Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Nama Waaqayyoo guddaa hubannaadhaan guutame baayyeen isin kabaja bara quufaa ayyaanni isiniif haa dabalamu
Baayee galatoomaa faarfataa Misgana nu dhiyeessuu keessaniif hojjetaa waaqayyoo dhugaa akkasuma mee haa deeggarru bira haa dhaabbannu haalasaa mijeessaa faarfataa yohanis lami faas nuu iyyaafadhaa
Nama Waaqayyoo eebbifamaa!Kabajaa fi jaalala guddaa isiniif qabna
ammeeen waqayoo baraf jirenyaa kessaan haa ebbisuu namaa waqayyoo ebbifamaa darba ademaa maqa yesusiin
mo'aa waaqayyoo isin haa eebbisu naman baay'ee jaalladhu dhiyeessitani hojii gaarii kana ammayyuu itti jabaadhaa fufaa!
Wowowowo Wowowowo waqayyoo barafi jirenyaa kessan haa dhugaadha namnii dubii waqayyoo hubate❤❤❤❤❤
Ishoo baga qorichasheeti.....😂❤ I know this song
😊😌 pPoL
Tajaajiltoota Moo'aa hundaaf , yeroo nama affeertan kan akka Tolawaaq, nama dhugaaf jiraatuu, dhugaawangeelaa lallabuuf itti jiraatuu affeeruu keessaniitti baay,een itti gammade, nama waaqaa kanarraa waan hedduu tajaajiltootaaf barumsa , fakkeenya tahuu dandahu argatu, ammallee sagantaa biraa irrattiilee nuuf affera, bara kana nama dhugaaf jiraatuu namni mul'isuu hin barbaaduu, faarfannaa isaanii mo'aa irrattillee hin jiru haaddeeggaramanii...
Faarfataa Misgaanaa Tolawaaq naman ijoollummaakootti wangeela irraa barachaa guddadhedha waaqayyo barasaa Haa eebbisu❤
Waaqayyoo sin haa eebbisu. Nama Waaqayyoo faarfannaa inni faarfatu dhageenyee gara amantiitti dhufne.
Waaqayyo siin haa Ebisuu Ebifamaa akkuma tolaa fudhatan tolaa kenna jedha sagaleen Waaqayyo
Farfataa Misgaa Tolawaaq tajaajilli isaa yomuu kan hin quufamne ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Miisgaanaa Tolawaaq ijoollummaa kiyyattin si beeka. Konfiraansii waldaa makkaana yesuus yaadaa hundaatti tajaajiluu yeroo dhufte. Speaker/ sagalee guddistuu/ waldaa makkaana yesuusiif bittee yeroo dhuften yaadadha. Nama guddaa.
Uufff waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu nama kana baay,een jaalladha bara 2006 waldaa keenya dhufanii gorsa isaan na gorsan yoomuu hin dagadhu eebbifamaa❤❤
Wawo nama jabaa nama gudaa waqayoo ayaana iraa ka.e ijoluma kotiin isin bekaa waldaa biyaa kenyaaa dhuftanii yeroo sana waldaa makaana yesuusin benee dhuftanii Ebifamaa
Eebbifamaa baba ko bara keessan guutuu eebbaf tahaa❤❤❤
akkaataa itti deeggaramuu qaban nuuf mijeessaa
Hangafa farfatota Akka Biyyaakooti Namani fakkeenya godhuufi nama naguddiseeErgaan biyyaa deeme Argachuuf Baay'een barbada ture Warri mo'aa TV Baay'ee Galatoma dhugaa namata Ayyaan Gudda Qaba haali dhoksee nuf barbadani basaa jirtuu Ebifama🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Woowuu baay'ee gaarii dha kan akka kee nuuf yaa baay'isuu waqyyoo ebbifamii
Nama waqaayyoo waqaayyoo waqaa irraa baraa keessaan jireenyaa keessaan waanumaa keessan ta'ee hundaa haa ebbisuu ebbifaamaa ebbifaamaa ebbifaama ebbifaama ebbaaf ta'aa. Uuuuuuuuuuuufeeeee umrii dheeraa nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyo baraaf jireenya keessan hundumaa haa eebbisu nama Waaqayyo Misgaanaa!!!!!!
Dhugaa M. Namaa waaqayyoottiBaay'een kabaaja nan jaallas waaqayyoo bara fi jireenyaa keessan haa ebbisuu
Far// misgana waagota hedu boda isini arigu koti baaye gaamada dhugaa waqayo isini haa ebisu ebifaama ❤️❤️❤️❤️
farfannaan Misgaanaa Tolawaak kaasettaan ture humna qaba ture,maaliif online hin taane
Eegumsaa garaan Oromia Biyyaaf galatoomii wal'ansaa dhibeen qabeenyaa dhalootaa wal dhageeffachuun jaalalaa obbolummaa ijaaraa EebifamaaGalatomaa 😊
Woow si arguu kootti nan gammada ani ❤❤
Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗📚💯💯💯
Gazzixeessaa Mitikkuu Fikaaduu duraani Keessummaa Mo'aarra kan Hojjetu gara Tv Kanaatti nuu deebisaa Please
Ebifama waqayoo si yaa ebisu guda ebifama ❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyoo dachaa isni haa ebbisuu
Nabarsisuf male naballesuf mitivjedhaa me
Ebbifamaa Ebbifamaa nama waaqayoo
faarfannaa ittiin fayyaa turree kan please nuuf dhiyeessaa
ayyaanni sinif haa dabalamu❤❤❤❤❤
Misiganu nama waqeyo ebifami
Ebbifamaa waqayyoo sinaa Ebbisuu
Ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifama ebbifamaa dachaan ❤❤❤❤
Sin jaaladha farfannaan kee waggaa 22 kana akkan fayyuuf na gargaareraa
Moofaa koon gatee bututtii lubbuun Koo fayyitee kuruphistii
Faarfataa keenya durii Misganaa T/Waaq dhiyessuu keesnaiif galatoomaa! keesuma iyyuu Shawaa Lixaa keessatti babal'ina wangeela irratti Qees Sanbatoo waliin gahee guddaa qabuu.
Asiingadee nama fiigsa otuun dhayiin nama dhiigsa
Wowowow
Gaara godaa osoo hin jedhii.......
Really man of God
exactly
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Jlkk
baay'ee namatti tolaa garuu moo farfaanna Isaa baay'een jaaladhan turee garuu farfaanna Isaa argaachu hin dandeenye adaraa wantaan jedhuu yoo jiraatee farfaannasa RUclips irratti nuf fee'aan siniin jedhaa galatooma sinaan jaaladha
😭😭😭😭😭
Dhuuga.waaqyoo.naamni.akkna.kuuni.oso.nuu.baayate.goofta.koo.hundumti.kEnya.waara.gaara.tanera.abeat.koo.😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤𝒘𝒂𝒒𝒂𝒚𝒐 𝒃𝒂𝒓𝒂 𝒌𝒆𝒔𝒂𝒏𝒊 𝒉𝒂 𝒆𝒃𝒊𝒔𝒖𝒖
❤❤❤
Nama Waaqayyoo guddaa hubannaadhaan guutame baayyeen isin kabaja bara quufaa ayyaanni isiniif haa dabalamu
Baayee galatoomaa faarfataa Misgana nu dhiyeessuu keessaniif hojjetaa waaqayyoo dhugaa akkasuma mee haa deeggarru bira haa dhaabbannu haalasaa mijeessaa faarfataa yohanis lami faas nuu iyyaafadhaa
Nama Waaqayyoo eebbifamaa!
Kabajaa fi jaalala guddaa isiniif qabna
ammeeen waqayoo baraf jirenyaa kessaan haa ebbisuu namaa waqayyoo ebbifamaa darba ademaa maqa yesusiin
mo'aa waaqayyoo isin haa eebbisu naman baay'ee jaalladhu dhiyeessitani hojii gaarii kana ammayyuu itti jabaadhaa fufaa!
Wowowowo Wowowowo waqayyoo barafi jirenyaa kessan haa dhugaadha namnii dubii waqayyoo hubate❤❤❤❤❤
Ishoo baga qorichasheeti.....😂❤ I know this song
😊😌 pPo
L
Tajaajiltoota Moo'aa hundaaf , yeroo nama affeertan kan akka Tolawaaq, nama dhugaaf jiraatuu, dhugaawangeelaa lallabuuf itti jiraatuu affeeruu keessaniitti baay,een itti gammade, nama waaqaa kanarraa waan hedduu tajaajiltootaaf barumsa , fakkeenya tahuu dandahu argatu, ammallee sagantaa biraa irrattiilee nuuf affera, bara kana nama dhugaaf jiraatuu namni mul'isuu hin barbaaduu, faarfannaa isaanii mo'aa irrattillee hin jiru haaddeeggaramanii...
Faarfataa Misgaanaa Tolawaaq naman ijoollummaakootti wangeela irraa barachaa guddadhedha waaqayyo barasaa Haa eebbisu❤
Waaqayyoo sin haa eebbisu. Nama Waaqayyoo faarfannaa inni faarfatu dhageenyee gara amantiitti dhufne.
Waaqayyo siin haa Ebisuu Ebifamaa akkuma tolaa fudhatan tolaa kenna jedha sagaleen Waaqayyo
Farfataa Misgaa Tolawaaq tajaajilli isaa yomuu kan hin quufamne ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Miisgaanaa Tolawaaq ijoollummaa kiyyattin si beeka. Konfiraansii waldaa makkaana yesuus yaadaa hundaatti tajaajiluu yeroo dhufte. Speaker/ sagalee guddistuu/ waldaa makkaana yesuusiif bittee yeroo dhuften yaadadha. Nama guddaa.
Uufff waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu nama kana baay,een jaalladha bara 2006 waldaa keenya dhufanii gorsa isaan na gorsan yoomuu hin dagadhu eebbifamaa❤❤
Wawo nama jabaa nama gudaa waqayoo ayaana iraa ka.e ijoluma kotiin isin bekaa waldaa biyaa kenyaaa dhuftanii yeroo sana waldaa makaana yesuusin benee dhuftanii
Ebifamaa
Eebbifamaa baba ko bara keessan guutuu eebbaf tahaa❤❤❤
akkaataa itti deeggaramuu qaban nuuf mijeessaa
Hangafa farfatota Akka Biyyaakooti Namani fakkeenya godhuufi nama naguddisee
Ergaan biyyaa deeme Argachuuf Baay'een barbada ture Warri mo'aa TV Baay'ee Galatoma dhugaa namata Ayyaan Gudda Qaba haali dhoksee nuf barbadani basaa jirtuu Ebifama🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Woowuu baay'ee gaarii dha kan akka kee nuuf yaa baay'isuu waqyyoo ebbifamii
Nama waqaayyoo waqaayyoo waqaa irraa baraa keessaan jireenyaa keessaan waanumaa keessan ta'ee hundaa haa ebbisuu ebbifaamaa ebbifaamaa ebbifaama ebbifaama ebbaaf ta'aa. Uuuuuuuuuuuufeeeee umrii dheeraa nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyo baraaf jireenya keessan hundumaa haa eebbisu nama Waaqayyo Misgaanaa!!!!!!
Dhugaa M. Namaa waaqayyootti
Baay'een kabaaja nan jaallas waaqayyoo bara fi jireenyaa keessan haa ebbisuu
Far// misgana waagota hedu boda isini arigu koti baaye gaamada dhugaa waqayo isini haa ebisu ebifaama ❤️❤️❤️❤️
farfannaan Misgaanaa Tolawaak kaasettaan ture humna qaba ture,maaliif online hin taane
Eegumsaa garaan Oromia Biyyaaf galatoomii wal'ansaa dhibeen qabeenyaa dhalootaa wal dhageeffachuun jaalalaa obbolummaa ijaaraa Eebifamaa
Galatomaa 😊