This actual Drama remainded me that I have come across through. May God bless you all! Maaloo akkan itti isin jaalladhuu! Dhimmi Daawwitiif Tsaggaa garuu namatti dhaga'ama!
Bay'ee namatti toltu jabadhaa waqayoni sin fana yaa ta'u jabadhaa oromofat jijirun kechan bayisee namati tola ira debiye lala jira kan wayee laga irraa asani baye na gadisiste 😔😔😔
ሰላም ይብዛላችሁ በያላችሁበት...ኦሮምኛ አላውቅም ግን ስሰማ ደስ ይለኛል ሁሉም የኔ ቋንቋ ነው ሰላም ለኢትዮጵያ ይሁን❤❤❤
ውዴ እሄ በአማርኛ የሚተላለፍ የኛ ታሪክ የሚለው ነው ደስ ይላል ላንቺም ሰላምታሽ ይብዛ
እንደዚህ ሰላም ያለው ፅሁፍ ደስ ይለኛል ተባረኪ
Lababalishe like mirexi
@@adisshambel7510 ያላለቀፍቅር
Uuuuuufffffyyyii dhugaa baayee nama tii tolaa ebifama guddaa galatomaa
Loomii fii akkoon ishee na bochiisanii😭😭😭😭😭abshir kan haadha hin qabneefis waaqayyoo jiraa😥😥😭😭
This actual Drama remainded me that I have come across through. May God bless you all! Maaloo akkan itti isin jaalladhuu! Dhimmi Daawwitiif Tsaggaa garuu namatti dhaga'ama!
Maloo bara kana Dhugaa hin jiruu
እንኳን ደና መጣቹ የኛ በጣምነው ምወዳቹ Baga Nagaan Dhufitan KENY Baye Isin Jaladh
በአማረኞ አርጉት እረ
bay'ee namati tolaa galaatoma❤❤😍😍 barisaa gudaa qabaa kan iti hubatefii namani amala fi obosaa qabuu garidha nama tufachuu hin barabachisuu
Ameen Ameen Ameen 👏👏👏👏waqaayyoo gooftan sagalee jirenyaa sii yaa dhaagesisuu baraa tajajilaa kee sif haa dheeressuu mootummaa isaa sihaa tasifatuu ogommaa fii ciminaa isaa sif haa bayyisu dhaaltuu mootummaa isaa siiyaa taasifatuu eebbifamii
Wwww bay.eer baredaa ani afaan amarifatin lale garuu afaan oromatin dhufuu kesanif gamade
💟ehhhh,dhugaakeeti
Oh My God oromifaan dhuftani moo awwww nuf jiraadha maaloo akkan isn jaaladhu 🇪🇹❤🙏🏼
Bayee
❤
Wwooowwo badiyaa biyaa koo jabdhaa isnii jajebesina nutisi ijolee oromo like ittii tobsaa💚🥰💚🥰❤💚❤💚💚💚
Bay'ee namatti toltu jabadhaa waqayoni sin fana yaa ta'u jabadhaa oromofat jijirun kechan bayisee namati tola ira debiye lala jira kan wayee laga irraa asani baye na gadisiste 😔😔😔
Bayee namatii toltuu dhugaa💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Baayy'ee namati tola diramaan keessaan jabadhaa baayy'ee siin jalana 💯💯💯💯💯💯💯✔✔✔✔✔
Dhugatti hujii gaarii nama boonsu jabaadhaa itti fufaa 💪💪
Garuu sirba afaan oromootiin maaliif hin sirbinee☹☹
Bayyee namati tolaa jabadhaa oromiffaati jijjiruu kessanif isiin jaalannaa 💗💗💗💗💗💗
Wwwwwwwww bayye namat toltuu ittii nuuf fuffaa🙋🙋😘😘😘❤️❤️❤️❤️❤️
Bayyee namatii tolaa jabadhaa 🤙💕💕💕💕💕❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕
Baga naggan dhuftan hana&lomi.hayile Galtoma ❤❤❤
Wow baay'ee namatii tolaa dhugaa jabadhaa matii senaa jirenyaa😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Jabaadha jajjabee ijoollee kaayyoo waaawwuuu isinittan gammada baay'ee jabaadha
Bada namatii tola itii jabadha ijole kenyaa
Wwwww jabadhaaa bay.ee namatii tolaa oromifanis nuu dhufuu keessan galatomqa hayileen bay.ee natii tole
A jajabefamuu qaba hayleen nama garidhaa ❤
Yaaboo tsaggaa sana maaloo garaa nunyaatti akkanatti garaa jabaattanii hin hojjatinaa
Dhuga bayye namatti toltu yero mana barmsa koo nayadachisa
Seenan Loomii seenaa koon wal fakkaata yeroon akkoo ishee fii ishee ilaalu imimmaantu na qaba
Baay,ebaay,e namatti tolaa eyyamakeessan yoo ta,e itti nuuf fufu dandeessu hadaraa??kutaa4,5,6....😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘💟
Waaaaaaaw bayyee namati toltuu mamagaalan kooooooo♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ I love you oromtiti koo
Bay'ee namti tola dhuga bay'ee jaladha jabadha
Lomii koo ajajamtuu namaa hundaa bay, een sii jaladhaa eshii❤️❤️❤️❤️💋💋💋💋
Bagaa naagaa dhuftanii😍😍😍😍😍😍😍😍
Baay'ee natti toltanitu dhugaa!
Jabaadha ❤🙏
Dhugaa baay'e namatti toltu jabaadha
Bayee barsisaa wayiti ❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa seenaa na bonseedhaa jabadhaa
Jabaadha obboleettii koo hundi keessan
Baayee galatooma, akkanumatii itti fufaa. Keesaatuu nutti ijooleen biyya arbaa jiruu siritii ittin bohaara jiraa. Hayileen siritii jajabeefamuu qabaa.
🌹🌹🌹❤❤❤❤
Baay ee Baay ee
Nama gammachisaa
Jabadhu itti fufa
Sena gaarii💕💕💕
Bayee namati tolaa jabadha ❤❤
akko lomi wan heddun irra baradhe jacha ishera
Baay'een jaaladha dirama kessan isin galateeffanna☺️😘😘😘❤️❤️
Bayee namaa tii tolaa
እንኳን በደና መጣቹ yegnawoch
Ijoolee kana wanan beeku nati fakkate
Anasi.nayi.fakata
Baay,ee namaati tolaa dhugaa jabaadha
(A) jajabefamuu qaba.
Bay'ee siin jalalan jabadhaa obbollotta keenyaa wanii heduu siin irra barcha jiraa galatomii obbollotta keenyaa siin jalalanaa 💘💘💘💘
Gurbaa daawit kana dandiiratti wolharginaan rabbi isaa baasu
Baagaa naagaan dhuftaani 😍😍
Bayye namatii toltuu jabadhaa👍
Bayyee namatii tolaa jabadhaa ittii fufaa
Wow Afaan oromotti jijirtani namati tola itti fufaa
Nan badee maloo ijolee akka anisin jaladhuu dayit ❤️ hayile ❤️ tsaga ❤️ fiqir ❤️ alami ❤️ anna ❤️lomiye ❤️ bayyeesin jaladhaaaaa
wowowowowo bayyee Arifidhaa jabadhaa👍👍👍👍
Wow bayee das nama jedha jabadhaa 😊😊😍
A;Jajjabeeffamu qaba ✍️❤️❤️❤️❤️❣️❣️❣️❣️❣️
Jajjabaachuu qaba❤❤❤❤❤👍👍👍👍
Bayyee namati tolaa bayyee sin jaaladha hanaa biyya koo naa yadashitani
Bayee Gariidhaa diramaan keessaan dhamsaa Gudaa Qabaa jabaadhaa hamilee garii namaatii horaa
Wow baay,ee namati tola jabadha
Jabadhaa babarreeduwwankoo isinaani jaaladhaa
Galatoma barnoota heduu qaba from Yegna hundi keessanu
Wow diramaa baay'ee ×2 jaaladhu jaabadha👍👍👍👍👍👍👍
Jajjabewan keenya Baruumsaf ergaa guddaa qaba Galatoma
Jabadha.diraman.keesaan.bayee.namaa.buarsaa.jabadha💕💕💕💕💕💕
Bayyee naga dhufatanii hoji mana kesaa namani kamiyuu walii qixaa
Wow gudda galatoma afan oromotti hiku keessanif
Bay'ee namati tola a jabadhaa
Bayyee namati tolla amarefanis illalera wanta mana barumsa durii nu yadachistani itti fufa addaraa
Woww bayye namatii totoo jabadhaa garuu maloo dafatonii diramaa kesan jamaraa
Wly dhugaa dassss jetu nuf jiradha
Loomiifi akayoon ishee bayee garaa naa nyatuu
baayee namatti tola galatoomaa kutaa itti aanullee akkasuma nubiraan ga'aa
Wwowowowow bayy'ee namatii tolaa Qaralee bayy'ee isin jalladhaa ✔️✔️✔️✔️🥀🥀🥀🎁🎁🎁🎁🙏🙏🙏🙏
Wowowo bayee namatii tolaa jabadhaa qomowwani koo ani A filadhaa isnii jaladhaa ❤🙌👏
bayyee namati tola jabbadha itti fufa barumsa gaarii qaba
A jajjabeeffamu fi dinqisiifamu. qaba namati tola
Eyeeni jajabeefamuu qabaa siritii
Wwwwww jabadhaa 👌😘😘😘❤❤❤
Bayyee namatii Tolaa Yaan keessaan hunidii keessanuu Garuu keessattii yaanii namaa tokkoo tokkoo bayyee namatii dhagahamaa dhugaa rabbii kan namaa senesudhaa
Diramaa kesani heduu namatii tollaa garuu Malifi Afani roromot qofaa hin hojenee kanafuu mee Afani kenaa gudisuu bayee garidhaa
ዌልካም የኝአወች አንደኝወችናችው ቀጣሉበት😘😘
A jajaabbefamu qaba haalen misikina 😘
Uuuuuuuuuuuffffee maaloo baadiyya biyya koo wwwwoowaa waa.ee koo as keessaa jiraa
Wwooww bayye namatii tolaa jabadha ❤💔
Boqonnaa 1ffaa kutaa 4ffaan eeguu dadhabee kutaan 4 ffaan meetu??
Une fille sage et courageuse 😍🥰❤❤🌹
A jajjabefamu fi dinqisifamu qaba💓
Diraman kuun Akkanuumatii itii nuu haa fuuffuu
Lomii bayee nama wanii garii akoo ishii walin Asa,uu jalatudha uuuuuuf bayee nama bashanasisuu jabadhuu lomii koo anis akoo koo bayeenii jaladha
Baayyeen namatti tolaa jabaadha
Bay.ayee namatii toolaa jaabadhaa
Baayee gaalatoomaa waan garii of kesaa qaba barurmsaa bareedaa qaba
Baayee namati tolaa jabadhaa 😍
Jabadhaa bayyee namati toltuu
Bayyee Baredaa jabadhaa
Waw bayee namaatii tolaa jabaada
durumayuu oromifaa bektuu edaa baqaa amaa jaiqabnee isiin fanaa jiraa jabadhaa
A. Jajjabeeffamuu qaba!! Dhiirriis dubartootaa waliin ga'ee walqixa qabu!!
Bayee namati tolaa barnotaa garidhaa
Baye jaladha dirama kessani dasi jedhe👍♥ Yaa biyya ko sin yade😢
Bay'een jaladha jajabadhaa A hojatuu qabaa
Bayeen jalaadhe Rabbii hojii keessaan
Waawww bay'ee namati tolttuu galatomaa
Wowow baay'ee namati tollaatan affan oromole hin bektu edaa Diramaa kessani baay'ee namati tollaa affan amarifaa tahe kometi baresu dhise
Bayye bareda
💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
ዋው በጣም አሪፍ ነው ቀጥሉበት
loomii bareeduu toi💕💕💕💕