WANTI ISIN BEEKU QABDAN ANI ITTI DEEBI.UU MITI DAA.IMa kiyya itti hin muldhifne .billaan abbaan qare abba qale jedhu.nama yeero rakko nama bira jirre itti deebi.uun hin barbaachisu.ani isaa ol jira alhmdullillah ilmoo koos kan isaati oltti fedhi isaa guteefi guddifachaa jira.maati gaarii qaba ilmoo koo akka ija isaanitti laalu.silayyu nama qabeenyaaf si gane gaafa ati dhabde si bira kuta.ani itti deebi.u miti ijaanu isa arguu hin fedhu.alhamdulillah🥰🥰
Ittti hin deebi'iin har'a akka ati jijjiiramte bareeti malee dhugaa waan si jaallatuuf mitii.utuu deebitees ammas gaafa rakkina tokkoo si gatee deema, ati dubartii cimtuudha jabaadhu ammas nan heeruma jettee iddo hin taanetii nama hin taaneen walii hin galiin❤
Seenaan ati dhiyeessite Nama barsiisuu danda'a, garuu suuraa namaa utuu hin hayyamsiisin hin fayyadamin... Mucaan ati suuraasee maxxansite kun sababa ati akkasitti maxxansiteef dubbiiseen keessa jirtu si quunnamsiisuun danda'a
isatii hin debi'iin hara ati bakka kuftee oli jenaan si dhisuu jedhe afan bana namani akkana gafa ati ofi harakaa dhabdee si dhisee demaa ati dubartidhaa nama bayeetu si barbadda kaanafuu nama si kabajuu nama enyumaa kee qofan si jalatuu yoo fetee herumii kaan kanara hafee nama jabduu akka tatee asuman sitimuun fedhaa
Dhugaa mudanno heddu dabarsite baga kessatti hin hafini garuu murteessun ni ulfaata hata'u male dhugaan jiru nama gaafa ati gaari jirtu sitti siqayee hinna rakkina si rakkise itti hin deebi'ini kun yaada kiyyadha
Amma ati jabaate wan gargarsa isaati hin hajamnef si barbaada abbaa isaa kan gaf duraa gargar isin baase saniti nama ergi akka nikaha sirraa busu sif ha gaafatuu
Ani akka yaada kooti itti hin deebi'ini sii jeedhaa sababani isaa gaaffa qabeenyaa ati hin qabane sii jibee amma siijalaachuu osoo hin tane qabeenyaa kee jalalte osoo ati qabeenyaa kaan horachuu batee sii barbaduu😢😢
Hunda cala baga rabi dukana kesa base ifati si base amasi siti hatolu oboleti KO Garu Nama gafa Ati rakoo kesa jirtu si jibe gaga Ati milkofte si barbadu wolini jirenya hini egalani kama bira jaladhu
Girsaa garidhaa garuu niknii aka shariyaa kentii jiyaa sadii bodaa nikaa hin jiruu kanfuu si sobaa malqaa qabdii ke dhaghee si soqaa malee jalalaa ke hin qabuu obletii tiyaa atii jeshaa namaa lakaa le hin lalinii wanii samuu ke jedhee malee
Galatoomi gammee mee isins yaada kessaan naaf bareessa😢😢 harka xuriin malee akka durritti hin hafan alhamdullillah hundaafu rabbiin keessa na baase .amma boodas rabbiin qaba.yeeroo wanti akkan isin mudatu abdii hin kutina .keessa baya jedha abdi horadha.kufee jira jettani bakka san hin ciisina.qorumsaai guddaan yoo ati nama yaadu tataate gingilchaa bu.aa keetiiti.wanti hin dandahamne hin jiru hin dandahu hin jedhina.warqinuu qorumssa kessa kutee faya ta.a.warroonni yeero rakkoo si tuffatan si darban gaafa si barbaadantu dhufa❤fkn kana narra fudha.hundaa kessa darbeera alhamdullilaah..Du.aayiis naaf godha ammas akka bakka gudda gahu abdii qaba.galatoomi gamme koo ❤❤❤😊
Bagaa waqayyoo sii Gargaree Atti cimtudha dhugaa rabii Amas kanuma calaa jabadhuu ❤❤❤❤❤
@@BirkoTeka aamiin aaamiiiiiiiiin galatoomi 🥰🥰
WANTI ISIN BEEKU QABDAN ANI ITTI DEEBI.UU MITI DAA.IMa kiyya itti hin muldhifne .billaan abbaan qare abba qale jedhu.nama yeero rakko nama bira jirre itti deebi.uun hin barbaachisu.ani isaa ol jira alhmdullillah ilmoo koos kan isaati oltti fedhi isaa guteefi guddifachaa jira.maati gaarii qaba ilmoo koo akka ija isaanitti laalu.silayyu nama qabeenyaaf si gane gaafa ati dhabde si bira kuta.ani itti deebi.u miti ijaanu isa arguu hin fedhu.alhamdulillah🥰🥰
Mashaallah baga rabbin si milkesse obboletti koo ammas rabbi eddoo ati yaaden si haa gahu inshaallah. Nikaa karaa mana amantitin akka sirraa busan tasisi ammas fuldura kee rabbi sif haa barechisu mee nafis du'ayi naf godhi obboletti akiraa❤❤❤❤❤
Ati baayyee cimtuudha baga rabbin idoo gudaan si gahee amaas jabaadhuu kanacaalaati
Ittti hin deebi'iin har'a akka ati jijjiiramte bareeti malee dhugaa waan si jaallatuuf mitii.utuu deebitees ammas gaafa rakkina tokkoo si gatee deema, ati dubartii cimtuudha jabaadhu ammas nan heeruma jettee iddo hin taanetii nama hin taaneen walii hin galiin❤
Ittii hin deebiiin akkas jettee kun ammammoo si ajjeesa ok dhirri tokko tokkoo qabeenyaa qofa laala kana beekii qashtii oromoo❤
Wallaahii baay'ee garaa nama balleessa😢😢😢😢
Anatuu dursaa ilalee waarri akka koo jalataan like godhaa❤
Walaahii baayyee namaa gadisisaa 😢😢😢😢😢😢😢😢
Yarbii😢😢😢😢❤❤❤❤
Mashlaa❤dhumraa namtii tolaa jabdhuu jabduu ko❤
Dhugaa akka har'aa gammadee hin beekuu ijoolleen shamarraanii biyyaa araba birrii malee qalbii hin qabduu nun jedhuu😢kutattuu koo ammallee rabbii sii haa milkeessuu jireenyaaf umurii kee hafee siif haa ebbiisuu kan qabdurraa saa bulchuu jabaadhuu nama kaleessaa diinaa har'aa firaa boruuf hin abdatiin kan jedhamuu San yaadadhuu jabaadhuu ammas dhumnii kee haa bareeduu❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🌹🌹😘😘😘😘😘😘
Well come game mata dure😢
Uuuuuuufii yaa rabee ijolee koo naa yadaa jichisii❤❤❤
itaaa hin debinaa subanaah Allah yaa rabibbii
nama guyyaa rakkinaa sii jibbe lammaffaa jirenyaa ketitti hin debisini
Uuufff😭😭😭😭😭😭😭
Itti hin deebi'iin dhugaa namaa yeroo rakkatee si gateetti sanuu yeroo meeqa da'iima kee miidhuuf yaalee 😢 waaqayyo amma illee jireenyaa kee haa miidhaksuu
Jabadhu gameeti oromoo yaanikee nati tooleera !!
Seenaan ati dhiyeessite Nama barsiisuu danda'a, garuu suuraa namaa utuu hin hayyamsiisin hin fayyadamin...
Mucaan ati suuraasee maxxansite kun sababa ati akkasitti maxxansiteef dubbiiseen keessa jirtu si quunnamsiisuun danda'a
Wowowowo Jabduukoo ❤❤❤❤
Itti hin debi'ii gad ishee ha debisuu 😊
Walii deebii homaa
Ayi raakkinaa
Gonkuma itti deebuuf hin yaadin akka yaada kooti
Ittin debi'inii yoomilee ati dhabnan sijibee ati arganan imoo sitti deebi'aa nama biraati erumii dhugaa kuni bineesaa😢😢😢😢😢
Akkana kunoo dubartii cimtuun gobaz 👏👏
Wow mashalla mashalla jabadhuu eshii qashtti tiiya rabbiin siiwoliin hajratuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻❤️❤️❤️❤️❤️
Obbolettiko nama gafaa rakkinake si biraa hin dhabbannef bakkayyuu hin latiin daimaake giddifacha jirenyake jiradhuu amma sin barbadee osoo hin tanee qabenyakedha gafaa qabenyiike dhumee ammas hinumaa sitti jijiirama block 🚫 ofirraa godhi daimaake guddisii rakkinaa dabarsite yadadhuu sababa isanitti wan bayye tatettaa
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffffff 💔💔🤲🤲🤲🤲
Miskin Uuuuuuffff😢😢😢😢😢😢
Obbolettii koo ittii hin debi'iin daa'imaa kee guddifadhuu Kan gaafa rakkoo kee sii bira hin turee hin debi'iin
Uuuuuuufff yaa rabbii Carraa shamarran😢😢😢😢
Atti gaaru rakina hama kana kesati kan abdii hin kutane nama jabdudha ammale jabadhu❤
Maaliin abdii muradha .wanti fedheyyu osoo na mudatee rahamata rabbiirra gara muru. Isins homa fedhe yoo isin mudate mataa gadi cabina .mataa kessan olqabadha deema .enyumma keessan itti muldhisa nma isin tufate .nama isin hubatèe iddoo laadha.
@@uthiuythi4343 dhuga keti hadho ko ati jabdudha yomile fknya gari nuf Tate dhuga sin jedha 🥰kana cale rabi base si ha mulisu ammale❣️
Lalilaahila subanaah Allah
Waaqayyoo baga si gargare obboleetti koo jabadhu ilma ke guddisi bakka garidhan gahii
Ittii hin debinii😢
maashallhh baagaa rabbii siihagaragaree
isatii hin debi'iin hara ati bakka kuftee oli jenaan si dhisuu jedhe afan bana namani akkana gafa ati ofi harakaa dhabdee si dhisee demaa ati dubartidhaa nama bayeetu si barbadda kaanafuu nama si kabajuu nama enyumaa kee qofan si jalatuu yoo fetee herumii kaan kanara hafee nama jabduu akka tatee asuman sitimuun fedhaa
Dhugaa mudanno heddu dabarsite baga kessatti hin hafini garuu murteessun ni ulfaata hata'u male dhugaan jiru nama gaafa ati gaari jirtu sitti siqayee hinna rakkina si rakkise itti hin deebi'ini kun yaada kiyyadha
nama gaafa rakinaa sirraa dheesee ittin deebin maashaallh jabaadhuu rabbiin kadhuu hiree gaarii niarkataa
Itti hin deebihin rakkon didabarti amalli namaa garuu hin jijjiramu kana beeki
❤❤😢😢 Yaa rabbii
ittii hin debi'iin isaatii ❤
Jabadhuu Rabbiin hiree bareduu sif ha basuu❤❤😢😢😢
Hnidebin gudifadhuu mucakee 😢😢😢❤🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Bagaa nagaa dhuftee gammee keenyaa
Namumaa karaa saa sittii dhufee hiin kesumsisiin
uuuufffffff 😢😢😢😢😢😢😢hadhokoo 😢😢😢😢😢
welcome❤❤😢😢😢
Gallattommii guddaa.❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waani bayy'ee nama Ajayibuu hoji rabbi gudda 😢😢
Uuuuuuuuffffffff 😢😢😢😢😢😢
Baga Rabbiin si milkeesse❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢uuuuffff
Ammasi in midhamtaa garaa kee dhifaama godhif mucaa ke qofaa guddifadhu iti hin deebin😢😢
❤❤❤dhittii hin debeeni💪💪💪💪💪💪
Itti hin debihiin nikaan sillumma kana hundaa baderaa kaan seraammo sheriyyaa demmi of irra busii RABBIN sii biraa haa dhabatuu
Abadan itti hin deebi'in ammas qabeenyuma kee qofaafi.
Welcome ❤😢😢😢😢😢
Dhugumatti nama gaddisiisa siif darbuuf immoo baay'ee nama gamma isatti in deebiini garuu maanguddoo si kadhatu saniif jedheetoo jara walitti araarsi abbirraa argatta hojii booda keenya mataa kee jiraadhu daa'ima kee waliin jiraadhu jireenya haaraa yaa obboleetti koo kanuman jedha akka yaada kooti
Galatoomi lubbu koo❤❤
Hayiiii uuuuuuuuuufiii jiruuu biyaa namaa
😢Itti hin debbi in
Amma ati jabaate wan gargarsa isaati hin hajamnef si barbaada abbaa isaa kan gaf duraa gargar isin baase saniti nama ergi akka nikaha sirraa busu sif ha gaafatuu
Uuuuufff 😭😭😭
😢😢😢😢😢
Ani akka yaada kooti itti hin deebi'ini sii jeedhaa sababani isaa gaaffa qabeenyaa ati hin qabane sii jibee amma siijalaachuu osoo hin tane qabeenyaa kee jalalte osoo ati qabeenyaa kaan horachuu batee sii barbaduu😢😢
Gosh jabduu hintalaa
Galatomi garuu itti hin deebiin😢😢😢
itti hin deebi'iin tasuma 🎉🎉🎉jabduu intalaa
😢😢😢😢😢😢uuuuffff
Atti gaaru rakina hama kana keessaati kan abdii hin kutane nama jabdudha ammalee jabadhu waaqayyoo siin gargaaruu
Tokofan ta,ee laki tuqa😂
❤️❤️🥺
Obboletti tiyyaa akkaan jettee wolit hin debin kunii nama mitii binessaa mukkat
Jabadhu waqayo sii fanna jira oso dute itti debini
Itti hin debini akka barabade yaa ta'u kuni borusi yoo ati rakate sii dhise demaa
😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢😢
Ittii hin debi'iin
😭😭😭😭😭😭😭
Ani duraa
😢😢😢😢😢😢😢😢😘😘😘😘😘
Welcome ❤🎉
Iti debiyen muca ke gudifadhu jabadhu
Itti deebi,in kana caala si miidhu ittin deebi,in garuu haadha isaa san jabbeeysi akka😂 haadha teetiti laali
Jabduu itaalatti atti Garuu ilmii nama ni dogograa Akkumaa arma dura obsite har'a getetti obsitu osoo abba warra ketti debite bareda isnis dogograa ofii irraa waa baratee
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Bofti hara'a si hidee bor gugee sif hata'u akaa yadaa koti garu dhifama
Hunda cala baga rabi dukana kesa base ifati si base amasi siti hatolu oboleti KO Garu Nama gafa Ati rakoo kesa jirtu si jibe gaga Ati milkofte si barbadu wolini jirenya hini egalani kama bira jaladhu
❤❤❤
Jabduu koo
Gobizii nama atti dhugaa bagaa waaqayyo sii milkesse
Bagaa rabibbii saa dabarasee
😭😭😭
Girsaa garidhaa garuu niknii aka shariyaa kentii jiyaa sadii bodaa nikaa hin jiruu kanfuu si sobaa malqaa qabdii ke dhaghee si soqaa malee jalalaa ke hin qabuu obletii tiyaa atii jeshaa namaa lakaa le hin lalinii wanii samuu ke jedhee malee
Ya Caraa inatalla
Itti hin debin😂😂😂😂😂
Bagga Rabbiini sii milkeese
Aitti hin deebi'in akkuma duraani sii godha yootti deebitte ayyii hojii isaa haanyaattu
Icci ajaha jedhin ittin hin debin
Itti hin debi'in carraa kee barbadadhuu 😢😢😢😢😢😢
Ofitii hin debbisinii😢