawaa3847
    @simbooshawaa3847 4 года назад +1

    Gaari gotte itti hindeebiyini kanaa maluma keefi namuma kee jalaatu ni argata Abshri uuufffff dhiruma kanaa

  • @furtuujirenyaa2599
    @furtuujirenyaa2599 4 года назад +1

    Hayiii ittii fagadhuu wan akka kanaa jalalii mallaqa boruu jijiramaa wan ta'eef offiraa dhisii boruus yoo mallaqnii dhumee sin fedhuu jechuun isaa hin hafuu hiree kee barbadadhuu hiree saa haa barbadatuu rabbin sif haa lafisuu

  • @murahimamohammed8630
    @murahimamohammed8630 4 года назад +3

    Uuuuuuuuufffffiiii.mudanoo..ajai.batii

  • @halimaarsii9220
    @halimaarsii9220 4 года назад +1

    😘😘😘😘👏👏💪

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 4 года назад +3

    Welcome Galoo keenyaa 😍😍😍😍 yaa raabi silaa jalalaa qarshiin bituu jalqaban kun durumaa sin jalanee qarshii kee male yaa shamaraan teenaa qarshii keesaan itti hin dherginaa ilmii dhiraa iraa calan qarshiif hirbaa dhaba male jalallaf botaa hin keenu

  • @hawwiikoofikaroora2394
    @hawwiikoofikaroora2394 4 года назад +2

    Wel come galoo. innuu birrii jaalatee malee sii miti kanafi ati jala sararri dhiisi. Kan carraa keetii hin dhaabdu yaa Obboleettiin koo 👍👍👍👍

    • @mareyamtaher6843
      @mareyamtaher6843 4 года назад +1

      Aboo.Aka.sertii.shamarii takka.yaroo.3 qofaa xalaqamtii atii Ama.yaroo.7 atii fayaa.qabadii namanii akana Abadinii sii hin jalatuu iraa fagadhuu da imaa tee gudifadhuu inii karoraa malaqaa qofaa qabaa

  • @zeinabfadlallah8122
    @zeinabfadlallah8122 4 года назад +1

    Welcom galoo kenyaa baaga nagaan dhufte sii jaalate otoo hinta'iin birrii jaalate natii faakkata Namumaa hammatu akkana si in barbadu ergaa jedhee atis kanaa waqayoo sif qodee hin dhabduu waqayyoo jirenyaa keef milka'naa haa laatuu Wan itti dhiphaate keessa sii haa basuu obboleti koo💞💞💞💞

  • @accountethiooiamuzictube8541
    @accountethiooiamuzictube8541 4 года назад

    Baga naagan dhuftee galaan jabadhu qaxxalee kenyaa .kuni onnee qarshii jalaatuu malee kan jalaalaa biraf iddoo hin qabuu kanaaf qilee of busii jedhin .

  • @seenaamokonnin3908
    @seenaamokonnin3908 4 года назад +1

    Birri kee Jallaatee maalee sii mitti kan Jallaatee. birri gafaa sii harkee dhumee Jallaali issaasii gafaas dhumataa'.bekii nama akkanaa yeroo hunda birri Jedhee sitti boo'u akkamitti naa Jallaataa Jeetaa yaada

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 4 года назад +1

    Wel come to Galoo koo ooooooh mali si.aa 7 omg 🤦‍♀️😳atti mali yoo dhisteew sisutuu malooo wayyii dhirrii dhisaa hin jiruu moo in birrii qofaa bareedaa kaa silaa

  • @shawayshway8090
    @shawayshway8090 4 года назад +1

    Galoo.keenyaa.baayee.galatoomi.atii..dhiira.barakanaa.jalalaa.qarshii.qofaatahee.rabbiin.isaan.haa.qajeelchuu🤔🙋‍♀️

  • @misiraoromootube1004
    @misiraoromootube1004 4 года назад

    Yarabbi barii baraa jalaalli birr jedhaamte sani kessa naa umtee yaa obbooleeyaan koo kani dhirra ta.e kani shamaaras ta.e ofii haa qusaanuu barii barra dhumaati worroni asii duraa birri hin bekkaani Jalaala Male kani baraana ammoo birri male Jalaala hin bekkaani yarabbii nuf lafiis obbooleeti koo kani birri male sii jalaatu rabbi sif haa basuu ishaala kessanu ijoole biyya arbaa Jalaala hin betuu wly ati garru irraa ofii egii mee lubuu koo ofsaa rabbi haa kenaf jarsa kee kani biyya sanif 🤲🤲🤲☝️☝️☝️🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️

  • @hasanahmed2658
    @hasanahmed2658 4 года назад +1

    Argaa isaa dhugaa qaba hin beeku akka birrii itti dhuftu hin keniin

  • @arisasela5837
    @arisasela5837 4 года назад +1

    Atuu bayaa namaa osa qabudhaa amalee qarshii kee itii hikeniin yadaa isaa akkaa fedhaa isaa yataa uu jalalaa malaqaa ykn yoo jalataa ta ee yademuu itii dhusii jiruu kee jiradhuu ilimoo kee gudisii

  • @huletexsadiqnegn3755
    @huletexsadiqnegn3755 4 года назад +1

    Malaqaa kee malee sihii mitti kan barbadee isaati hin debi.iin

  • @megersajota5096
    @megersajota5096 4 года назад +1

    Atu barteeta inni malaaqa kee malee simiti kanaf jireenya maata kee jiradhu .

  • @elsayesus2356
    @elsayesus2356 4 года назад

    Jabbadhuu

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 4 года назад +1

    Malaqaa kee jalalataa kunii obbolletti koo dhisii akka kooti

  • @zainabethopia7466
    @zainabethopia7466 4 года назад +1

    amshir intaala biyya koo

  • @berkinshiberanu224
    @berkinshiberanu224 4 года назад +1

    Hin ergiii mal namnii akana qarshii lafaa hartee fidaa qarshii samuun isaa hin dalguu moo malii kun namanii akan ya waqaa koo of iraa eyii atii wan hundaa waqayon sif mijechaa

  • @lomitola5864
    @lomitola5864 4 года назад +1

    Welcome

  • @jiituutasfaye4302
    @jiituutasfaye4302 4 года назад +1

    Goshii ni tolchite gobeezii too itti hin kennin qarshii kee

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 4 года назад +1

    Dansaadha .At is hin barbaadiin

  • @fayineeoromoo9138
    @fayineeoromoo9138 4 года назад +1

    Inii jalalaa fii sii hini barbaduu mallqafii sii jalate malee abletii ok

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 4 года назад

    Malaqa kee duyii malee akka wani tokko iti hin herginee Ati balessa hin qabaduu qarashii jallala hin bituu

  • @hceshces6088
    @hceshces6088 4 года назад +1

    Hadhe koooo dhissi kun malaqaf male sif mitti hojin kef kayyo kef jirenya ke jabadhu ya tiru ko bor waqqayo Kan malaqa ke osso hin tane jalaala ke si barbadu sif kenya dhissi

  • @zawuditu6012
    @zawuditu6012 4 года назад +1

    Dhugaadhaa kuni malaqa kee bicha jalate male sii hin jene kanafuu gutuman gututi dhisuu qabda

  • @abdulakimmohammed8624
    @abdulakimmohammed8624 4 года назад +1

    Mucan biridhafi si jaalate malee sila jaalaladhu itu tee biri sigafati ture

  • @asmaraayana.7083
    @asmaraayana.7083 4 года назад +1

    Malqaa bareede maalee si jaalatee mitti biraa debihii adaraa

    • @elemitomilkesa8296
      @elemitomilkesa8296 4 года назад

      Kunii gaffii hin barbachisuu hadhoo koodhugaa jiruudha qarashiidhaf malee si miti jaalalii dhugaan qarashi hin gaafatu turee lammaaffa immoo hadhaa ilmoo isaati kanaaf baay'ee natti toltee dhugaa maalii qarashii kee dhowaachuu keef nama kaayyoo sa tasisuu waaqayyo ammas

  • @bostaniawwol3788
    @bostaniawwol3788 4 года назад +1

    Dhugatii malqaa.kee barbadee malee sin barbanee

  • @gadabajouk3112
    @gadabajouk3112 4 года назад

    WellCome galinyee

  • @fatimanori3586
    @fatimanori3586 4 года назад

    Anaa dhufuu

  • @burtukankabbe5184
    @burtukankabbe5184 4 года назад +1

    maallaqa kee itti inergiin inni maallaqa barbaade malee sijaalateen miti

  • @sumeeitalaaarsioromofarti7772
    @sumeeitalaaarsioromofarti7772 4 года назад +2

    Siraa gotee dhiraa malqaani namaa gubduu malqaumaa dhorkkatanii issaa gubbanii 👎👎👎

  • @rozahuseenarsii9808
    @rozahuseenarsii9808 4 года назад

    Itii hin ergiinii

  • @raniatares2192
    @raniatares2192 4 года назад

    Shaga gote itti hin ergin qarshi kee

  • @aligamenig8722
    @aligamenig8722 4 года назад

    Kuni ifaa birrii barabadaa kokaa kanaa

  • @naseemsameer2188
    @naseemsameer2188 4 года назад

    Malaqake jalate male sin miti

  • @hayatsanyimoti1133
    @hayatsanyimoti1133 4 года назад +1

    Oboleti.ko.ini.malaqa.ke.jalate.kanaf.hams.cimi.ofegadhu