Hojii Kaana Yoo Jalqbdan Ji'attii qarshii kuma dhibba (100000) argattan
HTML-код
- Опубликовано: 18 сен 2024
- hojii daldalaa bayye nama hawisissuu ( this video is explain about business idea)#didatube #marrushow #ibsuobse#unitedoromia#adamatube#yayahope
Didaa leencaa keenyaa guddaa galatoomii yoo eyyama waaqayyoo ta'ee maashinii daabboo San Nan bitadhaa🙏
Gorsaa kee bayyee garidhaa guddaa galatomii mee ani Biyyaa galuun barbadee birri kumaa dhibaa 5n mee maali hojjechuu danda'a ❤
Video isaa guutuu dhaggeeffadhuu himeeraa
yo baadiyatti bakka qabaatte hoolota horsiisi
Na galtoonfatta booda
Magaalaa yo taate ammo
Akkuma inni jedhe mana daabboo
Galatomii nufii jiradhuu umurii dheerraa ❤❤❤❤
Gorsa garidha jabadhu ❤
Galatomi man mee Maan Lukkuu Gatti Issa nutti himm
Dhugaa keedhaa dadhaa anilee waani akkasiin hojechaa jiraa
Bagaa nagaan dhuftee
Maashini chachuti sani suura isaa nutti muldhisi mee obboolleetti tiyya takka bitaa
Dida baay'ee galatomi 🥰
Dida baay'ee galatoomii!kan atti jette hundii isattu sirriidha!bu'aas qaba.keessattu lafti ji'a ji'aan gaatiin isaa humnaa ol dabala jira.
Chayinali kee moo hin gurgurrin nutti like share siif goo jabaadhu.
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Dhugadha keti dida
Bagaa nagaa dhuftee didaa
❤❤❤
Dhugaa Rabbiii Galtoomii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Yaada gaariidha galatomi
Lafti gaaruu kan karta qabu yoo ta'e maalii caraqan ni danda'ama
Gati sa malifi hin himtu mashin lukku
Gorsi ke garidha guda galatomi gati mashinota nuti him me
Galatoomi 🎉🎉🎉
Obboolleewwani koo maatii nafii ta'aa maloo
Mee didaa mashinii daboo gatti isaa nafi hiimi
Anilee kaa cacutii saan barbadaa❤❤❤di❤❤
galatoomi dida ebbifamii
Dida galatomi. 5L bitu yaade ture ammaa. Yaada keen dhisu yaade
Incubatorii biten ogesa fi killee filattama dhabee akkamitin argachuu dandaha?? Esan argadha? Mallo na gargarii??
Atii maaliif hin hojeetuu didaa erga bu'aa qabatee
Hoji qaba inni🙄
Mashin cacuti San nan bita mee gati sa nuti him
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Lks kee Asjala nuuf kaahi
Maashinii caculti suni gatii saa meeqa????essatti argamaa
Galtomii mashiin daboo gatiin isa meqaa maloo nati himi
🥰🥰🥰🥰🥰
anatubabadadhugaa❤❤
Bajajin Adisini meqaa 😢😢dadhabnee biyya ambaa kessatti 😢😢😢
Gaati mashini daboo kuni meqaa
@@mahmoudrawashdeh9151 baay'ee miti kesan gafadhu
akkam jirta didaa
Dhugaaa
Galatomii ❤❤❤❤🎉🎉
Galatoomii
Didaa amaa qashii meqaa nu gafaatana hojiin hojaachuu f nutii himee mee
Meqa mashinichi kan cacoti?
Maashiniin caacutii meeqa?
Mashinin cucutii meqaa
Dida lakossaa bibila nakeni mee
Didiittii akkami jirtaa
Anuu bajajii biten matadhaa dhukubsadhee amaa gurguruf
Maali fayyidaa hin qabu
Ans hin bitaa jedhee yada jira 😢
@user-bx1ep2ps1no
@@user-bx1ep2ps1i hin bitini
@@user-bx1ep2ps1ilafaa bitadhuu
Galtoomii dhugaa keeti
Mashini kan wico ykn cuci biri meqa diditi
❤❤❤❤❤
Me ijjole walaga baha as jela jirtu?
Jira
Jiraa ❤❤❤❤❤
Maalif jiraa
@@LiliLili-wo9vchoji Kun gari ture Garu biya kenyatu nagatu hin jiru akkamiti hojena Isa jedhuf isini barbade
@@keenaakoo9378 baga jiratan kotame kesa wal bara🥹
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤