Dhugaa dubbachuuf mucaan Biqilaa jedhamu kun baay'ee sammuu yaadu nama qabu dha jabaadha oromoon Kan akka kee kana sammuu bishaataa qabu barbaachisa 👍really I proud you
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa hedu nama bositani jabadhaa isini jalanaa Gafi toko qaba garu asi irati gafachuni wani na hin mijofnee mali godhu dandaaa
Hhhhh Lol 😂 I’m dead with you guys I live in United States 🇺🇸 but every time I watch your videos and I always laugh 😂 and I’m sorry I can’t write oromo but I’m oromo first I love y’all 💕
hayee Roras Tube anii shamare takka jaladhe issin jalala tiiya likiti naa hin beytuu akkamin godhaa mee tanarati deebii naf kanaa anii issi waga sadii3 jalacuti jirra hanga ammati isin yoo Rabbii jadhe numa jati malee murte naf hin kanine ani garu irra muracu dadhabee mee yada naf kana
qophii waa'ee jaalala akka gaarii qopheesitaani jaalala na qabe garu iti himachuu soodaadhe mee maal godhutu naaf waaya mee wan jetan yaada keessan nuf qoodaa kabaajamtoota qopheessitoota roras tube galatooma isin jaalana nuf jiradha!!!!
Hedu hedu naatii tolaa ijoollee luubbuu biqillaa heduu natii toltaa Gammaa jalalaa kanaa Anumaa keesaaa dubaa dhugaan xixaalaa jalalatii atii😘😘😘😘😘😍😍😍😍
Qophii baarsisoo fi bashaanansisoo akkana tanaaf heddu heddu galaatomaa continue keep it up next coming soon
Wawawawawaw masha Allah biqilaa kani akkake rabbin gudani haa bayisuu atii hayudha dhuga malifi yoo jete wahe jalala kani akkasi barsis addani base barsis oromO hin argine kanafu jabadhu sini bira jiraa wawawawawaw baye sini galatomofadha nuu bonsa jirutu rakko kana furu kesanifi
mashalla whly heddu nama bareda galatoma Anile boda gaffi isin baresa duraa hin laluu hanga hordofu egale baay ee nati tolle jira nu jiradha
Sagantaan keessaan bay'ee naati tolle jiraa jabadhaa
walhii mucaa kunii saggaleeni isaa namaa akkani jaladhuu nati fakkate fakkatu qofaa mitti irumaa murameee . woyyyi ummaa Rabbi kan .
amiir obbooleessa kiyyaa wajjiin dhaladhee fakkata taphnii ketiif hasaan kee😍nuf jiradhaa galatomaa sanyii ofii ❤💚💙💛💜💝💓👏👏👏👏👍👍👍👍👌👌
Mashalla mashalla rabbii siin irraa haajalatu barumsa gariidha
Dhugaa kuni doktoraa jalallatii jiraa dhuu iti nuu fufii ❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍
Yan Kessan. Heddu. Namati tollaa Jabadhaa Itti fufaa💖💖💞💞💞💞💞
WWW baye namati tola jabadha akanumati iti fufaa
Dhugaa dubbachuuf mucaan Biqilaa jedhamu kun baay'ee sammuu yaadu nama qabu dha jabaadha oromoon Kan akka kee kana sammuu bishaataa qabu barbaachisa 👍really I proud you
Dhugamaa Ketii wolha www mashaa Alaa mashaa Alaa mashaa Alaa galatomii Lubuu kiyaa jiradhuuu wwwwwwwwwweeeeee
Amir show waan gaarii akkana tana nuuf dhiheessi nama beekkumsa qabu nuuf afeeri gurbaa kana silaa wajjiin hojjattee akkami yaada kiyya hundaafuu jabaadhu
Gowa atii utuu amass yade afankedhan udakee nagdu
Dhugaa dubachuu halaan namaa bashanasiftaan 👍👍👍👍
Wollah atti doctoraa Jaalalatti dhugaa jette 😍😍👌👌👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍
Mashallah Mashallah tabarakallah
Heeduu gaariidha jabadha
Xinxalaa jaalala baayee namatti tola aboo beekumsa guddaa irraa baradhee.
Biqilaa ATI dhuguma dogtar jalalatii 👍👍👍👍👍👌
Aboo tiyya tana immoo akkamiin godha
Ani umrii 17 waljaalanna garuu obboleettiin isii akka addaan baanu feeti .
Isiinis dhodhokachaa nadubbifti. Amma mee akkamiin godha Mee rabbii jahaatii naa himaa🥺🥺🥺
Wowowowow dhugaa Bayee namaa gamachisaa wanii anii fadhuu dubachaa jirtaaa Biqilawaa nuf jiradhaaa
Jabaaadha.baayee.namatti.tolaa.achumaan.waan.baaayee.kaastani.haaya.galatooma
Masha, allaah dubbin keessaani namaati toltaani jabaadhaa qaaqaliwwaan tiyyaa halumaa kaanan ittii fufaa
Kkkkkkkk bashoo fi dhalaa jechun safuu dhaa aka loqodaa nanoo kenyatii ijolee ani garuu bayen isin jaladhaa heduu isin hordofa bahren iraa jabadhaa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌷🌷
Mudannoo Jalalaa
Bara 1997 akka lakkofsa Ethiopia mana baruumsa saguree saddarka lammaffaati kutaa 9 osoon baradhuu Micayyoo takka irraa jalalii ija gara malee na qabee garuu ishee dubbisus ta'ee nagaa gaafachu na sodaadhe Yoon ishee laale dafqatuu akka bishaani narra citaa!!! tessoo na duuba teesi gaafa tokkoo osoo ijjoolee hiriyyoota ishee wajjiin tabatuu akka carraa ta'ee funyaan kessaa na turukkee imimmaan ija kessaa na buste batalumatii isheen rifatee dhiifama nan jetee na qaqabdee ....yerroo isheen na qaqabdu sana gamachuu ergan dhaladheee gamaddee hin beekneen gamaddee!!!!
Jaabadha isin jalan ijolekeenya nuubarsiftan ammale beekkumsa issinif haadabaluu
Hedduu Galatomaa dubiini keessana qosaa fakkata malee barumsaa gudda ofii keessaa qabaa 😍😍😍😍
Wowowowo bayee namati tolaa jabadhuu itti fufii tolee wanii dhugaa irrati hundee jechonii kee bayee kanii namati tolaa 👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪
ijolee oromoo nuh jiradhaaa
Mashallha heduu namati tolitani jabadha
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa hedu nama bositani jabadhaa isini jalanaa Gafi toko qaba garu asi irati gafachuni wani na hin mijofnee mali godhu dandaaa
Waan ijollee dhirra nuu gotee gafaan jaalalaa isaa dhisen dubadha😭
Barnoota bareedaa qaba akkasuma bashannanasiisaadha jabaadhaa itti fufaa.
Waww hedduu namaa tolaa jabadhaa ittii fufaa
mashaa allaah anilee gaafii takkaa Shamaran takkaa jaladhe akkaa tolee isini amoo nahin benaa akkaamii nawayya dokotora jalala kan jiruu biyyaa su adii arbiyaa Keesaa jiraa me furmataa egadhaa
Hhhhh Lol 😂 I’m dead with you guys I live in United States 🇺🇸 but every time I watch your videos and I always laugh 😂 and I’m sorry I can’t write oromo but I’m oromo first I love y’all 💕
Mashlaa Bayee itti boharee
www msha all baye namti tola dhuga jabbadha haluma kani itti fufa
Dr jaalala biqilaa iraa jaalalii naa qabuuf demaa jiraa kkkk haa demuu moo haa dhabatùu simaa gafadhaa biqilaa Dr jaalalaa maal jettaa😎😎
Dhugadhaa garuu bayee namatii tolaa anii gafiii qabaa anii garuu lubuu koo calaa jaladhaa inii garuu 15 osoo nafii bilabilinii turaa anii garuu jalalafii jibaa isaa bekuu dadenee
Masha Allah Masha Allah dhugaa ati Dr jalaalti iti fufi
Ana dura lale like me
.baagaa.dhufte.gaaridha..jaabadhaa
MashaaAllah Biqila and Amiir wallahi show kheeysan hedduu namatti tola specially eega gaafii fii deebi, sagantaa jaalala eegaltan khana faa......wanni akkana akkana khun hedduu barnoota namaaf khanna. Waa’ee jaalalaa khanaan namni kheenya hedduu gaaga’amaa jira garuu namni kheenya nama jaalalaan akka malee tahu khana understand hin godhaniif, qaanyii namatti fakkaata hedduu galatoomaa show khaanf
Mee akkanumatti yoo waa’ee “depression” ilaalchisee yoo irraa haasoytanii bareeddaa natti fakkaata maalif jannaan Namni stress taha, stress khana furmaata yoo hin arganne Mental Illness kheeysa seenan achumaan namni kheenya maraataa ja’anii dhagaan nama jala fiigan. Mee waan khana irraa nuuf haasawa
Wowo heduu namatii tolaa 💔💔biqilaa rabiin issin irraa haa jallatuu
Wanii bareda dubachu jirtanii barumsa heddu isini irraa barachu jira jabadha
Maashaa Allhaa taabarakalaa good 👍👍
Baay'ee natti toltaniittu, jajjabaadhaa. Keessattuu Amiir haalli kee baay'ee natti tola.
Bar kanuma iratti dubatamutu dhima jalala ta.e dhuga garu anaf garuma naddubatan galatoma waheddu irra barera jabadha
Wolahi naama boharsitan
Jabadhaa itti fufaa bayee namati tolaa
Namatti toltu qaaliwwan keenya 👏
www jabadhuu kaa bililaa kenaa kabajmaa jalatmaa
Masha Allah tabarakaalah bay ee namaa gamachisaa jabadhaa akanummaatii
Biqilaa doktora Jaalalaa siin jenna wilii 😉👌
Yabooo hubaaaa takkalee qabdu nama aja’ebatiii masha’allaha Amir galtomi nama aja’eebaaa kanaaa nufuuu dhihesuuuu keetifiiii 🙏🙏🙏🙏😍
Mashaa allah jajabadha. Doktora jalala biqila shoow👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍haluma kanan itti fufa
hayee Roras Tube
anii shamare takka jaladhe
issin jalala tiiya likiti naa hin
beytuu akkamin godhaa mee
tanarati deebii naf kanaa
anii issi waga sadii3 jalacuti
jirra hanga ammati isin yoo Rabbii jadhe
numa jati malee murte naf hin
kanine ani garu irra muracu
dadhabee
mee yada naf kana
Mashaa allah Tabarakaallaah qaqaalliwwaan oromoo heduu namatii tolaa halumaa kananii ittii fuffaa ❤❤❤❤❤👌
Masha Allah jabadhaa❤❤❤
Maali dhalan tesan baduudha hhhhhhh😅😅❤💚❤
Mucaa kanaraa j na qabaa jirtiii dhugaa jalalaa sirtii bekaa fakkataa dhugaa
❤️😭
😁😁😁😁
Mali ree firomaa qabdanii mo kkkk
Dhuguma garuu dogogora jedha bakka of ajesuu kanati sirrii miti jaalalti kennaa rabbiti ega hin danda'amne yaa rabbi tana na dagachiisi kan teeti jette naaf kennii jedhani kadhachuudha /amma torbee darbe mucaan way eddoo bashanana jaalalle saa waliin deeme na herumta jedhe gaafachuuf bishaan keessa lixe gaafate achiin du'e garaa nama nyaata jaalala ija qabu wayya guyyaa darbuuf lubbuun namaa bakka hin taaneti hin darbin inshaalla
Biqiala khenya jajabadhu shanyi gota
Walhi akkami namiti toltu masha rabini sinira ha jalatu
Wwwwwoooo Galatoma garuu komii isinira qabaa Icitii kena dhiratii nujalaa himtani nuti dhirtii takka yoga dhugan nama jalatee mal mal aga agarsisani siritii irra bena fkn yogaa arabsinelee itti hin bu'u homa takayu itti hin fakatuyu guyaa lamata dedebi'etuma nama lakafaa kuni imotu yogasuma arabso sirra tulaa
Mashalah dr jalal jabadha fuldurati demabaye dasnam jaa
Doktoraa jaalalaa jabbadha ittii fufaa
Woyiii biqiillaa❤nakesaa seenteeee❤onee koo❤😍🥰
Rellay 😍😍❤❤❤💚💚💚❤❤❤👍👍👍👏👏👏👏👏jirdhaa sanyiiwaan koo bayyee namati tollaa itti fufaa
Waalaahi heeddu namatii totanii jabaadhaa
Wwwwwooo masha Allah bayye nama tolla yanni kessanii
Ansi jaldhee amnu hi danee
Dhugaa
Woooow
qophiin keessan akka dansaa namatti tolaa ijoollee bareentummaa
Masha allah hedduu namati tola wly jabadhaa
Maashaa Allah bayyee namati tola ijjoolee biyya tiya nuf galatoma
Well come 🤩🤩🤩👍👍👍💯💯💯💯
Wowowowow bilbilaa Dr jaalala dhugaa jetii itt fufiiii so I'm like nice 😍😍😍😍😍😍
Mashalhaa
As wr wb jirtani hedu namati tola jechi kesani dhugadha jabadha kabene barumsa tatifi
Mucaan qallan kun hin danda'aamuu xinxaala jalala natii fakkata ballinaan irratii nuf dubadha seve gochaa jirra
Uuuuufffuuu waa jaallaallii nama gottuu moo😭😭😭😭
Keessaatu yeerroo ama dhiraa irraa jaallaallii dhugaa argaamitu dhiraa tokkoo tokkoos akkaa jaallaatu yo argee jaallaallaa sii qabiisise siittii boonnaa huddaafu dhiraa akkasi saan mee dhamsaa malii nu qabduu baga jalalii sii qabee oossoo bada feedhe tahee jibbuu deedeesu uuffuu😢😢😢😢
Abshir miskina ko rabbii qabna
dhugaa ketii one shamara laftudha
Afaan keeti kan nyadhuuu🍉🍉🍉🍉
Masalha tabarakalaa ijarahafii ♥️💚💚💚♥️🌹🌹🌹
Wow mucan ku akka namattii rolu gani sinitti inafu ilman nafxanyaa yoo ta. ee malee oroomn isinu jibu!!
Dhugaa nama toltani biqilan dr jalalat
Dr jaalala dhugaa bayye namatti tola jabaadha sanyi
Wao heduu namatii tolaa dhugaa👍👍👍👍👏👏👏💖❤️💖❤️💗🌹🇾🇪🇾🇪
Bareeda sagantaan keessanii garuu Amrii ofii hin tuuliin akka Biqillati qabaanayee!
Dhugaa bayye namatti toltani mashaalla jiradha sanyii wanto
Gaaffin qabaa gaaffin tiiya anii shaammare taakkan wal jaalane akaasumas heeddu naajaalati heedduun jaaladha aniis ergaa waal jaallane jii.a sadii geenyee jiira haa taawu gaaru osuuma waal jaalanu ammaalota jaallala kaana huunda guute jiirti kaanafin aniis akka naa jaalatu keeke osuuma waal jaallanu huuni addan nuu faageesite deebiiye dhuufee yeero kaana aniis baaddii taakkan qaba suura shaamaare biiro waajjin kaane argiite amaa duura artee aniis dhiifama jaayeen arruuza tookkotu jiira achiirti naa afeerte waal arguu qabna naan jeete haay toole waal argiin jaayen so guuyan gaaye waal dhuufne yaaro maan kaahu heedu naa jaarjaarsite naa yaamte yaaron dhaaqu naa boodan dhuufte ol seente naa duubiiste teese naara faagte so maali maal taate kootu kaa jaayen dhuufu diide asuumanta naan jaate yaaro kaan miican tookko ol seene biiran taahe haaru waal hiin beekan so kaate waajiin haasoyta oson anii arguu biilbiila kaanitef annii kaaytiin gaad baaye naajala gaad baahate maal taattee naan jaate huum hin taane jaaheni achuuman deeme wiili naarti hiin daawaliin jaayen anii gaan maaliif jaahate boochee maalliin siiti baallese naan jaate atuu waan baalleesite nii beeyta naa sobu baarbaadeti moo yaaddaa ykn gaaffii teessan naaf qoda gaalatom jaabaadha saaganta teeysan heeddun jaalladhu ittii fufa
Biqila wanii bayyee nama tolu nu himte❤❤❤galatomii
Jajabadhaa bayeee dasii najetanii isumadhugaa 💔💔💚💚💔💔😁🙄🙄🙄🙄👍👍👌
Woow baay'ee namatti tola silaa kan jedhuf ammoo OSOO nis ta'a
Aster Sanyii Taddee Biruuu
Kkkkkkkkkkkkk kuni aja,ibaa qabdaa mucaa🤣
Dr biqqilaa wonti ati barsisaa jirtu amalumaa keenya nu dhiira nuti jarjartu hin feenu
mashallaah mucaa hayyuu kana jiradhuu barumsaa gudaa kena jiraa
Maasha allah jzk barumsa gudda qaba galatooma
Wwwww malo liki godha 👍👍👍👍👍
👍👍👍👍👍😘😘
Yaa Amiir naa kofalchiisaa kkkkkkkkkkk❤❤❤❤🌹😍🥰
Woow Masha Allah biqila dhugan doctora jalalatii wlhi nujiradha amalee
wowowowo mashaaAllah Amiroo fi biqilaanis Namati toltan jajjabadha sanyi to
Kunii mucani Ka gaalefi amisho hasayyi iraa demaa🌹🌹💯☑️👍👍
Anii miciyo takkan jaaladhe gaaru arkkachu hin dandenye yaaroo duura san umrin 14faa anii akkamalen jaaldha niibeyiti akkan jaaldhuu achii booda taabira naajalati anillen xiiqo xiiqon jaladha booda nifudhe garuu taanin duuran jaaladhu san guudatee egan fudhe booda sheenoyte way ossma sii argadhe jeete aniis ammale taanin fuudhe caala issi jaladha amman siifudha jaanan akkasjeete tadura akkam gootajete atti 2faa jii,eni ammle akkumadura saban hiinaf na didee aniis dhisu hin dandeye issni naadhiisu hidandenye nuulachu ciiqira jiira mal goodhu qaaba
Gafii qabaa anis waah jalalaah irrati
Mashaa Allaah Heduu Namaatii Tollee Jabadhaa Sanyii koo 🤩❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙋♂️🙋♂️
jabaadha asaan keessan namatti toltuu 😍😍
kanii dhira isin egana insha alla jajabadha itii muda