Obbolaa Lamaan Taane Walfuune

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 11 ноя 2024

Комментарии • 359

  • @martaadirribaabashaa7637
    @martaadirribaabashaa7637 Месяц назад +3

    Kanii darbee silaa ta,ee amaa garuu araraa waqayyoon kadhadhuu waqayyoo cubuu kamii siifii dhisaa yoo yesus fayisaa lubuu kee godhetee cubuun kalesaa dhigaa yesusn dhalootaa iraa dhiiqamaa namaa adisisaa😢😢😢😢😢😢😢

  • @tawaahidooamantaakoo
    @tawaahidooamantaakoo 4 месяца назад +25

    Nama gadisisaa 😢😢😢😢 amma akka amantaa keet ii jabadhuu kadhan a tasisifadhuu waqayyo siif yaa ararmuu⛪🤲

  • @BiftuuTulu
    @BiftuuTulu 10 дней назад

    Baayyee nama gadiisisaa waqayyoon araraan garaa keessan yaa ilaaluu jabadhuu kadhadhuu waqayyoo sinti yaa araramuu 😢😢😢😢😢😢😢

  • @muslimbrotherswood1541
    @muslimbrotherswood1541 2 месяца назад +2

    Yeroo hedduu sii hordoofna barumsa nuu qooda jirtufis galatoomi garuu godinaa isaanii ykn ana woliin osoo nuf qoode gaarii tuure itti yaadi yeroo biroof😢😢

  • @nechobeyena3620
    @nechobeyena3620 Месяц назад

    Isaan kun karaa Waaqayyoo yoo ta'e malee akka namaatti gargaaruun itti barfateera! Gochuu kan qabnu garuu angafoonnis ta'e maatiin yeroo saalqunnamtii raawwannu miira obbolootaa ykn kan ijoollee keenyaas yaadaa waan kana gochuu qabna! Akka feetee karaatti albaatu Waaqayyoo nama hin godhiin! Jireenya ijoollee kanaa kan balleesse inni guddaan obboleessa angafaa sana .

  • @FuadAbdii-j3g
    @FuadAbdii-j3g Месяц назад

    Auzubillahi min fitinati nisaai yaa rabbi nu baasi zamanul akhir keysa uuuuuu

  • @frioj-v2m
    @frioj-v2m Месяц назад

    Ni ulfataa dhugaa Rabbii garuu dogonggori Ijollumaan Namattiin hin fenee hin jirtuu attii kaan darbeef Rabbiin keetii boyii sif haa dhisuu of duraaf moo dogonggorraa dalgaa Rabbii sii Cabsissisuu irraa of qusadhuu Rabbiin Sif haa dhisuu badii keessaan😭

  • @SaraEbisa-n7n
    @SaraEbisa-n7n Месяц назад

    Baay,ee nama gaddissisa😢😢😢😢😢 an yadaa hin qabuu garu waqaayyoo Araaraa isiniif haa godhu😢😢😢😢😢😢

  • @ikirimahuseni9058
    @ikirimahuseni9058 4 месяца назад +7

    jallqaba sena kana dhugadha jedhee hin fudhadhu garu yoo dhugaataye amanti kititi jabadhu rabin sifi araramuu danda rabin wani hunda dhandadha wani tayefi

  • @ObsinetObsinet-ws5hw
    @ObsinetObsinet-ws5hw 4 месяца назад +18

    Astgfurulah subahana allah laahawla wala quwatan illa billah

    • @Tamima-kz6cb
      @Tamima-kz6cb 4 месяца назад

      🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹💔💔💔💔

  • @alemiifmalke4885
    @alemiifmalke4885 4 месяца назад +5

    Dhugaa Bayy'ee Nama Gaddisisaa malloo Gabii gallaa Waqqaa akkaa issiniif dhisufii Ammatii ammatanii osoo Lubbuu keessanii garaa biratii hiin demiin
    Uuuuuuffff fedhiin fonnii waan nama hiin gonnee hiin qabuu dhugaa 😢😢

  • @KenoAyana07
    @KenoAyana07 4 месяца назад +8

    Namni yeroo tokko in dogogoora isiin garuu irra dedeebiin waan hamaa kana keessa turtan!!! Namni yoo kufee in ka'uure? Yaada gaara keessani geeddaradha😢😢😢😢😢

    • @BoriifStudio
      @BoriifStudio 2 месяца назад

      ruclips.net/video/l5EfKvEd3vA/видео.htmlsi=6uZjqEXX8q2l8Jib

  • @fathiha6936
    @fathiha6936 4 месяца назад +2

    Qama akamitin obolesaa ke jala cista😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-of1uu8pb9fire
    @user-of1uu8pb9fire 4 месяца назад +2

    😢😢obboleeti koo amantin keee kirstana ykn Orthodox yoo tate gabbii galii cubuu kee kalessa hojete hundumaf . waqayyoo sif dhisa amanti keetti jabadhuu cubbu dura hojetefi yero hunda bo, e uma kee kadhadhuu 😢
    Waqni akka nama miti ini abba dhifamatii gabbi galii

  • @grdb9860
    @grdb9860 4 месяца назад +31

    Anaa dura lalee linki godhead g ko oke ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

    • @Meronii-uw4ws
      @Meronii-uw4ws 3 месяца назад +1

      😮😢😅

    • @BoriifStudio
      @BoriifStudio 2 месяца назад

      ruclips.net/video/l5EfKvEd3vA/видео.htmlsi=6uZjqEXX8q2l8Jib

  • @AlamayoRagasa
    @AlamayoRagasa 3 месяца назад +1

    Jireenya ishiitii miti kan Seenessichaa akka malee namatti tola.
    'Garagaltee hin ilaaliin duuba kee ' jedhama mitiiree, Yoo danda'ame jireenya Nama biraa waliin itti fufi. Isa duraas jajjabeessi icciituma duran

  • @gadiesbirhanuu7072
    @gadiesbirhanuu7072 4 месяца назад +3

    Maqa abbaa kan ilmaa kan afuraa ququluu waqayyoo sif yaa dhisuuu gabii galaa😢😢😢😢

  • @DiribaDaba-z6t
    @DiribaDaba-z6t 2 месяца назад +1

    Namaa Gadiisiisa Gargaarsaa Waaqayootin Wantii Hin Danda'amnee Hin Jiruu Waaqayoon Amanadhaa Cubbuu Gootaniif Jilbiifadhaa Waaqattii Himadhaa Innii Abbaa Dhiifamaattii Cubbuu Keessan Jibaa Malee Gooftan Isin Hin Jibbuu.

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf 3 месяца назад +2

    Yaa rabii Yaa alhah anii midiya kanna dhisufi gayee wolyi😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 mali dhagaha jiraa garuu 😢😢😢😢 oboleeti tiyyaa takkaa tatanii isnii saddinu boyyaa gara rabii titi debiyaa amanata qabddani debiyaa maloo woniti kuni haramaa guddadhaa osoo hiciti hadhaa abbaa keessaani himatani woli isni qabanii duwayi isni godhanii maloo 😢😢 oboleesi soda kennaa fi obbolee tini hadhaa tokkoo keessaa bayyani hati jara irraa dutee obboletini bakka hadhaa butee ijolee 6 oso guddiftu oboleesi irraa guduu ilmoo dhiraa itti dhalchee isni himatee garuu ini hin wakatee bodaa biyaa bade woga 4 bodaa namni galchee isi yoma Sani jarsaa dulcha tokkoo herumisani ilmoo achi gudifata jirti Yaa rabii wonti dhara akkasi nama fakkata oboleesaa isii irraa muraa😢😢 guruu oboleesaa isii wogga keessaa yeroo 2 qamni isaa gutuu guttu cicitaa arbaa dubatee hin dadahu woli hidhaa kuni wani ijolumaa kiyya argaa turedhaa maloo rabii biyaa kennaa arara haa busuu😢 ijolee wogga 4 Oli worii bodaa ilmani argachuu fi jirttanisi woli biraa hin bulchinaa dhamsaa kiyya😢😢😢😢😢 oromoo koo

  • @KadirBushra
    @KadirBushra 3 месяца назад

    Obboleessaa hangafaa san silaa jiraa karaa keessatti mudhiigad awwaalanii dhagaan tumanii ajjeesanii. Xiqqaafi micoo isatu badii akkasii naqee.Sanbooda joolleen lamaan toowbaa qulqulluu towbatanii haadhaa fi Abbaanis duwaayii godhaniifi gaariidha. Obboleessa guddaa ajjeesuu seerri nidhoorka yoota'e abbaan seeraa hidhaa umrii itti haamurteessuu daafuraa kana. Inni jiruun hintolu abaarsi Rabbii Guddaa isarra haajiraatuu.

  • @AlmazSeifu-d9k
    @AlmazSeifu-d9k 3 месяца назад +1

    waqaayyoo waqaa dhifamati dhiifama sif godhe sif haa araaramuu obboleettii koo

  • @Guta-r1i
    @Guta-r1i 2 месяца назад

    Silas Wanting ta'e ta'ee darbeera waanta'eef dhugaa waaqayyo on jedha viidiyoon kun dhugaa yoo ta'ee obboleessi ishee hangafaa ta'ee quxusuun homaa otoo him dubbatin yaada Garaa keessanii geeddarachuun fuula Waaqayyootti Dhugaadhaa gomaa miti 😢😢😢😢😢😢😮😮😮

  • @SimaAbule
    @SimaAbule 4 месяца назад

    Uuuuuuuuuuuuffffffiii maaloo bayyee namaa gadisisaa
    Ama achii irafadhuu obbolessaa Kee akkaa Abba mànati waajjini jiratee ammaa garuu waqayyoo waqa araratii gara ísati jabadhu dhabadhuu inni sitti araramaa 😢😢😢😢😢

  • @LomiNegese-y6l
    @LomiNegese-y6l 4 месяца назад

    Waaqayyoo kadhadhu akka Amantaa keetii waan gudaa balessite waaqayyoo dhifaama gafadhu inii Abbaa dhifamaati yeroo tokko tokkoo Qamaa miraa ofi to'achuu dadhabunii waan akkanatifi nama saxilaa maatiin keenyaalee shamarrani irraa midhananii akkan akka osoo iftoomina waal dubatanii gariidha waaqayyoo si haa fayisuu 🙏

  • @laattuumucaamaariyaami
    @laattuumucaamaariyaami 4 месяца назад +1

    Waaqayyoo cubbuu malee cubbaama hin jibuu akka amataa kessaanitti qalbi didiraadha waaqayyoon araara kadhaadhaa waaqayyoo sinifi haa araaraamuu obbooleetikenyaa 😢😢😢😢

  • @foziijimaa2080
    @foziijimaa2080 4 месяца назад +6

    Subahaan Allah yaa rabbi 😢😢😭

  • @SaamueelFiqiruu
    @SaamueelFiqiruu Месяц назад

    waaqayyo waaqa ararn gutuudha kanf jireenyaake hundumaa waaqayyoti gatti dhisii

  • @AmadanurAbdo
    @AmadanurAbdo 2 месяца назад

    "Innaallaaha Gafuururraahim" Rabbiin Nama gara isaa deebii'ef Araaramadha. Ramata(tola) isaa keessa sif Araaramu mala Kanafu tobadhu. Yoo Muslima taate. Yookaan an hin beekuu.

  • @MamitoAD
    @MamitoAD 4 месяца назад

    Waqaayyoo Hundaa Keessaanif Yaa Araaraamuu.Gaabbii Galaa Waqaayyoon Araaraa Gaafadhaa.Qulqulluun Waqaayyoo Qofaa Waan Ta'eef . Waqaayyoo Kan Du'ee Cubbaamootaaf.Cubbuu Isaanii Irraa Qulqulleessuuf Waqaayyoo Dhiigaa Isaatiin Isin Yaa Qulqulleessuu😢😢

  • @saradamisee1972
    @saradamisee1972 4 месяца назад

    Yoo amatii kee kirsatan ta'a abba gabbii keetii himadhuu akk kadhanaa sifi godhuu gafadhuu waqaayoo abba dhifamatii cubbuu kee himadhuu gabbii gallii

  • @fatiyaamahamud571
    @fatiyaamahamud571 4 месяца назад

    Subanallah. Adunyan tun wanina adda adda ba‘ate teti😢😢😢

  • @AbebaTesfaye-ss7kd
    @AbebaTesfaye-ss7kd 4 месяца назад

    Waan ta'ee waan bayee ulfatudhaa garumoo waqayoo abbaa dhifamaa waan ta'efuu dhifamaa siin hagodhuu kun jirenyaa kee boruufuu ulfatadhaa yoo dhagamee 😢

  • @SadiyaAhamad
    @SadiyaAhamad 3 месяца назад +1

    Astofurulha waq ke kadhauu aka sifi dhisuu wanii atii gotee bayee olofat dhuga 😢😢😢😢😢

  • @BetheliumAsefa
    @BetheliumAsefa 2 месяца назад

    Waaqayyo kadhadhu🙏Akka fuula Araara saa gara keetti deebisu.

  • @BirkoTeka
    @BirkoTeka 4 месяца назад +1

    Akkuma Amanta ketii waqayyoo dhifamaa gafadhu yeroo hundaa kadhanaa tasisii😢😢

  • @masiitub
    @masiitub 4 месяца назад +1

    😮Maqa goftaa yesus baayee namaa gadisisaa waqayoo fulaa araraa isaa sinitii yaa debisuu🙏😭

    • @BoriifStudio
      @BoriifStudio 2 месяца назад

      ruclips.net/video/l5EfKvEd3vA/видео.htmlsi=6uZjqEXX8q2l8Jib

  • @ZaharZAHAR-rd7xy
    @ZaharZAHAR-rd7xy 4 месяца назад

    Abboo rabbii nuuf haa arararmuu wolahii seenaan gameen xiyesuu kessaa kaa akkaa kana naa rifachiisee hin jirruu

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py 4 месяца назад

    Bayee namaa gadisisaa obooletii koo akumaa amantii ketii yadakee jijiradhuu garaa waqayoon ketii debi.ii inii abaa dhifamatii

  • @LaliseMelkamu
    @LaliseMelkamu Месяц назад

    Waaqayyo Abba dhiifamati dhiifama kadhadhu

  • @diinnikogowaadha7027
    @diinnikogowaadha7027 Месяц назад

    Baalage😢 akkamiin obbolaaa faana miirrikeessan ajajame

  • @faantuukatamaa8588
    @faantuukatamaa8588 4 месяца назад

    Yaa Rabbii koo maal jedhuu kana dhugaa maqaa yesusiin😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ZuyeRotoo
    @ZuyeRotoo 4 месяца назад

    😢😢😢😢nama gadisisaa egaa isaa darbeef araraa kadhadha isaa jirenya ketiifis waqqayyo kadhadhu waqqayyo sii gargaraa🙏🙏🙏

  • @milkiisida1
    @milkiisida1 4 месяца назад

    Omg 💔 baay'ee ulfaata 😢baay'ee nama gaddiisisas uuufff akka kotti ammaayyuu yeroon osoo jiru haadhaf Abbaan keessan beeku qabu know ulfaatadha yaa ta'u gaaru araarri isiin barbaachisa kana hin ta'u yoo ta'e isiin umurii gutuu dhukkubsaattota taatu 😢 Yaadan dhukkubsattun ta'e anoo kana dhaggeeffadhe 😢😢

  • @workineshgomen6886
    @workineshgomen6886 4 месяца назад

    😢😢😢Wanta baay'ee ulfatuu waqqayyoo isini sadanifu dhifama yaa godhuu sadan keesanuu himatani kadhana gochuu qabduu waqqayyoo isinif yaa ararmuu uuuuffffff

  • @EshetuGelana
    @EshetuGelana 3 месяца назад

    Gara biyya hambaadhaquu gaarii goote garuu amalli naman dhiisu waanta'eef ammayyuu irraa of eeguu qabdi jabaattee hirmii gootaniif (gooteef) immoo araara waaqayyoon gaafachuudha

  • @Meronii-uw4ws
    @Meronii-uw4ws 3 месяца назад +1

    Yarabi nubasii anuu obolesa kiya sodadhe jiraa😔😟☹️🤓🥲🤔

  • @FantuTigist
    @FantuTigist 4 месяца назад

    Waqayoo gooftaan abbaa araraatii wanateefi garaa isaatii debisii innii kani isaa baribadanf kan isaa kadhatanif hindhaagatii yaa oboleetikoo in sifi obolotaakefi haa araramuu

  • @Abduro5Abduru5
    @Abduro5Abduru5 2 месяца назад

    Seenaan kun yoo dhugaa ta'eef
    Yoo amantiin isanii islaama ta'uu baateef islaamummaa haa fudhatani yoo san rabbiin badii isaanii hunda dhiisaafi
    Yoo islaama ta'aniif jabeessanii toybatti haa jabaatani badii irraayis haa fagaatanii

  • @RabiaHaji-d8i
    @RabiaHaji-d8i 4 месяца назад

    Subah all yaa rabiii nuu satarii yaa all astofirula yaa rabii 😢😢😢

  • @makiama9561
    @makiama9561 4 месяца назад

    Rabbiin sii haa fayyisuu😢 yaa Allaah maali kuni

  • @ZinarreeTolchaa
    @ZinarreeTolchaa 4 месяца назад +2

    Dhugaa rabbii baay'ee tokko nama gaddiisissa Anii Seenaa akkana Har'aa ganaa dhagahuu kootti 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @genomuktirnure5443
    @genomuktirnure5443 4 месяца назад

    Subaahaan Aallaah 💔😭😭😭😭 rabii sii haa dhisuu. 💔💔💔😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @MalakJuma-gi3uo
    @MalakJuma-gi3uo 3 месяца назад

    Waaqayyoon araarraa gaafadhuu namaattii ulfaata uuuffff😢😢😢

  • @DanielTullu
    @DanielTullu 3 месяца назад

    Qalbii jijjiiradhaa waaqayyo siniif dhiisa

  • @fayisedadi7322
    @fayisedadi7322 4 месяца назад

    Uuuuuuuuuffffffffeeeeee 😭 😭 maqaa YASUSi uuuuuu yaa waqayyoo nuu olchii oboleti too waqayyoo dhifamaa kadhadhuu kuni cubudhaa😢😢😢😢😢

  • @FantuTolesa
    @FantuTolesa 4 месяца назад

    Amantii qabaduun jabadhu waqqayyoon dhifamaa gafadhuu ❤❤❤❤❤

  • @BontuAbera
    @BontuAbera 4 месяца назад +1

    Maqaa goftatiin malii ijoo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 safuu yaa waqayyoo attii nutii araramii maloo 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @deradera3009
    @deradera3009 4 месяца назад

    Waqaayoo arara qabesaa karadhaaa abjuun atii abjotee siridhaa bayyee karadhuu goftaatii yaddaa kee gedaradhuu inii sif dhisaa sif araramaa

  • @MameFura
    @MameFura 2 месяца назад +1

    Baayee garaa naama nyaatuuu

  • @AbabachiRabumaa
    @AbabachiRabumaa 4 месяца назад

    Waqayoon kadhadhu malumaf yuu hadhako hin darbaaa dhisii 😢😢😢hafuraa hamadha

  • @GalaniEthiopia
    @GalaniEthiopia 4 месяца назад

    Maqaa jesuusn seennaan kunii baayyee Naa gaadisisee kunii cubbuu gudaadha goftaa jesuus fayyisaa lubbuu kechaanii godhaadhaa fudhaadhaa maaloo osoo lubbuun jirrtaanuu😢😢😢😢😢

  • @lechisabulto3713
    @lechisabulto3713 2 месяца назад +1

    Yoo dhugaa ta'e, nama jibbisiisa.

  • @ሀናየጌታልጅ
    @ሀናየጌታልጅ 4 месяца назад

    😢bayyee nama gadisisaa waqayyoo Abbaa Ararattii Araraa kadhadhuu

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa 4 месяца назад

    Waaqayyo Araara isiin haa yaadatu 😢

  • @ሀናየጌታልጅ
    @ሀናየጌታልጅ 4 месяца назад +1

    Maloo senanii qaba Akkamitiin sii Argachuu danda'a Gamee

  • @TigistJifaraa
    @TigistJifaraa 2 месяца назад

    Senna bay'ee nama gadisisudha garu waqayyo waqaa araradh siiniti haa raramu 😢😢😢

  • @Waqayo.Garidh
    @Waqayo.Garidh 4 месяца назад

    Waqayo in araraf arifatu dhifama sif haa tastsu gifti koo nama tae kan in Dogogore lafa kanar in jiru😢 garu senan kee Bayee nama gadisis ama wanti hundumtu sit yaa hafu kar hamanti keti debii yoo kiristan tate Dafi nisa gali 🙏 yoo musilima tate Dafi gar rabi kee debi 🙏 Dubin kee cimadha wanti hundinu in qaqab dursa uma kee walin ararami 😭😭🧘‍♀️☝️☝️ waqayo siya garagaru🙏🙏🙏

  • @kumemiessa9007
    @kumemiessa9007 4 месяца назад +1

    Obbolessa santu baalagedha isaan ballessa qaban sexanni isaan mohatee garu 😢😢😢

  • @abababiranu
    @abababiranu 4 месяца назад

    baayee nama gadisisa amma inni darbee darbeera.ati garaa biyyati galiti obbollakee 2man sana wajjin mana sagadaa amnta kessan demati qalbii jijiradha somaaf sagdaan waqyoo waqaa ararati😢😢😢😢😢

  • @meskeremtujiba9327
    @meskeremtujiba9327 4 месяца назад

    Barum mal keessa jira yaa gooftaa yesuus 😢😢😢

  • @Hawa-m5c
    @Hawa-m5c 3 месяца назад +1

    Woskani calla subhanla😢😢😢😢😢

  • @AshetuAbreshad
    @AshetuAbreshad 3 месяца назад

    Uttuu Wal hin brkin kan gailaa horatan jiru garuu Kun bekati hoo suuban alhaa

  • @Sada-l2q
    @Sada-l2q 4 месяца назад

    ya alah yarabbi koo tika ke jala nu oolfadhuka 😢😢😢

  • @isaaisaagarbii9810
    @isaaisaagarbii9810 4 месяца назад

    Amaa wandabrsitaanif araarama rabbin kadhadhu badii sana'iti hindeebini

  • @ShelemeBarecha
    @ShelemeBarecha 4 месяца назад

    Waqaayyoo hundaa keessaa if yaa araaraamuu gaabbii Galaa waqaayyoo araaraa gaafadhaa qulqulluun

  • @jambalitu
    @jambalitu 3 месяца назад

    Maqaa goftaatin irra dadarba kessantu bayyate. Waqayyoti iyyadha amma😢

  • @zeinabmuusaa5223
    @zeinabmuusaa5223 2 месяца назад

    Garuu dhugaa nati hin fakkatu akamitii ta’a wan akasii 😮😮😮

  • @-Kiya965
    @-Kiya965 4 месяца назад

    Kunii balleessa maatii akkamitti dubaraa gessufi ilma dhiira walii fanaa raafisu cubbuun kunii maatii irra haa barbadamuu 😢😢😢😢😢

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa 4 месяца назад

    Maqaa iyesusin 😢😢😢 maalidha wantii akkaasi waaqayyoof safuu

  • @DdG-bs6wu
    @DdG-bs6wu 4 месяца назад +4

    Anaa duraa lalee likii godhaa🧐🥺🙄

  • @GenuAbdiisaa
    @GenuAbdiisaa 4 месяца назад

    Yaa rabbii anii jechaa hin qabuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @SaahSaah-v8d
    @SaahSaah-v8d 4 месяца назад

    Yaa rabbi koo bara akami kesa jiraa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️💔💔💔🖤🖤🖤🖤🖤

  • @كمال-غ9ث
    @كمال-غ9ث 3 месяца назад

    Subhaanalla😢

  • @werkneshgedefa4798
    @werkneshgedefa4798 4 месяца назад +1

    Jabaadhuu omamiti Rabbii jira

  • @IddoosheeKumarra
    @IddoosheeKumarra 4 месяца назад

    Kan darbe darbeera kan kana bodaf wqaayyoon ararfadhu waqaayyoo waqa ararati😢😢😢😢 uuff yaa waaq nuuf araramii ati

  • @kuzetube6043
    @kuzetube6043 4 месяца назад

    Yaa subahan Allha yaa Rabbii dechen kun wan bayee batee jirtii yaa Allha wan akanara nuu egii yaa Rabii silaa dhiri biran jiruu moo sharamari biran jirtu mo yo mira kesa galatan muca moo garati bate desus hadha tatus silauma basuf yada turte sii milkahu dide male lubun baga bahe jechun hin tahu baga du'ue mucan cubun qabu kan cubu hojate isini😢😢😢😢😢😢😢

    • @Waqayo.Garidh
      @Waqayo.Garidh 4 месяца назад

      Bayeee ulfat dhalot Abarsa tanem😭😭😭

    • @lelamokadam8451
      @lelamokadam8451 4 месяца назад

      Subanalhaa yarabi nusatarii dachin biya lafa isayu abamanko jeti afan gutate subanalhaa

  • @UuPp-ys5yi
    @UuPp-ys5yi 4 месяца назад

    Subanaa Alh subanaa Alh subaanaa Alh subanaa Alh😢😢😢😢😢

  • @Arfuutobe
    @Arfuutobe 4 месяца назад

    Beyyesusim gurri nama hin dhagahin abboo😢😢😢😢😢

  • @TigstBirhanu-lg8ym
    @TigstBirhanu-lg8ym 4 месяца назад

    Yaa waqayoo safuu nuu olachii atii afuraa hamaa akkan malii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @BajiKing-p1d
    @BajiKing-p1d 4 месяца назад +1

    Baayyee ulfaatadha garuu waqayyoof salphaadha

  • @obseetube8017
    @obseetube8017 4 месяца назад

    Yoo kirstaanaa tatee gabbi galii waaqayyoo dhiifamaa gafadhuu😢

  • @Kaa-fs6jf
    @Kaa-fs6jf 4 месяца назад

    Oson si ta,e ofan ajessa kanaf bar dubartin firaa hin qabdu kan jedhamuf walhi haati kenyaa yero mana batu ijollee ola nu bira aka bulan kadhate demmiti male ilmo durba Obolaa walin hin dhiftu mana kirfane obollesa kenya walin jirachu miti

  • @dammeenaggasuu1679
    @dammeenaggasuu1679 4 месяца назад

    Kun ad-male waaqayyoo araraa haa godhufi malee😢😢😢

  • @BirikisaHusen
    @BirikisaHusen 2 месяца назад

    Subahaan Allah yaa nu egii 😭😭😭😭😭

  • @siifaanlove4567
    @siifaanlove4567 4 месяца назад

    Uuuuuu Amantii qabdun kadhanaa keetin cimii kadhuu waqayoo Galamee kee Haa banuu 😢😢😢😢😢

  • @boontuu559
    @boontuu559 4 месяца назад

    Maaqa yesuus maaloo Goftaa koo' maali dhagenyaa re😢😢😢

  • @Guta-r1i
    @Guta-r1i 2 месяца назад

    😢😮😮😮😢 Dhugaadhaa garuu

  • @FaaNoo-gl5ru
    @FaaNoo-gl5ru 4 месяца назад

    Yaa rabii wana akkanantira nu baarari

  • @ALIIOke-k5e
    @ALIIOke-k5e 2 месяца назад

    😢😢😢subahan alaha

  • @Olaantuuwaaqjira2457
    @Olaantuuwaaqjira2457 3 месяца назад

    Aboo kana hin dubbatinaa qaaniidha hadhoo ofii wajjin mmoo😭