Garu dhuga dubbachuf ni jarjarte 𝙨𝙞𝙨𝙩𝙚𝙧 sila mirkaneffachu qabda ture oso dhuga tahelle namumatti himachu qabda male social media irratti wal baasun malif barbachise 𝕤𝕚𝕤𝕥
Yeroo aartan daftanii wal hinsaaxilinaa bilbilli kee nijira hinbannee ati garuu hanga kana obsa dhabdee akkatti media irratti ol baasun dogongora wallahi waliif obsaa inni waan ati jettu laalufi ati garuu ajiba qabda maaf hanga kana obsa dhabde fatii 😭
Abshir galbi tiya homa miti obsi rabbi wan isi caltu sif ha kenu 😭😭 muca miskina wolyi ani obolewani isin se abshir gara tiya tasa jala badu dandeti bira kuti iti hin arini ok
Fatii tiyya wumamiiti rabbi fidee rabbi kana caalaa sif hafiduu
Wolifii osuu barabacha jalala wolifi qadanii balesitanii tanumafi midiya wabatanii garu rabbii isn arasuu
Homma mittii qaalii ofii Rabbin wan sanii ollii sif haa keenuu
Abshir habibti tiyyaa hin yaadin homa mitii ta caaltu bakka SII haa busu rabbin eshii
Humami obbalesa ke wan tehefu walumati harara ma❤💚❤
Abshir adee fatiyaa. Too barbashisaa teehee sii bira jirra Nairobi siff binna hayye. Abshir
Ara dhiisi hin yaadinii Rabbiin haqa kee siif haa galchuu ykn kan sanii olii bakka siif haa buusuu.
As wr wb oboletii yaaroo dubatuu harkaa hin rasiin ok hayatiikoo
Homaa miti fatiya. Oromoon yemmuu mammaaku " walii galan alaa galu" jedha waan ta'eef mariidhaan fixadhaa dubbii keessan kana. Bilbila immoo bitee bakka siif haa buusu Abseen. Diraamaa babbareedaa hedduu osoo waliin dalagdanii walitti hin aarinaa!
Homaa rabbii jiraa hin gaddin bareedduu teenya
اللهم صل وسلم على سيدنا محمد وعلى اله وصحبه اجمعين
Garu dhuga dubbachuf ni jarjarte 𝙨𝙞𝙨𝙩𝙚𝙧 sila mirkaneffachu qabda ture oso dhuga tahelle namumatti himachu qabda male social media irratti wal baasun malif barbachise 𝕤𝕚𝕤𝕥
Baduu dhiisi yoo cabdeehu si aarsiti namni gariin hin yaadu dhugaa rabbii
Dhugaa raabi kana jetaani waalin lolinaa waajin wojaadha
Kijiba rabbiin jibbe😋 kokkolfaa haasawa eegalte
Silkichi Qarshii Meeqaan Bitama Inshaa'allaah Anuu Siif Bitaa.
1000 dollars
Maashall saanyii rbii siiraa hjltuu wwwww
Abshir lubbuu tiyaa ❣❣❣❣❣❣
Amshirii fatiyee
Namni wajjiin jiraatu walumatti mufata walitti araaramaa
Homaamitii fatiha sifii Absen waldhaabuu hinqabbduu ture rabbiin kabirra bakkaa sifhabuusuu ???????
Absir fatiye😪😪
Malli akabadha dhifamma si gafatemi marqqa buulle
Bagan gateen arabbamitii obseen obolesaa ketii isaa ararfadhuu fatiyee atiis nuf oboletidhaa isin lachuu wallahii oson achii jiradhee sifin bitaa Abbshir obollesaa akiratiin walliitii hin mufatiin sharianis hin heyamuu
Yeroo aartan daftanii wal hinsaaxilinaa bilbilli kee nijira hinbannee ati garuu hanga kana obsa dhabdee akkatti media irratti ol baasun dogongora wallahi waliif obsaa inni waan ati jettu laalufi ati garuu ajiba qabda maaf hanga kana obsa dhabde fatii 😭
Saiba qabdani rako akana saiba furu dada
Bilbilaa kan bira bitataa kanuma harka kee sin cabsiin.
Yaa rabii sibilaf woliti artu ree
Fatiya obbsii obbsi furmata
Kkkk fati atile abseen prank egaltee kk inii namaa akas miti isiin lachanu nama garidha usii prak
Soba piranki nu goochuuf deemtti saah 😃😃
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk que 🤔 👀 🙄 😒 😱 😏 🤔 👀 🙄 😊es
Firraa jettan
Hin sobinii dhugaa natii fakataa hin jiruu
rosi ifgogotaa
keessaan fixadhu ma vedeo record gootaree
Abshir galbi tiya homa miti obsi rabbi wan isi caltu sif ha kenu 😭😭 muca miskina wolyi ani obolewani isin se abshir gara tiya tasa jala badu dandeti bira kuti iti hin arini ok
Hin yaadin gaa fatii
😭😭😭😭
Harakata Bay,isin sis namani of jaju nattii tollu dhuga 😒
Addunya Tunnii Diqoo dha Osoo Dhugaani Badeyyuu Obsuu Qabdaa Turtee
Walitii araramaa dhisaa
Fati haqake Rabisiha barbadu garu Abse Ira waniakana hiegamu akamiti akas sija
👍💪
😪😪
Rabi,sif,ha,mulisu,silki,te
Silkii badef jacha asiratii bate nama himta xiqoo sin kabdu osoo asira hin dhufin fixachu dandesuu fatiyaa wal satrun numa jira dhuga ati badudha
Dogongortee jirtaa dhugaaf jedhuu sobaf jedhuu inii haa jedhuu atii malif itii dubataa bitee sif deebisaa inii atituu dogongoree malee isaa mitii tasgabiin wamtee gafachuu qabdaa
Fatiye ati awalymayu dhira hiriya godhachu ballessite. Shamaran qofa hiriya godhadhu nama obolesa ke yokan jarsa ke hin ta’in itti hin kalayin
Abshir fatiye huma hin yadawin garu ni beyta wanti taka dhuftu male nama kamiyu adda hin bekan sanumafu sifi absee jiduti wanti akan hin egamu
Baqqa fatii ka ithopiya 20000 siifin naqa akkawantii tee
Mali bilbila naf bitufi
Asiratin bahuun malif siii barbachise ree ha. Baduu Mali silakin nama calatee
Taisaa hin hanne tetumma hatani?
Kessan hin fixattu re ka you Tube irratti odeessituuf 😒😒😒
Kijibduu Midia siif haa bituu barbaadde ree ka odeessitu 🙄🙄🙄🤔🤔😏😏😏😏🤫🤫🤫
Sorry 😞 hin arin ta sani oli rabbi si ha khannu
Pranki male wan xinnoo tanafi bosaa bade mare mali godha ok innii
ati nama obsa qabu mitii jarjarte artee situ badii qaba
ati yo iti artele ol bate dubatu qabdu lubu tiyaa
Mali prank nu godhu jirtan mo sa??
Amshirii lubbuu tiyyaa
Phirankii
Rakko hin qabu arrabafi ilkeenu walitti gufataati inniskilling dogoggareeti jiraa walitti namni waa hin ganne hin jiruuti deebisaan isaa sirri miti sitti balleesse onfii walii godhaa bareedduu oromoo obsi hin aarin