Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 4
HTML-код
- Опубликовано: 9 фев 2025
- Obboleettii Fiqir ishee xiqqoo Seenaa irra balaan tokko qaqabee jira; yaata’u malee yeroo dheeraaf osoo hin beekamin turee amma rakkoon isaa ifa bahee jira. Ololli Daawwit Haannaa fi Alam jidduutti waraana uumee jira. Kana kan hubate Hayleen soba ta’uu oduu kanaa saaxiluuf ni murteessa. Kunis gatii akkamii akka isa baasisu waliin yaahordofnu.
Subscribe: bit.ly/2wPney7
Connect with Yegna
Facebook: / yegna
Instagram: / yegna_official
Listen to the entire Yegna MUSIC: bit.ly/2gyZ4Sw
Listen to the entire Yegna DRAMA: bit.ly/2xB8Hph
Yegna is a multi-product brand rooted in Ethiopian culture and established to inspire positive changes for girls. The brand - and the media products that sit within it - challenge the way people think about girls and the way girls think of themselves.
የኛ የኢትዮጵያ ባህል ላይ መሰረት ያደረገ የሙዚቃ፣ የድራማ እና የቶክ ሾው ፕሮግራም ሲሆን ማህበረሰቡ ስለ ሴት ልጆች ያላቸውን እንዲሁም ሴት ልጆች ስለ እራሳቸው ያላቸውን አስተሳሰብ እንዲፈትሹ የሚያደርግ ሚዲያ ነው
አዲስ ቪዲዮዎቻችንን ለማግኘት ሰብስክራይብ አድርጉ: bit.ly/2wPney7
ተጨማሪ ክፍሎችን ያዳምጡ: bit.ly/2xB8Hph
የየኛን ሙዚቃ ያዳምጡ: bit.ly/2gyZ4Sw
ከ Yegna ጋር ይገናኙ:
Facebook: / yegna
እንኳን ወደ የኛ ዩ ቱዩብ ገፃችን እንካን ደህና መጣችሁ!
የ’የኛ’ ቤተሰብን ለመቀላቀል ገፃችንን ሰብስክራይብ በማድረግ በየጊዜው ስለሚወጡ እና ከዚህም በፊት በነበሩን ሙዚቃዎችን፣ የቲቪ እና የሬዲዮ ፕሮግራሞችን ላይ አዲስ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
እኛም በፕሮግራማችን ላይ ያላችሁን አስተያየት ከእናንተ መስማት እንፈልጋለን፡፡
ገፃችን ሁላችንም እኩል የምንሳተፍበት እና መልካም የሆኑ ሃሳቦችን የምናንሸራሸርበት ሆኖ እንዲቀጥል እነዚህን ቀላል መመሪያዎች እንከተል
• ስለየኛ ያላችሁን ሃሳብ ሳትቆጥቡ ሁሌም ቢሆን አካፍሉን፤
• ይህ መድረክ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት እንዲሆን የምንፅፋቸው ነገሮች የሌሎችን ሃሳብ የሚያከብር መሆኑን አረጋግጡ፤
• በገፃችን ላይ የምታቀርቡትን ሃሳብ ወይም አስተያየት በደስታ እናስተናግዳለን! ነገር ግን ገፃችን ገንቢ ነገሮችን የምናገኝበት ሆኖ እንዲቀጥል ሰዎችን የሚያጥላላ፣ ጥቃትን የሚሰነዝር ወይም የስድብ ይዘት ያላቸውን አስተያየቶች በፍጥነት እናወርዳለን፤
• ልብ በሉ! ሃሳባችሁን በምታካፍሉበት ጊዜ ለብዙ ሰዎች የሚደርስ በመሆኑ ማንነታችሁን እና የግል መረጃዎቻችሁን የማይገልፅ መሆኑን አረጋግጡ፤
• የገፃችን ዋነኛው እሴት መከባበር ነውና በተሳትፏችሁ ሁሉ መከባበርን መሰረት ባደረገ መልኩ ይሁን፤
• ለሌሎች መልስ ከመስጠታችሁ በፊት የመልሳችሁ ይዘት የሌሎችን ስሜት የማይጎዳ ወይም በምንም አይነት ሁኔታ ስጋት ላይ የማይጥል መሆኑን አረጋግጡ፤
• በ’የኛ’ ማህበራዊ ገፅ ላይ የየኛ ያልሆኑ የምርት ወይም የአገልግሎት ማስታወቂያዎችን አንደግፍም፤ በሚገኙበትም ጊዜ በፍጥነት እናወርዳለን፡፡
የ’የኛ’ ዩ ቱዩብ ገፅ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት የማህበራዊ ድህረገፅ ለማድረግ እንዚህን መርሆች የሚጥሱ ነገሮቸ ካሉ ወዲያውኑ እናወርዳቸዋለን! እናንተም ከየኛ ጋር ስለሆናችሁ በቅድሚያ ልናመሰግናችሁ እንወዳለን፡፡
YEGNA IS FOR ALL OF US!!
Dear viewers,
We are excited to hear what you think about 'Yegna.' We want this to be a welcoming space for you , so feel free to express yourself. For this space to remain welcoming and open to all we need your help to keep it that way. This is your community. Feel free to speak up and tell us what you think or report anything wrong or inappropriate you see on this platform. You can write a comment or email us at ethiopia@girleffect.org or join us on our Yegna Facebook Page.
We can all keep 'Yegna' youtube page positive in the following ways:
Help defend others. If you feel that users are being treated badly or others are being mean spirited. Report harassment and bullying of others. This is the best way to show that bad behavior will not be tolerated so offenders can be banned.
Respect others by not using bad, rude or offensive language. Sexually explicit, obscene or offensive language is not allowed and spam and advertising will be removed immediately.
Keep yourself safe. Do not give out your personal information. Never tell people:
your real name (make up a nickname)
your age,
your address,
the name of your school,
your email address or phone number, or
any financial information or passwords.
Avoid meeting up with people you meet online. but if you do meet up make sure that you have an adult or your parent or guardian with you. If you are under 18 years old please make sure to get permission from your parent or guardian to visit 'Yegna' RUclips so you can visit under an adult’s supervision.
#Yegna
Natuuu duraaa laleee lekii godhaaa fii jabdhaaaaa namattii tollaaaa😍😍😍
Matih naf tahimee adera
@@aggarootube7082 matiii maliii Tubeee qabdaaaa mo
@@kadijaashawaaa2263plp0
hati alami fi dawwit bayee namati tolti abban garuu ni lola rabbi itti qabbanessu💞💞💞 itti fufa sin walin jirraa A dha
Obsitu Obse
I don’t know how to explain the love & appreciation I have for this drama; because not only it is in Afaan Oromo also the beautiful Rural Oromia Locations they choices. I’m addicted
Wowwwww baayee namatti tola Seenaa hunda keenna jabaadha wal Jabeessa Aadaa fi Artii Afaan Oromoo guddisu irratti wal Jabeessa ishii Jaalatamtota ilmaan Oromoo
Eyyeen dhugaakeeti
Hedduu namatti toltan seena keessan qofa osoo hin taane kiyyas keessa jira hedduu isin jaaladha namatti toltan jabaadha ❤️
A garii turee hojjin keessani baay'ee nama gamachiisa siriit itti fuufa hundaa keessan baay'ee baay'een sin jalaadha ebbifamaa😘😘😘😘😘😘👏👏👏👏👏👏👏👏
Mee matih naf tayi
Drma kana jaaladheeram dhugaa.ihim...! Keessafuu seenaa hunduma keenya!
Jabaadha isin walin jirra ✊👏❤
Keessaafuu Afaan oromootti hiikuun keessaan baay'ee tokko na hawwate.maatii
Yegna our keenyaa nuuf jiraadhaa!🙏
Bayyee bayyee namatti toltuu akkauma kanaan hitti fufaa yaa oromoko Like. Akka jajabesitan adaraa hisinin jedha jabadha
Uufffeee dafati itti nuf fufa afaan oromotiin nama bayyeetu isiis hordofa jira💞💞💞💞💞
Wowwwwwwww bayyee namatti tolaa akkumaa kanaan hitii fufaa yaa oromo koo
Bagaa nagaan dhuftaani afaan oromooti hikuu keessan gudda itti gammaane itti nuu fuufa
Wowwwww baayy'ee namati tola jabadhaa dafaa kutaa shaanaf itti fufaa
Wowww bayyee Gaaridhaa jabadhaaaaa 💟💟💟💟👈
Natu dura ilaalee 😁😍👌👌👌 jajabaadha
Matih naf ta'aahi
@@aggarootube7082 Link ke kahi ka
Akkami namati tolu seena dhugaa jabadhaaa uuuphaaa
Lomii fi akoni bay'ee namatti toltu jabadhaa 💝💝💝💝💝💞💞💞💞
wow amazing!!!!!! bay'ee namatti tola jabaadhaa dafa dafa nuuf gadhiisaa !!!!!!
hedu nama tii tola bayee garidha jajabadha nutisi isini fi jira ishi ❤❤❤❤❤❤ qaqali wana oromo koo💋💋💋💋💋💋💋💋💋💞💞💞💞💞nufu jiradha
Bagaa nagaan dhuftaan maatiwaan koo sennaa koo naa fakkataa😍
oh my God, God bless you really🙏🙏. you have no idea how much i needed it b/c 1. I get to learn afaan oromo by watching the amharic version first the the oromigna version, 2. I get to be entertained well. So please keep up the good work you are much appreciated, baaye'e galatoomaa 👌👍👍👏👏👊👊
am doing the same
bro
Aka nati toltanu ijolee jabdha wwwwuuu💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💋💋💋💋💋💋💋💋
Wwwwwww ooooooooooo ijoolee kun afaan oromo beeku hin senuu baayyee namati tola ❤❤❤❤❤❤
Bag Nagaan dhuftan Diramaa seena kenyaa jabadhaa bayyee namati tolaa ♥️♥️♥️♥️♥️
Maloo Bayee namatii tolaa jabadhaa itumaa fufaa💓💓💓
Wwwwooo bayyee gariidhaa jabadha dirama kana bayyeen jaladhaa jabaadha obboleyyan keenyaa💔💔💔💔💔💔
Matih naf ta'ee
Matih naf ta'imee
Maaloo ittii nuuf fufaa afaan oromootin 5,6,7,8,9,10.....😘😘😘😘😘😘😘😘
Welcome 😍😍😍😍afaan oromo ta,uu isaatti nama gammachisa ittienu fufa
Yeroo barumsaa baradhu naa yadachiftan 🤔🤔Nufi jiradha jabadha heduu namati tolaa 💋💋💋💋💋💋💋 hudaa kesan wididdddididid isin godhe
Jabaadhaa qomoowwan koo maraaf jaalala guddaan qaba
Welcome bay'ee namati tolaa
garuu afanaa oromooti moo afanaa Amarati kuni waliti bukesani kuni Oh.my.gad 😁
Kkkkk
Turjumanaan dhiyatee
Jabadhuu sanyii Koo namitini tolee ❤❤❤
💖💟Bayer Marathi.tuullaa.keesoo.ii dawiti
Wow jabadha debiin isaa A
Bayee namatii tolaa jabadhaa
Woyii bagga nagga dhuftanii baye'ee issin jaladhaaa senaa kessan kesa kiyyatuu jiraa wori dirama kanaa affani sadeninuu jalattanuu like naf tuqaa aderaa matis naf ta'aa
Dawit ofiin jejinii of rasta muca miskina argatee
@@sabontuuaggarosabontuuagga1699 hiiii seenaankoollee keessa jiraa dhugaa sabboontuu kiyyaa
anis senaa mattii kotii keessa qaba
Mali karati kutame Jira kan afaan oromoti hikame
@@weyishassen598 kotuu matih naf tahi me
A,garii turee jabbadha hana garuu bayyee na maratii
Wowowo wow wowowo baga nagan dhuftani dhuga 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Baayyee namatti tola garuu seer-lugni afaan oromoo mata duree diraamichaa baayyisee balaaleffata sababni isaa qubee gabaabsuu fi dheeressuun hiika mataa isaa danda'e waan qabuuf Huunda'n Hunda ta'uu qaba.
Wooooow kutaan 4ffaan bayye tokko namatii tolera dhugaa gatii qulquliin Tsaggaa baramefi 💚💚💚💚💚
Wel comee bagaa naagan nuufi dhuftanii 😍😍😍👍👍👍👍
የኔ አበቦች እንኳን ደናመጣቹ ልኝ በጣምነው ምወዳቹ Bag nagan Nadhufitan Ababota Hin Jabadh Hena Isin arigu
Baaga naagani dhufutani👍👍❤💚
Wooow bagaa nagaan dhuftan
Woooooooooooooow bayyee namati tolee jabadha sanyii ofii
Owowo bagaa nagaa dhuftanii
Baay'ee namatii tolaa jabaadhaa♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥
Dhugaatii maqaa dhugaa bastaanif bayyeen isin jalladhaa
Jabadhaa namatii toltuu❤❤❤
Wowo bagaa nagaa nuf dhuftan bayyee sin jalanaa
Bayee baredadha jabadha iti fufa akkati
Woooow bayy'ee nama ti tola 💯
wwwwwww bayyyyeeee namatii tolee jabadhaa jajabewanii kooo
Baayyee nama tolaa dhugaa waqayo ani baayyee jalaalladhe jabaadha
Wel come jenera yanga kenya bagga Nagan dhuftan tsega &fikr 😍😍😍
wow bayee namati toltuu jabadha itti fufaa
Wowwww akkatii gammadee Afaa oromoo ta'uu isaa jabadha lammi keenyaa
Sobaan dhugaa hawaluun hin ulfataa gaaruu dawit .....
Bagaa nagaan dhufitaan
Dhugaa bay.ee namatt tolaa jabadhaa ittuma fufaa
Bayee baredaa.Hundumayuu nuuf dhihesaa kaa Afaan oromootiini
I love you
₩₩₩₩₩₩ BAYYE NAMATII TOLAA JABADHAA WELL COME 😍😍😍😍😍😍😍
Heddu takka daas jeedha jabadha afan oromo ira akka hiin jijjire
Boqonnaa 1ffaa kutaa 5ffaa meetu eeguun dadhabe!!
Jabaadhaa isani wajiini jirraa
Baga naga dhuftaani
mashaallaah heduu namatitolaa uuuuufff bayyee isin jalladhaa hundaa keessaan
Gaaru Bayee namaati toltuu afaan oromoo nuuf godhaa Bayee isin lallana
Wowowowow mashaa allah
Bayee namatii tolaa dafadhaa kutaa 5 waliii kotaa isii jalanaa
Baga nagan dhuftan garu gaafin kiyya duran oromo moo amarattu dalage dirama kana
Amaradhaan ture duura😌
Xagaan akuma abaa isa fafalaa waa hundaafu isin jalana jabadhaa
Kunii oromo amaraa hin jedhamuu afaani amariftan hojaatamee amaa imoo garaa afaan oromoti fi tigirfat hikamaa jirraa
𝐌𝐚𝐬𝐡𝐚 𝐚𝐥𝐚𝐡 𝐡𝐞𝐝𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐝𝐚𝐧❤❤❤❤
በጣም ደስ ይላል በርቱ እንዲ በአገራችን በሌላም ቋንቋ ቢተረጎም ሚበረታታ ነው የቱርክ የህንድ ይተረጎም የለ ዋዉ አኮራችሁኝ
@Samri Yabatua Tube አዎ ሳምሪ
Wow baay'ee namatii tolaa dhugaa jabadhaa matiin senaa kenyaa hundaa 😍😍😍😍😍😍😍😍
Wowo Wowo qashiti too
Woooow baayye namatti tolu nuuf turaa 💖💚💓
Garii turee itii fufaa malii heduu namtii tolaa jabadhaa qomo koo
Mash Ala
Gaarii turree!
Wooww garidha itti fufaa
Bayee.namati.tolla.jabadha😍😍😍😍😍😍😍😍
Wwwooò hirmanan keessan wali irraa citin jajabadha👍👍👍
Wow bayee namati Tolaa akanumati itti fufaa
Wow baayee namaati tola
Wwwwwwu heduu namtii tolaa jabadhaa itii fufaaaa
Wwwww baga nagayanii dhuftani bay'ee isin jaladha
Wwwwww dhugaa dubachuuf dirama kun eduu namati tolaa
Bayee namaa buhaarsaa nuuf galatomaa hundii keesanuu
Bagaa naga dhufatanii bayyee sii jalaadha
Wantuma jiruu kunii dhugaa garuu sabaan na mararte maatii ko keessa kan akka ishee dhukkubsatu jira.
A. Gaarii ture
A dha garii turee
Wowwww baga dhuftan nuf jiradha kan iti anule nuf fidaa
nice
Woow bayee namatii tolla turjumanna 'n dhiyachuun issayuu wantta dinqisifamuu dha
Baayee eshinii jalaadaa ❤💋
Jabadha
Dhugaa Rabbii. Hedduu namatti toltanii jabaadhaa Yaa Sabboontotaa sabaa haaluma kanaan itti nuuu fufa.........
jabaadha isin waliin jira nullee!!!!!!
Wayyoo hanna fi saaba akkan jaladhu
Bagaa nagayaan dhuftani wan ofii