@@FatimahAhmadi-w6m ati maaltu si oowwisa re carqaan shaqalataa jirta mo wagga 3 wajjin jiraachaa turre afaan isarra dhageette mo hin dhageenne dhugaan jiru kana hojii keetis taatu hin dallaninii fudhadhu uktii wagga 3 isaan daa'imaa ta.ani biyya daaka turan ka 🤣🤐
Warronni Hamdiya Qophi kuni sirra hin baredu Jettan Mal jechu Hamdiyan bar Nama amma gazexessumma eegale miti Baroota sagaltamman keessa eegalte Kanafu wajechun dura itti yaada warri comenti
Sin warii dhiraa kun yadaa biraa hin yadan narat jalatee jechuu malee ishin kan jirtuu biyyaa ormat bibilayuu namaf hin kenan yeroo tokko tokko walif yadun garidhaa
Hamdiyaa teenya silaa hijaaba uffatte sattarate hedduu sirra tola
❤❤❤❤❤❤❤❤waliif isnin haa dhisuu akkasi kun yero hundaa na gantee nagaanee kan jedhuu malee argee beekuu har'aa woowww ❤
Haamdiyaa ati maaf toobatte karaa rabbi hin deebine?
Ayii dhirota kenya kana biya ala yoo deman wanuma wanti hundi Namaf mijatu setu
Ji'a 4 miti wagaa 2 tuyu bilbila Namaf hin bitani
Dhugaa ketii
Wa na.uzu billay yeroo namni muslimaatiis zinaa akka halaalatti laalu eegale intaloo maqaan misraa mucaa maqaan mubarak bareeda kana ta.aa caraqaadhaan wagga dila kana turre jechuun salphinna aboo rabbin sodaadha warri amantii qabddan gaa.ila dura firendumarra fagaadha pelese warri yaada ko qabddan like godha coment ko
@@jamaalshemustefa3744 oduu ha'uzubila jecha hin fakesina warra akana dadhabne😳sanuma wan dabarsani walin ciste argite 😳zina dalagu isani🤔wal jalane jedhe male waahe zina dubate wanuma hin beene laaqu dhisi jirenyuma ke jiradhu👈
Dhugaa kee jetee
@@FatimahAhmadi-w6m ati maaltu si oowwisa re carqaan shaqalataa jirta mo wagga 3 wajjin jiraachaa turre afaan isarra dhageette mo hin dhageenne dhugaan jiru kana hojii keetis taatu hin dallaninii fudhadhu uktii wagga 3 isaan daa'imaa ta.ani biyya daaka turan ka 🤣🤐
Warrii hamdiyan sirii hin jirtu jetaan hinaafa dhisaa bqareedudha hamdiin haasan ishee iyuu hin bareeda❤
Yero biiya bahan wantii hundii Siri miti beka warii biiyaa kesa jiratan😢😢
Siilahoo bilbila hiinqabduu taanaan maaliidhaan sibilbiltii biyyaa Araba keesa bilbilii wagaatuu Namaaf hinbitamuu yooo madaamii gagaarii ta'an malee Anuu jii'a 3tii biteehoo xiqoo hubachuni qabdaa turtee maaliifii biyya Arabaa jeechuun Namaaf himijaatuu Akka barbaadee ta'uu hindandeesuu kanaafuu waliin jiiraadhaa❤❤❤
Mudaanoko waalin waali fakkata waayo waayo kkkkk dhugaa waqaayo tokmumadha kkkkk😂😂😂😂😂
Warronni Hamdiya Qophi kuni sirra hin baredu Jettan Mal jechu Hamdiyan bar Nama amma gazexessumma eegale miti Baroota sagaltamman keessa eegalte Kanafu wajechun dura itti yaada warri comenti
Tahuun si rakon qabu ha ojetu garu malif amanta ishe dagatee
@@fetihanejib7677 Ufanna male Maltu bade garu?
Dhuga jete yero an xiqo radio kesaa hadiya Muhammad jedhu dhagahe
Bara 50 haa turtuu,garuu naaf hin taatu
Dhugaa jete @@nurajituuoromiyaa6612
Ergaa koo obn fi malloo moneti nufi debissaa mee mucayooni essaa jirriti obn qophi yeroo jalalala irratti ni hirmanaa moneti bekisisaa nufi debissaa hadarraa
Dafii galii giiftii jaalalli kee si sawwammachaa jira😢❤
Amallaa kee sireefadhu ariifana qabda bareedini si gaha
plese.baresee.inboksi.isinif.ergee.nadidani.maloo.carraa.naf.kenii.anii.gubaa.guddan.qabaa.
gazzexesituun maa jaala figdi dhageefadhuun cadhisi
Anoo gafi koo yeroo hundati
Ichitii Siila Bahuu Hiin Qabnee Hundatuu Yerro Jaalalaa Keysatii Ifaa Baha Jiira
Hamdiya atihoo jaalaltti eenyurra si qabe si bobeeyse?
Xinoshe arifataa qophesittu yeroo jaalala suta dhagefadhuu xumursisiiiiiiiii.............................
Mamaddo akkatti nama jaalattu raabbii naaf haa kennuu kan na jaalattu birr ergi na fudhadhu maalee waa'ee jaalala hin beku namani akka koo gubate jaalala jibbe jira laataa🥹💔
Kan hafeesii itii milkaa,ii bro
Hamdiyaatu naa kofalchise 😂😂😂❤❤❤
Waqayoo nagayaan woolii isiin haa agrarsisuu
Hamdiyaa too bashanatuu nuuf jiradhuu
mee intala hararge ati muslima tete maf mata keti hin ufatu😢
Namati tolaa dhugaa 😢😢
Waqayoo Xumuraa kesanii Yaa Ebiisuu Matii Ebaa Ta'aa Bayyadhaa Akaa Urajii Waqaa Mattanii nuu Dhukubee Maloo Waraa Walii loluu Bichaa Araginaa😿😿😿😿😿
Sin warii dhiraa kun yadaa biraa hin yadan narat jalatee jechuu malee ishin kan jirtuu biyyaa ormat bibilayuu namaf hin kenan yeroo tokko tokko walif yadun garidhaa
❤❤
Hin kijibaa muca Ani hin bekaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@@almitohamatto6551 essati beeta oduu😳mucan jarsa kiya 👈💞
Kkkkk@@almitohamatto6551
Namaa inii hubattanii warii dhiraa kunii
qophii.yeroo.jalalaa.kana.yeroo.bayee.malif.godinaa.harargef.diredawa.qofatti.carraa.kanaa
Woow bareeda ture qophiin Muba
Wwooww mashaa alhha ❤
Namati toluu haraa😮😂
Namiitii tunii me sataradhuu
maali.moonetini.debisa
Dhisaa yaa hojetatuu malii siin dhibe
Qallidii dhissi serrani gafadhu hamidiyya ok
Abbooo namitti tan jijjiira mooneetin nuu fida tun hin taatu
Hamdiyaa ogeessa dubbii jaalalaati fm radio sagantaa sirbaan dhaamu irrattin hordofaa ture dhugumaa nama kennaa qabu sammuu nama dubbisuu dandeessudha nuf jiraadhu shamarraan oromoof fakkeenya taatudha ulfaadhu
Bagaa Wali deebitin dhuma keessani haa barechuu
😂😂 yaa hamdiyaa gurban siyu mira kesa si galcheka😂
😂😂😂
😂😂😂
😂😂😂😂
😂😂
🙄😒
Comeenti nama hin debistanii maali?
Hamdiyaa qopheessituu hin godhiinaa irraa kaasaa maaloo
Mee isin rifeensi hamdiyaa Kun maaf isin rakkise
Haamdiiyaa miraa keessaa bahii kaa essaa deemtee maaloo moneet isheeraa bareedaa qophiin kun😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Misiraa dafi gaalif 😊🎉
Ok baredu ❤
Jaarttii Qarcaacaa Nan ati yoom shaarbi uffataa Akka Namaa qoy mucaa of setemoo😂😂
Maal itti rakkattee shaarbii isiititti dhiifama wajjiin amantiin kan dhuunfaatii
Obbolleessaa koo infaa dhissii infaaan namaa digaa
Hin dhufaa kkkkk❤😂😂😂😂🎉🎉😅😅😮😮
Hamdiyaa gaazexeessituu cimtuu dha
Niitidhuma Kan jiba wallahi
Nama jibun kee Sumafi cubbuudha yoo jalates sumafi milka'iina bar ishee waa hin gootu
Mali si gotee
Yaaboo ati
Si bichaa miti kiyyaas jaarsi kophaa jiraa 😂😂😮😮😮
😂😂
😂
Dasii jedhaa mucaan
Dasiin maqaa kiyya uummata seeraan barreessaa😂😂😂
Rifeensa irra waa if kaa.i
Hara'a immoo mal fidaani😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Mucaa mirra keessa galchaa jirtaa bee wayoo
Mooneet eessa deemte?
Baga jaalate😅😅😅😅😅😅
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Monet beksisaa essaa demtee as debisaa maloo
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Garuu midiyaa kana iraa osoo sobuu batani namni naa hin bekuu jedhini
Waan soba mal argite😊
@@FatimahAhmadi-w6musi jedhi ati hin betuu
@@almitohamatto6551 dhisi qashti ani si caala beeka🥰
Kkkkk😂😂😂
Nabeekta moo😅😅
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😅😅
Uuuuufff uuuuufff uuuuufff 😅😅😅
Gudii ta’e
Mamadoo maalii tatani
Matii nafi tahaa
Malo mooneetini nuufi debisa
❤❤❤❤😂😂😅
😲😲😲😓😓
Maa jarjartaa muccaa 😂😂kk😊
Ajibba kuuni
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yamadiya teya boruduta kana dhisi ufira rifesa ke qula banadha
Gudii qabda atii mammadoo
😂😂
Kkkkkk
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
❤❤
Susii welcome😂❤
Bada bube hin kijibini
Mal beeta😳
@@FatimahAhmadi-w6meyuu hin benaa
Keetu hin beetu😅😅wahee nama mal beeta 🤔🤣🤣@@almitohamatto6551
Kometi ketifi galtom garu kkk😂😂😂😅
Yamadiya teya boruduta kana dhisi ufira rifesa ke qula banadha
Gudii ta’e
❤❤❤
😂😂😂😂
😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂