Waggaa Kudhan Guutuu Anatti Taphatani

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 23 янв 2025

Комментарии • 154

  • @AminaHajjii
    @AminaHajjii 3 месяца назад +27

    Guyyaa Tokko inii Abbaa mana kee jedhamuu Sunii Milaa kee qabatee Dhifama sii Gafadhuu jirra ..
    Rabbii Haqaa kee Sifii haa debisuu
    Namnii gafaa haqa nama nyatuu rabbii isaa argaa jirra garuu Oltee bultii Malee boruu ilkanii isatini Cininee sii debisaa inshaa Allaah
    Hundaf akka Amataa ketii Rabbii kee Kadhuu Ganamaaf Galgala 😢😢😢

    • @olantii
      @olantii Месяц назад

      Arsii asalaa biyaa koo

    • @AminaHajjii
      @AminaHajjii Месяц назад

      @olantii Maal jechuu ketii Obbolee ,?

    • @olantii
      @olantii Месяц назад

      @kinisoKinu malanii jedhee kodee

  • @shawayee885
    @shawayee885 2 месяца назад +3

    Abban mana kee kuun kaan har,aa simidhee kuun Gafaa ini milaa keetii kufee dhiifamaa sin jedhuu hin dhufaa waan hundaa rabbitii dhiisii atii ganaa Dhaa waan bayyeetuu si hafaa waggaan 27 jechuun jireenya fi abdii si kutachisuu gana hojetee bakkaa yaddee gahuu dandechaa jabadhuu Rabbii sihaa gargaaruu ama sif dandame Jabadhuu hojetadhuu qarshii kee walitii qabadhuu waan tokko raa olfadhuu kaan Boruu itii Boqatuu 😢😢❤❤

  • @Bakalu-ui3yh
    @Bakalu-ui3yh 3 месяца назад +5

    Uuuuufffff Miskina Tiyyaa Akkam Nama Gadisisa Seenaan Kee Umurin Kee Amalee Hin jiraa Hojatadhuu Rabbi Waan Sifi Godhu Hin Beektu Guyyaa Toko Si Gammachiisa

  • @AbdiGuyo-i7l
    @AbdiGuyo-i7l Месяц назад

    Attiin wagga 27 waan tateef obsan jabadhuu hojjadhuu amalee ijoledhaa attin

  • @NeZa-jp4qf
    @NeZa-jp4qf Месяц назад

    Osoo atii lubuun jirtuu rabii jarsaa kee iraa sii kafalaa naa amami habibtii. Haqa namaa namaf hin dhisuu rabii sii haa milkesuu waan siif godhuu qabuu

  • @hhi4562
    @hhi4562 2 месяца назад +1

    Jabadhuu hojadhuu Abadii hin kutatinaa hin dhaqabadaa inshalaaa

  • @sfoosfoo2550
    @sfoosfoo2550 16 дней назад +1

    Sifi.waaqaayoo.sifi.jira.hadho.koo😢😢😢😢😢😢

  • @SinaBushra
    @SinaBushra 2 месяца назад

    😢😢😢jabadhuu ofi jijiri argami Lubbu ko anilee bir Wagga 1 naraa nyatee har,a hadhaa mana kan bira fudhee wajin Jira bir kole hin qabu nani jedhee Alhamadulila 🙏 Ani garu har,a hojiti debien fata jedheni jirachani Jira Alhamadulila atilee jabadhuu dubati hin debbin please 🙏🥺 obboleti kiya qali 😭💔🥹💔

  • @NeZa-jp4qf
    @NeZa-jp4qf Месяц назад

    Dhugaa rabii nii dhaqabdaa hojadhuu. Amaa garuu herumii ilmoo godhuu namaa garii yoo argate😢😢😢

  • @Sena-n1r
    @Sena-n1r 3 месяца назад +1

    Jabadhu oboleti koo waqqayo garidha inni sii midhe deme debiye midhamu isaa hin oluu uuuuuufe bayy'ee namati dhagama dhugaa kayyoo kefi Jabadhu insi dhufe dhimaa sii gaftaa 😢

  • @OroOro-gv8ll
    @OroOro-gv8ll 3 месяца назад +1

    Homaa miti waaqayyoo jira garuu dhumni abbaa mana kee hin midhaguu ati immoo ammumarraa kaastee waan argattuu yoo guddunfattee fuldurraattii wanti ati gochuu hin dandeenye hin jiruu jabaadhu dubartii kutattuu ta'ii kan darbeef boohurraa isa dhufuuf kutannoo qabachuutu caalaa

  • @Allahamdiilaah
    @Allahamdiilaah 3 месяца назад

    Jarsaa isii sana rabbii qalbiiti haa deebiisuun haqaa namaa bakka tokkon namaa hin gahu rabbii irkaati siif haa galchuu

  • @Yasmen-fv7ux
    @Yasmen-fv7ux 2 месяца назад

    Yaa obolletti kiyyaa obisi ufii ammani mallee namaa hin ammanini dhumaa abaa manaa kee saani akkuma abaa kettii issaa haa godhuu. Attii rabbii humunnaa sii ha ta'uu rabbii tokkoochi

  • @HappyHummingBird-tj2cs
    @HappyHummingBird-tj2cs 2 месяца назад

    Abshir kan sif jedhee Rabbii lafaa sif ka'ee jira kun immo iccitti heddu kenyatti kanaf obsaa qabadhu kan darbee irra kan dhufuttu calla❤❤

  • @ZarihuunJamal
    @ZarihuunJamal 3 месяца назад +4

    Welcome gamee dhifamaa garruu surraa hin maxasiin ❤❤🙏

  • @رامامشي
    @رامامشي 3 месяца назад +1

    Rabiinii jajabinaa sifii haa kenuu oboletii koo jabadhuu Abban kesee Abbamanaa kesee Rabiinii haa gubuu

  • @Alam-cf7ku
    @Alam-cf7ku 3 месяца назад +2

    Waaqayyoo dhumaa kee haa barrechuu isaa qarshi hin gaafatin waaqayyoo siif haa kafaluu😢😭 waggaa 1 hojjadhu galii hojii dhunfaa kee eegalii

  • @Khamarukasim-w8d
    @Khamarukasim-w8d 2 месяца назад

    😢😢😢😢nuu hundu sennaa kanan woli gutuu qabana garuu rabbi irraa abdi hin muran rabbi nuu hin gatu

  • @Samiraa-o6f
    @Samiraa-o6f 2 месяца назад

    Rabii sii fatanee allahamadulilahi jedhii atii dhirasa keena kanii halaati waan kanaa siraa gahe rabbii siifi jiraa hin kadhatin rabbii malee namani hin kadhatamu namafi ufii hin ajasini umariin kee ganadha rabbii waani siifi qopeas beyata kanii jaraa lamani dhisiti ufii durafi barechufi jiraadhu rabbii kadhuu amana akamu yoo qabate rabbii sii jiraa abshiri 😢

  • @ZaharZAHAR-rd7xy
    @ZaharZAHAR-rd7xy 3 месяца назад

    Hayii adunyaa homaa miti atii nama qulqulluudhaa namatu sii midhee malee atii nama hin minee obsii woggaa takkaa qofaa hojadhuu harkaa qabadhuu galii bisinasa xiqoo woyoo egalee namni nama midhee yeroof malee jazaa isaa ni argataa ati abdii hin muriin abbaan ketiif abbaan mana kee malaqaa kee nyaataan malee hirreen tee harkaa isaan hin jirtuu harkaa rabbii jirtii wolahii rabbii waa hundaa ni danda.aa jirenyaa namni siratii hawuu sii kenee sii haa gamachisuu rabbiin kadhuu bohii Akka amana ketii jarsaa ketiif jirtii isaalee dhisii waa takkaa hin gafatin rabbii kee kadhataa woggaa 1qofaa hojadhuu inumaa morkadhuu

    • @CaaliiAlamu
      @CaaliiAlamu 3 месяца назад

      obboleetti koo obsi ni darba jabadhu hojedhu umariin kee ganadha wagga murasa obsi hojedhu biri kee maqaa keen buki yoo qabate isarati ergadhu jireenya .ka darbe dagadhu garu irra baradhuti dubarti jabdu tahii

  • @DharaTasfa
    @DharaTasfa 3 месяца назад

    dhugaa dubbachuuf siif gana jireenyi akka biftuu barii siif ifaa rabbi kee kadhadhuu inni hundaafu guyyaa qaba

  • @SumeyaYusuf-vg2co
    @SumeyaYusuf-vg2co 2 месяца назад

    If inajesin baredu too jabdu too heduu ulfata dhugaa Rabbiin si gargaara ibsi 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤

  • @Qimamii
    @Qimamii 2 месяца назад

    Abshir rabbin Dafaqakee sif hadebisuu hadhoo ko wly Seenaa eduu dhagaefadhaa kunii bayee qalabii nacabasee rabbin ganaman simokoree galagalakee sif hatolchuu obbolletii ko 😥 Atii lubuu keratin waan hamaa hin yadinii rabbin qabadhuu jabadhuu rabbi galagalakee sif tolchifii taa hin yadinin absh😢

  • @mimiinigusu9355
    @mimiinigusu9355 3 месяца назад

    Wawayyoon sii haa jabbessuu waggaa 3 ittii dabaladhuu hojedhuu isaan booda hojii dhunfaa kee banatee muccaa te waliin jirataa isaa imoo waqayyoo akkaa hojii isaa haa kennuuf waqayyoon dafiqaa kee lafatii hin gattiin jabadhuu hojetadhuu abdii hin kuttiin !!

  • @DerArto-d6q
    @DerArto-d6q 3 месяца назад

    Waqayyoo gaatii kee sif baasa Abba manaa gaariis sif keennaa Ati hin kutatin. Ganna ijoollee Ati ishii waqayyoo kadhadhuu Isaa dafiqaa kee Nyaate Sanaa waqayyoo hin dhisuu Ati Abdi hin kutatin haar,as Borii miti haadhoo KO bori hadaraa si jiraachisaa waqayyoo jabbaadhu

  • @hhi4562
    @hhi4562 2 месяца назад

    Amshiraa obeletiii tiyaa ❤❤❤❤😢😢

  • @مكيهبنتاسلام
    @مكيهبنتاسلام 3 месяца назад

    Oboleti tiyaa jabadhu ilmi namaa ni fatanamaa garu dhumaa irati rabin cara bareda si basaa amshir 😢😢😢😢

  • @orosabontuarsii5162
    @orosabontuarsii5162 3 месяца назад

    Lubbuu keerati hin murteesini obsi wagga 2 dalagadhu jireenya ke of dura itti yaadu nama akkana si godhe rabbi irati dhiisii

  • @MakiloveQuran
    @MakiloveQuran 2 месяца назад

    Abshir obboletii koo dhuma kee rabbiin sii haa barechuu😢😢

  • @Seena-j6o
    @Seena-j6o Месяц назад

    Dhisii obsaa godhadhuu yerodhaaf midhatuyuu sifii kan rabii sifkayee sindhowatuu

  • @burtukanbaqalaa3530
    @burtukanbaqalaa3530 2 месяца назад

    Inumaa siidarbaa dhugaa waqayoo obsii isaaf garuu wayoo

  • @wayintasfaye3975
    @wayintasfaye3975 3 месяца назад

    Wly dhugaa Rabbii namichi Abba manakee suuni Rabbiini haqa kee iirra kafalu maale hin dhiisuu Aatti hamma jabadhu hojeedhu nama jabbadu ta'ii habshiiri Homa miitti nuuma hunda mudachu nada'aa

  • @FantuTolesa
    @FantuTolesa 3 месяца назад

    Jabadhuu oboletii koo abdii hin kutini guyyaa tokkoo waqqayyoo sii gargaraa

  • @famiyamuktar3719
    @famiyamuktar3719 3 месяца назад

    Amshirii atii kaa dhabdee qabenya male fayya hin qabdaa osso jirachuu batee waa kana hundaa hin argituu jirachuu kee qofafu rabbii galtefadhuu wanii garra fuduratii sii qunamuu hin beytuu rabbii sii biraa haa jiratuu jabadhu abdii hin kutinii😢

  • @AseaA-n3j
    @AseaA-n3j 3 месяца назад

    Abshiir lubbu dhaan jirachuu ketuu calaa hunduu dabarree egattee dhufaa abban Manan kees birri kee laka,ee siif kennaa obsaa godhadhuu

  • @QarreDambi
    @QarreDambi 3 месяца назад

    Homa miti Abshir ati kun haluma duniya kanaratti obsi jabadhu ammas nama hundarayu gurra kee cufadhu hujji qofa hojjadhu ni jijiramta

  • @mwmddm806
    @mwmddm806 3 месяца назад

    Homamiti jabadhuu hojetadhuu guyya Tokko sii Barba

  • @AnwarAldhafi
    @AnwarAldhafi 3 месяца назад

    Lubuu keratii du a hin yadii hadhoo koo rabii kee kadhadhuu obisuman dalagadhuu jabadhuu abban mana kees debi e dhufuu isaa hin holuu sababinisa yuu qabbenyan fixeen saa bariiti wan ta ef inii qabeenyaa ilale malee rabii sodachuu hin Dan denyee atii garuu amaa hundumaa argitee wan ta ef isher Amma dalgata jirtii waliti qabadhuu$$

  • @BuzeMokonin-xn7hi
    @BuzeMokonin-xn7hi 3 месяца назад

    Jabadhuu giftii koo omaa mitii
    Hojjedhuu intala kee gudifadhu
    Boruu guyyaa biratii

  • @AshaHshs
    @AshaHshs Месяц назад

    jabadhuu arsitii hundaayuu hn dhaqabidaa

  • @DaaGim
    @DaaGim 3 месяца назад

    Ati ganaa ijoollee dhaa waggaa sadii hojjedhu waaqayyo si kiisa

  • @KwtKw-b1l
    @KwtKw-b1l 3 месяца назад

    😢😢😢 jirenyi biyaa lafa kuni bayee ulfataa rabini namaa ofi jalatu qormataa wani tefi rabi kee jabesii kadhadhuu imaa kesaa bataa rakoo kanaa kani dubaa kee darabee dhisii kani fulaa kee jiruufi yadii oboleti too

  • @Fayoomartii
    @Fayoomartii 2 месяца назад

    Uuuuufff naa hanyatii saree tiyaa abshirii 😢rabiinn guyaa tokkoo sii milikkesaa

  • @faaxeelove8142
    @faaxeelove8142 2 месяца назад

    abshir rabbiin sif deebisa haqaa kee hundaa ama jabadhu hojetadhuu qarshi waggaa lamatuu si gahan 😢😢😢

  • @TamimaQasiim
    @TamimaQasiim Месяц назад

    Seenan kun harka caalu seena kiyya natii fakkata dhuga rabii uuuuuffff harka muurasa malee abshiir giiftiko homa hin yadahin ammalle ganaa jirta kiyyas madaan keetuma fakkata abdii hin kutin rabbirra 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @KennaaGalaanaa
    @KennaaGalaanaa 3 месяца назад

    Amshir obboleetti koo jabaadhu yaada hunda keessa bahii rabbii fayyaa kee kadhadhu hojiikee hojjedhuu waggaa 2-3tti qarshii kee guduunfaadha galii hojii kee banaadhu hojjedhuu 😢😢

  • @JirraaJiraa-j4g
    @JirraaJiraa-j4g 2 месяца назад

    Anumaa Qofaa sehaa hundii madaa qabaa😢😢😢

  • @CaaltuuTullamore
    @CaaltuuTullamore 3 месяца назад

    Abshiir yaa lubbuu koo 😢😢Rabbii inumaa irraa kafalaa .innis hin herrume maale hin funne boruuf waalitti hin hafanii inuma digamuu atii obsii humaa mitii inuma siif darba waggaa 2 itti dabalii hojedhuu gaalii hojii banadhuu 😢😢😢😢

  • @Hayat2024-md4xb
    @Hayat2024-md4xb 3 месяца назад

    😢 Amasharu hayatii 💔😭 rahabinii jabadhu jabahadhu too wayii😑☝️

  • @Gureetube23
    @Gureetube23 3 месяца назад

    Ani kana. Si gorsuu waggaa lama hojedhu gara biyyaa gali hoijn maata kee baradhu hojedhuu😢❤

  • @AbdisheTasfaye
    @AbdisheTasfaye 3 месяца назад

    Wan jedhuu qabuu Abba mana kee rabbin. Dhibee sababaa hin bekamnee biyyatii isaa haa debisuu lafa demetii hin milk.ani budaa dhirsaa gantuu domi jedhii atii moo abshir obsii Rabbin kadhuu kara milkoftuu hin bekamuu

  • @FatxiyaaCissee
    @FatxiyaaCissee 3 месяца назад

    😢😢Abshiir kesumaa bataa jadhuu hojadhuu nam tokod hin ergin ganaa mbirii kee😢😢

  • @yusraoromo6322
    @yusraoromo6322 3 месяца назад

    Seenan kee gara nama nyataa itii fakatee malee namani malaqaa nama nyaatee gamachuu hin argatuu gatii numa gafalaa ishaallha Rabii jirenyaa tee haftee ilmoo tee waalin gamachun si haa jirachissuu ati abba mana kee hordofuu dhisii ofi jalaa block godhii ofifu si barabdee dhufee dhifamaa sigafataa

  • @sumaya-gl5fw
    @sumaya-gl5fw 2 месяца назад

    Ashir bareduko hin darba 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Mery-f1b
    @Mery-f1b 2 месяца назад

    Abdii hin kutiin jirenyii kana fulduraa Kee jirtuu calaa😂😂😂😂😂

  • @عبدالسلام-ت6ز6ل
    @عبدالسلام-ت6ز6ل 3 месяца назад

    Silaa arasii nano kamatuu ada akanaa qabaa sa nutii kana benuu😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @tiyyaaboruuf-xr1hm
    @tiyyaaboruuf-xr1hm 3 месяца назад

    abashir waanti hin darbinee hin jiruu haaqni kee hin badu gafaa tokkoo ni baha🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @fatamahassan4775
    @fatamahassan4775 3 месяца назад

    Abshiir rabiin haqaa kee hin gatuu hin turaa malee abdi hin muratiin rabbi irraa rabiin nama rahmataa isaa irraa garaa muratuu hin jalatuu garaa rabbi keetii deebi,ii

  • @saalihaaishaaq2424
    @saalihaaishaaq2424 3 месяца назад

    Uuuuuuuuf yaa cara dubartota biyya Haba jiratu bayye gara nama nyata 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ALITUBE212
    @ALITUBE212 3 месяца назад +1

    Ammas waan hedduu hojjachuu dandeesaa

  • @mesremesret5451
    @mesremesret5451 3 месяца назад

    Rabbii jajjabbina sifaa latuu hadhoo ko . Garuu amma yeroo tole kanani maliif caalistaa suraa isaa olii basii midiyaa irrattii hadhoo ko

    • @makiama9561
      @makiama9561 3 месяца назад

      Yoo suuraa isa ol baftee bu'aan maali?, 😢😢😢

  • @DaaGim
    @DaaGim 3 месяца назад

    Rabbi gatii kee siif kaffala

  • @Mmm-j9b1i
    @Mmm-j9b1i 3 месяца назад

    Jabadhuu Wagga 2 hojadhuu Homan mitti

  • @Shamsiyahusen-j2g
    @Shamsiyahusen-j2g 3 месяца назад

    😭😭😭😭😭😭uuuuufffffiii bayee namaa gadisisaa 😭😭😭

  • @werkneshgedefa4798
    @werkneshgedefa4798 3 месяца назад

    Jabadhu Rabiqabadhuu guyatoko gamadakadha nagodhu

  • @nasrunasru9073
    @nasrunasru9073 2 месяца назад

    Abshirii ni dhbartii😢😢😢

  • @zxczxc3083
    @zxczxc3083 3 месяца назад

    Baay'ee ulfataa 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @FooziiShamshiddiin
    @FooziiShamshiddiin 54 минуты назад

    Oboleeti tiyya guyyaa tokko siif darba obsi

  • @DiribeTadale
    @DiribeTadale 3 месяца назад

    Namni akkasi Jira jechuudha obbollitti koo waaqayyoo si haa gargaruu

  • @birkenanesa7854
    @birkenanesa7854 3 месяца назад

    Obsii waqaayyoo guyyaa qabaa tarii takkattii si kisaa😢😢😢

  • @Shamsiyaa-Adaamii-shaashe
    @Shamsiyaa-Adaamii-shaashe 2 месяца назад

    Uuuufffff 😭😭😭😭obsiii garakoo

  • @Yasmen-fv7ux
    @Yasmen-fv7ux 2 месяца назад

    Uuuuuuuuuuuuuuu uuuuuuuu yaa jiruu dubartii biyyaa arabaa

  • @torfatorfa9395
    @torfatorfa9395 2 месяца назад

    ❤😢😢😢😢😢😢😢

  • @SabitNajeb
    @SabitNajeb 3 дня назад

    Dhiraa oromo kana mal woyaa qoya an kan jedhu of hin dandesan mo dafqa dhalatin kan jiratu ishaalla guya bori ni kafalta oboleti ko aka yada koti ofii kee hin dhipisin sababnisa moo yoo ati jirate wan hunda argita wallahi abshir😢😢

  • @Kebebesh-t2l
    @Kebebesh-t2l 3 месяца назад

    Abshir qalii too❤❤❤❤😢😢

  • @tesfalidetmeshesha
    @tesfalidetmeshesha 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @burtukanbaqalaa3530
    @burtukanbaqalaa3530 2 месяца назад

    Ayiii 😢dhalaa namaa

  • @DasetaDaseta-z2x
    @DasetaDaseta-z2x 3 месяца назад

    Amaalee jabadhuu hojeedhuu hadhaa koo borii guyya biratii

  • @lelamokadam8451
    @lelamokadam8451 2 месяца назад

    Abshir amsnta qabdun kadhadhu siftola😊

  • @dameesalaalee
    @dameesalaalee 3 месяца назад

    ❤❤❤❤😢😢

  • @abdumoosa4974
    @abdumoosa4974 3 месяца назад

    misiikin wollahi wooma mitti rabbuma jiira abshir

  • @Sdjarsoo
    @Sdjarsoo 3 месяца назад

    😢😢😢Ayi jiruu duninya

  • @محمدنور-ص9ب3ك
    @محمدنور-ص9ب3ك 3 месяца назад

    Abshir obollettii ko Rakinaa bodaa ballinattuu jiraa guyaa tokoo sif darbaa Rabii raa abdii hin murinii Rakinii biyyaa Lafaa homamiittii hin darbaa obsii yaro sanattii

  • @WsDk-cb4te
    @WsDk-cb4te 3 месяца назад

    Uuuuuuuuuuuffff😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @mishom625
    @mishom625 3 месяца назад +1

    😢😢

  • @Hababayeeeeew
    @Hababayeeeeew 3 месяца назад

    Waga 2 obsi hojetadhu biya gali hadho ko wan caara ke rabin si kenen jiradhu biya ke kesa😢😢

  • @BiftuuTulu
    @BiftuuTulu 2 месяца назад

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @akkasumakoo5275
    @akkasumakoo5275 3 месяца назад

    Abba jabadha wowow 😲

  • @Adisuzawude
    @Adisuzawude 3 месяца назад

    jabadhuu hojedhuu boru guyyaa biradhaa

  • @Zaraa-m9e
    @Zaraa-m9e 3 месяца назад +2

    Well come gamee

  • @Wbo-t4t
    @Wbo-t4t 2 месяца назад

    Ashirii ashirii

  • @MuraadAbdallaa-x5k
    @MuraadAbdallaa-x5k 2 месяца назад

    obsi rabiin jala si basa horii kee namtakatu hin keniin gola daimadha attii gaela hara galfii qabu ni argata

  • @misraabdnmajid523
    @misraabdnmajid523 3 месяца назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢Uuuuffff

  • @Hababayeeeeew
    @Hababayeeeeew 3 месяца назад

    Omg ayi baay'ee nama gadisisa 💔

  • @hadhaakalid8329
    @hadhaakalid8329 2 месяца назад

    Maf suraa nama fayyadamta

  • @ALITUBE212
    @ALITUBE212 3 месяца назад

    Jireenyi abdi hin kutani isaa gaaruu jiruun akka inni rakkatee milaa kee jala kufee aragata

  • @zediitube9233
    @zediitube9233 3 месяца назад

    Kuni Qormaata addunyaati abshir abdi hin kutin isa darbe irraa fakkeenya fudhu fundura keetitti adeemi ammas ganaa jirtaa ijoolledha rabbi umrii si haa deeresu
    Addunyaati si fattane rabbi akiraatti sin fattanin yoo nama rabbitti amane taate

  • @Luwies14
    @Luwies14 2 месяца назад

    Kara keessaa naa qunamsisaa

  • @misokabada6818
    @misokabada6818 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @RozaaMuusaa
    @RozaaMuusaa 2 месяца назад

    Uuffuu😢😢