Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Abboo Waaqni si haa gargaaru, dahaabni of harkatti meeta namarratti bareeda jedhan.
Mee worraa OBN kana kessani essani dubbifnaa Maaloo woggaa hedduu isiini dubbisuf hawwii qaba Ani seena gaddafi gammaachuu qabu jiru biyyaa ormafi jiruu jalaala kessatti rakkoo baldhoo dabarseera wani ijjoollee woggaa dheera mana madamii kessatti rakkaatani milkawani dabarsan anis dabarseera rakkoo fi gaddaado hedduu booda ykn woggaa 15 booda yoo rabbii naf woffaqee baati kana biyyaa galuuf embassy itti deddebaara Ani Suadi Arabia hojjatadha J koo Kuwait 🇰🇼 hojjatata woggaa 10 olii wojjiin turee jalaala fagenyaara Rakkoo fi baldhoo hedduu wojjiin dabarsiine Gaddaafi gammachuu Hedduun wojjiin dabarsiine Kanaa kessaa nikaaya qofa nu hidhuu didaan maatiin woggaa hedduu lafaan maraan wan biyaa biyyaa jiruf obsumaan egaani rakkoo hedduu booda ni hidhaan ergaasiis worrii isaa faatti 1ffaatti addaan nu basuf wan hin gonee hin qabane obsaafi kabaja inni naf qabu anafi jechaa maatii isaa nagaayu dhisee anis maatiikoo amaansiisee Alhamdulillah woggaa 10 olii jiraa wani Rabbii fedhee wonti diguu hin jiruu Ardhaaf asii genyee tan booda rabbiitu beeka Manas eddoo lama ijaarane qabna Tokkoo obbolewwanikootu kessaa jirataMeesha manas woluma gargaree bitane Tv, Talaja, Mejelisi arabiyaa, befee fi kkf K300 oliin rabbii kessaa nu haa jirachisu❤ Obbolewwaanikootifi hiriyotakootu naf bite Alhamdulillah Gaarrii ykn konkolaata hojjiis xinnaatus tani million olii takkaa bineera ❤Yoo rabbii nagaayan na galche wan million 2 hanga 4 gayuun bisenissaa/ hojjii egaaluf insha Allah fedhaa Rabbiittin Worrii nu diguuf ifaajanis😡akkaa nuti wojjiin bakkaa bareeda hin genyeef maalee wan biraa mitti Ergaa ifaajan nuti isaani olii tanaan dadhabaan usaani kessatu worraa j kootu dhagaafi mukni isaan hin kanfee hin jiruu😡 garuu hin dandeenye maatiin jirenya bulti nama gidduu seenun miidhaa ni qaba yerof kkf ------- waan hedduutu jiraaAni qubelaakoo finfineetti qophii xinnoo gochuu wan barbaadef achumaan oso worraa OBN argaadhe seenanikoo woggaa 10 olii jarsakoo wojjiin namota hedduuf barnota ta'a jedhe yaaderaNamoni hedduun fagenyaa woggaa murasaa boode wolii nyaatan wolii ganuu fi kkf barnotaWorraa maatiin jidduu seenee addaan diguufis kkf barnota jedhee yaadera Kanaf Yoo comment koo gartan Hojjaatoni #OBN Lakk. 00966557043390 kan naf miskolaa ani kessaa qaba isiinif debisaa galaatomaa
Lakk worrii bekisisuu kanaan dubisii obn akkas malee hin argatuu 8331 asii irrattii barresiif sanii boodaa sii debisanii
😢😢😢😢
Wow jabduko jabadhu abshir rabbin jalala dhumaa hin qabnee jidduu kessan ha kahuu namaf bakka hin kennin jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abdii qabna isnii keesumessani akka yaada keessani nufi qodanifi warri OBN ijoolee tan nufi dhiyessu qabdaa Adarra keessani waan bayyee irraa barana Danbaali jaalaala irraa Abdiin isnii egaan waaqayyoo ittiin isnii haa gahuu waajiin milka'aa bayyeen isnii jaalaadha akksumasii Danbaali jaalaala dhagefachusii 👂♥️♥️♥️♥️Warra jaalaala keessanti inafe adda isn basufi yaadelee ija isaani akka qabchistani galatomaa warri community koo jaalaatani jaalaala ijoolee tan tan jaalaatani Like qofa ♥️♥️♥️♥️❤❤❤❤❤❤❤♥️♥️♥️
Masha Allah Rabbiin naga naga wolitti isiin hananesu sanyiii 🌹🌹
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Tun jaalala ajaa'ibaati.
Qoyiii jalallaa nu guggubddee jalalli kuun 😭😭😭😭😭😭
Jaalaala kan qabametu namafi bekka ❤❤😢😢
Anii hiriya kiyaa bayee jalaadha hinile na jalaata garuu inaafa cimaa qabna nu lachuu 😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢
Rabbii sii haa gargaruu bayyee garaaa namaa nyattaa.❤❤🎉🎉🎉🎉
Hamidiyaa mahamad baga Nagayaan karaa Obn nuuf dhuftan
Mucaa saniin waan jedhu yoo rabbi sodaatte obboleeso mucattii tana deebi'ii araarfadhu
Hamdiyaan dhamaatuudhaa gaffii gafaachuu hin beektuuu
😢😢😢😢😢 uuuuuffffffff yaa Allaah
Dabalee wali lama tokko akka diima magaalaati kuni jalalaa miitii keessa akka miidhaa ayyaana tti faanaa yaa abbaa maartu yaa faana nagii abbaa maartu adeemi siitan hima amma hiriyaa naa marartu❤
saaboontu osso istidiiyodha hin bane nadubis
Yaa warra yeroo jaalalaa akkam jirta? Nagaa keessanii .osoo namoota yeroo jaalalaa irratti dhiyeessitan wal dhabdee /komii walirraa qaban bilbilaan carraa dubbisuu qopheessuun walitti araarsuuf yaaltanii yaadan jedhu qaba.
Wlh dhugaa keetii
Yaada gaariidha oso sagaanta worraa woliin dhabee oso wolii jalaatan sabaaba oduu maatiifi hiriyota addan baayani woliitti araarsuuf carraa qabani
Dhugaa keti😢
Dhugaa keti wly
Qopheessitootaa qophii yeroo jaalalaa
Kanumafuu Namonii wlii jalatan hriiyaa kanaakana fira Egun barachi saadhaa
eee miskinhaaa❤❤❤😢😢
Wayyoo anille mudannoo qaba akkamittin isif qooda😊
Qophii yerooo jaalalaa keessan baayyeen jaalladha nan hordofas. Anis mudannoo jaalalàa onnee nama cabsu qaba yoo Rabbi jedhe anis mudannoo jaalalaa koo isiniif nan qooda.
،،dhisii ofii irraa kun binneessaa😢😢😢
Ayyii jalalaa😢😢😢❤❤❤ irran fadhuu lubbuu
Rabbiin siif haa laaffisu. Walitti isin haa deebisu
Waarraa jaalaalan nama midhaan kan dhiirraastee shaamaarraan Waaqayyoo isaan in dhiisiin:
Amshir sanyii jabadhuu obsi
YJ 8331 QOPHEESSITOOTAA QOPHII YEROO JAALAALAATIIF
Naa tumaa😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
❤❤rabbiin waliti isiin haa debisuu saboontuu oromoo
Miskina kiyyaa 😭😭😭😍
Gaafiin Hamdiyaas tan addaati.
Jalalaa waraa hargee❤❤❤❤
Rabbii kaa isaa caalluu sii haa keenu
Yaa Bareedu tiyyaa Rabbin irraa sihaa ittichuu!
Uuffee,ulfatadha.dhugaa
Maaloo ishee enter viwu gootu kun bayyee na marartii dhugaa
Dhiirtii oromoo gowwaadha jalaala hin beeku 😢😢
Itillee wahii
BOORANAA ijji marii ifaa gurruma haa barannuu OBN 24hours hawaasaa shaakkisoo Biyyaa lafaafi lafee Akkuma Hawaasaa fi H/Umara waaccuu Borana Nageenyaa Nageellee Aswrwb gzx Roobdee wawrwb gzx Handful
Misikinaa wly wee jalalaa kanii dhuggaan jalattee bekkaa abshir rabbummaa jiraa
Qatalee wwwooo namati tola ishii
Eee miskinaa jehe baba keenyaa❤❤❤
Wayii yaa waqaayyoo 😢😢
Noraa❤🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😢😢😢😮
Please gurbaa san ifirraa dhiistuu siif irra wayya, male osoo rakkina isaa beeytuu yoo ittii seente hedduu miidhamta mala
💔💔💔💔💔💔💔😭😥😥😥😥😥😥😥
Uuuuuuuffff😢😢😢😢😢😢
Woyoioi💔💔💔😭
Indeed true is in Ethiopia.
Wayyii jalaalaa 😭
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢💔💔💔💔
sabaha maqan koo😅
❤❤❤ tuumu San niballeesee
❤😊
Ayyiii garaa nama nyaati
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤
Hayee bayee Gara nama nyatii
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Hayii jaalala
Kkkk ajaibaaa
❤❤❤
😮😮😳🥰🥰
iccccc 😩😩😩😩
❤𝐚❤️❤️❤️❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥
Abshir 😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Kkkkkk wayi hinaffan akkana maali gowwa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭
Wayiiijaĺala😭😭🙏🙏🙏
👍🤦♀️😭😭
Uuuuuj😢😢😢
😮😮😮😮😮😮😊
❤❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
❤
😭😭😭😭👍👍❤❤❤❤💔💔💔💔💯
😢😢😢😢😢😢
💔💔💔💔😭😭😭
Sabontuu.akkami.
YJ 8331
Jabadhuu
Galatoomi intala cimtuudha
Icii isin dhira jaladha male akka hadha bakka isaa kennite of hin miidhin
🥺🥺🥺🥺
😂😂😂😂😂
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤
Please cometi kiyaa lalaa gurbaan isiin jetuu obolessa kiyaa tiruu tokkoti oso innii hadhaa manaa qabuu irrati jallate bilbilaa ishee soqee akka inni bulti qabuu itti himee garuu ani amaf irra bahuu malqaas hin qabuu nan jete biyyaa dubai irraa malqaa ergefii turee isheen hadhaa ufii wamatee birri kiyaas fudhate kute akkamti nama bultii qabuu irrati wan akkan hojatii😮😢
Garuu Siraa Dhugadha😢
Hin sobiin😂
Adde Baqqaa. jechi isii 90% Baqqaa dha.
💘💘💘💘💘💘🫰💘🫰💘🫰💘
Inni nama badaadhaa jaalali nama badama badama
Badaa ta,uu isaa akkami beyitaa dhugaa dubata jirtii seta moo
Rakko hamaate
Kijibduu bultii obolessa kiya diguuf male
Which is good
Uuuf
❤❤❤❤😂
Ff
😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔
❤❤❤❤❤❤
Abboo Waaqni si haa gargaaru, dahaabni of harkatti meeta namarratti bareeda jedhan.
Mee worraa OBN kana kessani essani dubbifnaa
Maaloo woggaa hedduu isiini dubbisuf hawwii qaba
Ani seena gaddafi gammaachuu qabu jiru biyyaa ormafi jiruu jalaala kessatti rakkoo baldhoo dabarseera wani ijjoollee woggaa dheera mana madamii kessatti rakkaatani milkawani dabarsan anis dabarseera rakkoo fi gaddaado hedduu booda ykn woggaa 15 booda yoo rabbii naf woffaqee baati kana biyyaa galuuf embassy itti deddebaara
Ani Suadi Arabia hojjatadha
J koo Kuwait 🇰🇼 hojjatata woggaa 10 olii wojjiin turee jalaala fagenyaara
Rakkoo fi baldhoo hedduu wojjiin dabarsiine
Gaddaafi gammachuu Hedduun wojjiin dabarsiine
Kanaa kessaa nikaaya qofa nu hidhuu didaan maatiin woggaa hedduu lafaan maraan wan biyaa biyyaa jiruf obsumaan egaani rakkoo hedduu booda ni hidhaan ergaasiis worrii isaa faatti 1ffaatti addaan nu basuf wan hin gonee hin qabane obsaafi kabaja inni naf qabu anafi jechaa maatii isaa nagaayu dhisee anis maatiikoo amaansiisee Alhamdulillah woggaa 10 olii jiraa wani Rabbii fedhee wonti diguu hin jiruu
Ardhaaf asii genyee tan booda rabbiitu beeka
Manas eddoo lama ijaarane qabna Tokkoo obbolewwanikootu kessaa jirata
Meesha manas woluma gargaree bitane Tv, Talaja, Mejelisi arabiyaa, befee fi kkf K300 oliin rabbii kessaa nu haa jirachisu❤ Obbolewwaanikootifi hiriyotakootu naf bite Alhamdulillah
Gaarrii ykn konkolaata hojjiis xinnaatus tani million olii takkaa bineera ❤
Yoo rabbii nagaayan na galche wan million 2 hanga 4 gayuun bisenissaa/ hojjii egaaluf insha Allah fedhaa Rabbiittin
Worrii nu diguuf ifaajanis😡akkaa nuti wojjiin bakkaa bareeda hin genyeef maalee wan biraa mitti
Ergaa ifaajan nuti isaani olii tanaan dadhabaan usaani kessatu worraa j kootu dhagaafi mukni isaan hin kanfee hin jiruu😡 garuu hin dandeenye maatiin jirenya bulti nama gidduu seenun miidhaa ni qaba yerof kkf ------- waan hedduutu jiraa
Ani qubelaakoo finfineetti qophii xinnoo gochuu wan barbaadef achumaan oso worraa OBN argaadhe seenanikoo woggaa 10 olii jarsakoo wojjiin namota hedduuf barnota ta'a jedhe yaadera
Namoni hedduun fagenyaa woggaa murasaa boode wolii nyaatan wolii ganuu fi kkf barnota
Worraa maatiin jidduu seenee addaan diguufis kkf barnota jedhee yaadera
Kanaf
Yoo comment koo gartan Hojjaatoni #OBN
Lakk. 00966557043390 kan naf miskolaa ani kessaa qaba isiinif debisaa galaatomaa
Lakk worrii bekisisuu kanaan dubisii obn akkas malee hin argatuu 8331 asii irrattii barresiif sanii boodaa sii debisanii
😢😢😢😢
Wow jabduko jabadhu abshir rabbin jalala dhumaa hin qabnee jidduu kessan ha kahuu namaf bakka hin kennin jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abdii qabna isnii keesumessani akka yaada keessani nufi qodanifi warri OBN ijoolee tan nufi dhiyessu qabdaa Adarra keessani waan bayyee irraa barana Danbaali jaalaala irraa Abdiin isnii egaan waaqayyoo ittiin isnii haa gahuu waajiin milka'aa bayyeen isnii jaalaadha akksumasii Danbaali jaalaala dhagefachusii 👂♥️♥️♥️♥️
Warra jaalaala keessanti inafe adda isn basufi yaadelee ija isaani akka qabchistani galatomaa warri community koo jaalaatani jaalaala ijoolee tan tan jaalaatani Like qofa ♥️♥️♥️♥️❤❤❤❤❤❤❤♥️♥️♥️