caalaa koo i recpect you i'm student from haaramayaa university and we are student and we will expect in the recent time the fredom of our country oroomiyaa our struggle is never stop and your music s it have a fully power to push any oroomo generation so please at this time we need your role in our struggle.sijalaana xiyiitiko
Jabbaadhu gurbaa yommuu wal jabessuun nu hin baree garu ofegaadhumaa wan jajjaaba akkaas kan seenaan hin rafaane hojjeechu bayee sira fi kan biroo irraa egamaa..kan kee garu bayee seenaa gurguudaa fi cimaa itti dabaalii qabas....jabbaadha si waliin jira....JABBAA KEENYAA JABEEFACHU QABNAA....CAALAA
Caalaa koo, I respect you a lot, especially in the area of recounting the history of struggle in the form of music in your previous work and in this particular one as well. Please, it is enough now to push this generation into the struggle that never ends. This time we need to be different-different in positive thinking, different in helping and listening to each other. Our people need to rest, focus on the blessings they have at hand, and connect themselves with God. God blessed Oromiya with abundant resources that could feed everyone, but we couldn't even eat more than three times a day or enjoy the coffee we produced due to disunity and selfish and ineffective politics. Look at what is going on in Welgga? Please come up with a strategy of betterment and improvement on the culture of thinking and dialoguing. Gradually, we are losing the culture of listening to our elders and respecting humanity. For this, we are all accountable; we cannot push responsibility on the government or on politicians. Please use your voice and artistic power for the salvation of our people rather than pushing them to struggle. Thank you
I used to listen to English music, sometimes amharic and I stay away from otomo music until I meet oromo artists at my work place and he wants to buy something and so on Then and only then I realized that I didn't fulfill my responsibility by helping my (people) nation regardless of my benefits and happiness
Goota. Kenyaa. Nuuf. Jiraadhu leencaa oromoo 🐅🐅🐅🐅🐅🐅
Umurii nufii dheradhuu lencaa oromiyaan biqilchitee sirbaa Kani yonii dhagefadhee bayeen boha dhugaa waaqayoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏
Dhageefadhe qufuu dadhabee dhugaa uuuuffii imimmaan qabachuu dadhabee uuuffii nuf jiradhuu qaroo keenya caalaa atii gootumaa akka haacetii❤❤❤😭😭😭💪💪
Caalaako Gootako Baga itti dhodhooste!!
Imimmaantu ijaakoo
Keessaa burqe akka bishaanii
Baguma kan Oromoo, kan Qomoon kootii taate!
I remembered 2008 struggles
❤️❤️❤️❤️💚💚💚♥️♥️♥️
Maatii naf ta.ii lamii koo
Famt
Famatkaq
Famatkap
Caalakoo senaa Bedellee wan kastef imimantu naqabe nuf jira dhu calikoo
Hin amanin tasuma jabumma keetif si jibbbu ❤️💚❤️
Caala Koo Baga keenya taate ati👍
We proud of U
Caalaayee bayee si jaalatta oromoon bakka kalee sani dhabee sitti rifateeraa foon haadha ko
ani hadiyyaa irraan ummata oromoo mara fi muuziqaa addatti kan caalaa💝💝 jaalladha 🩹💊kush👌👌💊
I am from sidama i love your music Caalaa ❤❤❤
matii naf tayii ❤❤❤🙏🙏🙏
Gotta koo hanbaa hacaaluu hundessa jabadhuu qalii koo si faana jiraa
Respect bro.❤❤❤
Jabaakoo jabaa sibilaa koo naa jiradhuu
Highly powerful music. Jabaadhu Caalaa. qabsoon Oromoo ammas fagoo dha. Araarsa gudda nu gaafata
Caalaa koo baga ittii cabsitee nafxanyaan kabajaa hin jalaatu😍😍😍
Seen a keenya kitaaba meeqa bahutu .....yaa rabbi caalaa koo muufadheen ture anuu deebi'ee dhifama si gaafadha!
caalaa koo i recpect you i'm student from haaramayaa university and we are student and we will expect in the recent time the fredom of our country oroomiyaa our struggle is never stop and your music s it have a fully power to push any oroomo generation so please at this time we need your role in our struggle.sijalaana xiyiitiko
Warraqaa Nama nyatu Rabiituu Beekkaa Inashalha Waaqaayoo naamaanii qabuu waadhaabee hin qabuu Qaabbaa Waan chufaa'a Ulfadhu jii wooow oromoo song 2023 ❤❤❤
Caaqasa yaa ummaata oromoo kanaa hundaa baanne dabarsiinee ammaas gotoota keenyaarra hin teenye jaarri tokkoo haa tanuu waal haa jajjaabesinuu😭😭😭 sii jalaannaa caalaa bultumee goota keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaakeetii jetee sanyii koo 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭
Caalaa , I appreciate you all the time....waqqi ummat oromo thurat sibulchin
I am proud of you, Caalaa koo!👏👏👏👏
Naaf jiradhuu qaxalee kenyaa waqayyoo umurii kee haa dheresuu dhugaa 💕💯💯❤️❤️❤️💘💘🙏💔😭😭😭😭😭
Kenna adda qabda caalakoo naaf jiradhu hin duhin ❤❤❤Nuf warri duhanu gara nu gubate maaloo sabakoo sababa xiqqo walirra barbadne wal jibbu dhiisa wal bira dhabadha❤❤❤
Excellent Chala!!!...keep it up Good Job!
Akka gurra Saba keetiif taate; iddoo kee bakka siif bu'ee Waaqayyo siif haadubbatu❤❤❤
I from oromiya living Long age my bravo my lion 🦁 I love you from my heart ❤️💕
Really Apriciate this music..Seenaa guddaa nu barsiise..jabaadhu leenca namaa
Chali koo l love you for ever❤❤from gujii wondo!!!!!
Me to Gujii shakiso❤
Jabbaadhu gurbaa yommuu wal jabessuun nu hin baree garu ofegaadhumaa wan jajjaaba akkaas kan seenaan hin rafaane hojjeechu bayee sira fi kan biroo irraa egamaa..kan kee garu bayee seenaa gurguudaa fi cimaa itti dabaalii qabas....jabbaadha si waliin jira....JABBAA KEENYAA JABEEFACHU QABNAA....CAALAA
Jiradhuu nufff .. always uniting oromo
Jaba kenya.goota kenyaa gerarsaa kana dhagefadhe hin qufuu gofta kana cala siyajabessu❤❤
Sinjaalladhaam tureeM Sif Lubuma hinqabuuun turem garuu Garuu gochikee qabsoo oromoo Jesus mufachiseraa calakoo bekakoo yedalesakoo garararraa nutti hintahiin higitintiriin Jabaa tahii Arba tahi dhabbaduu Kun dhamsa jajjabe wallagatii 👌OK ❤❤❤💓❤❤
welcome back Caalaa, I respect you at any time!
Caalaa umurii dheerraa jiradhaa keenna addaa qabda jabaaa koo❤❤❤
Jabadhuu gotaa koo dhugaa sirbota kee keessati gootoota meqaa baree kun amoo seenaa isaani waliin barsiisa seenaatti at caalaa koo
WOW Best Music, Jabdu Namaa! The Strongest Of Man!❤💚❤🥺
Galatoomi. Jabaadhu. Iti fufi, silatu iddonke kana ture.
Baga dhufutte caallaa I mesiyuu onneni takka sijalatee sijibbuu dadhabbee 💔❤️💔❤️💔😂🤩😂🤩😂🤩❤️💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔❤️👌👌👌👌👌👌👌👌
Calakoo jabakoo jabadhu jabaa namaa gotakoo ❤❤❤💚💚💚❤❤❤💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽
Caalakoo wagga 1000 nuuf jiradhu dhiira onne siibilaa
😭😭😭😭😍😍😍💪💪💪Akkanatti sibeekna caalaa galatoomi baayye garaa nuballeesite😭
Wow caalaa mata dhiira ammas umurii dheera jiradhun🙏
Baga itti himtee warra diina keenyatti oromoon goota akka ta'e; jabaa ilma sabaa jabadhu
I am oromo people but I love oromo music and adjustment of Luidgiutar
uuuuffff Cala kooo bara 2008 yadadhe bara jaba koo welcome gota koo🥰💗💗❤❤😭😭😭
Baga bakka kee duratti nagaan dhuftee iddoo haacaluu nuf buuta jennee si abdannee jabaadhuu
Jabadhu lenca lenca caaluu caalaa bultume debiisii
seenaa oromoo Kan baddee Waqqaayyoo onnee sibiila
sif keneraa caranii akkaa lencaa daggala
I loved the segment on wollega side do more on that , all in all good job soldier ! Huwa!
Caalaa koo baga ittii cabsitee nafxanyaan kabajaa hin jalaatu 💓💓💗💗💚💚💚💚💗💘💘💘💘💘
Wow
Caalaa koo, I respect you a lot, especially in the area of recounting the history of struggle in the form of music in your previous work and in this particular one as well. Please, it is enough now to push this generation into the struggle that never ends. This time we need to be different-different in positive thinking, different in helping and listening to each other. Our people need to rest, focus on the blessings they have at hand, and connect themselves with God. God blessed Oromiya with abundant resources that could feed everyone, but we couldn't even eat more than three times a day or enjoy the coffee we produced due to disunity and selfish and ineffective politics. Look at what is going on in Welgga? Please come up with a strategy of betterment and improvement on the culture of thinking and dialoguing. Gradually, we are losing the culture of listening to our elders and respecting humanity. For this, we are all accountable; we cannot push responsibility on the government or on politicians. Please use your voice and artistic power for the salvation of our people rather than pushing them to struggle. Thank you
I agree with you brother thank you for sharing your ideology
@@duresaalemu764 Thank you very much Brother
😊😊
😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊
M.lpm
Baga nagaan nuf dhufte caalaa si jaalaana!!!!
caalaa entertain and educate us at thesame time keep the good work our hero.
sagaalee akkaa kaana esuumaa fidaata atti haali waalaloo ketti garmaalee namaattiii tolaa
viv
Guddaa galatoomii
Woowu Caalaa Bultumee umri dheraa nuf jiradhu sabonaa kiyyaa
Woow jabbaa keenyaa nuuf jiraadhuu ittii nuuf himmii siriitii
Gooticha sabaa baga hojii kee duraatti deebite.Kanatu sirraa miidhaga kunoo !!
Leencaa oromoo jabdhuu❤❤❤❤❤❤❤❤
guaya tookkoo jirraa
❤❤❤❤❤
Wani ajibaa qabtee dhuftee waggaa meqaa sagalee kee kanaa hawine jalaneraa ittima fufii ❤❤❤
Well come back caalaa wow deebinee si dhabuu hin fedhu dhiira Koo
caalaa koo atii goota oromootii waqqayyon umurii kee hadheerassu akka billissummaan oromoo milka'uu nuuf jiraadhuu caalaakoo
Waan qabnuun wal tumsuun injifannoo ariifachiisa! Well come back my brother!
wow bayyee namaati tola kitaaba fulaa kumaan bareeffamu yedaloon nuuf xumuurteem calookoo
Dhiira onnee sibiila jabaadhu
waccuuf gurra hin laatin
Jabaa koo Jabaadhuu 👌💪💪🦁
Oromoon Qaliidhaa 👏👏👏👏📢
❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚
Welcome back caala bulttume Sagaleen kee Firaaf dawwadha Ormmaafimo marziidha
Ati sagalee kee kiilolee kanaan Qabsoo Oromoo isa Marsaa Duraa san keessatti uummata kee kakaastee diina fonqolchuu keessatti gaheen kee guddaa ture. Qabsoon dhume seetee manatti deebitee turte (keessumaa du'a gooticha Haacaaluu Hundeessaatiin booda). Diina isa dura fuuldura keenya ture san caala diinni inni guddaan eenyummaa saba kana tasuma hin fudhanne jiraachuusaa dagattee laata? Sabni kee callisuu keef sitti gaddee ture. Haata'uutii diinni bara baraa sun waan sukkanneessaa uummatarratti raawwannaan iddoo turte sanii kaatee deebiteetta. Kanaaf immoo sabni kee baga nagaan dhufte siin jechaa jira. Imaanaa Haacaaluu sinitti laatee darbe bakkaan gahuu qabda. Amma sirbi ati sirbite kuni faaruu fakkaata. Garaa nama nyaata. Godaannisa saba kanaa yoo tuttuqxee itti kakaastu, garaatu nama hammaata. Gadoo baafachuuf saba kakaasa. Qorichi keenya tokkummaa malee akka hin jirre sabaaf dhugaa bahaa jirta. Eeeyyeeeeeen baga nagaan deebite. Falmadhu.
I'm live in Israel 🇮🇱 but I love oromo music 🎶
@@melkamuyeshiwas3892 😂😂😂😂😂
jabdu koooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooo
Caalaa koo gootatu goota farsaa jabaadhu baay'ee si jallataa sabakee
baga dhufte Urjii namaa!
Really a very interisting song!
wayoo jabaa dhiraa caala bultumee jabadhuu 💪💪💪💪💪🐅🐅🐅
Lubuu koo bagaa ngy dhuftee ❤️🥺🥺🥺💔❤️
I am from Tigre but I love oromo music
Thank you!
🥰🥰🥰🥰🙏🏼
so I Love so much
@@medanetdejene2068 zjikm89 999999oj 😢
Thank you ❤
I'm from Saudi Arba ❤🇸🇦
Qeerransoo akkanatti si beekna💗..welcome again
Akka Hacaaluu Hundeessaa nuuf tahi
Caalaa gotaa koo 💞💞💞💞💞💔💔💔💔🧡🧡🧡💜💜💜💜💜🥰🥰❣❣💕💕💕💟💟💟💟💛💛💗💗💖💖💖💖💖💘💘💘💘💘💘🥰🥰🥰🥰❣😭😭😭😭💚💚💚😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💚💚💚💚😭😭😭😭😭💝💝❤❤❤💓💓💓💯👌
Dhiraa onee sibilaa wanii ofi itii amanete kamuu hojadhuu jabadhuu bayee si jaladhaa
💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️jajabduu koo akkaa sibilaa
Wel came Caalaa Bultumee🤝🤝🤝😍😍❤️🔥
Jiraadhu caalaa bultuume bagaa nuf jiraate
Jaabba jira Guduruu ❤❤❤❤❤❤
Sirba ajaa'ibaati jabaadhu leenca koo.
Seenaa cimaa qaba nama hubatee dhageefatef❤❤❤❤👌👌👌👌
Akkassii mataa dhiraa jabbaadhuu lammii keenyaa
Galatoomi caala koo #baka acii koo nuf jiradhu waga kumma
Wow you back to the game now that what we're waiting for
super cool😍actually my hero
This not only music it is the historical list of oromo heroes dedicated on the front line tank you
😂r😢
Caalaa kan sagalolee onneen ammoo sibiila nuuf jiraadhu.ati faajjii qabsoo oromooti
Wow caaliyyee gara sabaa as deebi'i seenaa rirmi nyaatu
caalaa ati dhugaatti mataa dhiratii wan sirbitufis ta'e yeroo sirbituus ni bektaa qalii ilmaa
Guyyaa Gootoota Oromoo sirbi kanaan hadhuura biyyaa ittiin kabajnu ni dhufa!
gaariidhaa yaa caalaa bultumee orommoo dhaaf du,un gaariidha
I used to listen to English music, sometimes amharic and I stay away from otomo music until I meet oromo artists at my work place and he wants to buy something and so on
Then and only then I realized that I didn't fulfill my responsibility by helping my (people) nation regardless of my benefits and happiness
caliyee koo jabadhuu
Seenaa darbee nu yaadachistee galaatomii jabaa keenya 💔❤️🥰🥰🥰
Always best.......what a music and history telling🙏🙏🙏🙏
Shobooliyaa daalee dammakoo bakka jedhuu kaasee das na jedhem
Baga ngyn dhuftee goota koo 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
❤❤❤❤😢😢😢😢Caala bultume goota atii
WOW Best music jabba keenyaa ilmaa sabba 🔥💖💖👍👍👍
Iam from keenya i love oromo music
Calikoo banko jarte jardegaa biyaa gootaati Animo Bedeelee dha sirbikee kun sena anat ta'ee umurii dhera sifen awaa caliit ijaa oromoo calikoo
Chala I'm proud of you my dear ❤
ጫላኮ ባዬ ሂንበሬዳ ሲሪቢ ኩን ኦሮሞ ቶኮምሳ melody _100%lirex_100%