Hanga Yoomiitti Akkanatti Nyaachistaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 214

  • @daditumosissa5465
    @daditumosissa5465 2 месяца назад +75

    Namoni seena obboleesi keenya Gammachis Teshome dhiyeesu kun nama barsiisa wari jetani like godha shares godhati mamiltumasas oli buta malo

    • @hehehu6929
      @hehehu6929 2 месяца назад +1

      Masha allah jabeenyaa rabbiin sif kenaruu amalee rabbiin siwalin hajiratuu ishii mo ofiitii hin fidiin eguma samayiif dachiin waliitii garagaree

  • @solanegalata7206
    @solanegalata7206 2 месяца назад +28

    Obbolessa koo mucayoo kun siif hin tatuu maaliif jenan amma ishiin sitti debi'un ishii sii jalatetuu osoo hin tanee bakka seentu dhabdetuu dhugaa dubachuuf yeroo Matin ishii jibaan oddo demtu dhabdee birri sirra fudhatee sana bodaa demtee amma wagga tokko gutu essa akka atii jirtuu sii bektuu amma moo gafaa dhirii ishe gatee demuu sitti debitee mee hubadhuu dhiraa ishiraa adda bahee ishite dhisee osoo hin tanee isaan ishii dhisee Kan atti itti yaduu qabduu isaa tokkoraa lamma dhiraa biraa wajiin turtee amma osoo ishiif ta'era ta'ee sitti debitti jireenyaa ishi jiratii turtee amma filaanoo dhabdetuu malee jaalalaa keef mitti isaa wa'ee obbolaa kee hojii waaqayyoo kessa galuun barbachisaa mitti wan waaqayyoo akkasittin ummef isatuu bekka obbola kee situu jirachifata hojite malee dafqaa naman mitti namni obbolotaa kee wajiin sii jalatuu hin dhibu akkumma jalannan furii wajiin jibbinan birri wajiin jedhamu nama hin dhabduu atumti jabadhu waaqayyoo kadhadhu ati nama jabba namotaa kanaf fakkenyaa tatudhaa yadni koo kana fakkataa dogogoraa jiruuf dhiffama

    • @SasaDada-r8t
      @SasaDada-r8t 7 дней назад

      Dhisii mucaa kuni jin datu
      ATI nama ququlluu onno 💔💔🎉❤

  • @Hawwii-H
    @Hawwii-H 2 месяца назад +9

    Lamaafa gaara ishee hin laliin kun jireenyaa keef hin taatu sif ammoo rabbiin haadha manaa gaarii sif haa kennu❤

  • @sfoosfoo2550
    @sfoosfoo2550 Месяц назад +2

    Sini.waaqaayoo.daimumamani.ogeti.godhe.si.ume.ati.jabdu.itallati😢😢😢😢😢

  • @NabilJamalmane
    @NabilJamalmane 18 дней назад +1

    Dhala afaan bafatte maati nama jibbitu halli isi gonkuma kan jijjiramu miti , osoo futée wajji jirattelle mati kee yero bira hin jirre malirratti fhiqatti ofirra fagessi akka bahaf dhihatti, gabbitus waan kalessarra matima isi ykn hiryaa isittu obbolota kee akka midhaman gosisa, sirra haa qabu fokku akka isitis 👉qoree dhoqqe kessati sun

  • @samiramuhammad4187
    @samiramuhammad4187 2 месяца назад +7

    Obollessa kiyya baga rabbi sii garagareee rakko kessa si basee si qofa mitti abban akka abba ketii baayee dhaa jabadhuu amasi jalalii ilmaa nama mali si fayadaa mitti ani akka yaada koti itti hin debiin isins rabbii akka caara issi ha godhuu atis rabbii hirree gari si ha kenuu issi guyya duraa ka bira sii irrrti filatee ama asi achii Zorraa turtee rakktee si debaa jetuu amas yoo waa si caalu aegatee imma demtti kaa dura demee tollufii diinna debe amas yoo tolltefi imma demaa kanafuu iitti dhiissii rabbii hiiree gaari sii haa kenuu ittii hin debiin wh sii hin bafatuu boru rakkoo kana oli kessaa sii galachitti

  • @Inshaallah-r3u
    @Inshaallah-r3u 2 месяца назад +4

    Duraan dursa obbollesa koo ati dhugaa bayyee nama gaariidha itti ansuun dammoo intala kana tasumaa itti hin debi'iin osoo nama gaarii tate kallesa obboletti kee gati sin hin jettu tasumaa itti hin debi'iin boodas si arabsuun isiis hin hafu sana qofas osoo hin tane obboletti kee tanafis dhibbaa qabdi boodas woluma Galat rabbi tan akka kee sif haa kennu tana cufi off irraa❤

    • @LalsiA-c5o
      @LalsiA-c5o 2 месяца назад

      Aniis akkasun jedhaa dhissi ishee

  • @Masii-tube
    @Masii-tube 2 месяца назад +7

    Abadan itti hin deebi'iin nama akkaataa jireenya ke hunda waliin kan si jaallatu barbaaddadhu
    Yo sitti deebites yaadni jibba obboloota ke of keessaa qabu kaleessa keessa ture boris keessa madduu danda'a garaa namaa waaqayo isa nama❤😢 uume qofaatu beeka

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf 2 месяца назад +2

    Oboleessaa kiyya senaa kee bayee garaa naa borsee rabii baka yadee si haa gahuu oboleeti tee rabii sifi ha fayyisuu mee manaa yala fidi bakaa amanti lee fidi yomaa lukkanisi dhabatee sifi demtee 😢😢😢❤ intalaa amoo ittii debiyuu mitii bibilaa yuu irraa hin kastuu turtee balgee tanna safaraa isii hin bayyini borusi jirenyaa kee si balleesitii😢😢 ofraa biloki sifj rabii nama akkaa ke qalii lafumaa sifi kayee jiraa❤❤rabii si haa milkkeesuu

  • @ayantujunedi345
    @ayantujunedi345 2 месяца назад +1

    Siraa haa hsftuu dhalaa yeroo dhiira jijiruu barte dhiira tokkon wajjin ta,uu dandeesu keyysaa fuu dhalaa biyya arabaa si bugdii firaa dhiisi tan siif taatu rabbin siif fidaa eegadhu

  • @AyaGrma
    @AyaGrma 2 месяца назад +2

    Si mite demti amale iti dhiyatin garummaa gotefi wqayo wani gari sifi godhaa obolesa koo Wqayo kadhadhu jabadhu amasi amanamuma keti❤❤❤

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py 2 месяца назад +4

    Namnii matiikee sif kabajee sif hin jalaanee yomiyuu sinf kabajaa hin qabuu jalqaa mudaakee ilaltee sii dhistee amaamoo toliikee galaafiin debitee atii bayeemaa namaa adatii obolesaakoo namniikun boriis sababaa oboletii ketiif jirenyaakee boresaa utuu akaa yadaa kotii iraa fagaataa dhifamniimoo kan waqayoo tii borimoo maal akaa si gochuu dandesuu yadii yadaa kiyaa ❤

  • @رامامشي
    @رامامشي 2 месяца назад +1

    Obolesaa koo itii.hinii debiyinii Lakii jirenyaa Gara biraa barabadadhuu atii nama cimadhaa jabadhuu💪💪💪

  • @SifanBeka
    @SifanBeka 2 месяца назад +5

    Wow har'a ani tokkofaadha bagaa nagaan dhufte gamee❤

  • @ameenaireso
    @ameenaireso 2 месяца назад

    Obolessa koo ani heddu si galatofadh mafi jenani ati amman eggu wan tatef kaa iti anu nama obola ufit bakka qabu wani tatefi garu mucayo kan iti hin debin sababi isa dura wayye kee betu si jalate Amma lamafa obola kee nara. Basi jet ati dide jenani dhira bira barabae kanafu. Hiree bira barabadu 💐💐💐💐💐

  • @TigstBirhanu-lg8ym
    @TigstBirhanu-lg8ym 2 месяца назад

    Obolesaa kiyaa atii namaa adatii waqayoo goftan umurii kee haa dheresuu obolaa kee walin
    Itii hin debi'in qilee haa sentuu waqaa atii obolaa kee kanii sifii kabajuu kani wajin jiratuu namumaa enyumaa kee bekuu barabadadhuu ykn hala jirenyaa kee hundaa isaa iti himii bultii garaa biraa dhabadhuu❤❤❤
    Durasaa maa sii dhiftee amaa maa itii debitaa jirnyaa abdii kutanaa haa jiratuu ammaa baraa baratii😂😂😂

  • @SabitNajeb
    @SabitNajeb 2 месяца назад +1

    Kan aka sena kana na bosise hin jiruu obolesa koo namni wada nyate boden isaa gabii qaba ati dhugumati hayuu beka wanan jedhu hin qabu gudaa galatomi garuu erga isheen gabite dhifama si gafate woliti debiha namni dhifama namaf godhe Rabin ni jalatan ❤😢

  • @getulami50
    @getulami50 2 месяца назад

    nama akka kanaa waliin jiraachu hin qabu ,maalif jenaan yeroo xiqqoo isaa waliin jiraate jireenyi yoo itti mijate ijoollee sana jibbun ishee hin oolu

  • @FgFg-cn2tx
    @FgFg-cn2tx 2 месяца назад

    Ani akka yaada kootiti itti debini jedha sababni isasi ishee kale gamma obolota keetin sii dhiste demte borusi debite demuni ishee shakki qabu Amma carra hanga argatuf sitti debite borusi carra argani sii dhiste demti jirenya Mata keeti Kani isheeni alla egali erga nama heddu walin jircha turte bultisi yoo egalani isheeni hin siroftu 🎉🎉

  • @KamilaaNasirSulerman
    @KamilaaNasirSulerman 2 месяца назад +1

    Wly argasitii ittis hin debiyin asasiyyu hin dhaqin saree kana baga rabbin wagasi kennef abshir obbolessako atiyomiyyu nama ol siyaa jorachisuu rabbin😢😢 dubartii gantuu hin dhisinif😢😢kan biraa fudhii😢😢laqqatte quftee dhifama si gafatti rabbiyyu hin dhisinif😅

  • @برتقالهاورنج
    @برتقالهاورنج 12 дней назад

    Baga waqayyoo sii gargaree rakko kanaa kassa sii basee 🎉🎉

  • @WrktuuTufaa
    @WrktuuTufaa Месяц назад

    Obboleessa koo anis dubartiidha garuu dhugaa waqayyoo boruu waan naa mudatuu hin bekku itti hin debi,in Kuni garuu yadaa kodhaa waqayyoo kaan akka Kee gara qulqullu qabuu siif haa latuu oboloota kees gatee enyumayyu yoo ta,e irra adda hin bahi arrabni lafee qabuu garuu lafee nama caabsa jechaa isheen duraa siin jetee sana hin dagatin inna ati ammo dhiraa jabadhaa jajjabadhuu obboleessa koo waqayyoo sii wajin haa jiratuu 😢😢😢😢😢

  • @SimonsDaibbai
    @SimonsDaibbai 2 месяца назад +1

    Dhugumatti seenaankee baay'ee nama gaddisiisa dandeessee arra gahuu keetiif waaqayyo si haa eebbisu ammarree humnasaa siif haa kenn😢😢🙏🙏

    • @sabontuuagaroo2908
      @sabontuuagaroo2908 2 месяца назад

      Dhugumattii atii namaa cimadhaa sii hin tatuu dubartii ballagee dhaa namaa biraa barbadadhuu

  • @MmAa-f9u
    @MmAa-f9u 2 месяца назад

    Obolesa. Koo. ❤isini. Sii. Tatuu. 🎉iraa. Fagadhuu riqi. Bira. Baandii. Malee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😮😮😮

  • @Warqee-ei3yk
    @Warqee-ei3yk 2 месяца назад

    Seenaa hedduu garaa nama nyaatuu😢😢😢 ayii😢 waan hunduu akkuma jiruttii ta'ee hintala sanattii hin deebii'iin oboleessa kiyya jireenyakee booreessuu fi obolaakee waliin addaan sibaasuuf deemtii abadan ittiin deebii'iinin jedha an!!

  • @MohdM-z2g
    @MohdM-z2g Месяц назад

    anaan buche koo jalqaaba hangaa dhumaati seena nama bochiisuu 😭😭😭😭😭
    oboolesa koo ati garaami namaati waqqaayyoo Kan aka kee siti haa qabuu garuu ishi tanaara fagaadhuu jireenyaa bira egaalii 😢
    ananis kadhiman koo Wal jalaane wagoota dheera walin ture Ani biya ormaatin jira naraati fuudhe ilmo godhaate taufi dinaan ama gara koo garaagare sif due dhifaamaati jecha jira garuu ofiiti debisuun lamaata bola sente kesa bateeti debumiiudha

  • @dameabebe586
    @dameabebe586 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤ Ittin deebi'i otoo sii taate kaleessaayyu ati nama jabaadha ammallen jabaadhu

  • @salehamustafa950
    @salehamustafa950 2 месяца назад

    Sif kan tatee Rabin sif kena kan matikee gutuuu jalatuu
    Inshallah senakee gamachisamoo Rabin nuhadhagesisu Abshirii Abakoo

  • @AffectionateBirdwingButt-nm5dm
    @AffectionateBirdwingButt-nm5dm 2 месяца назад +1

    dhissii obbolesaa❤❤❤❤❤❤

  • @Seena-j6o
    @Seena-j6o Месяц назад

    Micayoon kunii odumaa atii ofitii debifteyuu boruus lamataa namaa biraa siratii fidee amilekee xuxii atii namaa matikee gargaraa ojikee ojatudhaa odoo jalalaa dhugaa abaa ijolee shitii sigodhachuuf barbadii ta'ee midhamaa OBolaa ketitiif sidhiftee hin demtuu turee amaracii biraa dhabnan sitii debitee malee sijalatee mitii odoo wadaa Jetee egdee turee sicalayuu ishetuu obolakee ofitii qabee midhamaa sanii egaa turee filanoo dhabnaan sitii debitee malee sijalatee mitii karaa atii hinbeneen obolakee midhuu dandesii wanaa ta'eef ofitii hin debisinii jirenyaa matashii ajiratuu sin waqayoo ganaa wanaa gudaa kanaa caluu sigochuu danda'aa

  • @MiichuuOromoo
    @MiichuuOromoo 2 месяца назад +1

    Oboleessa kiyyaa abbaa ketuu dhifatee irra fagatee jirataa jirataa namitii ittii hin debiini kanafuu ati jirenyaa keee jiradhuu sitti haa hafuu sabanii issaa dogogorrii takatii hin jirraa garuu isin waa saadii dogogoratee itti hin debinii

  • @lelisehawas3503
    @lelisehawas3503 2 месяца назад

    Obboolessaa koo Jiruu kana duraa ijoollumma keetin dabarsiitetti deebi'uu yoo barbaaddee maalee ishee kanatti hin araaramin. Qabeenya kettii Ammas dhiiraa biraa sirratti fiddee hiyyumatti si deebisti😢😢

  • @faaxeelove8142
    @faaxeelove8142 2 месяца назад

    Kee sirkaa fixee deemtii dhisii kan rabbiin sif qoodee fudhii obbolessaa koo ati goota jabadhu amas obbolaa kee wajin umrii dheradha😢

  • @aishasimale9696
    @aishasimale9696 2 месяца назад +1

    Obolesaa koo tunii boruu jirenyaa kakee balesitii itii hin debini❤❤

  • @CaltuuAbdullah
    @CaltuuAbdullah 2 месяца назад

    😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭heduu Gara nama nyataa seennaa kuni dhugaa rabbii nu dubarti ofi hin qabnuu bee nama dhugaa nutii dubatu dhisinee ka nu samuu Amana uuuffffff😢😢😢jabadhuu obolessa koo

  • @Sifaanwabo
    @Sifaanwabo 2 месяца назад +3

    Hadaraa itii debiyin oblessaa koo kanti debiyuu kee irraa duhaa sii wayyaa balgee akkasti dhugaa

  • @HashaaNagawo
    @HashaaNagawo 2 месяца назад

    Lakki jireenya gara biira jiiradhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @FanEerku
    @FanEerku 2 месяца назад +1

    Duraan dursee galatomii yaadaa kee nuuf qooduf dhugaa duubachuuf atii garuuman kee arras biruus sii jiraachisa waqaa biratis kanatuu fudhatama qaba obbollettii kee moo waqayyoon sif haa fayyisuu hunduu garuumafi abshir😢 atii hundumaa obsan akka Iyob taatee kan dabarsite dha waqayyos sii gargareera araas isaatuu siii waalin jiraa haa tahu malee intalii attii jallatee jirtuu yoo dhuguman jallatee jiratee jalaalii yoo sii moohate malee osoo ittii deebiyuu batee gariidha akka yaada kotii sorry garuu malif yoo jeete maaluma yoo tahe namni matii kee sif hin kabajne siif omaa hin godhuu damoo hiyyuman ommaa miti jireenyii araa jiraatu boruu hin jiratuu bekii kanaafuu jireenyaa biraa egalii yoo moo naan siraadha kan jetuu tahe dhuguman ittiis deebiyii garuu boodas nii shaakisisti osoo obbolletin kee fayyaa guttuu tatee rakkoo hin qabu qofatii akkumaa ishee jidachuu dandeesii😢😢😢 garuu ammaa akkam.akka godhaan nama waalalchisa😢 waaqani sif haa kenuu nama akka garaa ketii😢

  • @iyesuusiddooboqonnaakoo5139
    @iyesuusiddooboqonnaakoo5139 2 месяца назад +7

    Deemtee deemtee lafa wayiitti ammas gaaffii obbolaa kee sitti kaasun ishee hin oolu fakkaata. Dubartiin ofitti hin amanne rakkistuudha.
    Gammee fayyii koottu atimmoo waan hoo'aa danfisi jedhiin shaggeedhan 😅❤

  • @زينبامانو
    @زينبامانو 2 месяца назад

    dubarttin dhiraa heduu bartte hin tetuu burulle dhiruma biraa siratti jallattee jirenyake jeeyxi dhisi baredumisi simbo qabachun isi haguma illma takka dhesufii male nidarba tan bareduma hin qabnee futte jirenya boqonna qabu jirachuu sifwayya sinfayyadduu dhissi jedha an aka yadakotti😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @madinaseyid
    @madinaseyid 2 месяца назад +2

    Hin debi'ini siti hahafu ati kan aka keti rabbin sihakenu chara yotoko nama darbe hin debi.u ishi darbera caran 😢😢😢😢😢😢😢

  • @Khadijakhadir-s8i
    @Khadijakhadir-s8i 2 месяца назад +1

    Itii hin debinii sabanii isaa osoo dhuguman si jalatee duruma aksii si hin gonee amaa nama isi tayuu dhabnan sitii debitee kanafuu atii dubartii sifi matii ketile jalatuu fudhuu kunii dhamsa kotii 🙏

  • @hireedha
    @hireedha 2 месяца назад +2

    baga ngy dhufte gammee❤❤

  • @yusraoromo6322
    @yusraoromo6322 2 месяца назад +2

    Uuff Seenan kee bayee nama gadisissa dhugaa dhirii akkan yeroo amma kaan kessa jiraa garu dhugumatii dubartiin si argatee cara qabdii ani akka kiyyati dubartii tanara fagadhuun tuni debitee si ganuu dandessi kanafuu hin fudhiin sanirati dhiraa bartee jirtii bulti yoo waalin dhabatee waan kaan calutu siti dhufaa dhisi ofira kaan rabii sifi qodee ni jirtii egadhuu oboleetin tee cara qabdii obbolessa akka keeti jabba kaan qabdachuu isheeti

  • @Bakalu-ui3yh
    @Bakalu-ui3yh 2 месяца назад

    Obbolesa Koo Seenaan Kee Bay'ee Garaa Nama Rasaa Garuu Atti Jireenyaa Kee Fi Kaan Obolawaan Kee Hin Balesin Karaa Garii Jedhiin Kaan Sifi Maaltu Barbadadhu

  • @AfjalKhan-mh3hg
    @AfjalKhan-mh3hg 2 месяца назад

    Masha Allah ati dhiruma goota wallahi

  • @bontusalalee9537
    @bontusalalee9537 2 месяца назад

    😢😢😢😢 anni garuu dhissin siin jedhaa sababini issamo isheen sanif sani lakkafu bartee tuni bulttidhaa hin tatuu dhugaa

  • @TsehayeDirbeba
    @TsehayeDirbeba 2 месяца назад

    Dhugaa waaqayyootti seenaa kana dhagefachuun dadhabe imimaaniif ijji koo bilbilaa ilaaluun dadhabe seenaan kun seenaa kootin wal nati fakkate baayee boohe obbollessaa koo galaatomi edaa seenaan Kan kootin wal fakkatu ni jiraaaaaaa

  • @SennaHabtamu-cu3gy
    @SennaHabtamu-cu3gy 2 месяца назад

    Oromoon gaafa mammaku akkas jedha obboleessa ko jalannan furrii waajjiin jibbinan qumbi waajiin jedha shamarren kun dhuguman nama si jaalatte osoo tate hir'ina ati qabdu waaliin si fana jiratii turte itti deebi'un tasuma sin barbachisu shamarre dadhabii atii qabdu waaliin si jallattuu waqaayyo sif ha kennu

  • @SimonsDaibbai
    @SimonsDaibbai 2 месяца назад +1

    Dubartiin takka jireenya ishii balleessitee amala heddu taa waan hin sirroofneef jireenya mataashee akka amalasheetti aaziraattuun kana booda akka kootti garuu otoo itti deebi'uu baattee baay'ee natti tola

  • @misramohamed3547
    @misramohamed3547 2 месяца назад

    rabbiin qulquuluu akka keetii sif haa keenu yoo obbolleessa kiyya

  • @Salma-kf3vb
    @Salma-kf3vb 2 месяца назад +1

    Uuufffa senaa bayyee namaa ajaibuu kuni obollessaa koo itti hin debinnii.kani akkaa keettii raabbii bekittuu fudhii..😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @AsiaAbdulmajeed
    @AsiaAbdulmajeed 2 месяца назад

    Ittii hin debihin hire kana calluu rabii sif qaba❤

  • @nuradawud6037
    @nuradawud6037 2 месяца назад

    Nama gaddisiisa garuu wonti guddaan waan huda injifachuukeeti .balleessaankee garuu mallaqa liqeessiteefii gara biyyalaa erguu keeti dogongorteetta. Yerookudhan mitii dhibaa haabilbiltu jalaa hinkaasin garuma ishee hinmillatin waayiikanaa yaaduumitii.Gonkumaa dubartii akkasii jireenyakeetti hindeebisin siif hintaatu hiree biraa barbaaddadhu.

  • @destadesta7019
    @destadesta7019 2 месяца назад

    Hiti debini nama akkana tasuma baka jiruu hini dhaqini tuni boru debite sini miti 😢😢😢😢

  • @AminaAmina-ot4sf
    @AminaAmina-ot4sf 2 месяца назад +3

    bagaa nagaan dhuftee gammee kenyaa

  • @AdisB-py7dt
    @AdisB-py7dt 2 месяца назад +1

    Nagaf jalaliii waqayyoo sif haa bayyatuu jechatii❤❤jabadhuu bayyee wan namaa barsisufii nama boharsudhaa, gamee kenyaa, anis sif qoduu barbadaa mee ajamitin sif qodaa sagaletin ni dandamaa baresuf yeroo hin argadhuu, pls, naf himii mee

  • @bbbna2320
    @bbbna2320 2 месяца назад

    oftii ishii hin deebisiin tuni booruus sanumaa ishiin jireenya kani bira jiradhuu Bayyee tokkoo gaara Nama nyaata seenasa😢

  • @AlMadina-f7b
    @AlMadina-f7b 2 месяца назад +1

    Senan ke bay'ee nama gadisisa dhugga uttu dubarti gari tate wan sena ke bettufi obbollotta ke akka hadhatti si wajjinin kununsa gotteffi gudisiti turte tan uma rabbitin si jala fayya dhabdes sima wajjin kununsiti turte kanafi irra faggadhu attis kan akka ketti matti ke jallattu filadhu fudhi obollessa kiya dhifama wajjin yadda kiya kun

  • @AbebaTamiru
    @AbebaTamiru 2 месяца назад

    ishiti hin debihini tuni borusi sanu siritu sii balesiti jirenyakee

  • @jimma-eu6jx
    @jimma-eu6jx 2 месяца назад

    Muccatin ballageedha hitt deebbuu miti ittinu hin dubbatin sifin tatuu rabbin dubarti garri sif Aakkenuu

  • @Hababayeeeeew
    @Hababayeeeeew 2 месяца назад

    Kun ammas jirenya ke balesufi yero ke gubufi dhisi obbolesa ko 🥲💔nama akka ke waaqayyoo sif ha kenu

  • @Bakalu-ui3yh
    @Bakalu-ui3yh 2 месяца назад

    Dubartuma Akkan Rabbi isiin Yaa Xaragu

  • @SenaMideksa
    @SenaMideksa 2 месяца назад

    Sib fayyaddu dhiisi obbolessakoo😢😢

  • @masee-r7l
    @masee-r7l 2 месяца назад +2

    😢😢😢❤❤❤

  • @MeseKerem-h3y
    @MeseKerem-h3y 2 месяца назад +1

    😢😢😢😢😢

  • @GhdNkf
    @GhdNkf 2 месяца назад

    Goguuma namii adana siihnfayaduu

  • @rahaoro7140
    @rahaoro7140 2 месяца назад +3

    😢😢😢😢

  • @Farida-mb8un
    @Farida-mb8un 2 месяца назад

    Ittin hin deebi'iiin ati meeshaa mit kan namni yeroo fedhe si gatee yeroo fedhees sii kaasuu Kun baalagee gowwaadha dhimma isiiti nama rakkina Kee hundaa wojiin sii jaallatu barbaadii wojiin jiraadhu kana xawalwaallee ofirraa dhisii Boris namaan sii jijirtii

  • @tarertarer3302
    @tarertarer3302 2 месяца назад

    Obbolleessaa koo ittiin hin debi'iin sii balleessittii ❤

  • @hhi4562
    @hhi4562 2 месяца назад +1

    Lakee itaa hin debinaa jiruu saa balesitaa obolesaa kiyaa 😢😢😢

  • @mmmmbnnn6639
    @mmmmbnnn6639 2 месяца назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @CustomerC70
    @CustomerC70 2 месяца назад +4

    Yaa obbolesaa Koo tuni tidarifi oso hin tanee addarumafi itti hin dabi'inii Kani ishee fexee kettii darbudhafii irraa fagadhuu waqayyoo qajelumaa kefi jedhee Kani kee Kani ta'e sifi yaa lattuu😢❤😢❤❤❤

  • @CaaltuuTullamore
    @CaaltuuTullamore 2 месяца назад +2

    😢😢😢😢😢😢😢😢Ayiiiii

  • @BaboBb-w2o
    @BaboBb-w2o 2 месяца назад +1

    😔😔😔😔😔😔😭☝☝☝☝☝🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @boseapplicant9417
    @boseapplicant9417 2 месяца назад +1

    Seena bayy,ee garaa Nama Nyatuu Ofitti hin debiisiin isheen Boruus Sii dhiistee demuu dandeessii

  • @SifaanBirru
    @SifaanBirru Месяц назад

    𝑳𝒂𝒌𝒌𝒊 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒉𝒊𝒏 𝒕𝒂𝒕𝒖𝒖 𝒌𝒂𝒏 𝒉𝒊𝒓𝒆𝒆 𝒌𝒆𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒅𝒖 𝒂𝒕𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒂 ebifamadha❤❤❤❤

  • @RhamaHussin
    @RhamaHussin 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @dubaiajman-nc7dp
    @dubaiajman-nc7dp Месяц назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤

  • @RozaaMuusaa
    @RozaaMuusaa 2 месяца назад

    Nama kana erafagadhu bolitifi sitatu jiruke kesa galichini😢😢

  • @misraabdnmajid523
    @misraabdnmajid523 2 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @LailaLaiali
    @LailaLaiali 2 месяца назад

    Uuufffff garaa nama nyata wlh 😢😢😢😢

  • @raydantleecom226
    @raydantleecom226 2 месяца назад +1

    Obboolesaa koo ati tasumaa itti debi'uu miti intaala kan waliin hin hasa'ayi odoo si jaalatee durumaa obboolaa kee moo an filaata siin hin jetuu lamaata moo ammaa abdii dhabdee bakkaa deemtuu dhabdee sitti debitee

  • @DerartuDerartu-s9s
    @DerartuDerartu-s9s 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @Burtee-bm2zy
    @Burtee-bm2zy 2 месяца назад

    😢😢😢😢😢❤❤❤Biyyaa lafaa

  • @TeshomaMeseret
    @TeshomaMeseret 2 месяца назад

    Obolesa kenyaa bagaa waqayoo sii gargare jirenyaa kee sii midhagese ati asuni imoo osoo wanuma fedhe ta,e micayo saniti hin debi,i durbati gara biraa soqadhu

  • @Enginar6480
    @Enginar6480 2 месяца назад

    Yaa obboleessa ko irraa fagaadhu isheen nama rakko ishee sitti bahuf male sin jalate miti

  • @QashatioroQashatioro
    @QashatioroQashatioro 2 месяца назад +1

    ❤🎉🎉🎉🎉

  • @gadisadaba7627
    @gadisadaba7627 2 месяца назад

    Obboleessako intala kana gara jireenyakeetti deebisnaan , aarsaa kana dura kaffalte dachaa kaffalta. Isheen filannoo dhabnaani gara keetti deddeebi'aa jirti, ati garuu ammayyuu filannoo baay'ee qabda. Of eeggadhu.

  • @HdhdHf-i9w
    @HdhdHf-i9w 2 месяца назад

    Micayoo saan ufi iraa biloki godhii Cara biraa barabadadhuu obolleessoo

  • @Tamima-kz6cb
    @Tamima-kz6cb 2 месяца назад

    💔💔💔😢😢😢😢😢😫😫😫😫

  • @MeserettolossaMesi
    @MeserettolossaMesi 2 дня назад

    ,💔💔💔💔😭😭😭

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa 2 месяца назад +1

    😢😢

  • @Naafii-qy5db
    @Naafii-qy5db 2 месяца назад

    💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭

  • @alamituugiree6250
    @alamituugiree6250 2 месяца назад

    Ati itti hin deebi'iin
    Qoshashaan kunii Duraa Maa demtee
    Fayya kan nama kenuu waaqayyoo dhaa hin Sobdii bodasa Akkasuma sii gotii kan biraa barbaadadhuu

  • @MimiAbc-h5t
    @MimiAbc-h5t 2 месяца назад +1

    ❤❤❤❤🎉

  • @MmMmm-kj4ld
    @MmMmm-kj4ld 2 месяца назад

    Gamee bagaa nagaa dhuftee

  • @obsee-f5h
    @obsee-f5h 2 месяца назад

    Siif hin taatuu dhisii oboleessaa Koo

  • @rabashiitube4960
    @rabashiitube4960 2 месяца назад

    Siif hin tatuu iraa fagadhuu obboleessa

  • @Seenuu501
    @Seenuu501 2 месяца назад

    Lafaa isheen jirtuu iyyuu hin dhabatiin kun sif hin tatuu dubaartin takka dhiraa lakku bartee jennan boruu gaafa haalii isheef mijaates goocha kaleessaa goote goochuti deebi'iti har'aa kana isheen sii barbadeef namni nagaa ishee gaafatu dhibee jennani hunduu akka qooda itti taphaateraa jireenya kee garaa fulaa duraaf siif hin tatuu