Ispoonsara Keenya Waan Taheef Link Kana Gad Xuquun Subscribe godhaa Please ruclips.net/channel/UCD7BNpmlg5JZWD0vTlqRGUg Sponsored by bboyabdata Link kana Subscribe godhaa
Dhumaratii Nuti jarsaa hin qabnu jettaan Sah.? isiin hin dhagenyee moo dhiirti dhira akkashee Fuchutii Jira Etho Seeneraa jedhani Karaa Yaaliibalatiin. akkam jettaan Silaa ol futaani wori dhira. ani Duen badaa male Dhalatii hin herumuu. mee Yaada kessaan 👏👏👏
Yeroo dirqamaan herumsisan sana wayyaa dhugaa rabbii har'a fuudhe osoo hammamu hin turre jijirama warri durii wal hin hiikan kabajas isaantu qabaa mee maati keenya yaa ilaallu ani bara duri sanan degara amma mana murti kan cufee wayi haadha manaaf abbaa manaati karaa rabbii kan deemu isaani kan ammaa biyya arabaa naaf deemi keessa darbee kan qarshii qabdu barbaadu egalan uuuuf
Ispoonsara Keenya Waan Taheef Link Kana Gad Xuquun Subscribe godhaa Please
ruclips.net/channel/UCD7BNpmlg5JZWD0vTlqRGUg
Sponsored by bboyabdata Link kana Subscribe godhaa
Qaayi mee ijoollee teenya qaqqaaliwwan mee akkaan jeeti namnii keenya irra guddaan jaalalaa akkaa. Itti himatan himuuf nii dandeessanii asumaan waan bareeda jirtanii jabaadha www bayyee namati tola
Www hedu isini jaladhaa dalagu mana arbaa yogu naa ulfate lee istu naa boharsa tokkafa natuu ilalee namini Amiri fi biqilaa jalatani aka anati lakki nafi godha
Hayati Mohammed kkkkk Amshirii haabibiti Raabbiin jelaa sii haa basuu dalgaa tanasi
Hayati Mohammed. Dhugaa ketii. Abshiir
Dhugaa B, namatti toltanii hojiin keessan dansaadhaa ittuma fufaa ♥️💚♥️
Dhugaa raggidootaa keenyaa umurii dheradhaaa ani dubii keessaan dhagefadhee hin qufuu❤❤❤❤❤
Amiir ati yeeroo bayee yadda bareda hasofta garuu ibsuu iratuu hanqinaa qabdaa. Biqilan imoo yaduuma ati olfufutuu irratii babalisaa hasayaa isin maruu mashaa allhaa isinin jeenee
Uuuuuuff baayyeen issiin jaalaadhaa hojii maadammii. YEEROOXumur ... nibuhaara,,,jabbaadha💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Wawawawawaw masha Allah jiradha wani baye namati toltu hojeta jirtu itti fufa galani keesani bilisumaa haa tadhu heduu isiniti bonee biqilaa atii nama hayudha rabbini sini irra haa jalatuu jazakumala warkerani 💞💞💞💞
As wr wb akamii jirtaa masha allha masha allha yaa jaraa kiyya maall isinttii fakatee anii aka kotii ttii jiruu garii jirta jiraa akamitii isinitti fakate sa.a takka rabbiin sabrii naa kanee alhmduliilhi yon fidesa yoo dhisees falaa ittii hin garuu garuu iniis namaa garii alhmduliilhi isiin garuu bayee namaa gamachiiftan nuu jiradha
Gosra hedduu qaba wanti isin hasawa jirtan hundi wanuma dhugaati galatomi amir mucaa biqila kana nuf jabbesi mee sammuun isa hedduu cimtudha
Bikka osoo abbaa mana jiru hoga namni alaa warra mana jae abbaa mana dursite haati mana dubachu qabdu jatan saniti aadaa fii amantin tenya takka biyya araba tana kesati yoo abbaa mana jirrane haati mana inuma joollee ykn daleydun hin jiru jedhan jati malee isin gad bate dhiira wajjin hin dubatu hundafu nuf jirradha galatomi ❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹
Uuuuuuffff ani danda'ee fuula itti hin guuru yoomiyyuu😢
Rabbiin achiin nu haa gahu insha Allah
Galatoomaa.rabbiin nuuf haa laaffisu insha Allah❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹❤❤❤👍
Uffffff anni yade duuf subanalla walaahi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Masha'Allah tabaraa kallah Masha'Allah tabaraa kallah Masha'Allah tabaraa kallah Masha'Allah tabaraa kallah
Kkkkkkkk Amiir kolfaan nu fixee atii maashaallaah ergaa baay'ee Ofii keessaa qaba haasofnii keessaan😘
Masha Alhaa ijar hafii qashaxii kenyaa
Eduu naatti toltuu itti fufuuf akkanumatti jolee oromoo qaqalii waan bay'ee siin jalanaa
Mashalla Mashalla Barusaa Gudda Qaba Galatoma Anilee Gafa Herumee itti Fayadama ishalla
Masha allaah rabbiin isinira hajalatuu jajjabadha barbota bayee namati tolufi nama fayyadudha bayee isin galatefannaa. Isin jalanna obboleyan kenya👍👍👍
Masha allah masha allah yaada bareeda jabadha ittii fufaa Heduu namatii toltanii wly 😘😘😘👍👍💗💗💗❤❤❤❤💝💝💝💝💝💝💝💝💝
Amiriifi biqla galata guuda qabdu ...ilman oromtatira!!!! Masha Alla
Anaati Dubai afaan keessan keessa bahutu naati tola jabadha
Uffffff habibi kiya maalan fulla itti gurra dhungadheyyu hin puffu😘😘😚😚😘😘
Siin wayyi jalala.dubatani bayye naa arsitan😭💔😭
Garru gudda galatoma barumssa off kessa pabba sin jalaadha orommo koo hundda kesan 👍🌹🌹🌹🙏👈
Mucan kunii dhugumaa dr. Jalalatii
Mashallaaaah barusaaaa kesan eduu namatii tollaaaa jabdhaaaaa👍👍👍👍👍👍📈📈📈wanii eduuu siraaaa ubadhadheeee
Biqoo kooSammuu AKKAAMIIsii laatee maaloo...beekummussaa hedduuun issiiniuraa baraadhee
Maashaalaha hedduu namati toltu dhuga jabdhaa gaaruu Kani jedhu biqilan isilma moo akamii naaf himii mee amirr
Walahii bayiee garidhaa yanii kesaniii bakaa akakayuu ketisanitii bayee kolifee
Shamaraani tenyaa akka gorsaa keessaani irraa baruumsaa argataani abdii qaba garuu namini nama gorseefi hin qajeeltuu rabbii isaani haa qajelchuu
Welcome oromo tenyaa kangayaa dhagayadhugaa💕💕💕💕💕💕💕☝️💪👍
Ahiiiiiiiiiiiiii jireenya dubartii kanatuu rabbi irra caala dubartii kan azzaabati jedhe
Dhumaratii Nuti jarsaa hin qabnu jettaan Sah.?
isiin hin dhagenyee moo dhiirti dhira akkashee Fuchutii Jira Etho Seeneraa jedhani Karaa Yaaliibalatiin. akkam jettaan Silaa ol futaani wori dhira. ani Duen badaa male Dhalatii hin herumuu.
mee Yaada kessaan 👏👏👏
Jajabadha dhugaa Raabii namatii told ❤❤❤❤
Masha allaah akasumaan ittii fufaa rabbiin isiin hagargaruu
Ta hiriyyaa teessanitti hin himatina icciti Abbaa mana keessan sani jettan sani abboo naa keessaa dubattani akkam
Maashaa allaah tabaarak allaah
Rabbiin umrii keessan nuuf haa dheeressuu waan guddaa sinirraa baradhee 🍂🍂🍂🍃🍃🍃🍃❤❤🍒
Kunga bar umri fagattete akka ijoolluma ykn sabiyi ti deebi'aniti afaan wal baachu dadhabu!
Rosza yutbi good dhiro 🥰🥰🥰🥰👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽🤳
Gorsaa bareeda nuu qodaani bayyee galatomaa ittii fufaa Ammalee akkanumaati!!
Waan kan iraatii bayyiissaa tii hojaadhaa
Qeerroo kenyaa Hedduu Galatoma Wollahi Dr Jalalaa Kun nuf haa heddumatuu.
Yaroo Jalqabatiif Biqilaa Weelisu Arkinan Hardhaa eysaa Baye jedhen kolfee inuu debiye...., wollahi Dhugaan isinin jedha Osso sa'ati 2 dubatanii Nama hinafachisu. Nama boharsitaan male.
Nageenni badhaadhaa!
keessan badhaadhaa!
Mashalla mashall rabbii isiin irraa haa jalatu barumsa gariidha
Barusaa bayee namatii toluu barsisaa jirtuu jabadhaa isini wolii jiraa isinii jalalanaa
Dhugaa baayee naamatii tooltuu nuuf jiraadhaa ijoolee keenyaa
Mashaallaa mashaallaa tabarakalli jzk dhugaa dubbachuuf hedduu namati toltuu
Wowww jabadhaa baay'ee barumsaa gudda isiniraa aragachaa jiraa
Gilr Lady kkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Aana Dhufu haraka fuunee Haayotaa keenya jaabadha baarumsa keessa ira huubano baa'yee arganera Biqilaa Dr jaala👍👍👍👍👍👍👍
Inshaa Allaah isin Jajjabeessuu qabna jedha yaddin
Wooow eduu namatin tolaa barumsaa gudoo qabaa gudaa galatomi jizkumulahu keyran itii fufaa jajabdhaa
Heddu nama boharsitu hasawwa nuti dheresina sababaa hasofni kesani dheratuf lallu jiba
Wowwwwuuu bayee namati toltuu ijolee kenya jabadha itti fufa
Welcome Dhihaadhaa Ilman Oromo qaaqali!!😍❤
Hedduu namati tolutu dhugaa nufi jiradhaa B & A
Wwww dhuga jetani jabadha ilmani oromo ko
Rabbin isin walin hajiratuu nagahan kitaa
Wayii jalalaa jalalumaa tana namni ati jalatuu jalala hin bekuu akamii gonaa😀😀😀😀😀
As wr wb ijolle keenya haasa kessan damma wayii garu madam feenti nu nyachiti video gababs isaa kan dhaggeffachutti daggattan nujala dhumaa
Mashalla Allah tabarakaraman jabadha itti fufa akkanumat heddu bareda yani kessan dhagefatanu osso qufin nama jala dhuma
maashaa allah maashaa allah rabbiin umrii isiin haa dheeresuu jabaadhaa gorsaa aja'ibaati kan amaanti keessallee hin banee barumsa hedduu isiin irraa barata jirraa
Birqlaa umrii dheradhuu wollaahii namudatee turee maatiin diirqiin nakenaanii😭😭😭😭😭😭😭😭
Amaa garuu jaladheen itii herumee❤❤❤❤😍🥰
Ijooolee lubuu lubuu ilove you ❣🥰🥰🥰🥰🥰🥰obolaa koo qaqalii
Hedduu namati tolla Tank you all know 💯💯💯👍👍👍
Walahii Amiri fi Biqilaa wani onnee tiyaa keessaa dibatani nari jiradhaa wayee jalalaa kanarati biqilaa madaa jalalaa amiri madaa jalalaa isini Lachu isini jaladhaa rabbi umari isini haa dheresuu ishaa allaaha ..
Akaas miti namumaa isaati malee jalalitti driqii hin qabdu maalif jite yoo jate aan jalqaba jaladhe hin herumne garu egaa bubulee bodaa inaa jalalaa keessaa arkuu baanan hin oluu murtessan isaa kanafuu waalin umrii isiin haa dherssuu
masha allah kkkkk wollahi nama kolfisiftu nama barsiftu dhihenya kana isin ordofu jamare masha allah
Baranootaa garii nufii dabarsiitaanii wlyi jabadhaa heduu namaa basiftaani
Wwwwww kkkkk namatii tolaa garuu namaa kofalchiftuu-- malee👍👍👍👍
Meeree kaan biiqiillaa chanaliii😍😍😍❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹
Rabbin isiniraa haa jalatuu
Welcome wwww Amir and Biqilaa lubbu lubbuwan akkami jirttan baga naga nufi dhuftan qaliwwan Kenyaaaa💕💕💕💕💕
Boharsiitoota tenyaa baay'ee namattii toltuu jajjabadha isiin jaallannaa😍😍😍😍
.l
Dhugaa.ketii
Yeroo dirqamaan herumsisan sana wayyaa dhugaa rabbii har'a fuudhe osoo hammamu hin turre jijirama warri durii wal hin hiikan kabajas isaantu qabaa mee maati keenya yaa ilaallu ani bara duri sanan degara amma mana murti kan cufee wayi haadha manaaf abbaa manaati karaa rabbii kan deemu isaani kan ammaa biyya arabaa naaf deemi keessa darbee kan qarshii qabdu barbaadu egalan uuuuf
Nuuf jiraadha ijoolee tenyaa baruumsa Gaarii nuuf keenitanii
Mashalaaaa namati tolaa
Dhirrii hoo homtaa gochuuni isaanirra hin jiruu
Masha allaah bayee si jalana aknuma ittt fufaa barumsaa dansadhaa
uuuuufffffeee dhugaa mucaan kun hin dhayamee Amir sho 😭😭😭😭😭😭😭😭😭rabbin lubbuu koo haa qussaattuuu😭😭😭😭😭😭
Amirn mal tahe dafa natti himaa 😭😭😭😭
Mashaa allah heddu dasi nama jatan barmusa baredadha nufi jiradha
RORAS Yutb barussagari jabadhaa Amiiiiin biiqilaa asiratii baree Mashallh ijolaee oromoo kenyaa nusaii wll ajabeesnu ijolaee subscribe goshun nugudadhaa malifu oson isin illalu jallii nha qabaraa ibeekutree hhhh
Namatii.totanii.heduu.👍👍
wwwww bayen isini ega ture naga nagahan dhuftan jabadha itti fufi barumsi kechan baye baye namati tola
Wwww baga nagayan dhufte wan bareda fidani dhuftan galatoma
Wowowowow mashaallah baranota bayyee isinirra baranee jabadhaa
Mashaaa Allaaa saa qayyii Issiin Barumisaa kaanani digiriii fidaa moo qoyyii hundaafu ❤❤
Amir qalbbii asdefaadhuu waaytaa hasoftuu
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah galatomaa bay'ee isiin jaladhaa jabadhaa akanumatii itii fufaa😍😍😍😍
kkkkk wwooi qaliwanaa tenaa gorasaa keessanifaa issanii jalana mashaalaa gorasaa kana caluu isaaniii haa keenuu qaqaliwana koo
Maasha aallah maasha aallah heedu takkaa namatti tolutu qaaqali waan keenya
Dhiirrihoo maal dhiisuu qabaa haadha manaa isaa wajjin jiraachuuf yeroo baay'ee dubartii qofaa irratti maaliif xiyyeefattuu
Masha allha masha allha
Wwwwwwwwww bayyee baredaa A $ B nuf jabaadhaa wayiii gara na dhukkuubee koflaan. hhhhhhh yaa amirsho dubii akakoo ketii
Dhugaa heduu namaa totani
Amirrifi biqqillaaa Gaallaattoma hedaa jaazzakkuaallahu keerreyani
Hedduu banoota gaarii nuuf kannitanii galatomaa jzk
Jabaadha sirritti itti fufa isin jedha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Mashaa alla galaatoma j z k waa bay'ee irra baranee
Waay BBc jaalala kenya nuuf jiraqdhu😂😄❤ gana ati maqan kee BBc jaalalati 😉
💓💓💓💓💞💞💞💞💞💞💞💜💜💜💜💜💜💜💜💜😍😍😍😍😍
kkkkkkkkkkk bayyee namati tolltan qommowaan koo itti fufaa barumsaa garii qabaa😍😍👍👍👏👏👏👏👏
Mashallah hedduu isin jallannaa nuufjiradhaa kabajan nuuti isinif qabnu dangaa hin qabuu
Jabadhaa nutiis isiinw wajiin jiraa
Jallawwan.kenya.gezen.dhaabe.isinitin.bohara.galatooa
harooyni keesan erga heedduu of kessaa qaba jabadha
siif biqilan amirshon
Jabadhaa waan ofii❤😁😁🤝💪💪💪💪
As wr wb baga nagahan dhufitan baye baye barumisa qaba garu gagababisa fidioo hin dheresina shukiran