Yeroo Jaalalaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024
  • #Yeroo Jaalala

Комментарии • 155

  • @bokichala938
    @bokichala938 3 года назад +9

    Yaa fiirotaa Koo jalalii darbee hin qabuu dursaa barnotaa keessaani galman gahaa maalloo hin midhaminatii

  • @hussenahmed6121
    @hussenahmed6121 Год назад +1

    Bayyee namatti tola ittifufi

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Karaa hayyuun/nnii yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana qabeenyaa garuu Namni na beekuu Eegumsaa walumaan GzxDaraarttuu Shaamii/Nageenyaa

  • @mastubekuma6419
    @mastubekuma6419 10 месяцев назад

    Yaa waaqayyoo baraa jallalaa dhugaa wal jallanuu nuuf keennii❤❤❤❤❤

  • @mastubekuma6419
    @mastubekuma6419 10 месяцев назад +1

    Uuuuuu yaa ummaa koo jalalaa dhufaa nuuf keennii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Fayyaan Dhibee dhageeffachuun injifannoo humni dhageeffatu ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee

  • @sifantube4890
    @sifantube4890 Год назад

    Waqayyoo kan waalii isiina gidhuu inshalla

  • @waqayyoosodachuuogummaatti7908

    Uuuuffi yaa bara kana jalalaa gati dadhabee yaa Waaqayyo jalalaa nuufi kenni jalalaa dhugaa kana itti walii jalanuu 😢🤲

  • @kwtkwt5420
    @kwtkwt5420 3 года назад

    Rabbii obsaa fi dandeettii siif haa kennuu abshiir kan rabbii siif hiree hin dhabduu.

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Год назад

    Waayii jalalaa dhuggaa bayyee namaa midhaa garuu ofii egannoo godhuu waan ofii

  • @mensurhussen8718
    @mensurhussen8718 3 года назад +1

    Ummanni oromo dhuma jira isin warri badhadhina wae jalala jecha ummata kenya gabrumma kessatti kuffisa

    • @obseeshow9855
      @obseeshow9855 3 года назад +1

      Dhugaa jete. Garuu obn keessaa monet homaa hin jetuu lammii ishee hin dagane.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Odeeffaannoo gurriis waraana Eegumsaa xiinsammuun qaama miiraatii Qarreenis yaadarraa yuniversity

  • @gemechiswaktole1456
    @gemechiswaktole1456 3 года назад +2

    Jaalalli gartokkeen faayidaa isaarra miidhaasaatu daran hammaataadha. Jaalala akkasii keessatti miidhamaan qaama tokko qofa. Kanaafuu mucaa kanaan dammaqi hirriba keessaa ka'ii bitaaf mirga kee ilaali, Shamarran intala kana si irraafachiisuu dandaa'an kan dacheen kun biqilchite kumaatamaan waan jiraniif darbii ilaalin jedha.

  • @ayyuubamiir8175
    @ayyuubamiir8175 3 года назад

    Obolesa koo atii barumsaa ketii jabadhuu

  • @alamitubest8210
    @alamitubest8210 3 года назад +2

    Uuffee yaa jalalaa kana 😭 😭 😭 waqayoo siyaa garagaruu ☝️ 🙏🏿 🙏🏿

  • @biraasaakalif2091
    @biraasaakalif2091 3 года назад +1

    Badii hin qabu jaalalaa dhugaa qabe yaa mooneet jabadhu

  • @semrakader6270
    @semrakader6270 3 года назад +2

    Obsii obboolleessoo hireen qodaa raabbii tii yoo rabbii tokko isiinii godhe wal hin dhabdaanuu

  • @milkiigurmuu6421
    @milkiigurmuu6421 3 года назад +3

    😭🤣😭🤣😭🤣😭🤣! Jaalalli si kofalchiftee, si boochifti!

  • @amoonruqee6720
    @amoonruqee6720 3 года назад +2

    Esheen duraa yuu barumsaa akka qarqartuuf siti dhihatee male jalala siif hin qabdu ofii hin midhiin ati

  • @alsairafimobile6067
    @alsairafimobile6067 3 года назад +1

    Hojiimaa kenaa wolaahi bagaa rabbiin si hambisee❤❤💔💔👂

  • @sifaansanyiijawaarmohammed7709
    @sifaansanyiijawaarmohammed7709 3 года назад +1

    Wayyoo madaa koo xuqxe har'a bro koo aaaaayii seenan koof kee tokkoodha aaaaaaaaaaay yaa jalala gubaashee kan argeetu namaf beeka😭😭😭😭

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Anis mission mudannoo koottuu jaalalaa keessaa jirtii!!!naaf himattee dhumnee Eegumsaa artUmar

  • @MokeBirhanu
    @MokeBirhanu 5 месяцев назад

    Dhisi Kan sif hiree lafaa jirraa ati qofti jalaateef hin ta'uu yoo isheenis xiqqoo jalaalaa sif qabaatee maalee kanaaf naajalataa jedhii gafadhuu

  • @siraajbayaan8481
    @siraajbayaan8481 2 года назад

    Eergaan keessaan bareda gaaruu rakoo oromon keessaa jiruu kaana irraati xiyeefadhaa yeroo kanati

  • @hayatube4591
    @hayatube4591 3 года назад +1

    😭😭😭 hedduu nan gadda wanta jaalala kana kan qabametu beekaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Komiif kolfaan dhumnee dhaddachii ijjibbataaf Barsiisaa Gzxsabboonttuu Ahmed aswrwb Alhamdulillah yaadii argii ilmaaniin Beekumsii Ogeeyyiin fayyaa waraanaa jeequmsaan Zinnaash Tayyachow deemsis kurreejilbaatiif du'aa dhoksaa Eegumsaa injifannoo

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Dhiifamaa dursii DrTaganuu yaannis waraanaa hojii/qabeenyaa biruma

  • @kininiitube7963
    @kininiitube7963 3 года назад +2

    Mee matii koo ta'aa ijollee oromoo

  • @wabiioromoo460
    @wabiioromoo460 Год назад

    Please muddano qaba rabii jedhii siin argachu fedha😢😢😢😢😢😢

  • @Meqedii
    @Meqedii Год назад

    Uuuuuuuuuffiiiiiiiiii yaa jaalalaa kanaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @stayonline5130
    @stayonline5130 3 года назад +2

    Namoota akkanaa dhiiraas ta"e dubartiinis hin barbaachisaan jireenyaa namarraatti qoosu

  • @uaess9428
    @uaess9428 3 года назад +2

    Uuuuuf miskiin jaalalli dhugaa kunoo akkan rabbi sihaa milkeessu habibi / warra boqollo isinif miti kanan like godhe gantoota

  • @tewayidooamaantakoo7111
    @tewayidooamaantakoo7111 3 года назад +1

    Uuuuuuffff waqaayyoo waliin isiin haa taasisuu bro Koo barnoota keetittii cimii kan waqaayyoo siif hiree essaayyuu hin dhaquu hin dhiphaatiin☝

  • @AddisSoresa
    @AddisSoresa 9 месяцев назад

    Turtin kessaan bayy'ee namati tollaa jabbadha

  • @AbbaasgaaliiA
    @AbbaasgaaliiA 7 месяцев назад

    Auluu fa dha Nubaasha Nasiisajiriitu Nagaa ta🎤🆗🆗🆗🌻 3:39

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Ollaan akka beekan and defense waraana akkaEegumsaattii

  • @semrakader6270
    @semrakader6270 3 года назад +2

    Mone matan kee shurubaan kee baayyee baredaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @midhaalast1181
    @midhaalast1181 2 года назад

    Dhugaa dubachuu. Siritii namatii tollaa

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 года назад

    Ofi Egnoo godhii oblleessa ko barruumssa keettii xiyeefana 😍

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 3 года назад

    Baayee.naa.ajibee.ka.si.ni.fuutaa🤗🇪🇹

  • @sabontumahamed2407
    @sabontumahamed2407 3 года назад

    Rabbiin kan woli hisin hagodhu garuu dhirii tokkoo tokkoo dhugaa dubachufii baketii makanatii nama jalatanii kahanii gafaa bulutii wojiin ijaratanii woggaa tokko bodaa dabaree sih bosisuu Arsaa jalalaa kafalufii of eganoo barabaachisaa dhamasaa kotii shemeraan

  • @MohammedTura-w2s
    @MohammedTura-w2s 2 месяца назад

    Lakkoofsa ittini isiini argaatani kami anafi haraawa wani ta'eefi

  • @waqaayoogaridha4901
    @waqaayoogaridha4901 3 года назад

    😂😂😂😂😂 uuufff yaa jalalaa kana dhugaa

  • @asthar222uaqasthar2
    @asthar222uaqasthar2 3 года назад

    Sumatu waalalee kanaa jallate maal gotaa yoo hamnisitee maale dadhabinaa ketiti ishii dhabdee

  • @obosanjiirraa19
    @obosanjiirraa19 Год назад

    Ufffffffffffffi rabi sif haa laafiisuu biiroo ko duuwayyii dhuumaa kadhuu isaatuu caallaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Yaada arginee hiyyummaa fayyaan???deebii

  • @misramuhamada4916
    @misramuhamada4916 3 года назад

    Wwwaauu ❤️💪💪💪 jabadhaaa bayee galatomii

  • @ziyadmuhammed3045
    @ziyadmuhammed3045 2 года назад

    8331ddd ziiyaad mihmmed yusu maghaala tahefere ihra mudhoo kiihyaa ihsaa jhalakaaba yeeroo dhuraa jaalalan kahbame mihyoo kahaa nara kabmuu ihsii yero aguu mattii hiiMaachu sodhaa dee mallhaa dhaachuti s

  • @margituuoromotube8064
    @margituuoromotube8064 3 года назад +2

    Like 👈Nafi Gudha

  • @Kebeda
    @Kebeda 3 года назад +1

    Uuuuffff😭😭😭waqayo waliti sini yaa debisu

  • @uaeZ-j9n
    @uaeZ-j9n Год назад

    Uuuuuufffffff yaa jalaalaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Dhalootaa asks jaalaltii waraanaa gufuudha hojiif and Barsiisaa ijaarsa barnootaa Dr ijaa international university ummataaf irkoodha Dhibee humni dhageeffatu yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana humna barsiisuuf Dr Abiyy Ahmed DrugIlkaaniin waraana Eegumsaa dhoksaa Dubbisi deemsis kurreejilbaatiif mariin taa'ee ASTU saayikoloojii line dubarttoonnii Taaddee Birruu mandisni kolfaan dhumnee bultiinis waraana Beekumsii Eegumsaa government ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee

  • @naziyyetube7254
    @naziyyetube7254 2 года назад

    Wayii Moonet beeksisa asawa kee akkaa dammaa namatti tolu

  • @AbbaasgaaliiA
    @AbbaasgaaliiA 7 месяцев назад

    Auluu fa dha Nubaasha Nasiisajiriitu Nagaa ta

  • @RadhyaRadhya-q8t
    @RadhyaRadhya-q8t 9 месяцев назад

    ❤❤❤

  • @bokichala938
    @bokichala938 3 года назад +2

    Mucan maalif fullaa dhufatee ree

    • @uaess9428
      @uaess9428 3 года назад +1

      Xiqoo maqaa isaatif qaana'et ta'a

    • @aayyuutube2457
      @aayyuutube2457 3 года назад

      Me maatii naf ta a sanyiwankko ❤️

  • @hayathbi7271
    @hayathbi7271 3 года назад +1

    Uuufff abshire bro hin derba Hala kana jalala dhugaa dhabne gubacha jira nut dhiri ama jalala miti Kan barebadu biri nyachu malle yero jalali hin jiru jedhamu kuno nama akana fayitu jira jalala dhugaa kan beku😭😭

  • @sanyii.hachalu.hundessa3559
    @sanyii.hachalu.hundessa3559 3 года назад +2

    rabbi.gara.sifa.lafisu.😍😍

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Dr kumsaaDoonii said bultiinis waraana Biyyaaf biyyeettiis du'aa dhoksaa hayyuun Gaaddisaa ummataaf diina mallaszenawii ardaa mariif Onneen waraana 4kilo yuniversity saayikoloojii ifaa jibbis

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Jaalaltuu says he/she Alhamdulillah yaarabbii galannii keetii..maqaanis lubbuu internationalism ijjis Hamii deemsis defense waraana garaan security forces /Especialisty OBN 24hours hojiinis ka'umsaafi Ga'umsaa injifannoo OIB eyesight humna =ijaarsa gurriis waraana Eegumsaa dhoksaa

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 года назад +3

    monet baredu koo❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @sadaasaaoromoo7615
    @sadaasaaoromoo7615 3 года назад

    abishirii rabbiin kanii wolii isinii hatasisuu

  • @AzabeGardwe
    @AzabeGardwe Месяц назад

    Barumsa Ke Jabesi

  • @dinokiyya6550
    @dinokiyya6550 3 года назад

    Jaalalli yoo jiraate barnoota kee hin caalu barnoota keetti cimi.barnoota keetti comaa yoo taate mul,anni kee fagoodha .jaalalaan qabamte mul,ata kee karaatti hin hambisiin.

  • @semrakader6270
    @semrakader6270 3 года назад +1

    Jaabbaadhuu barnootaa keetii

  • @jirtuentertainment4769
    @jirtuentertainment4769 3 года назад +1

    NAMMATTI TOLLA

  • @amenakader8447
    @amenakader8447 3 года назад

    Uuuuufffffeee jalalaa dhugaa

  • @amanehusen815
    @amanehusen815 3 года назад +1

    Gurbaa yokaa dhisii.yokaa.ammasisii.akasii.malee.ofii.sobuuni.gatii.hin.qabuu

  • @alemayehuwakjira7337
    @alemayehuwakjira7337 3 года назад +7

    Dear student, prioritize your plan. If you want to be successful in your life focus on your education at this age.
    Nama jaalallee qabdu nanjaaladhe jechuun maal jechuudhaa? Gurba kanke barbaaddadhu. Jaalalli humnaa ol ta'e sirrii miti.

  • @sifanibadhadha389
    @sifanibadhadha389 3 года назад

    Yaa jalal abishir obolesa ko waqyo siwajin htu

  • @Akdire
    @Akdire 3 года назад

    Hinbarduu

  • @GirmaGedefa-tq4ss
    @GirmaGedefa-tq4ss Год назад

    𝘽𝙖𝙮𝙚𝙚 𝙗𝙖𝙧𝙚𝙚𝙙𝙖

  • @azizaaziza2076
    @azizaaziza2076 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤😢😢😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Dr ka'umsaa har'as humni barnootaa irkoodha Acaluu garaa hayyootaaf arjaa jechii kanaaf Toltuu Tufaa saayikoloojii ifaa jibbis aswrwb/yuniversity yaannis waraanaa hojii Hidhiin qabeenya Dr Dr Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii Eegumsaa GzxFa'izaa isiinf qabeenyaa gumaadha

  • @nabeehaa2487
    @nabeehaa2487 3 года назад +6

    Antuu duraa lalee moneti😍 maf ofi dhosaaree?

  • @kadeghmahmed2108
    @kadeghmahmed2108 3 года назад

    Dhugaa kettii sanyi amshir sanyi

  • @zenashirepaye6656
    @zenashirepaye6656 3 года назад +2

    Intaloo mucaa HinMiidhin hubadhuuf
    Yaa walalloo kee😭

  • @boriifchannel7184
    @boriifchannel7184 3 года назад +1

    Muziqan ni bayyatee 😱

  • @Zayid-zx5zh
    @Zayid-zx5zh 3 года назад

    Waqayyoo.si.hagargaruu

  • @beetibeeti6637
    @beetibeeti6637 3 года назад

    Uuuuufffff waaqayyoo tokko isiin yaa tasisuu .😥😥😥😥

  • @mdamin9092
    @mdamin9092 3 года назад

    BAAYYEE galatoomaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    Rabbiin isin haatiksuu

  • @siifaanoromoo7602
    @siifaanoromoo7602 3 года назад

    uuuuuufffeee wuyii jalalaa kana

  • @AberashiMegersa-tw9hr
    @AberashiMegersa-tw9hr Год назад

    Uuuufff an mudanoo guda qaba

  • @margituuoromotube8064
    @margituuoromotube8064 3 года назад +1

    Bayyee Namati Tolaa 💗

    • @ayanaalemayo3369
      @ayanaalemayo3369 3 года назад

      maaltu namatti tola mucaan amazoon keessa jiraho.

  • @mansurjabal6520
    @mansurjabal6520 3 года назад

    Monetii bayee si jaladhaa jalaa ketii qabaa mee duwaa jiraa lolosii dhugaa fani 😭😭😭

  • @monkn6308
    @monkn6308 3 года назад

    Irraa of qusachudhaa garuu ittin midhamu iraa

  • @dannadanna7321
    @dannadanna7321 3 года назад

    Nammichii malii fulaa dhoksataaa

  • @oromoodhigaakoooromiyaabiy5697
    @oromoodhigaakoooromiyaabiy5697 3 года назад

    Uuuuuu jalaa dhugaaa

  • @siraajbayaan8481
    @siraajbayaan8481 2 года назад

    Gaaltoomaa

  • @tayirharuu2124
    @tayirharuu2124 3 года назад

    uuuuuufffff 😭😭 Abshira

  • @aayyuutube2457
    @aayyuutube2457 3 года назад +1

    Uuuuufff

  • @AbbaasgaaliiA
    @AbbaasgaaliiA 6 месяцев назад

    Uuuuuuuuuu fi

  • @keditube7954
    @keditube7954 3 года назад

    Wayii jalalaa

  • @mdamin9092
    @mdamin9092 3 года назад

    Hedduu irraa barreerra

  • @fatmakarar8533
    @fatmakarar8533 3 года назад

    شغلي خاصية الترجمة العربية لو سمحتي .

  • @MohamedAlharmoudi
    @MohamedAlharmoudi 6 месяцев назад

    Galaatoma

  • @oromoodhigaakoooromiyaabiy5697
    @oromoodhigaakoooromiyaabiy5697 3 года назад

    Anisii dhufuni koo hin afuuu monetii

  • @sifenanbesa5421
    @sifenanbesa5421 3 года назад

    Uuuuuuffffff😭😭😭💗💗💗

  • @fadilaamamudemuktar5844
    @fadilaamamudemuktar5844 3 года назад

    Uuuuuufffee 😭abshiri 😭