Mudannoo Obboletti too Mana Hidha Dubaii Kessatti Dabarsiite Wagga Tokkof

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 сен 2024
  • Mudannoo Obbolettii too Dabarsiite/sad Incident Of My Sister/

Комментарии • 81

  • @obseobse563
    @obseobse563 4 месяца назад +15

    Amma yoo afaan oromootiin dubbattee maaltuu sirraa hir'ataa qashtii Didaan sabboonaa oromoo qulqulluudhaa⚫⚪🔴
    Hundaafuu baga nagan galtee🎉🎉

  • @udhush3381
    @udhush3381 4 месяца назад +6

    Affan oromo siritii besti maa of akkabadii

  • @Juses7158
    @Juses7158 3 месяца назад +4

    Biyyumaa esaatii
    Afaan ofii walalun hayyii jolee kenyaa😂😂😢😊😊

  • @waorkwaork3280
    @waorkwaork3280 4 месяца назад +3

    Hin sobdii dhugaa waqaayoo maligaa ma rakaataa gafumaa xiqoo isinif darbitee afan isanarkaa badaa muu didaa fi Italian sabontotaa❤❤❤❤❤

  • @texstexs8679
    @texstexs8679 4 месяца назад +10

    Ijoolleen oromoo tuni gafumaa biyya batee afaan ofii walalatiii 😅😅😅😅 akkabadee amma

    • @astu.youtube5838
      @astu.youtube5838 4 месяца назад +1

      😂😂

    • @user-se6wr9zd7r
      @user-se6wr9zd7r 4 месяца назад

      😅😅😅

    • @rozajamal862
      @rozajamal862 3 месяца назад

      Wollahi Ani wogaa 7 garru yerro worri naa yamee malle Arbi. Fi Englishf hassayuu natti tolluu😂😂😂

    • @emebet591
      @emebet591 3 месяца назад

      texstes 😂😂😂😂😂

    • @emebet591
      @emebet591 3 месяца назад +1

      Matii naaf tahaa qimamocheee❤❤❤❤l

  • @BiftuShaggab-np7xu
    @BiftuShaggab-np7xu 3 месяца назад +1

    Afaan oromoo

  • @ChaltuDagege
    @ChaltuDagege 4 месяца назад +3

    Innii beta afaan oromoo haasa.ii micoon afaan ketuu bareeda

  • @user-dt9vb1cb4p
    @user-dt9vb1cb4p 3 месяца назад +2

    Nagaan isinif ha ta'u garuu anii biyyaa Dubai kessaa waggaa 8tii afaan oromifaa hin irfaneem Mali jechudha ya waqaa koo

    • @mafa2217
      @mafa2217 Месяц назад

      Anu kuwait waggaa 13 garuu abadaan afaan koo hin dagaadhu.

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 4 месяца назад +1

    Gaalatomaa waan gaafiikoo naaf debiiftaanif ani gaaluf jetee qabaamteen se,ee baakettii qabaanii tananoo polisii dhookaatamaa hojetaachaa jiraa yaa didaakoo❤❤🎉🎉

    • @masiialamu482
      @masiialamu482 3 месяца назад

      Ofii keeti ebaasi deemte xumuraachu dandeessaa sis

  • @ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy
    @ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy 3 месяца назад

    Hoccii baxbaaccaa wayii afaan Saba guddaa maaf booressita baga qabamte

  • @muna2437
    @muna2437 4 месяца назад +1

    Alh bagumaa nagayy galtee calaa nagayy ❤🎉🎉❤❤

  • @BiftuShaggab-np7xu
    @BiftuShaggab-np7xu 3 месяца назад +1

    😅😅😅😅

  • @genetmegersa2901
    @genetmegersa2901 3 месяца назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ilfuu9376
    @ilfuu9376 4 месяца назад

    Uuuuuuuufffffffff yaa waqayyoo 😢😢😢😢😢😢😢

  • @biiftuu383
    @biiftuu383 4 месяца назад +1

    Baay’ee bayeessa

  • @hadhaako
    @hadhaako 3 месяца назад

    Wayyiin gudii amariyya intala amaradhan mo ati😅

  • @soliyanachalaa4397
    @soliyanachalaa4397 3 месяца назад +1

    Maqaan koo chirstin jedhamaa 😂😂😂maloo albatee albatee 🤣🤣🤣amerca paa ofumaa ridee

    • @Didatube
      @Didatube  3 месяца назад

      Kkkkkk argaa arraaba kessaanii rabbi

  • @user-qh5yk8md8j
    @user-qh5yk8md8j 4 месяца назад +2

    Maal ammatii yoo afaan oromoo dubbatee maal qaba obbilesi kee sibiraa dubata ayi 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @habeebahabeeba4226
    @habeebahabeeba4226 4 месяца назад

    Bagaa waqaayoo nagadha galltee

  • @soliyanachalaa4397
    @soliyanachalaa4397 3 месяца назад

    Maa off jajii ree akaawan america turtee off gotee amanumaa oromoo tuu gidumaa dubatii

  • @user-cw8jw4xe2n
    @user-cw8jw4xe2n 4 месяца назад

    ❤❤namati.tolito❤❤

  • @user-mk2oz9gu4n
    @user-mk2oz9gu4n 3 месяца назад

    Mee anillee obnoletii.manaa.hidhaa.dubai.qabaa.hadaraa.naa.dubbisii mee

  • @Mezmurorthodoxethiopia
    @Mezmurorthodoxethiopia 3 месяца назад

    Baga nagaan waaqayyoon si galche kode❤❤

  • @zarazafa5314
    @zarazafa5314 4 месяца назад +1

    Bagaa naganii galitee lubuu ko wananii naganii galudhaa

  • @BiftuShaggab-np7xu
    @BiftuShaggab-np7xu 3 месяца назад +1

    ???????🙄🙄

  • @Juses7158
    @Juses7158 3 месяца назад

    Kan Akasii dhagefachuu yero hin qabnuu😮😮😮

    • @soliyanachalaa4397
      @soliyanachalaa4397 3 месяца назад

      Aniis dhugaa nurati tabaxaxastee malii kun 😂😂 maqashituu kolfan najesee namuma off tauu jibuu garbumaa jalatuu akasin jibaa

  • @sofiyagenemo4433
    @sofiyagenemo4433 4 месяца назад

    BagaaNagahaniiGalatee

  • @minuteshamra7078
    @minuteshamra7078 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Kume-rz7ve
    @Kume-rz7ve 4 месяца назад

    ❤❤❤❤

  • @sara8381
    @sara8381 3 месяца назад

    Afaani oromoo essaa deeme😂😂

    • @tgfa3377
      @tgfa3377 3 месяца назад

      Walin mana hidhaa galee 😂😂😂😂

    • @tgfa3377
      @tgfa3377 3 месяца назад

      Walin mana hidhaa galee 😂😂😂😂

  • @WalidTakkouch
    @WalidTakkouch 4 месяца назад

    Ayyii diidhaa Dubai deemu daadama Nadebisi piliisi

  • @AskaalaaShibiruu
    @AskaalaaShibiruu 4 месяца назад

    Uuuuuufff😢😢😢

  • @aaasssaaasss4616
    @aaasssaaasss4616 3 месяца назад

    Tish😂😂😂

  • @LoovyLoovy
    @LoovyLoovy 3 месяца назад

    Mee moojo keessa laafit kaarita qaabbu meeqa bittam nuifii hojedhu

  • @heha8064
    @heha8064 4 месяца назад

    Afaana oromootii moofoo jeedhaatii

  • @faedasalman3532
    @faedasalman3532 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-cw8jw4xe2n
    @user-cw8jw4xe2n 4 месяца назад

    Amishiri❤❤

  • @Fayine22
    @Fayine22 4 месяца назад +1

    Osoo afani ofii betuu ashaqabaxii woree lamanyaa taragagayii 😂

    • @ababooman9494
      @ababooman9494 4 месяца назад +2

      😂😂😂😂😂 Ani komentin laudhue

    • @Fayine22
      @Fayine22 4 месяца назад

      @@ababooman9494 dhugaa namaa arsitee ufi jajii afani jaraa hasuu birii gotee argaa ishii

  • @AyishaAdaam
    @AyishaAdaam 4 месяца назад

    Aniiii.moòo.jirdaniii.jiraa.bakeee.mee.maal.godhuuu

  • @Kume-rz7ve
    @Kume-rz7ve 4 месяца назад

    Afaan kenyaani Haa bonuu didaan kan nati toluu afaan oromoo keessaa osoo hin makinii dubataa galatomii

  • @kalmedakaso729
    @kalmedakaso729 4 месяца назад

    Bagaa nagaan galte wanan isaa

  • @mahmoudrawashdeh9151
    @mahmoudrawashdeh9151 3 месяца назад

    saafuudha aboo afaan oromoo hasaa.u iyuu walaaltekaa☹️☹️🤣🤣🤣🤣

    • @sharotube912
      @sharotube912 3 месяца назад +1

      Wanuma fokkattu irraa harakata buse😆😆😆

  • @gudisakefeni3920
    @gudisakefeni3920 4 месяца назад

    Halbatee dutee maalii abbaa kee hin dubbatuu Affan kee jabsaa

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa1 4 месяца назад

    Bagaa nagaa galtee hundaafuu🎉

  • @garrameegashulaa9628
    @garrameegashulaa9628 4 месяца назад

    Aqanii ishee walaleem😂

  • @user-cw8jw4xe2n
    @user-cw8jw4xe2n 4 месяца назад

    Baga.nagaya.galate

  • @ZemzemA-w4l
    @ZemzemA-w4l 3 месяца назад

    Afaan oromo inda amariki qilili 😂😂😂😂

  • @JiraaAmayuuJiraaAmayuu
    @JiraaAmayuuJiraaAmayuu 3 месяца назад

    Ijole namaa itasa'uu yoo hin qabanee dagachaa demtii kanfu mal afani batuu dirqamaa afaan oromoo qofaa yaa dubatuu jetuu

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 4 месяца назад

    Afaan oromoo dubaadhu afaan ormaa dhiisi ijoolleen oromoo afaan keessaan hasa,u salfaatani natu mukaati sin rukkuute of jejjuu😅

  • @hanatu
    @hanatu 4 месяца назад

    afanichaa hini bekuu ani by 😒🤔

  • @AsterEngila-os3qz
    @AsterEngila-os3qz 4 месяца назад

    Anilee hin qabuu uuuuffff

  • @Uae4040-w3u
    @Uae4040-w3u 4 месяца назад

    Mayini Fakarimo Afaan Oromo Walaltemo ma Fakartaka ya Rabbi
    Wan hundaafu Baga nagan galtee
    Ma walin dhofta Afaanota Uuff fakartuu ijoole ici
    Didan Obbooletike eshe yeroo darbee gegesite Ama gote😂

  • @heha8064
    @heha8064 4 месяца назад

    Kubzziin

  • @salamalikom9617
    @salamalikom9617 4 месяца назад

    Maalif afaan keetiin hin dubanee

    • @ofiinbontuuTube
      @ofiinbontuuTube 4 месяца назад +1

      Kun ummani bar haree qomceeti biya ofi keesati enumaa ofiti salfatu

  • @RahmaRahma-be1dm
    @RahmaRahma-be1dm 4 месяца назад

    Kkkkk maliif afaan oromoo dubachuni sitti ulfaata??

  • @sharotube912
    @sharotube912 3 месяца назад

    Albaatin kun maali🤪😜😜

  • @hawwaadiksiis3157
    @hawwaadiksiis3157 4 месяца назад

    Like godhinni Afaan amara
    🤑🤑🤑🤑🤑🤑🦍🐒🐒🐒🐒

  • @hadhaako
    @hadhaako 3 месяца назад

    Afaan ergisaa fudhaa nuraa fudhaa demaa kanii afaan oromo lagaatan Maluma fayyadaa siin biyyaa bahuu keessaan afaan oromo siin walashisaa😠

  • @AyishaAdaam
    @AyishaAdaam 4 месяца назад

    Meeee.naaa.garagara

  • @taajirahamanur8240
    @taajirahamanur8240 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤