Marsii Abboomaa fi Sabboonaa Tafarraa ‐ Gudayyaa ‐ New Oromo Music 2022 (Officail Video)

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 8 сен 2024
  • Marsii Abboomaa fi Sabboonaa Tafarraa ‐Gudayyaa ‐ New Oromo Music (Officail Video)
    #ÑewOromoMusic #NewOromoAfricanMusic
    Facebook: www.facebook.c...
    Telegram:t.me/Caalaa_Da...
    t.me/Caalaa_Da...
    Subscribe: / @caalaadaggafaaenterta...
    #CaalaaDaggafaaEntertainment
    Caalaa Daggafaa Entertainment channel.
    Baga nagaan gara Caalaa Daggafaa entertainment dhuftan. Chaanaaliin keenya Sirboota Mimmiidhagoo qabatee isiniif dhihaata. Sirboota Sadarkaa Isaanii Eeggatan isin biraan ni geenya.Konsartiiwwaniif waltajjiiwwan ni qopheessina. Caalaa Daggafaa Entertainment subscribe gochuun sirboota yeroo yeroon bahan hordofaa.
    #NewEthiopianOromomusic
    #NewOromoMusic #AfricanMusic #Comment #Share #Subscribe #Like
    #Gudayyaa

Комментарии • 794

  • @elsatawolde1249
    @elsatawolde1249 2 года назад +79

    WBO ጅግኖች 🌳💪
    ትግራወይቲ ነኝ 💊♥️👈
    ኦሮሞዎች sewedachu 🌳❤🌹✅️

  • @galaanaatolasaa8600
    @galaanaatolasaa8600 2 года назад +14

    Gudayya dhiirri isaaniis durbi isaaniis goota. Maqaa qabu. Gudayya kanaan hamma waan barbaadu sana argatuttis of duuba deebiyuu hin jiru. Gudayya dhufe jennaan jalaa Goruu qofa malee dhiirri Jala dhaabatu hin jiru. Tumannaa isaanii namni ofirraa qolatu tokko hin jiru. Gudayya goota, biyya gootati.

  • @liyaweldeslasse8751
    @liyaweldeslasse8751 2 года назад +63

    አኔ ትግራዋይ ነኝ ግን ኦሮም ህዝብ አውዳለሁ ኣክበራለሁ
    በጣም ደስ ይላል ❤💛❤💛❤💛❤🙏🏻💚❤💚❤💛🙏🏻 ድል ለጩቁን ህዝብ ጅርታ

    • @Qubee-Entertainment.
      @Qubee-Entertainment. 2 года назад

      ruclips.net/video/QQ9GN4i4ebs/видео.html

    • @Qubee-Entertainment.
      @Qubee-Entertainment. 2 года назад

      ruclips.net/video/GpE_ccIaX0g/видео.html

    • @adanechemekonene7694
      @adanechemekonene7694 2 года назад +1

      😂 😂 😂 😂 You guys are like a snake never trust you so, frist make peace whith shabia and the Amharas they are your neighbours. Oromos far away from you.

    • @finfinediary4808
      @finfinediary4808 2 года назад

      Meto

    • @segnitefera3870
      @segnitefera3870 2 года назад

      አትስክሽ ባክሽ ፋራሽን ፈልጊ! ከመች ጀምሮ ነዉ መዉደድ የጀመርሽዉ?? እየሄድሽ

  • @genetraya9799
    @genetraya9799 2 года назад +20

    አካም ፋያዳ ጁሌ ኦሮሞ 😍💚❤️💚❤️
    i am tigraweyti gual jeganu✊❤️💛❤️💛

  • @bayisachamada9610
    @bayisachamada9610 2 года назад +2

    akkam jedheen isin ibsa meee.......???? yoo gootummaa, jagnummaa, kan sodaa hin qabne....ilmaan sabaaf dhalatan.....love u S & M

  • @mettaamedia4085
    @mettaamedia4085 2 года назад +12

    Nyacuufi galaan ijiruu baduufi karaan hin jiru Orokoo 🥰😍😍❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪

    • @nuyadadhuu2482
      @nuyadadhuu2482 2 года назад +1

      ❤❤❤❤✅✅

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      An matii keti me atiis matii naf ta'i

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      @@nuyadadhuu2482 sanyii an matii keti me atiis matii naf ta'i

    • @Qubee-Entertainment.
      @Qubee-Entertainment. 2 года назад

      ruclips.net/video/QQ9GN4i4ebs/видео.html

  • @abrhamabrham3640
    @abrhamabrham3640 2 года назад +2

    Wwwwwwaayyyyoo Anna nyaatu Dhirawaan ko Maarsilo koofi Sabboona kiyya Jabbadha Waalin Akkam Barreda Namaatis Toola Ijjolee Wallaggaa kooti maali abba ishii si egddi habbo Poliicen MARSII KO SABBO KO JIRTU JIRADHA AMAYU

  • @Thechrismeme
    @Thechrismeme 2 года назад +20

    I am from Canada I love oromic music
    😂
    😂
    😂 Sobenii anan asuma salaaleera!!

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OromookO prank aja.ibaa daawwadhu💚

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii subscribe sif taasisee matii keti me atiis matii naf ta'i

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      @@sanyiimedia575 koottuu me

    • @metifufa189
      @metifufa189 2 года назад

      😂😂😂

    • @fatmajamal6303
      @fatmajamal6303 2 года назад

      🤣🤣🤣🤣

  • @derejewako430
    @derejewako430 2 года назад +1

    guddisa ijoollee horroo koo jiradhaa

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 2 года назад +2

    Biyyaa iraa dinaa debissaa dhiroo❤️💚❤️WBO koo ❤️💚❤️🌳 sabboonaa kenyaa sagalee WBO si kessaati argaa nuf jiradhuu❤️💚❤️🌳 WBOn haa jiratuu❤️💚❤️💯🌳✊

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii subscribe sif taasisee matii keti me atiis matii naf ta'i

  • @kenedykena1983
    @kenedykena1983 2 года назад +2

    Sagaleen Marsiif Sabboonaa baay'ee walfakkaata...almost 99%

  • @Gammee2268
    @Gammee2268 2 года назад +3

    Jaabaadhaa Ilmaan Eebbisaa Addunyaa

  • @desnetgebremedhin1632
    @desnetgebremedhin1632 2 года назад +22

    ጀግና ቀጥልበት የአባገዳ ልጅ የነፍጠኛ ፈዉስ የትግራይ ልጅ ነኝ

  • @karrayyuutube2609
    @karrayyuutube2609 2 года назад +8

    Marsiikooo❤Sabbookoo❤
    Naaf jabaadhaa!

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад +1

      Sanyii subscribe sif taasisee matii keti me atiis matii naf ta'i

    • @beetlemtaddasa4138
      @beetlemtaddasa4138 2 года назад +1

      Atiis nu jiradhuuuuu samii RUclips kee Amman aragee

  • @kenedykena1983
    @kenedykena1983 2 года назад +1

    Ajaa'iba! Weellistoota Wallaggaa keessaa kan akka ijoollee tanaa natti tolee deddeebi'ee ilaale hin jiru. Aboo isinittaa tolu abiddan tiyya

  • @biniamdhugumaa5400
    @biniamdhugumaa5400 2 года назад +1

    woooww baayyee sin jaalaanna maaqa guutuu oroomotin sabbboona fi marsii qaaqaaaliiwan keenyaa

  • @abdidzeko7618
    @abdidzeko7618 2 года назад +13

    I am from Bangladesh I love Oromo Songs ❤💚❤

  • @rahmakmal2866
    @rahmakmal2866 2 года назад +26

    ❤💚❤💚ቱርጉሙም ባላውቅ የኦሮሞ ዘፈን እወዳለው ከትግራይ

  • @kumagemechu2286
    @kumagemechu2286 2 года назад +2

    Sabonaa yommuu onnee oromoo kessaa jirtaa sagalee kilolee dhagefadhee qufuu dadhabee❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @raditigray299
    @raditigray299 2 года назад +8

    I like it😍💚❤💚❤

  • @oftauutube5336
    @oftauutube5336 2 года назад +1

    Jajjabduu koo Marsiifi Sabboonaa walaloofi yeedalichi hin quufamu Daawwiteefi Hirphaa nu yaadachiistan fayyaa dahaa♥️

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 года назад +1

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromookoo prank aja.ibaa dawwadhu♥️🙏🙏

    • @oftauutube5336
      @oftauutube5336 2 года назад

      @@sanyiimedia575 Atis maatii naaf ta'i!

  • @kbromaddis9124
    @kbromaddis9124 2 года назад +11

    ሰላም የዎቦ ቤት👍❤️ጀባድኡ!💪💪

  • @gudisaduga4770
    @gudisaduga4770 2 года назад +5

    OROMOO.....OROMIYAAN
    ❤💚❤🖤❤🤍👌
    💪✍
    Itti cabsuun,akkasitti 👍

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад +1

      An matii keti me atiis matii naf ta'i maloo

  • @tsigekahsay4478
    @tsigekahsay4478 2 года назад +8

    የኔ ጀግኖች በጣም ነው ምወዳቹ

    • @alemmimi9275
      @alemmimi9275 2 года назад +1

      Wowww. Sabbonawaan.koo.❤💚❤💪💪

  • @mcell168
    @mcell168 2 года назад +1

    Sabboona koo marsii koo baay'ee isiin jalaana jabaadha mataa dhiiraa hamaa isinirraa yaqabuu Ummaan keenya sirbaa baay'ee bareedudha ❤💚❤ijoolee orokoo❤❤💝💋💪💪💪

  • @danielwakjira6589
    @danielwakjira6589 2 года назад

    Ijoollee godaa keenya, yoomu nun qaanessitaan isiin ! QAALII KEENYA!

  • @fooziiwollegga9932
    @fooziiwollegga9932 2 года назад +1

    Guduyya biyya lamma magarsa waallgga WBO🌳💪💪💪💪💪💪👊👊👊👊👊

  • @ramatiihajii1696
    @ramatiihajii1696 2 года назад +1

    Jabadhuu yaa jajabee koo lencaa gafaa xiqii 💔💔💔💔💔💔💔♥️♥️♥️♥️♥️💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🥰🥰🥰🥰

  • @kenedykena1983
    @kenedykena1983 2 года назад +1

    Gudayyaa!.....jechuun maal jechuudha namni beektan dears?
    .....
    Po! Shubbistoonnis mudaa takkaa hin qaban. Love you my blood!!😍😍😍😍😍

  • @galanigalani8849
    @galanigalani8849 Год назад

    Nuuf jiradhaa sanyii waan koo marsii koo ❤️💚❤️💋💘💯Sabbonaa koo ❤️💚❤️💋💘💯

  • @behayilubegashaw8159
    @behayilubegashaw8159 2 года назад

    Baay'ee midhaaga sabbonaa fi marsii sirbaa ajaa'ibati bagaa milkooftaan sabbontootaa oromoo wallaaggaa.

  • @kenenisadebele4850
    @kenenisadebele4850 2 года назад +13

    what a powerful song thank you Sabboonaa and Marsii

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii subscribe sif taasisee matii sif ta'ee me koottuu atiis matii naf ta'i

  • @hemenaman1901
    @hemenaman1901 2 года назад +52

    We love our true strategic family , the oromo people, from tigray. Together we will build our future. Thank you Wani offi for recommending us to watch this nice music.

    • @jinenusgetachew2353
      @jinenusgetachew2353 2 года назад +2

      Thank you!

    • @Qubee-Entertainment.
      @Qubee-Entertainment. 2 года назад

      ruclips.net/video/GpE_ccIaX0g/видео.html

    • @user-rq3rm9in5z
      @user-rq3rm9in5z 2 года назад +1

      Yes it is not just a song but very beautiful meaningful freedom song originally from Wollegaa Oromoo Brave Heroes ❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾

    • @aliarsii2496
      @aliarsii2496 2 года назад

      Ssss

    • @chalafikadu6537
      @chalafikadu6537 2 года назад +1

      @@user-rq3rm9in5z where is wollega oromo??
      Say OROMIA

  • @bontuuwalaggaa4603
    @bontuuwalaggaa4603 2 года назад +1

    Bagumaa jajjabee biyyaa koo tattanii
    💪💪💪❤💚❤Qaxallee ijoollee Horroo koo

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад +1

      Sanyii subscribe sif taasisee me atiis matii naf ta'i

  • @hey1232
    @hey1232 2 года назад +2

    Abdii Oromoo WBO Maroo Qeerroo Qaaree Kegaa Oromumaa Forever 🙌🏾❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @saraasanyiijawwe1669
    @saraasanyiijawwe1669 2 года назад +4

    Akkas malee oromoo koo my king 🤴❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii an matii keti me atiis matii naf ta'i

  • @monetshawa4877
    @monetshawa4877 2 года назад +2

    Ati gootuma leenca namaa💪👉❤💚❤

  • @damiiyyeeshawaawalisoo7349
    @damiiyyeeshawaawalisoo7349 2 года назад +1

    Ijoolee jajabduuwaan keenyaa🥰🥰🥰🥰🥰💪💪💪💪

  • @user-dz6hu6ww7w
    @user-dz6hu6ww7w 7 месяцев назад

    Wow jaabakoo nuuf jiraadhuu hamtun sin argiin❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hanniishawatube6604
    @hanniishawatube6604 2 года назад +2

    Woww like 👍godhaa ijolee oromo ko asumani mati naf tayaa 💯♥

  • @caaltuuib813alamuu9
    @caaltuuib813alamuu9 2 года назад +1

    Wooow well com sabonaa ilmaa sabaa kumaa nuf jiradhuu lencaa koo ❤💚❤💚💪💪💪💪

  • @abdiior5222
    @abdiior5222 Год назад

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuufffffff wallagga koo Malan Gadhaa ree Rabbiin sif Halafisu

  • @yosiyosef6508
    @yosiyosef6508 2 года назад +6

    We love you oromo I’m from tigray

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 2 года назад +2

    Jabaadhu Caalaa Sanyii Dhiiraa

  • @najemsanyiioromo6688
    @najemsanyiioromo6688 Год назад

    Gudayyaa moo gudayya biyyarra diina deebisa galani keessan bilisummaa Oromiyaa fi Oromoo hata.u jajabeewan Abdii sabaa

  • @Boonsaa_Official.
    @Boonsaa_Official. 2 года назад +23

    Gudayyaa is amazing music Thankyou Caalaa Dagaffaa Entertainment

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii an matii keti me atiis matii naf ta'i

    • @Boonsaa_Official.
      @Boonsaa_Official. 2 года назад

      @@tufaaguraaraa siif ta.ee jirra bar Dhugaa rabbii

  • @Caayaa_Entertainment
    @Caayaa_Entertainment 2 года назад +4

    I can't explain it how much I loved it ooooow what an amazing music is it!
    Jajjaboo ilmaan sabaa warra Haqaaf of kennee abbaa haqaa faarsu Marsikoo Sabboonaakoo Nuuf jiraadhaa!
    Kabaja tuullaa anaaf Oromoo biraa qabdu

  • @Urji430
    @Urji430 2 года назад +2

    Sabboonaa fi Maarsii koormee ijoollee shanee kooti 🖐️🔴💚🔴 jabadha qaxaleewwan koo ✊

  • @afranqalloo430
    @afranqalloo430 2 года назад +2

    baa’yee bareeda 😍🌳 jabaadhu sabboonaa fi marsii

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OromokO prank aja.ibaa daawwadhuu💚

  • @bareeduuwallage8493
    @bareeduuwallage8493 2 года назад +1

    Akkaasii male gota 💚💚💚❤❤❤💛💛💛❤❤❤💚💚💚💛💛💛❤❤

  • @jsifiitub2786
    @jsifiitub2786 2 года назад +1

    Wawo amesing jabadhaa qaliwakoo wagaa kumaa nufii jiradhaa 😍💔💔🥰🥰ijolee biyakoo😍😍

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OromookO prank aja.ibaa daawwadhuu💚

  • @keebeekii672
    @keebeekii672 2 года назад +1

    Jajjabee waan Sabbaa nuufii jiraadhaa hamtuun siin hin argiin 😍💪💪❤❤❤❤😍😍

  • @beetlemtaddasa4138
    @beetlemtaddasa4138 2 года назад +2

    Ijoolee horro ko ❤💚❤

  • @birhanemosisa5883
    @birhanemosisa5883 2 года назад +1

    Jajjabeekoo ❤️
    Nuuf jiradhaa
    Saboonaa fi marsii❤️💚❤️

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii an matii keti me atiis matii naf ta'i

  • @burkakebede9867
    @burkakebede9867 2 года назад +17

    Amazing music thank you Sabona and Marsi you are doing well and you are in the heart of oromo people.

  • @rsoromoo_99
    @rsoromoo_99 2 года назад +1

    Kunoo akkasii ijooleen godaa keenya respect 👍🤝

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii subscribe sif taasisee matii keti me atiis matii naf ta'i

  • @desalegndadi2921
    @desalegndadi2921 2 года назад

    "manaa tafikiin na eegaa mangaagaa jallifatee.....!!"

  • @hawwiidamee5689
    @hawwiidamee5689 2 года назад +1

    Wowowowo sanyii kiyy❤❤❤💚💚💚💋💋💋🤴🤴🤴🐅🐅💪💪💪💝💝💖💖💚💚💕💕💘💘👑👑🐆🐆🐆🌳🌳🌳🌳🎸🎸🎹🎹🎷🎷🎤🎤🎼🎼☎️☎️🥁🥁

  • @gadisashasho7242
    @gadisashasho7242 2 года назад

    Sagalee kiilolee
    Sabboonaan goota
    Dhiichisiii naasisii
    Raasi teessoo gantootaa

  • @dubeareri9687
    @dubeareri9687 2 года назад

    jajjabee jabaattuu dhiiraa baga keenya taatan.

  • @laliidereje7316
    @laliidereje7316 2 года назад

    Wwwwww best best carii namaa jabaadhuu gotaa koooo

  • @abdiiguddi7708
    @abdiiguddi7708 2 года назад

    Gudayyaa sirba baredduu dargaggoo oromiyaa. Oromiyaanko haalalistu❤💚❤️

  • @abdellamieso8689
    @abdellamieso8689 2 года назад

    Goota kenya jabadhu hojii aja'iba WBO nuf ya jiraatu ati akka Eebbissa Addunyati jiradhu

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromookoo prank aja.ibaa dawwadhu♥️🙏🙏

  • @solan_solan8437
    @solan_solan8437 2 года назад +1

    Dhuga waqaa sinuumti nufi jiradha ijolekenya

  • @GemechuArgeta
    @GemechuArgeta Год назад

    sabbookooo hinqquu muoooooooooooooooooooooooooooooo sirbbiikeeo jabadhu dhirokoo

  • @bireedinqaa904
    @bireedinqaa904 2 года назад +1

    Jajabeewaan koo

  • @tarikuraga925
    @tarikuraga925 2 года назад

    Kormeekoo jabaadhu! waaqni si faana haa ta'u!

  • @lishanalemu4756
    @lishanalemu4756 Год назад

    Guddayyaa moo guyyaa maaltu deebisa !!!!

  • @ebisaadugnagamada881
    @ebisaadugnagamada881 2 года назад +5

    Gudeya it's amazing music 🎵🎼🎼🎶🎼🎶
    Jabaadha ijoollee haqa

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii an matii keti me atiis matii naf ta'i

  • @mujibushamba4383
    @mujibushamba4383 2 года назад

    Nuujabaadha inshaalah nibilisoomna

  • @oromiyaabiyyaako7744
    @oromiyaabiyyaako7744 Год назад

    King oromoo ko jabadha❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @misirenamara2850
    @misirenamara2850 2 года назад +1

    Woooow ijoollee biyyaa koo❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤

  • @qabsooromo9843
    @qabsooromo9843 2 года назад +1

    Sagalee Bilisumma nati fakkata❤💚❤

  • @HS-se5uu
    @HS-se5uu 2 года назад +1

    Wooooooow bayy'ee namatii tola 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💞 💚 💚

  • @seenaa7402
    @seenaa7402 2 года назад +1

    Hoooooooo Sagalee Sabonaa kan marateedha Aboo nuf jiraadhaa marsii And sabona

  • @hopecreations
    @hopecreations 2 года назад +2

    I am from Ukraine bro amaizing sound ***** asuma oromiyaarraati abshir ****
    uffeekaa maaloo sagalee kee kana maaluman godhaa
    sabboonaa kutataa dhiira baga keenya taate bravo!!!!! ***** for you

  • @lataaalamaayyoo1587
    @lataaalamaayyoo1587 2 года назад

    jajjabee sabaa jajjabaadhaa ol nuuf adeemaa!.

  • @show7006
    @show7006 2 года назад

    Wooow jabadha jajabe ofi koot dhufne hundi kessanu wamichi qabdu

  • @oromhdfootball8523
    @oromhdfootball8523 2 года назад +1

    Wow walleen keessan hedduu takka naaf tahe naaf jiraadhaa qaqqaalii ilmaan sabaa

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OromookO prank aja.ibaa daawwadhuu💚

  • @getachewdejane355
    @getachewdejane355 2 года назад +1

    Gootota keenyaa jabadha .amazing

  • @user-rq3rm9in5z
    @user-rq3rm9in5z 2 года назад +1

    Oromumaa Forever ❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @mooneettube6943
    @mooneettube6943 2 года назад

    Jabadha jaajabe akka ferro

  • @iyasutesfaye3871
    @iyasutesfaye3871 2 года назад +1

    Dhiira horroo gubbaa

  • @tadelua5583
    @tadelua5583 2 года назад +1

    Uuuuuufffff jabadha jabbane dinaa oromo koo buqfna❤💚❤🐅💪💪

  • @mamushabdeta3942
    @mamushabdeta3942 2 года назад

    Baga itti cabsitee dhiiraa koo I love you sanyii mootii

  • @temesgukereba3574
    @temesgukereba3574 2 года назад

    Dhugaa argadhuu lubbuu ko sanyiin dhiiraa siif kan Akka WBO Koo dha

  • @bireedinqaa904
    @bireedinqaa904 2 года назад +1

    Bareduu koo ❤❤❤❤

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii subscribe sif taasisee matii keti atiis matii naf ta'i

  • @kwtajjs1262
    @kwtajjs1262 2 года назад

    Akkas jajjaabee . Abdii biyyaa itti mudaa ijii diinaa haa dhotuu 👌💔💔💘💘💔💔💘💘💔💘💘💔💔💘💘👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👌🤛🤛🤛🤛

  • @hawwiitakala4613
    @hawwiitakala4613 Год назад

    Uufff yaa sagalichaaa umurri kee nuuf haa dheraaatu

  • @gaadisajaalalaa1117
    @gaadisajaalalaa1117 Год назад

    Nagaa waqayyoo sif bayyatu bakka jiru kallatti jiru baga nagaa dhufte jabbadhu gorsa baredaa yadaa baredaa qabate dhufte jabbadhu itti fufu🎉🎉❤❤❤❤❤❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️👍

  • @wajiware
    @wajiware 2 года назад +1

    Leenca sanyii dhiira galanni kee bilisumma❤💚❤💪💪💪💪

    • @hanniishawatube6604
      @hanniishawatube6604 2 года назад

      Wajii mati naf tayi lubu

    • @wajiware
      @wajiware 2 года назад +1

      @@hanniishawatube6604 bareedduu inala oromoo galatoomi🇾🇪❤💚❤ ani nama dhugaa oromoo baasee dubbatu hundaaf maatii ta'uu barbaada💪💪💪💪 qaxalee sanyii tiyyaa❤💚❤💪💪💪💪

    • @hanniishawatube6604
      @hanniishawatube6604 2 года назад

      @@wajiware galtomi sanyi ko bayee sigaltefadha nuf jirdhu kaa sabona kenyaa

    • @wajiware
      @wajiware 2 года назад

      @@hanniishawatube6604 hayyee sanyii ifii😍 dhiibbaa irraa kan ka'e oromoon amantaa ortoo ta'an baay'ee waa'ee oromummaa hinqabanu, jaalatan osoo hintaane namni waa'ee oromoo dubbate akka waan amanticha balleessuuti fudhatan. Ati garuu sabboontuu intalaati baay'ee galatoomi😍😍😍😍 amantaa kee jabeessi,oromummaa keesi jabeessi,garuu nama amanta dawwoo godhatee aadaaf eenyummaa kee balleessuu barbaaduun habadan hintaatu jedhiin❤💚❤!!!!!!! karaa keessaa waliin hasa'uu dandeenya qashti💪💪💪💪

  • @GammeAdisu
    @GammeAdisu 2 года назад +2

    Welcome sirba abdii eegaa turre artistoota keenya qalii ♥️♥️🙏🙏

  • @qaaliitube5
    @qaaliitube5 2 года назад +3

    Ajaa'iba! Hedduu namatti tola❤💪
    Sagalee uummataa; amilee jajjabee nuuf jiraadhu leencawwaan keenyaa❤

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 года назад

      Sanyii an matii keti me atiis matii naf ta'i

  • @eshetebejiga3168
    @eshetebejiga3168 2 года назад

    wowwwww 100% jaaladheen jira. Galatoomaa.

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromookoo prank aja.ibaa daawwadhuu💚

  • @bekikebede7099
    @bekikebede7099 2 года назад

    Aboo mucaa kana hamman isaa jaaladhu ibsuu hin danda'uu

  • @temamtube8072
    @temamtube8072 Год назад

    Gootaa gaafa xiqqii sabbona

  • @sagnikoo
    @sagnikoo 2 года назад

    Musiqan ke bareeda Ta'ee utuu Jiruu Xiqqoo Miksingitu Ittii Hirraata Jabaadhu jabaako

    • @booreeentertainmen
      @booreeentertainmen 6 месяцев назад

      Esaati beektaa wa'e miksiingi sagalee warabuu hin barree bilbilanuu

  • @jaalmarrooofficial9181
    @jaalmarrooofficial9181 2 года назад

    maraachaa haadha garaa jabaadhu

  • @tamishaboy8
    @tamishaboy8 2 года назад

    Sirba ajaa'ibaati
    Asumaan anaafis maatii naaf ta'aa
    Sirboota koo haaraa asiin na argattu

  • @ashuanole6488
    @ashuanole6488 2 года назад

    Wwwwwwwooowwww leencaa oromoo koo itti mudi oromoo koo