Ani garuu vedo sana liki si hin gonee hin arbsinesi vedo sana dhise tuman bira darabee ati garuu vedo sana argitee obboleti tetiti katee akka isn dhifama gafatu gotee galatoomi dida amati wori cometi kunlee ufi siresa vedo tokko yoo aragitan isnui hin tauu tanani dhisa bira kutaa kuta malee jesha hama namani hin jedhina yoo namani jesha hama namani jedhee nami calisu tokolee hin jiruu Isni akka isn jetan tatee ta,uu batee rabbii fi isitu beka malee nami beku tokkolee hin jiruu obboleesi istu beku hin danadau kanafuu wani naman jetan laladhaa isnis wori cometi ani garuu isi iralee hin laluu dhugaa yero youtub obboleesa isi irati akkasi jedhani ni salafadhee anu wly islee jecha isn jetanitu arsee dubatee hudda keessanu love you❤❤❤❤
Dida fi Etuu my love baay'ee isiin jaladhaa Etalame fi dida❤❤❤❤❤❤
Yaa maama dhiisii atiin oromoon keenyii otoo warqii lafarra after warqii miti arteedha jedhuu biraa taraa
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Namnii garaa dhifaamaa qabanee bekee jiraatuu namaa walin oboleetii garaa dhifamaa qabadhu rako qabu sabnii keenyaa afaankeef dursaa keenii jedhan malee jibaakeef mitii❤❤❤ rako qabu didee itii dhipaatiin😅🎉
❤️❤️❤️❤👍👍👍
Hintalii bayyemaa ofii dhibdii dhifaamaa na godhii mee obbolletii kee badudhaa dhugaa wan dubbatuu beetu Fkn Namnii ishee Arbasee sun video isheen nuu arbasitee ilaluu dhisuu maala namnii na Arbasee jedhaan namaa video warabuun Namaa Arbasuun garii mitii
❤❤❤❤
Please dida lalaa dhiisa d&e miiskiina dhugaa ❤❤🎉 ijoolee kana jabeesa yadaa ishiiti
Akkaa samaraatti namusaa godhuu didaa fi italemii ilalii namusaa qabuu atii garuu tasigabayii
😂😂😂😂 aja'ibaa qabdii ❤❤❤❤
Moshlaqa jedha didanii 😅😅😅 itu waaqayyoo nagan si hiktuu atii keenyaa Qulqulleetii dubaroo mariyamii 🙏 Dida itu🫶🫶🫶🫶🫶
Haafoo jenera ❤❤❤❤ dhifama irraa hafi obboleti Kenya
Dida &etalem natiyyeeeee❤❤❤❤❤🎉🎉
garu mee dida sister kee hinuma nun xaphatte bar 😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏
Kan darbe darberaa dhisaa beqaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyo dhifama sofagodhu❤
Didaa atii galatoomi obboleettiin kee garuu baay'ee balgeedhaa😓
Iccii safuudha kabaja bari😊😅😮😢
Yaa Waaqa koo😂😂😂intallii of tultuudhaa!!
Baga nagan nuuf dhuftaan D&E baay'een isin jaallaadhaa Etalem bareedduuf amala qabeettii too waaqayyoo nagan sii haa hiikuu durboo maariyaamiin sii waliin haa taatuu jabaadhaa hin badinaa yeroo tokko tokkoo nuuf koottaa❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Dhifamaa irraa haaffaa rakkoo qabbuu❤❤❤❤❤❤
Nama Arbsuun maalii innii Warrii Comeentiis siirrii miti Waantii hunduu ergaa isheef Ta,ee Maaliif Arbsuun barbachisee Didhaa Nama Bolleen Bastee karaa biyyaa ni Geessitaa Duraan Ammaa hoo Torbee Lama Boodaa Galluun heddaa Naan Sodaadhee Warraa Taskii Ani hordooftuu tee yeroo dheerraatti Dhugaa Waaqa Naaf debisii mee.
0920177982 Naaf Bilbilii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akkasitii koteshii addaa banttee tessi garruu 😊
Dhifama jechun gudinake sihagarisia balesitusi yobalesu batesi hooboleti koo
Mucaan dogoggoruundandesii dhisafii namaa waantatefii
❤❤😂😂
Bagaa Nagaan dhuftaanii ❤❤❤
Auuziibillh obbollessa gudda bira tessee boy find jetuu oso obbollessa ko tate kaballan ija naa jamsaa😂😂😂😂😂
😅😅😅
🎉🎉🎉🎉❤❤❤
😂😂😂🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰
Yeroo haasoftu like like like icc😂
😂😂😂😂
Jaalallee isheetuu faranjii black America tii kanaaf like like🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@@obseobse563 maal nu ilaallataree sun🤣
Dhifaamaa jechuun namatii ulfataa moo sister
mati naa ta.i
Nuu tufatee mee😂😂
Lakkii tufii mitii
Akkamiti teessii oboleessaa fuldurati otoo anati mogolee kiyya cabsa anu Hin ta,u malee akkasiti😂
Aanii akkasitii ta,u nan afaraa namaa funduratii dhugaa 😂😂😊
Well come ❤❤❤
burte mati naa ta.i
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
🥰🥰🥰🧐😊
American dhaltee saa isheen affan maf akkas gotii😂😂😂😂😂
Duraa akaa dubatiti taayii obolesa kee afotii Luka ke bayee hini tahini suru rii
Dubari lukka walitti qabde tessi kun lukki fuunyan bira darba obolessa keyyuu kabajii dhiri kabajaa jalata
😂😂😂😂😂
Ani garuu vedo sana liki si hin gonee hin arbsinesi vedo sana dhise tuman bira darabee ati garuu vedo sana argitee obboleti tetiti katee akka isn dhifama gafatu gotee galatoomi dida amati wori cometi kunlee ufi siresa vedo tokko yoo aragitan isnui hin tauu tanani dhisa bira kutaa kuta malee jesha hama namani hin jedhina yoo namani jesha hama namani jedhee nami calisu tokolee hin jiruu
Isni akka isn jetan tatee ta,uu batee rabbii fi isitu beka malee nami beku tokkolee hin jiruu obboleesi istu beku hin danadau kanafuu wani naman jetan laladhaa isnis wori cometi ani garuu isi iralee hin laluu dhugaa yero youtub obboleesa isi irati akkasi jedhani ni salafadhee anu wly islee jecha isn jetanitu arsee dubatee hudda keessanu love you❤❤❤❤
😂😂😂❤❤❤
Kiw jechuun amma kaa roobe adaamaa naffakkaachuun amma kaa didittiin kisaaruun amma kaa😂😂😂 you tube waggaa meeqa itti ifaaje ati ragaxaa tiktok irratti baratte isin raggaxa akka daalachaa jettaa😂😂😂😂ragaxaan you tube irra hin jiru giiftii koo tiktok irratti deeffadhu ragaxaa kee didaan haa dalagatu isaan maatii jaalalaati etuu amala qabeettiidha namni arrabsu hin jiru !
Dubartoonnii hundii dhiiraa fulduraati adaraa luka keessaan woliti sasabbadha ta,a maal jechudha🧐🤔
😂😂😂😊
😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa waqqa bakka ishee shemin naa qaba icci akkanumattii ofii waxaruun akka nama jibisisuu icci birumaa dabarfatee 💉🤮
😂😂
Dida You Tube kee irraati videos hin hojetiin🙅♀️🤦♀️
Nama hin arabsina yaa saba yoo ballesite gorsa 😒😒😒
❤❤❤
Nama hin arabsina yoo ballesite gorsaa yaa saba 😒😒😒
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤