Ho’i Hamaa Bara Kanaa Lubbuu Namaafillee Yaaddessaa Dha: Ogeessa Fayyaa| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 сен 2024
  • Biyyoonni addunyaa ho'a qilleensaa yeroo kamiyyuu caaluu galmeessisaa jiru. Haayyonni Saayinsii akka jedhanitti, ho’i lubbuu namaa balaadhaaf saaxilu kun jijjiirama qilleensaan kan dhufudha. Hindii, Giddu GaleessI Baaa fi Yunaaytid Isteetis Kibba Dhiha naannolee bara 2024 ho'a adda ta'e isaan mudatee dha. Ho’aa qilleensaa fi fayyaa dhala namaa ilaalchisee Jaallanneen Dr. Obsaa Hassan Minisootaa irraa haasoofsiiftee jirti.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии •