Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Wallaggaa, Oromiyaa dhihaa! Baayy'ee nama bohaarsa sirbichi. Jabaadhaa artistootni keenya.
Wooow👍👍
From Sudan 🇸🇩♥I don't Understand oromobut I love oromo 💗💗💗💗💗
Iam from Oromia, thank you man! i will teach you online if you want.
@@AbrehamTesfaye-lx8lp your welcome my dear 😘😊❤☺♥💕😘😊
@@AbrehamTesfaye-lx8lp yas I want
Thank you so much for your suggestion oromia is a big nationalism country ok so theres no issue if you want to know about their identity . I would have been introducing you.
Sirba kana jireenyaa keenya dhageffadhe yoomu hin quufu dhugaa rabbii. Eennan dhageffadhu miira addatiinan ragada anu 😍long live jiree koo
Sirbi kuni miiraa addaa tokko natti fida yoo dhaggeeffadhu hin quufu Adaa warra Maccaa Wallaagga biyya.gooni itti margee❤❤❤💕💞
Wallaggaakoo Namni Akkakoo Sirba kana jaallattan like itti naaf roobsaa/Maatiis naaf ta'aa Anis isiniifan ta'aa Oromooko.
Sirba kana yeroon dhageefadhu ijoolummaa koo fi bara sadarkaa lammaffaa barumssaa Naqamtee bara 1970faa yeroo Garee Artii Guddattuu Wallaggaa shaakalaa turan yaadadha. Gamachuu fi garaa mogamuutu natti dhagahama. Sirba gaariidha.
Bagaa gesani Oromoo kooo ani musilima garuu Oromoo kooo isin jaladhuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤
Dhuga aada ajibsisaa qabnaam oromoo.... harka hamaatu gadi nu qaba malee miidhagina oromoo maaltu ibse fixa..... jabaadha wal jabeessa
wooow baayyee namatti tola sirbi kun galatoomi jireenya!!!!!!!!!!!
የኔ ፍቅሮች ኑሩልኝ ዘላለም ወገኖቼ ማንም ሰፋሪ አፉን ይክፈት እኛ እጅ ለእጅ ተያይዘናል ኦሮሞን መንካት ማለት ከተራራጋር እንደመጋጨት እንደሆነ አልተረዱምና
ትክክል
Exactly my best 😍sew negnena esasatelew 👌👌
Betikikill wudde 🤩🤩🤩🤩
Gashee koo na jiraadhu waan Ofii ❤💚❤Sabonaa sanyii abishee garbaa ❤💚❤
I can't stop watching this video over and over, ....
Gootaa keenyaa umrii kee yaa dheeressu sanyii oromo
jiraadhuu jireenyaa koo sirban ayyaana waggaatti sirbaa guddadhe na yaadachiistedandashemoo dangashee
Love you thank u mama Oromiyaa 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘🌷🌳🌷
Embabo kokor 😢 baga yaadatte jiruu ofii!Ilmaan biishee, ijoollee Horroo, keessattuu sirbu kun naannoo Agamsaa, Amuruu fi jaarteettii baay’ee beekamaadha.Sabichi gadi qabamaadha, aadichis akkasuma ammayyuu abdiin jira. Ittuma cichaa ni injifanna,aadaa akkas bareedus akka aduu saafaa gadi baafna miti Oromiyaa qofaa Afrikaattillee.
Kash kash kash hoph hoph hoph ...mee warri akka koo yeroo hunda sirba kana ilaaltan cheers!
Mataa dhiiraaJireenyaa. sirba keen bohaaraa jirra.ulfaadhu
በኦሮሞነቴ ደጋግሜ ኮራሁ ♥♥♥♥♥
♥
👍❤
🥰🥰❤❤💪💪💪👏👏esaa boghuufii kanuumaa walaga koo ejaraa ofii koo
ማርያም ወኔ ተሰማኝ የኔ ጀግኖች ኢትዮጵያዊ መሆን መታደል ነው ኦሮሞ ፍቅር ብቻ ነው
Wowoowo bayyee namatii tollaa❤
Ajaa'iba rabbii! maal waanti dhaggeefatamee hin quufamne?
oromuumma keenyaf aadaa akkasumas mallattoo keenya nuutti agarsiisu keessanif galataa guddaa
Oromoo koo uuuuupppp❤❤💕💕❣❣💓💓🌼🌼🌼🌼🌻🌻🌻🌻💋💋💋👍👌👌
Wooooow Ameen Ameen Ameen/Ayyee Ayyee Ayyee baayyee namati tola jabaadhaa lammikoo!!
wow am gonna be some thing emotional hearing this music.10Q! Jireeee
Oromo Love ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫💯
wwwwuuuu bayyyee bareda sanyi ofii jiradhu baga geessaa lammiwwan koo💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤👍👍👍👍
Wooow walagakooo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Lagan yaduu koo
❤❤❤❤❤❤❤️❤️❤️❤️💯💯💯 nuuf jiraadhuu Umurii nuuf dheraadhuu
Wow.wow.wow.bayye.namatii.tola.jabdhu.obboletii.kernyaa❤❤❤❤❤❤
😭❤❤❤💋👍 Jebadaa oromoko beredaako 👊👊👊👊👊👊❤❤❤🙏
Wowo horrookoo bagaa sirraa dhaladhee😍😍😍😘💔
Memories before 23 years ago when i was age 15. Really, organic culture at that time.
Gleary
❤
Wowwwoo hedduu namati tola❤❤💚💚❤❤🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌷🌷🌳🌳🌷🌷🌷💪💪💪💪
Wow galatmi
ኦሮሞ ለኦሮሞ አይናናቅም ኦሮሞ ኦሮሞን አይጠላም ኦሮሞ የዚ ዘር ኦሮሞ ነው እያለ አይጠላም እኛ የገዳ ልጆች አንድና አንድ ብቻ ነን
Tadiyaa lemindinew yemininanakew anchii qomataa sefari 😠😠🤮🤮🌚🌚🤮🤮
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️wow
Isin garuu fiilmii Eelaa ilaaltanii quuftuu? Hiyyoon masqalaas hinquufamu, hinnuffamu, barri Birraan dhufutti, dhaloota haaraafis akkasuma.
Najiradda oromo❤❤❤❤❤❤❤
Baayee namaatii tolaa👏👏👏👏
Baay,ee baay,ee baredaa🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇾🇪muca abbaa gada🌻🌻🌻🌻
💚😍💓💓
Woww baayee Namati tolaa lammi koo $ bagaa geeseni 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Hiiyooshee uuuuuuuu oromo 👌👌👌👌👌👌👍👍👍👍👍👍 nu jiradhu saabboona keenyaa
Wwwaawwwoo Wwwaawwwoo jabadhuu sabbona sanyii leenca oromo
♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ bayee namaati toolla htii fufii saboona oroomoo
Uuuuufffffeeeee biyaa Koo naa yachifte sanyii ofiiiiii nuuufi jiradhuuu qomoo Koo😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Love it! One of my favourite!
SIRBAA AADAA OROMOO SIRRIITTII IBSUUDHAA BAYEE NAMA GAMMACHISAA!!!
Horrookoo akkan yaadu na gootan sirba bareedaa nuu jiraadhaa
akkasii maalee ilmaa abba gadaa abatuu waan ofi jabeefataa nuu jiradhuu waan bayyee namatii tooluu koolee koo
Wawooo bayee namatii tolla dhugaaa rabbi anafi jiradhuuuuuuuuuuuu
sirba masqalaa eessattin kana booda dhagaha jedhee yaadaa ture naaf deebise namichi kun galata guddaa qabda yaaboo.
ABSHIR
Baayyee gaarii dha .Galatoom
Siirbaa adaa Bayyeessaa jabadhaa Siirbaa!!!!!!!!!
wooooow Addaa walagaa kuni isa biyakodha sani 😍😍😍
Bagaa geessaan.😍😍😍😍🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Wwwww bayyee baredaa namatii tollaa 💚💚💚💚💚💚💗💗💗💗💗💗💚💚💗💗💗💝💝💝💝💛💛💝💚💗💗💚💝💛💛💚👏💗💝💝
👍👍👍👍👍💓💓💓👍
umurii dheeradhu! fulduratti hedduu sirraa eegna!
Wowwww byye nama bossa ❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞
sirba baay'ee namatti tolu bu'uura Uummataa qabu Ifa baasuu keef galata qabda.
My culture is my identity Love ❤❤❤ mama Oromia❤❤❤❤❤
❤️💚❤️waallagako waan ofiikoo 💋 💜💜💚💚💚❤️❤️❤️❤️💔 💔 💔
bekamtii qabsahaa kanaf kennamee yomuu naa gaddisisaa jirenyaan nama ummataa oromoof yeroo isaa dhiga isaa lafee isaa ummataas kennedha kanafuu like fi subscribe haa gonuufi
IshoooooIshooooooOlfuudhi...........tume💗💗💗💗💗💗💗💗💚💚💗💗💚💚💚💚💚💗💗💗💗
Kololee ko wawwwwwww 👑💖💖💖 amazing
Woww Wl koo❤💚
wow baayy'ee namati tolaa jabbaadha ijoollee oromoo
uumphaa si jaallanna jabaadhu itti nuu fufi bagas keenya taate
Jabadha sabotota oromo bayee bareda
Bagaa gessaan baraa haraa 😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞
❤❤❤❤❤❤❤😰😰😥😢😢🥺
Wallgaa koo🥰🥰🥰
Orono Love ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wwoooow best music gudda galaatoomii gootaa koo sii jallanna
Yoo sirban akasiti sirbu dhugaa rabbii!!!
Mashlaa
kkkkkkkkkk waan sirbaa jirtu natti fakkaate atumtuu amma kaatee,nice comment bro.
Baga geessan. Baayee namatti tola😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Ulfaadhu goftako! Isa kan keegna !
Waw amesinga👍👌👍👍
Bagaa gessani 🌻🌻🌻🌻🌻🌳
King of king wallaggaa ko❤
WOOW sanyii koo🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷👍👍👍👍👍👍🌿🌿🌿🌿❤️❤️❤️❤️
waaaaw.umurii nuuf dheradhuuu.ulfaadhu.hedduu nama hawaata
Jiroo koo hafee hin qabu weelluu kee hundaa dawwaadhen baay'een ittin bohaare jajjabbee Horroo@
Woooooow bayeee baredaaaa❤❤💚💚❤❤
Wawu Oromoo koo Amaa iffaa banee jabadhaa
Wow wow Wow love ❤😘♥️❤💝❤👏👏👏👏
Ilmaan Liiban baga faarsite!
Wooow nuu jirdhuu
❤❤❤❤oromo ko
wwwwwwwowowowowowowoww oromoiyaa bared uu kooo 😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤💚❤👍👍👍👍
how to download
From vidmate
It remembered me my childhood time❤️❤️❤️❤️❤️❤️
wow baye nama simata dhuga baye baredu jajabo koo jiradha uuuphaaa
hiyyoo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
horii buli wallaggi!
Amiiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️🤲Galatomi waan offi
Love Oromiya ❤❤❤
Ijoolee 430 nuf jiradha
wawwwwooo sirib biyakotiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wallaggaa, Oromiyaa dhihaa! Baayy'ee nama bohaarsa sirbichi. Jabaadhaa artistootni keenya.
Wooow👍👍
From Sudan 🇸🇩♥
I don't Understand oromo
but I love oromo 💗💗💗💗💗
Iam from Oromia, thank you man! i will teach you online if you want.
@@AbrehamTesfaye-lx8lp your welcome my dear 😘😊❤☺♥💕😘😊
@@AbrehamTesfaye-lx8lp yas I want
Thank you so much for your suggestion oromia is a big nationalism country ok so theres no issue if you want to know about their identity . I would have been introducing you.
Sirba kana jireenyaa keenya dhageffadhe yoomu hin quufu dhugaa rabbii. Eennan dhageffadhu miira addatiinan ragada anu 😍long live jiree koo
Sirbi kuni miiraa addaa tokko natti fida yoo dhaggeeffadhu hin quufu Adaa warra Maccaa Wallaagga biyya.gooni itti margee❤❤❤💕💞
Wallaggaakoo Namni Akkakoo Sirba kana jaallattan like itti naaf roobsaa/Maatiis naaf ta'aa Anis isiniifan ta'aa Oromooko.
Sirba kana yeroon dhageefadhu ijoolummaa koo fi bara sadarkaa lammaffaa barumssaa Naqamtee bara 1970faa yeroo Garee Artii Guddattuu Wallaggaa shaakalaa turan yaadadha. Gamachuu fi garaa mogamuutu natti dhagahama. Sirba gaariidha.
Bagaa gesani Oromoo kooo ani musilima garuu Oromoo kooo isin jaladhuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤
Dhuga aada ajibsisaa qabnaam oromoo.... harka hamaatu gadi nu qaba malee miidhagina oromoo maaltu ibse fixa..... jabaadha wal jabeessa
wooow baayyee namatti tola sirbi kun galatoomi jireenya!!!!!!!!!!!
የኔ ፍቅሮች ኑሩልኝ ዘላለም ወገኖቼ ማንም ሰፋሪ አፉን ይክፈት እኛ እጅ ለእጅ ተያይዘናል ኦሮሞን መንካት ማለት ከተራራጋር እንደመጋጨት እንደሆነ አልተረዱምና
ትክክል
Exactly my best 😍sew negnena esasatelew 👌👌
Betikikill wudde 🤩🤩🤩🤩
Gashee koo na jiraadhu waan Ofii ❤💚❤
Sabonaa sanyii abishee garbaa ❤💚❤
I can't stop watching this video over and over, ....
Gootaa keenyaa umrii kee yaa dheeressu sanyii oromo
jiraadhuu jireenyaa koo sirban ayyaana waggaatti sirbaa guddadhe na yaadachiiste
dandashemoo dangashee
Love you thank u mama Oromiyaa 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘🌷🌳🌷
Embabo kokor 😢 baga yaadatte jiruu ofii!
Ilmaan biishee, ijoollee Horroo, keessattuu sirbu kun naannoo Agamsaa, Amuruu fi jaarteettii baay’ee beekamaadha.
Sabichi gadi qabamaadha, aadichis akkasuma ammayyuu abdiin jira. Ittuma cichaa ni injifanna,aadaa akkas bareedus akka aduu saafaa gadi baafna miti Oromiyaa qofaa Afrikaattillee.
Kash kash kash hoph hoph hoph ...mee warri akka koo yeroo hunda sirba kana ilaaltan cheers!
Mataa dhiiraa
Jireenyaa
. sirba keen bohaaraa jirra.
ulfaadhu
በኦሮሞነቴ ደጋግሜ ኮራሁ ♥♥♥♥♥
♥
👍❤
🥰🥰❤❤💪💪💪👏👏esaa boghuufii kanuumaa walaga koo ejaraa ofii koo
ማርያም ወኔ ተሰማኝ የኔ ጀግኖች ኢትዮጵያዊ መሆን መታደል ነው ኦሮሞ ፍቅር ብቻ ነው
Wowoowo bayyee namatii tollaa❤
Ajaa'iba rabbii! maal waanti dhaggeefatamee hin quufamne?
oromuumma keenyaf aadaa akkasumas mallattoo keenya nuutti agarsiisu keessanif galataa guddaa
Oromoo koo uuuuupppp❤❤💕💕❣❣💓💓🌼🌼🌼🌼🌻🌻🌻🌻💋💋💋👍👌👌
Wooooow Ameen Ameen Ameen/Ayyee Ayyee Ayyee baayyee namati tola jabaadhaa lammikoo!!
wow am gonna be some thing emotional hearing this music.10Q! Jireeee
Oromo Love ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫💯
wwwwuuuu bayyyee bareda sanyi ofii jiradhu baga geessaa lammiwwan koo💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤👍👍👍👍
Wooow walagakooo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Lagan yaduu koo
❤❤❤❤❤❤❤️❤️❤️❤️💯💯💯 nuuf jiraadhuu Umurii nuuf dheraadhuu
Wow.wow.wow.bayye.namatii.tola.jabdhu.obboletii.kernyaa❤❤❤❤❤❤
😭❤❤❤💋👍 Jebadaa oromoko beredaako 👊👊👊👊👊👊❤❤❤🙏
Wowo horrookoo bagaa sirraa dhaladhee😍😍😍😘💔
Memories before 23 years ago when i was age 15. Really, organic culture at that time.
Gleary
❤
Wowwwoo hedduu namati tola
❤❤💚💚❤❤🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌷🌷🌳🌳🌷🌷🌷💪💪💪💪
Wow galatmi
ኦሮሞ ለኦሮሞ አይናናቅም ኦሮሞ ኦሮሞን አይጠላም ኦሮሞ የዚ ዘር ኦሮሞ ነው እያለ አይጠላም እኛ የገዳ ልጆች አንድና አንድ ብቻ ነን
Tadiyaa lemindinew yemininanakew anchii qomataa sefari 😠😠🤮🤮🌚🌚🤮🤮
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️wow
Isin garuu fiilmii Eelaa ilaaltanii quuftuu? Hiyyoon masqalaas hinquufamu, hinnuffamu, barri Birraan dhufutti, dhaloota haaraafis akkasuma.
Najiradda oromo❤❤❤❤❤❤❤
Baayee namaatii tolaa👏👏👏👏
Baay,ee baay,ee baredaa🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇾🇪muca abbaa gada🌻🌻🌻🌻
💚😍💓💓
Woww baayee Namati tolaa lammi koo $ bagaa geeseni 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Hiiyooshee uuuuuuuu oromo 👌👌👌👌👌👌👍👍👍👍👍👍 nu jiradhu saabboona keenyaa
Wwwaawwwoo Wwwaawwwoo jabadhuu sabbona sanyii leenca oromo
♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ bayee namaati toolla htii fufii saboona oroomoo
Uuuuufffffeeeee biyaa Koo naa yachifte sanyii ofiiiiii nuuufi jiradhuuu qomoo Koo😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Love it! One of my favourite!
SIRBAA AADAA OROMOO SIRRIITTII IBSUUDHAA BAYEE NAMA GAMMACHISAA!!!
Horrookoo akkan yaadu na gootan sirba bareedaa nuu jiraadhaa
akkasii maalee ilmaa abba gadaa abatuu waan ofi jabeefataa nuu jiradhuu waan bayyee namatii tooluu koolee koo
Wawooo bayee namatii tolla dhugaaa rabbi anafi jiradhuuuuuuuuuuuu
sirba masqalaa eessattin kana booda dhagaha jedhee yaadaa ture naaf deebise namichi kun galata guddaa qabda yaaboo.
ABSHIR
Baayyee gaarii dha .Galatoom
Siirbaa adaa Bayyeessaa jabadhaa Siirbaa!!!!!!!!!
wooooow Addaa walagaa kuni isa biyakodha sani 😍😍😍
Bagaa geessaan.😍😍😍😍🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Wwwww bayyee baredaa namatii tollaa 💚💚💚💚💚💚💗💗💗💗💗💗💚💚💗💗💗💝💝💝💝💛💛💝💚💗💗💚💝💛💛💚👏💗💝💝
👍👍👍👍👍💓💓💓👍
umurii dheeradhu! fulduratti hedduu sirraa eegna!
Wowwww byye nama bossa ❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞
sirba baay'ee namatti tolu bu'uura Uummataa qabu Ifa baasuu keef galata qabda.
My culture is my identity Love ❤❤❤ mama Oromia❤❤❤❤❤
❤️💚❤️waallagako waan ofiikoo 💋 💜💜💚💚💚❤️❤️❤️❤️💔 💔 💔
bekamtii qabsahaa kanaf kennamee yomuu naa gaddisisaa jirenyaan nama ummataa oromoof yeroo isaa dhiga isaa lafee isaa ummataas kennedha kanafuu like fi subscribe haa gonuufi
Ishooooo
Ishoooooo
Olfuudhi...........tume
💗💗💗💗💗💗💗💗💚💚💗💗💚💚💚💚💚💗💗💗💗
Kololee ko wawwwwwww 👑💖💖💖 amazing
Woww Wl koo❤💚
wow baayy'ee namati tolaa jabbaadha ijoollee oromoo
uumphaa si jaallanna jabaadhu itti nuu fufi bagas keenya taate
Jabadha sabotota oromo bayee bareda
Bagaa gessaan baraa haraa 😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞
❤❤❤❤❤❤❤😰😰😥😢😢🥺
Wallgaa koo🥰🥰🥰
Orono Love ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wwoooow best music gudda galaatoomii gootaa koo sii jallanna
Yoo sirban akasiti sirbu dhugaa rabbii!!!
Mashlaa
kkkkkkkkkk waan sirbaa jirtu natti fakkaate atumtuu amma kaatee,nice comment bro.
Baga geessan. Baayee namatti tola😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Ulfaadhu goftako! Isa kan keegna !
Waw amesinga👍👌👍👍
Bagaa gessani 🌻🌻🌻🌻🌻🌳
King of king wallaggaa ko❤
WOOW sanyii koo🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷👍👍👍👍👍👍🌿🌿🌿🌿❤️❤️❤️❤️
waaaaw.umurii nuuf dheradhuuu.ulfaadhu.hedduu nama hawaata
Jiroo koo hafee hin qabu weelluu kee hundaa dawwaadhen baay'een ittin bohaare jajjabbee Horroo@
Woooooow bayeee baredaaaa❤❤💚💚❤❤
Wawu
Oromoo koo
Amaa iffaa banee jabadhaa
Wow wow Wow love ❤😘♥️❤💝❤👏👏👏👏
Ilmaan Liiban baga faarsite!
Wooow nuu jirdhuu
❤❤❤❤oromo ko
wwwwwwwowowowowowowoww oromoiyaa bared uu kooo 😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤💚❤👍👍👍👍
how to download
From vidmate
It remembered me my childhood time❤️❤️❤️❤️❤️❤️
wow baye nama simata dhuga baye baredu jajabo koo jiradha uuuphaaa
hiyyoo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
horii buli wallaggi!
Amiiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️🤲
Galatomi waan offi
Love Oromiya ❤❤❤
Ijoolee 430 nuf jiradha
wawwwwooo sirib biyakotiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤